cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

𝑵𝖚𝖚𝖗𝖆𝖑 𝓲𝖘𝖑𝖆𝖒

#Islaamuumman Bar ifaa jiruu tii @nuural_islam1

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
208
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
በደለን ማጥፍት ባትችልም በትንሹ ስለ በደል መጥፎነት ለሌሎች ሰወች ግን ተናገር.......!
Show all...
🔊 Islamic Channel Promotion 🔉 አሰላሙ አለይኩም #ከኢስላሚክ ፕሮሞት ቻናል ነው ኢስላሚክ ፕሮሞት ተወዳጅና ተመራጭ ኢስላሚክ ቻናሎችን በማስተዋወቅ ይታወቃል። ዛሬም እንደተለመደው የተወደዱና የተመረጡ ኢስላሚክ ቻናሎችን ይዘንላቹ መተናል ሁሉም ላይ ጆይን ብታረጉ ተጠቃሚ ትሆናላቹ #ሹክረን Aslamu Alaykum Channali #Islamic_Promotion irraayyi Islamic promotion Channaloota Islamaa Filatamoo fi Jaalatamoo beeksisuun beekama. Hara akkuma barameeti Channaloota Islamaa Jaalatamoofi Filatamoo Qabanee dhufneera Hunda irratti #Join Yoo Gootan Fayyadamoo tatuu.#Shukren T.me/islamic_promotion1
Show all...
Islamic Promotion

Islamic Promotion For Muslim Channel Only

Mecca tube
Nuural Islam
Halal Love
Muslim ummah Channel
Ruzi Islamic Channel
Yaa Adnanii
Garee Barattoota Muslimaa Oromoo
Abdujalil Redwan Official
🎙Radio Muslimaa
Islamic Book
Beeksisuuf/ለማስተዋወቅ
Dalagaa Sadi taa Galatni isii Dangaa Him Qabnee. @nuural_islam1
Show all...
ITTI YAADI ••••••••••• Doktora tokkotu ariifataa gara Hospitaalaa seene. Sababni isaatis nama haalaan dhukkubsatetu jira koottu jedhanii itti bilbilan. Innis akkuma itti bilbilameen saffisaan dhufe. Uffata isaa jijjiiratee gara kutaa baqaqsanii hodhuu osoo deemaa jiru, abbaa ilmi jalaa dhukkubsate waliin walitti dhufe. Yeroo kana abbaan dallansuudhaan “Maal jechuu keeti? Maaliif turte? Ilmi kiyya rakkoo hamaa keessa akka jiru hin beeytuu? Bar dalagaa kana nama haa tajaajiltaniif isin qaxaran?” jedhaa iyyaa doktoricha gaafate. Doktorichis seeqataa, “Dhiifama naaf godhi. Hospitaala keessa hin turre. Akkuma natti bilbilaniin haga danda’een saffisaa garana dhufe. Tasgabbaahi, ilma kankee siif yaala” jedheen. Namichis deebisee, “Tasgabbaahi?! Osoo ka siree irra ciisee du’aa fi jiruu jidduu jiru sun ilma kee ta’ee, ni tasgabbooftaa?” jedheen. Doktorichi ammas irra deebisee, “Tasgabbaahi, haga humna keenyaatiin tajaajila ilmi kee argatuu qabu ni kenninaafi. Ilma keetii ammoo du’aa’ii godhi. Du’aa’iin kee dalagaa keenya irratti gargaarsa guddaa nuuf ta’a” jedheen. Namichis deebisee, “Namuu yoo rakkoon isa mudachuu baatte, nama gorsuu irratti jabaadha” jedhee taa’ee waan mudatu eeguu jalqabe. Sa’aatii muraasaa booda, mucaa dhukkubsate baqaqsanii hodhan. Wanti hundi nagayaan raawwatame. Kana booda doktorichi gad bahee, “Rabbiin galanni haa gahu! Ilmi kankee amma nagaya jira. Yoo wanti barbaaddu jiraate warra narsii dubbisi” jedhee, osoo namicharraa dubbii takkallee hin dhagahin ammas akkuma dhufe sanitti saffisaan bahee deeme. Namichi ilmi isaa nagaya ta’uu isaatti gammadeera. Garuu namichi saffisa saniin deemuun isaa ajaa’iba itti ta’e. gara Narsii tokkoo deemee, “Doktorichi maaf akkanatti fiiga. Haguma galata isaaf galchuufuu maaf dhaabbatee na hin eegne. Nama tuffata moo?” jedhe gaafate. Narsiin sunis imimmaan ija isii keessa maraa, “Ilmi isaa kaleessa balaa konkolaataatiin du’e. harra awwaalaaf osoo deemuuf ta’an itti bilbille. Awwaala dhiisee ilma keetiif jecha garana dhufe. Amma dalagaa kana waan ofirraa geesseef ilma isaa geggeessuuf deemaara” jedheen. Namichis rifatee teessoo kooriidara hospitaalaa keessa jiru irra gad taa’e. Waan tokko murteessuun dura haalaan itti yaadi. Waan hunda ija kankee qofaan hin ilaalin. Yeroo tokko tokkos bakka namoota biroo bu’uutii ilaali. Rabbi obsa nuu haa kennu. @nuural_islam1
Show all...
" Dubartiin takka gaafa daangaa RABBII tarkaanfattee qullaa deemuu eegaltu; RABBIIN ammaa achi itti dallana jettanii hin eeginaa. Durumayyuu itti dallannaan uffata irraa baase! Nabi Aadamii fi Hawwaan gaafa jannata keessatti ajaja RABBII diduudhaan muka san nyaatan: RABBIIN jalqaba irratti yeroo itti dallanu uffata irraa mulquu qur'aanaan dubbatee jira " Sheekh Ibnu Baaz (Rahimahullaahu) Garuu yoo isiin towbattee harka kennatte RABBIIN isiif ni araarama! Share Waliif Godhaa. ---------------------------------------------- @nuural_islam1
Show all...
Nama ta'anii uumamanii addunyaa irra jiraachuun carraa guddaadha. Akkasumas dirqama guddaa baadhachuu of keessaa qaba. Yoo carricha sirriitti hin fayyadamin gaaffiifi qormaata guddaatu duubarra jira. Kanafuu waraa dirqama kan bahatuu rabbiin nu ha godhuu.
Show all...
Booddeen warra firinxiixee hin tolle Seenaan Fir'ownaa bishaanin dhumte. Seenaan Numrud Biimbeen dhumte. Seenaan Qaaruun dachiitu citeenii dhumte. Seenaan Abrahaa dhagaa xixiqqaa ibiddaatin dhumte. Seenaan Ahzaab qilleensaan dhumte. Seenaan Hitlar if gubnaan dhumte. Gartanii? Warra if dhaadee cubbuun aangoome Rabbiin waan xixxiqqoon salphisee balleesse. Warra boonee firinxuuxu mara Rabbiin salphisuuf jiraata. Hanga fedhan bubbulanis akka xiqqeenyaan godaanuuf jiraatan beeki. Rabbiin waan Zaalimni dalagu sirritti arga. Qabaqabaaf malee hin dagatu. Guyyaan eeggatee isaan balleessa. Qur'aana Suuraa Ibraahim keessatti Rabbiin akkana ja'a.. * وَلَا تَحْسَبَنَّ اللَّهَ غَافِلًا عَمَّا يَعْمَلُ الظَّالِمُونَ ۚ إِنَّمَا يُؤَخِّرُهُمْ لِيَوْمٍ تَشْخَصُ فِيهِ الْأَبْصَارُ * * (Yaa Muhammad) waan Zaalimtoonni(miidhaa hojjattoonni) dalagan irraa Rabbiin dagataa tahuu hin yaadin. Guyyaa isa keessa ijji banamtuufi ol fuudhamtuuf Rabbiin isaan tursiisa * NUURALHUDAA SOORA QALBII MUSLIMAA
Show all...
Obsa cimaa qabaadhu, obsi utubaa amantiiti.(Umar ibnu.K) @nuural_islam1
Show all...
#MallattooJaalalaNabiiﷺ Jafer Beyan Irraa. 1- Nabiyyii ﷺ Jaalachuun hundee amantiitii, Jaalalti bakki Isii Qalbii taatus Jaalalaa Isaatiif mallattoo fii Ragaa adeemsa Muslimaa irraa mul’atuun beekamti. Mallattoo jaalalaa guddaan nama jaalattuuf tumsuudha. 2-Rasuulli ﷺ akkana je’e: “Tokkoon kheeysan haga ani Ilmaan Isaa, Haadhaa fii Abbaa Isaa akkasumas Ilmaan namaa hundarra Isa biratti jaalatamaa tahuu hin amanne.” Bukhaarii gabaase. Kaampaanii faransaa kan asii gadii kanarraa abadan waa hin bitin. Lubbuun teenya fidaa Nabiyyii keenyaa haa taatu.
Show all...
Assalamu Alaykom brothers and sisters We are an Islamic organization, Alhamdulillah Here we are calling the non-Muslims to Islam, Plz, do your best in sharing and liking our page so we can convey the religion of God, Islam, may Allah assist you and bless you for that. https://www.facebook.com/hudhudchat/
Show all...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.