SALAH MOHAMMED
๐nudhihadha โคjaalalan nurra qabamtan ๐คฃheddu male kofaltan ๐งnashidan relax of gootan ๐hadisan of yaadattu ๐คseena sahabatin qalbi if jistaan Khana hunda arkachuuf duba maltu join godhu si dhorke @OfficialSalah @Salahe2
Show more- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Data loading in progress...
#new #nasheed #mlbb
#new #nasheed #mlbb
#ukhuwwah #minbertv #islmicvideo #xeyba #robsan_mohammed #salah_mohammed #muaz_habib New nashid by _RIBSAN MOHAMMED LYRECS:HAMDI ABDUJABAR MELODY:ROBSAN MOHAMMED MIX&ARRENGE:ELIYAS GIRMA(ELUNA)STUDIO VEDIO EDITING &COLOR:RAYYAN MOHAMMED PRODUCTION :ODA STUDIO FULL LYRECS............. Ziyaara tee dhufuufin hawwee Yaada keetiraa onnen na madaawee Salawata busnaan ammas an fayye wayawee Habibi ko xaahaa si dhufuuf dhibaawee ............................................................... ................................................................ Yoomumaan dhufee xeybaa fuul duree ke dhaabadha Assalamu aleyk habibi je'ee si salaammadhaa Gammachuu imimmaan yaasee sin ja sin jaaladhaa Ati yaa aali fi warra ko nagaya si dhaammadhaa ................................................................................. Miila koon tarkkaanfadhe ajadhe lafa ati ajjattee Yaa gamachuu to oso hireen sitti na yaamttee Biyya tee san dhaqee qalbiin too qabbanooyttee Hin sheenawu takkallee lubbun tootuu yoo baatee Hawwin too an hoggayuu ziyaara teesan dhufuu Habiibii an waan jibbuu jirumaa na tahe gufuu Aka kootiin sirraa shorroqaallee an waan hafuu2 ................................................................................... ................................................................................. Waaheen kee dhahamnnaan ijarraa imiman yaa'ee Kan ciisaa jiru taa'ee kan taa'eellen bar ol ka'ee Harkka ol qabeeti iyyataa je'ee yaa rabbi goyttee Ziyaaraa rasuul keeti nan dhorkkin na fudhattee Rabbiituu bar badhaasee jaalala teetin nu faayee Erga khaaliqati sumaan onne tiyya keessa kaayee Yaa uumaa rabbin tolche kesa fi gubba midhaysee Akka kootiin habiibii amuman dhufa barrisee MANZUMA PART COVER TO FANDISHE.......๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ anafi nama niyyatte hunda rabbin qabri rassula sallalahu aleyhi wasallam warra ziyara nu ha godhu biyya sa san nu gese bishan zamzamis warra dhugu nu ha godhu ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒameen allahumma ameen ana khan isini barrese obaleysa khessan ROBSAN MOHAMMED ISIN JAALADHA .......!!โฃโค
As wr wb nasheda anafi eid daleyina kana like sher comment godhuun nujajabeessa
#NESHIDA #islamic #subscribe GODHUU AKKAN DAGANNE YAADA QABDAN #comment Jalatti Nuuf Kaayaa Listening on Spotify
https://spotify.link/LKc9GTJSsybon Apple music
https://music.apple.com/fr/album/alhamdulillah/1677062397?i=1677062398&l=en&lson TikTok
https://vm.tiktok.com/ZMYCT8gWU/For more videos donโt forget to subscribe our YouTube channel โโโโ Connect with me Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?...YouTube: / eidabdusalam Instagram:
https://www.instagram.com/eidabdusalam/Telegram:
https://t.me/EidAbdusalamแจแแญ แ แฐแ แแฑแต แ แตแซแปแแฝ Subscribe Like แฅแ Join แ แแตแจแ แจแตแซแแผ แฐแจแณแณแญ แญแแ! Linkiilee armaan olii tuquudhaan Like share subscribe godhuun maatii kheenya tahaa Lyrics: Fowzan Sheikh Abdallah Melody: Eid Abdusalam Backing vocals , Tasleem Kariem Video edit : Eid Abdusalam Walaloo Ati nuuf badhaasa khannaadha Rabbirra Si simachuuf namuu baanee ala jirraa Ji'a keyriin dachaa ya caaltuu hundarraa Baga dhufte Ahlan marhaban onneerraa Kheysi kheenya raahaa arkataa namayyuu Tanaafi Khan hundi gammachuurraa boyu *Imaana haromisee sihiiii kha nuuย fayuu Tanaf musliminnii bar si dhabuu dandayuu Baga dhufte baatii ji'a hundaa olii Muslima birattii atii heddu qaalii Fuute nurra demta cufaa tenya dilii Ramadaan.....Ramadaan....Ramadaan ya Ramadaan Ji'a Ramaadaanaa baatii firoomsituu Awwalaf Akhiran gammachuudhan guutu Ya baatii milkiidhan oonnee hunda sentu Wanni siin qixxaate Addunyaarran jirtuu Leylatul qadrin sifaye olfuudhe sadarka teti Qura'anas si keysa buse si godhe moti ji'ati Sikeysa murtoytii kharorrii waggaatt Baga dhufte baatii ji'a hundaa olii Muslima birattii atii heddu qaalii Fuute nurra demta cufaa tenya dilii Ramadaan.....Ramadaan....Ramadaan ya Ramadaan.