cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

👫ABBAA BIYYAA ❤❤

📡The main aim of A/B it's founded for you to make you joyful,entertain,and delight while you are in stress and in every circumstances.sagalichi nijiraachisa❤, YouTube subscribe 💫👉 https://youtu.be/PdMUECNTFMY 💫 Yaadaf:@Siabbanfiraa & @Siabbanfiraa_bot

Show more
Finland1 341The language is not specifiedBooks5 517
Advertising posts
4 159
Subscribers
No data24 hours
-167 days
-3330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Andualem_Gosaa_new_afaan_oromoo_music_2024

............Jabaadhu......... Kan qamadiif akeeku Ingirdaada hin biqilchu Namni waan guddaa beeku Waan xiqqoof hin ililchu. Miilla bitaa kaasanii Adeemuuf mirgas kaasu Yaada malee raasanii Dhamarraa maal baasu Eelaa malee horanii; Boriif waan horatani Kooraa malee koranii Farda maaf komatani Albee mormashee qale Lukkuun baasuuf haati Dooniin kompaasii qabne Galaa galaanaa taati Dhagaan tumameen cabne Ogeessa dadhabsiisa Namni mul'atan qabne Jireenya of dhabsiisa Mul'anni re'ee miti Hin bitatan gabaadhaa Namni qixa jirutti Dhiibbaa uume jabaadha Jabaadhu jabaa-dhuutii Waanuma yaadde argatta Abjuu keef hojjedhuutii Mul'ata keenis mul'atta 💯💯💯💯💯💯💯💯💯 ╔════════════╗ ➡️ @hiriyyaaa 💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇 @hiriyyaaa
Show all...
Onneekoo qabattee Keessakoo dhuunfatta Akka tasaatti seentee Qaama koo to'atta Anis siif bitameen Jaalala keen qabame Lubbuu ko jedheen Jaalalaan si waame Nama jabduu kooti ati Gorsituu waan hundaa Simbookoo bareedduu Takkaan qabdu mudaa Gaafa gadda kootii Na waliin gadditee Nama tokko miti Nama hunda naaf taatee Jaalatamtuu kiyya Ibsituu karaa koo Si waliin jiraadhaa Siif kennee barakoo ♻️Join & 🔗SHARE ╔════════════╗ @hiriyyaaa ╚════════════╝
Show all...
Nama hundumaa safuu fi gaarummaadhaan ilaali, sababiin isaas isaan gaarii waan taʼaniif utuu hin taʼin, ati waan gaarii taateef. ━━━━━━━━━━━ 🖋️ @hirriyyaaa 🖌️
Show all...
🥀°Qoophaa ta'i: Of ijaari, abjuu kee irratti xiyyeeffadhu Rabbi nama qabatamaan siif malu siif erga.° ━━━━━━━━━━━ 🖋️ @hiriyyaaa 🖌️
Show all...
📚👉 addunyaa keessa jiraannu kana keessatti gaddi, gammachuun, mijachuun, mijachuu dhabuun ni jiraata. Kunis ta'uu kan danda'u yeroo nuti wanti tokko ni raawwata jennee eegnuudha. Yoo salphisnu, ni salphata. Yoo xiqqeessinu , Ni xiqqaata. Yoo guddisnu Ni guddata. 👉Jijjiiramni jireenyaa kan dhufu sadarkaa ilaalchaa irrattiidha. Kanaaf ilaalchi kee beekaa, cimaa, ga'aa nama gochuu waan danda'uuf ilaacha fooyya'aa qabaachuun barbaachisaa dha. 👇👇👇join godhaa👇👇👇 @hiriyyaaa @hiriyyaaa @hiriyyaaa
Show all...
Repost from N/a
Show all...
See more,...
Repost from N/a
Mana keessan teessanii hojii online kam hojjechuun milkaa'uu dandeessu?... As tuquudhaan guutuu isaa ilaalaa.
Show all...
As tuqaa
Hojii Online