cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gesgar Islamic Media

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
433
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

kun maal jechuudha Afaan oromoon @SooraQalbii
Show all...
Gosoota Sadaqaa 17'n. Yeroo hedduu sadaqaa qabeenya( maallaqa) walitti kuusne keessaa baasnee kennuu jennee yaadna. Haata’u malee sadaqaan maallaqa qofa baasuu miti; mee gosoota sadaqaa kan nu hundinuu hojjatuu dandeenyu 17'n armaan gadii haa ilaalluu. 1.Du'aa'ii Nama akka du'aa'ii gootuuf si gaafates ta'ee kan si hin gaafatinis yoo tahe, kan du'aa'iin akka godhamuuf barbaaduuf godhu. 2. Ilmii(beekumsa) Ilmii babaldhisuunis sadaqaadha. 3.Gorsa Nama umriin siif gadii gorsuu. 4. Fuula Gaarii Obboleessa kee kan muslimaa, hogguu wal argitu, hogguu wal dubbistu fuula gaariin simachuu. 5.Rakkoo nama baasuu Namoota harka qalleeyyii deeggaruu, rakkoo namaa furuu. 6. Yeeroo (sa'aa) Haadhaa fi Abbaaf, jarsi jartiif saa'aa ( yeroo) keennuun Sadaqaadha. 7. Kunuunsa (Tarbiyaa) Ilmoo ofii haala gaariin kunuunsanii guddisuun sadaqaadha. 8. Yeroo rakkootti obsuu. Yeroo rakkoon cimaan si muudate obsi, rakkoo kee namatti hin himatin. RABBIIN rakkoo kee siif fura 9. Toltutti nama ajajuu Hiriyyaa kee kan karaa dogoggoraa irra jiru akka inni gara Rabbii deebi’u gorsuu 10.Hameenya ( badii) dhabsisuu Nama badii ykn Hameenya raawwatuuf karoorfatee kahe dhabsisuu (akka lubbuu hin balleessine dhoorku) 11. Dubbii laaftuu Of hin tuulin, hin lolin, Rabbiin oftuultota hin jaalatu. 12. Dhiifama godhuu Nama Dhiifama akka gootuuf sirraa barbaade dhiifama godhuu 13.Nama kabajuu Nama Umriin siif olii (manguddoo) fi kan umriin sii gadi tahes kabajuu. 14. Waliif Gammaduu Gammachuu obboleessa ofiif Gammaduu, Hin Inaafin 15. Dhukkubsataa gaafatuu (Ziyaaruu) Dhukkubsataa gaafatuun Sunnaa Ergamaa Rabbiitti (ﷺ) 16. Wantoota miidhaa geessisan karaa irraa kaasuu Wantoota akka dhagaa fi qoree 17.Namoota gara qajeellumaa waamuu, nama karaa dogoggoraa irraa karaa qajeelummaa gorsuu. Barreeffama kana ofii dubbisuun namoonni birootis akka dubbisan SHARE godhuunis sadaqaadhaa. Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa
Show all...
→Ashama akkam naga jirtu obboleewwan islaama ? Anis nagaan qaba galata rabbi bakkuma isin jirtaanitti nagaya fi rahammani rabbi isinirratti haa jiraatu !! -------------------------------------------- Jalqaba dubbiidha Bismillah godhadhe Alhamdulillah galata galfadhe nagayaf Rahmaata nabiyyif kadhadhe salamta islaama isiin gahadha. ========================= ★Asalamu aleykum ✩ warahmatullahi ✩ wabarkatuhu ♡♡ Jechuudhan ibsadhe najala deebisu keessan abdadhe amma nin daarba gara yaada kiyaa Yaa obboleewwan koo kan muslima rabbif jechan isin jaladha insha Allah →→mata duree waa'ee adaba ======================= _____________________________ = namni muslima tokko adaba akkami qabaachu qaba ? Namni adaboota adda adda gurguddo isaan qabaachu qabntu jira ✩★✩★Adaba rabbi ofii wajjin qabnudha Namni tokko adaba rabbi isaa wajjin qabaachudha qabxiilewwan armaan gadi guutachuutu irra eggama isaanis. Sher gochuu hin dagatin Jazakallahu keyran . ========================== 1,Rabbin(s.w) Jalachudha 2,adaba hojachu keessatti iklaasa qulqullu qabachuudha 3,qanani rabbi nu qananiise kana gadi ilaaluudha 4,Hojiileewwan adunya irra hojannu hunda hundaa rabbin akka quba nu qabu beekuudha 5,rabbi keenya waan hunda caalchifne jalachuudha . 6,Daanga rabbi hundaa eggachuu 7,Haraama fi halaala addaan baafachu 8,Eenyumma rabbii hobachuu 9,rabbii keenya qanfachuu 10,rabbii keenya sodaachu 11,waan biraa lakkisani gara rabbi deebi'uu 12,Dalaga keyri dalagu yeroo hunda 13,zikri heddummeessu 14,kitaaba isaa jala deemuu 15,rabbif harka kennu fi waan rabbi jalatu qofa hojjachu 16,rabbirratti irkkachu... ------------------------------------------------------- Masha Allah yoo sitti tole sher ti Like godhi Hin dagatin ♡♡ By Allamuddin ♡♡♡√√
Show all...
#Deeggarsa_hatattamaa "Namni namaaf qorsaa!" ★ Obboleettiin teenya Hayat Ibraahim Godina Baalee magaalaa Goobbaatti barattuu kutaa 11ffaa kan taate dhukkuba kalee (kidney problem) dhukkubsachuu isii mirkaneeffannee jirra. Obboleettiin teenya dhukkuba kanaan eega qabamtee Finfinnee Hospitaala dhuunfaa (GIRUM HOSPITAL)tti ji'a 3f yaalamaa turtee jirti. ★ Yeroo ammaa kana garuu haala nama gaddisiisuun haalli fayyaa (dhibee) ishee kaleen lamaanuu (2) gara ""end-stage renal failure ykn kidney damaged (miidhamuu kalee isa dhumaa ykn hojiin ala ta'uu) waan jijjiirameef yeroo gabaabaa keessatti gara biyya alaa deemtee yaalli jijjiirraa qaamaa (renal transplant ykn kidney transplant)"" akka taasifamuuf jedhamee jira. ★ Yaala ishee kanaaf maallaqni barbaachisu qarshii Ethiopia ""2,000,000 (miiliyoona lama)"" ta'uu kan itti himame yoo ta'u maatiin ishee garuu qarshii kana kophaa isaanii argatuu waan hin dandeenyeef hundi keenya jiruu obboleettii teenyaa hambisuuf gahee keenya kan obbolummaa, obboleettummaa, akkasumas dirqama lamummaa fi namummaas akka baanu maqaa rabbiitiin isin gaafanna. ★ Dhukkubichi yeroo kan hin keninee fi guyyaa gara guyyaati obboleettii teenya kan dadhabsiisaa deemu waan ta'eef obboleettii teenya akka hin dhabnee fi jiraachuu isheetiif sababa akka taanuuf maallaqa xiqqoos haa taatu, haga rabbiin nu dandeessiseen yeroo gabaabaa keessatti rabbiif jecha qarqaarsa akka goonuuf isin gaafanna. ★ Lakkoofsota herreegaa baankii → Baankii daldala Itoophiyaa 1000353443147 = Hayat Ibraahim → Baankii Intarnaashinaalii Awaash 01425853981500 = Hayat Ibraahim → Baankii Gamtaa Oromiyaa 1000089014135 = Hayat Ibraahim ★ Wanti hundi keenya dagatuu hin qabne qarqaarsa maallaqaa afootti obboleettii teenya rabbiin akka ishee dhaqqabuu fi akka ishee fayyisuuf duaa'ii akka goonuuf maqaa rabbiitiin isin gaafanna. #Share gochuun waliif dabarsaa! @Gadaapost
Show all...
السلام عليكم ورحمة الله وبركاتـــــــــــــــــه ↷❂yaa ummata Rasula ﷺ jalatama ummata Muhammad ﷺ ↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡↡ 💻 the charity of the body door is closed from people!!! charity ☝️ 📝 Rassulii of God allh allh wslm,wly sweat to him what you are doing from charity 📝 Rafi Bin khudeyji (R.A) I said Charity door of evil door (70.he said close from people = God (swt... because you are charity 📝 but the charity is charity""" it is charity for a person 🔹~ fkn your brothers, your sister, your uncle your cousin your and your relatives ▪️it is very good if you are charity ~ SADAQAAN BALBALAA HAMTUU NAMARRAA CUFTII!! SADAQADHUU☝ 📝 Rassulii Rabbii {ﷺ} Akkana jedhaan. - Wly ittii kakadhee Waan hirdhatuu Qabenyii gabrichaa sadaqaa irraa. 📝 Raafi Bin Khudeyji {RA} - Akkan jedhee Sadaqaan Balbalaa hamtuu balbalaa {70}> namarraa cuftii jedhee. ~ RABBIIN {SWT} sababaa atii sadaqateef sirraa cufaa. 📝 Garuu Irraa caltuun sadaqaa Sadaqa ""Namaa-ofitii sadaqatanidhaa. 📝~ FKN- Obbolessaa ke, obbolettii te, Eysumaa ke, Haboo te, Aderaa ke, fi Firaa ke. 📝 Firaa ketitii Yoo sadaqatee bayyee garidhaa S̷H̷A̷R̷E̷ 💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Show all...
Atikaa Hussein

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم keeyiri biyyaa duniyyaa jiruu hundaa kan Caaluu Zikir rabbiiti jedhan. Arrabin kee Zikir rabbii gochu irraa akkaa hin cinee. Dhamsaa Rassulati ፊዳከ አቢ ዋ ኡሚ ያ ረሱለላህ ۩ﷺ۩♥

AMALA ABBOOTII IRREE __________________________ 📌 yoomiyyuu Wanta hin dogongirreef Na Hordofaa jechuu Isaanii, 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 ⚠️ #Abbootiin_irree fedhii isaanii malee yaadaa fi ilaalcha Eenyuutis keessummeessuuf qophaa'oo miti, ⚠️ mataa ofii malee kan biroo dhagahuu hin fedhan, ⚠️ Ni dhagahu malee Rogaan hin caqasan, ⚠️ Ejjannoo isaaniitiin makkalaa fi dunuunfattoota, ⚠️ Yeroo hundaa kanneen hin dogongorree fi sirrii akka ta'an godhanii mataa isaanii ummataaf dhiheessu, ⚠️ Hoogganni isaanii kan haqaatii fi misoomaa. Ejjannoon isaanii dhugaa fi madaalamaa akka ta'e odeessu, ⚠️ Isaam qofa akka #Badhaadhina ummatichaaf carraaqan dubbatu, ⚠️ Namni hundinuu akka sammuu isaaniitiin qofa hoogganamu fedhu, ⚠️ #Bilisummaa yaadaa hin fudhatan. ⚠️ Dhukkubbiin "Ani yeroodhuma hundaa sirriidha wanta ta'eef Anuma qofa dhagahaa" jedhu isaan weerareera, ⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️⚠️ ✍ Abdussalaam Idriis (Sabaa'if) 〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰〰 Tooftaa fi Amaloota Abbootii irree. hanga danda'ame isiniif dhiheessuuf niyaalla, chaalnala keenya join godhaa itti dabalamaa, 👇👇👇👇👇👇 http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree http://T.me/Tooftaa_Abbaa_irree
Show all...
T͜͡o͜͡o͜͡f͜͡t͜͡a͜͡a͜͡ ᴬᵇᵇᵒᵒᵗᴵᴵ I͜͡r͜͡r͜͡e͜͡e͜͡ 💪

"Gatiin Bilisummaaf kafalamu Gatii Cunqurfamni kafalchiisu irra xiqqaadha"

Æššããlãmūãlēŷkūm Wãrãhãmããtūllããhi Wãbãrããkããtūhūū Hōrdōōftōtā Šūññāāh ñābii mūhāmmād《ﷺ》 Bekkumsaaf /knowledge ۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩ 📝(Hayyun Islama guddon Dubartidha isinis:- #AISHAA《R.A》 📝{ AMANTI ISLAMA } yero duratif tan fudhatte Dubartidha isinis:- #KADIJA《R.A》 📝(Yero duratif Islamaf tan shahidde shahida tate Dubartidha isinis:-#SUMAYYA《R.A》 📝( Islamaf warega gudda namni kafale Dubartidha isinis:-#HASNA《R.A》 📝 (Seena Islama keysatti mormata gudda jedhaman keysa takka Dubarti turte isinis:- #BINT AL-SHAWAR《R.A》 ✴Tanafu ya uktii tiyya. yo shamarran dadhabdudha fi daifa sin ja'an dubbi akkasi hin fudhatin. ✴Ya Shamarran Kenya kan muslima. Ammale Rabbin Diin isatiratti isin hajabeysu Kara isatirratti isin hatiyfatu . Dubartiin barreeffama keeyrii kana dubbiftaniif galanni keessan Jannata haa tahu.Rabbiin ija keeyrii hojjattu hunda isii ibidda jahaannam jalaa haa baasu.Aamiin yaa rabbi☝️🤲🤲 Knowledge /Bekkumsaaf .✿)The big islamic scholar is a woman to #Aishaa (( R.A )) .✿)Islam religion is a woman who took this for the past #Kadija (( R.A )) .✿)for the past time you are a woman who is shahida you are also #Sumayya ((R A)) .✿)the big news for islam is a woman too #Hasna ((R.A))) .✿)you Ware a woman who was a big protect in islam history #Bint Al shawar ShAWAR ((R.A)) 📝 the fifth of my uktii if you are tired girls and don't take such a thing 📝 Oh our girls on muslims may god strengthen you on his enemy may god protect you on his way 📝Thanks to women who read this writing may your praise be to heaven my God take him out of the fire of hell Ameeeeen oh Lord 🤲🤲🤲 S̷H̷A̷R̷E̷ S̷H̷A̷R̷E̷ S̷H̷A̷R̷E̷ 💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Show all...
Atikaa Hussein

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم keeyiri biyyaa duniyyaa jiruu hundaa kan Caaluu Zikir rabbiiti jedhan. Arrabin kee Zikir rabbii gochu irraa akkaa hin cinee. Dhamsaa Rassulati ፊዳከ አቢ ዋ ኡሚ ያ ረሱለላህ ۩ﷺ۩♥

Dhibbas darbii jiraadhu Feetus waggaa kumaa Humnaaf aangoon kankees Yeroo eegee dhumaa Hunduu yaa'ee darba Akka galaana abbayyaa Kan sirraan dabarre Dhiiga kankee wayyaa Lakkiiiiiii☞☜ 👇👇👇 @kuusaa_walaloo1 @kuusaa_walaloo1
Show all...
🌹 *Assalaamu'aleeykuum* *🌹Waaramatulaahii* *🌹Waabarakatuu* 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 *SallaallaahuAleyhiwosallem* 💚 💙 *SallaallaahuAleyhwasallem* ❤ *JUMA'AA.MUBARIK* ☆☆♧ *kabajamtoofi jallaatamtoota obbollewwan imaanaa bagaa rabbin guyyaa jallaata fi guyyaa kabajamaa guyyaa jumaa'ati isin gahee alhaamdulilaa amalee hafte umurii kessan kessaa barakaa haa ka'uu inshaa "allaa* 🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋 *☆☆Guyyaan hardhaa* ❤ *☆Guyyaa milkiii* ❣ *☆Guyyaa kabajaa* ❣ *☆Guyyaa milkii❣* *☆Guyyaa kheeyrii❣* *☆Guyyaa Narsii Diinii❣* *☆Guyyaa Badhadhinaa* ❣ *☆Guyyaa Tokkumaa❣* *☆Guyyaa misomaa❣* *☆Guyyaa Bilisumaaa❣* *AKASUMASI NABIYI IRATI A.S.W.SALAMATA BUSU DAGATINA* Alalahuma Salli Allaa Muhammad walaa Alaihi waaSalami.......................... *☆GUYYAAN WAAN HUNDAA ITTII ARGATAAN ISINIF HAA TA'UU INSHAA"ALLAA* *♤ Rabbinkheeyrii guyyaa hardhaa maraa isin haa argachisuu* *♤ Sheeyrii guyyaa har'aa maraa irraa isin haa bararuu inshaa"allaa* *♤ Namaa duniyaa irraatti waan kalqaamee yadatee guyyaa akiraaf qophaa'uu nu tasisuu inshaa"allaa* *♤Rabbiin jireenyaa kessaan qanaanni boodaa kessaamn jannataa firdoosin isinif haa tasisuu inshaa"allaa* *♤ Aduniyaa akiraa isini* *haa qannasisuu* *inshaa"allaa* *♤ Namaa qara'ee baraatee barsiisuu kan qoodaa ofii beekee borii ofii qophe'esuu nuhaa tasisuu* *♤ Jireenyaa har'aa caalaa akiraa.jabesituu* *♤Namaa waan dhaga'eetti fayyadamuu nu tasiisuu inshaa"alaa* *♤ Ustaazoota kenyaa kan bahaafi kan dhiha kan kabbaa fi kan kibbaa rabbin umurii jerraa nuf haa dheeresu* *♤ Rabbin bekumsaa dhumaa daba'ii hin qabne dabalee dabalee haa kennufi inshaa"allaa* *♤ Nuullee raabbin namaa waan dhaga'ee fahaamuu nuhaa tasisuu inshaa"allaa* *GUYYAAN KAN MILKII* *GUYYAA MILKII* *ISINIF HAA TA'UU* *INSHAA"ALLAA 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲 🌉🌉🌉🌉🌉🌉🌉🌉🌉🌉🌉 `·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Show all...
Atikaa Hussein

Ergamaan rabbii صلى الله عليه وسلم keeyiri biyyaa duniyyaa jiruu hundaa kan Caaluu Zikir rabbiiti jedhan. Arrabin kee Zikir rabbii gochu irraa akkaa hin cinee. Dhamsaa Rassulati ፊዳከ አቢ ዋ ኡሚ ያ ረሱለላህ ۩ﷺ۩♥

الصلاة علی النبي ﷺ يوم الجمعة أفضل من بقية الأيام،وليلتها أفضل الليالي، قال رسول الله ﷺ: (إن من أفضل أيامکم يوم الجمعة فأکثروا علي من الصلاة فيه) ۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩۩ Rasuula (Sallallaahu aleeyhi wasallam) irratti Nagayaa fi Rahmata guyyaa Jumu'aa buusuun irra caalaa guyyaa hafaniiti. Hankan isii (kamisni halkan) irra caaltuu halkaniiti. Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Irra caalaan guyyaa keessanii guyyaa Jumu'aati, Isii keessa Nagayaa fi Rahmatarraa narratti buusuu baay'isaa اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ❣️ اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ❣️ اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدﷺ❣️ 💌=====💌========💌======💌 `·.💌Join💌 Join 💌Join 💌👇 ✯••┈┈┈┈••✦❤️✦••┈┈┈┈••✯ https://t.me/joinchat/AAAAAE3CKirLOzT70bmHqw
Show all...