cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

@Oro true news

Chanaalii sirriiti join godhaa. PLEASE MAKE JOIN For new information 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @Orotruenews https://t.me/orotruenews

Show more
Finland1 896The language is not specifiedEducation62 802
Advertising posts
498
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Khalil Tusa on TikTok

Khalil Tusa's short video with ♬ original sound

#Yaadachiisa Barattoota kutaa 12ffaa maraaf Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra. Wantota qabachuun danda'amu 👉Uffata qorraa 👉Uffata Firaashii fi hirkoo 👉Nyaata qooraa 👉Uffataafi Boorsaa 👉Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba Wantoota qabachuu hin danda'amne 👉Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban. 👉Kaameeraa 👉Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii) Barattoota Saayinsii Hawaasaa 👉26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii 👉29-01/2015 Oorenteeshinii 👉30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa Barattootaa Saayinsii Uumamaa 👉05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii 👉07/02/2015 Oorenteeshinii 👉08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa #Reposted @Gadaapost @Gadaapost
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Dubartiin dhibee kaansariin barnoota adda kuttee turte waggaa 30 booda qormaata fudhattee darbite. Yeroo ammaa dubartii umrii waggaa 47 kan taate Liiz Biraawun, umriishee ijoollummaatti sababa dhibee kaansarii barnootashee erga adda kuttee waggaa 30 booda qormaata seensa mana barnootaa sadarkaa lammaffaa (GCSE) qoramuun darbiteetti. Liiz Biraawun dhibeen kaansarii gadhiisuu baatullee isheen garuu itti cichitee mana barumsaa ijoollummaasheetti keessatti barataa turte keessatti qorumsa herregaa fi Afaan Ingilizii qoramuun qabxii mishaa argatte. Dubartiin kun shamarree waggaa 14 taatee osoo barachaa jirtuu battala tokko lafumaa ka'uu dadhabde, wayita qoratamtu kaansarii buusaa lafeetiin qabamuutu barame. Aadde Liiz Biraawun wayita weerarri koronaavaayirasii addunyaatti hammaate keessas dhibee kaansarii kan duraaniirraa adda ta'een qabamteetti. Erga qorumsa dabartee booda ''waan kaansariin narraa fudhate deebifadhe,'' jechuun gammachuu ibsatte. @orotruenews
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Ragaan Kunoo #Start kan jettu tuquun hundii keessanuu Badhaafamaa. 🎊Bootii Baankii #Hojii_gamtaa_oromiyaa fayyadamuun yeroo galmooftan badhaasa qarshii 1000 ni argattu! 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 50 argattu!
Show all...
Start
Join
Basuuf
Photo unavailableShow in Telegram
Coop prize
Badhaasa Coop
Kennaa Ayyaana bara Haaraa
More information......
#Badhaasni 'Hacaaluu Hundeessaa Award' Waxabajjii 22 bara 2014 gaggeeffama. Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa hojiitti seenamuu Isaa waliin wal qabatee Haati warraa Artist Haacaaluu Aaddee Faantuu Dammisee magaalaa Finfinneetti hoteela 'Redsan Blue'tti Miidiyaaleef ibsa laatteetti. Badhaasni 'Hacaaluu Hundeessaa Award' guyyaa yaadannoo du'a Artist Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 bara 2014 akka gaggeeffamu koreen qindeessituu sagantichaafi Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa ibsa miidiyaaleef kennaa jiruun beeksise. Badhaasichi akaakuuwwan muuziqaa 10 kan dorgomamu yoo ta'u, sirboonni guyyaa wareegamuu Artist Haacaaluurraa eegalee Afaan Oromootiin sirbaman kan dorgomsiifaman ta'a jedhameera. Haaluma kanaan muuziqaa, kilippii, walaloo, yeedaloo, qindeessaa, editara kilippii, sinimaatogiraafii, artiistii dubaraafi dhiiraa cimaa baranaa kan dorgomsiifamanii ni badhaafamu jedhameera. Kanuma hordofee Uummanni weebsaayitii https.//hachaluhundessaaward.org irratti sagalee akka kennan Koreen qindeessituu sagantichaafi Faawundeeshiniin Haacaaluu Hundeessaa gaafataniiru. @orotruenews
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Kitaabni Asoosamaa "Bishaan Gubatee" eebbifame Kitaabni asoosama Bishaan Gubatee kan Gaazexeessaa Mahaamaad Siraajiiin barreeffame Finfinnee, Galma Aadaa Oromootti har’a eebbifameera. Eebba kitaabichaarrattis hoggantoonni hojii mootummaa, namoonni bebbeekamoo fi keessummoonni biroon argamaniiru. Barreessaan kitaabichaa Gaazexeessaa Mahaamaad Siraaj, qabiyyeen kitaabichaa seenaa Oromoo, duudhaa fi loqodaa Naannoo Oromiyaa godinaalee garaagaraa dhaloota barsiisuuf gahee guddaa qaba jedheera. Hiika moggaasa maqaa namootaa godinaalee Oromiyaa garaagaratti moggaafamanii gadi fageenyaan akka xiinxaluu ibseera. Akkasumas kitaabichaa haala jiruu fi jireenyaa hawaasa Oromiyaa Bahaa kan callaqisiisuudha jedha. Kitaabni asoosamaa Bishaan Gubatee marsaa 1ffaa fi 2ffaan maxxanfamuu eerameera. @Orotruenews
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
2023 DV result
American information
More about DV
DV 2023 Ifoomeera. Looteriin Dv kan bara 2023 kaleessa galgala kan ifoome yoo ta'u, warroonni eeggataa turtan hunduu liinkii https://dvprogram.state.gov/ESC/Default.aspx kanaan ilaalu ni dandeessu jedhameera. @Orotruenews @Orotruenews
Show all...
YUUNIVARSITIIWWAN HAGA YEROO AMMAATTI WAAMICHA GODHAN!! Eebila 24 HANGA 30/2014'tti WAAMICHA WARREEN GODHAN!! Yuunivarsitii Finfinnee(24-28) Yuunivarsitii Walayittaa Sooddoo(27-28) Yuunivarsitii Dabira Birhaan(29-30) Yuunivarsitii Baahir Daar(28-30) Yuunivarsitii Barnootaa Kotobee (28-29) ASTU/AASTU(28-29) CAAMSAA 01 HANGA 06/2014'tti WAAMICHA WARREEN GODHAN!! Yuunivarsitii Hawaasaa (01-05) Yuunivarsitii Bulee Horaa (01-02) Yuunivarsitii Madda Walaabuu(01-02) Yuunivarsitii Arbaa Miinci(01-02) Yuunivarsitii Gondor (01-02) Yuunivarsitii Walqixxee (03-04) Yuunivarsitii Mattuu(03-04) Yuunivarsitii Dabira Maarqoos(04-05) Yuunivarsitii Jimmaa (04-05) CAAMSAA 06 HANGA 14/2014'tti WAAMICHA WARREEN GODHAN!! Yuunivarsitii Dabira Taaboor(08-09) Yuunivarsitii Odaa Bultum(08-09) Yuunivarsitii Haroomaayaa (12-14) Yuunivarsitii Maqdeellaa Ambaa(10-11) Yuunivarsitii Injibaaraa(09-11) #Hubachisaa: Barattoonni yuunivarsitii kana ala jiranutti ramadamtan oduu sobaa sooshaal miidiyaa gara garaa irratti maxxansamuun soon hin burjaaja'in hanga yuunivarsitiin keessan waamicha isiniif godhutti Obsaan akka eeggattan kabajaan isin beeksisina. @Orotruenews @Orotruenews
Show all...