cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Nafyad Schools

In this channel we deliver important information to our Teachers ,Students,Parents & All Concerned School members

Show more
Advertising posts
5 687
Subscribers
+524 hours
+67 days
+530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
แ‹ญแˆ„แŠ• แˆแ‰€แ‰…แˆ‹แ‰ธแ‹ แ‰ แ‰ƒ แ‰ปแŠ“แˆ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‰…แŠ“แˆนแŠ• 50แ‰ฅแˆญ แŠ แ‹ตแˆญแŒˆแŠ•แˆ‹แ‰ธแ‹‹แˆ
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿค” 18๐Ÿ‘ 3
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 22๐Ÿ‘ 3
Repost fromย Abdisa Bancha Jara
Photo unavailableShow in Telegram
Dargaggoota Abdii Boruu ta'an kanneen bifa akkasiitiin qaruun kun Fakkeenya gaarii irraa baratamuudha. Manni Barumsa NAAFYAAD-ADAAMAA: WALDORGOMMII KALAQA-TQO(ICT INNOVATION AWARD) qopheesseera. M/B Naafyaad Guyyaa kabaja ICT Idil-Addunyaa sababeeffachuun Waldorgommii Kalaqa barattoota dandeettii addaa-qabaniif kan qopheesse yoo tahu, Manneen Barnoota Biroo irraayis akka isaan wajjiin dorgomaniif affeeruu irratti argamu. Waltajjiin akkasii Ogummaa yeroon barbaaddu irratti barattoota qaroo jajjabeessuuf taasifamu kun fakkeenyummaa gaarii ta'ee babaldhachuu qaba. Waldorgommichi bakka Miidiyaalee fi qaamotni adda addaa argamanitti kan gaggeeffamuudha. ยป Anis Abbaa Seeraa tahee akka hirmaadhu affeeramuu kiyyaaf Galatoomaa M/B Naafyaad: M/B Hangafa Afaan Oromootiin Magaalaa Adaamatti barsiisuu eegale yoo tahu kan Abbaa Qabeenyaa Jaalannu Obbo Dinquu Dayyaasati! Dorgomtootni Milkaa'aa, Horaa Bulaa Deebanaa @abdisabancha
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘Œ 4๐Ÿค” 2๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 8๐Ÿ‘ 4๐Ÿ‘Œ 3๐Ÿค” 2
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿค” 4
Congratulations
Show all...
๐Ÿ‘ 21๐Ÿ‘ 12๐Ÿค” 5