Wal-affeerraa jaalalaa( Dr.Meklit)
Open in Telegram
640
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+219
in 0 channels
November '24
+928
in 0 channels
Get PRO
October '24
+550
in 0 channels
Get PRO
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '24
+111
in 0 channels
Get PRO
June '24
+135
in 0 channels
Get PRO
May '24
+192
in 0 channels
Get PRO
April '24
+167
in 0 channels
Get PRO
March '24
+175
in 0 channels
Get PRO
February '24
+132
in 0 channels
Get PRO
January '24
+60
in 0 channels
Get PRO
December '23
+10
in 0 channels
Get PRO
November '23
+691
in 1 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 10 December | +7 | |||
| 09 December | 0 | |||
| 08 December | +9 | |||
| 07 December | +16 | |||
| 06 December | +38 | |||
| 05 December | +26 | |||
| 04 December | +23 | |||
| 03 December | +47 | |||
| 02 December | +34 | |||
| 01 December | +19 |
Channel Posts
https://www.facebook.com/mekeyasgetu.ararso. Follow this guy on Facebook
Waan barbaaddan keessaan gaafattanii duuromuu dandeessu
| 2 | https://vm.tiktok.com/ZMjt5nCFD/ | 260 |
| 3 | https://vm.tiktok.com/ZMjt5o1Xx/ | 247 |
| 4 | https://fb.watch/nb-YtNXk6S/?mibextid=UXglBzUGR4uSUZqd | 670 |
| 5 | https://vm.tiktok.com/ZMjRMGxdD/ | 1 136 |
| 6 | No text... | 1 184 |
| 7 | Wantoota jaha(6) dhiirri yeroo walqunnamtii saalaa irraa of eeggachuu qabu beektuu?π₯π
β°°°°°°°
Addunyaa kanarra wanti beekumsaa fi muuxannoo malee haala gaaridhaan raawwatamu hin jiru. Walqunnamtiin saalaas argadheedhumaaf waan koranii bu'anii miti. Maamila ykn hiriyaa waliin walqunnamtii saalaa raawwannu haala gammachiisuu danda'uun yoo deemne, maamilummaan keenya gara fuulduraa cimee itti fufa. Dhugaan dhokachuu hin qabne tokko, yeroo keessa jirru kanatti diigumsi gaayelaa(divorce) kan baayachaa dhufeef hanqina dhiirri sireerratti agarsiisurraa kan ka'ee fi dubartiin abdii irraa kutuu irraa akka ta'e qorannoon ni agarsiisa.
Maarree, wantoota shamara takka nuffisiisuu malan dhiirri irraa of qusachuu qaba jedhaman gaggabaabsinee haalaallu.
1. Ulfaatina ofii guutuudhaan ishiirra ciisuu. Hamma isheen cinqamtutti warri baddaarratti bahanii ciisan ni jiru. Kuni fudhatama hin qabu. Yeroo sanatti gammachuu walqunnamtii saalaa osoo hin taane dadhabbii ba'aa keetu caalee isheetti dhagahama.
2) Osoon isheen miira fedhii keessa hin galin wantoota dhukkubsan raawwwachuu. Fknf ciniinuu, kabaluu(fuulaan ala), jabeessanii qabuu fi kkf. Kunneen wantoota dubartii jibbisiisanii fi nuffisiisan ta'anii argamuu danda'u. Miira dhukkubbii fi ofjibbuu itti uuma. Kuni yeruma hundas waan taasifamu ta'uu hin qabu. Erga isheen miira ho'aa keessa galtee madaallii osoo hin darbin wantoonni sunneen garuu yoo taasifaman mi'aa walqunnamtii saalaa ni dabala.
3) Wantoota kaan dhiisanii qaamuma saalaa xuxxuquuf fiiguu. Kanarratti ofeeggannoo gochuun barbaachisaadha. Dhugaadha, qaamni saalaa iddoo fedhii olaanaati. Garuu osoo qaamota gara kaanitti hin bu'in qaama saalatti yoo fiigde fokkisaadha. Irraa gadi, rifeensarraa, irraa quba miilaa irraa gara qaama saalatti deemuun barbaachisaadha. | 1 143 |
| 8 | Wal saluun akkuma faayidaa qabu miidhaas ni qaba!!
Isaan keessaa muraasni
1. Miira dadhabbii Salma booda nama qabsiista.
2.qaamni yookiin fuchiin dubartii tokko tokkoo jibbisiisaa waan taeef namoonni muraasni gara kutannaa saluuf saaxilamuu danda'u
3.yoo osoo walin qoratiin Wal salan immoo dhukkuboota daddarboof saaxilamu danda'u
4.yoo osoo niitii namaa salanii argamanis hanga rakkoo ajjeechaatti deemuu danda'a.
Nagaan bulaa! | 1 042 |
| 9 | No text... | 1 061 |
| 10 | Obbolettiin keessan Nardos Shiferraan jii'a sadii dura xiqqoo gurra korra nahuursa jetti tuure, rakkina kanaaf mana yaala dhaqxee qorrannaan godhameefii...MRI gaafa kaatu "Brain tumor" Cancer Sammuu keessaa akkaa qabdu itti himame. Kana booda Ogessoonnii fayyaa dhibee ishii caalatti qoratanii biyyaa keessa osoo hin taane, iddoo dhitoon Cancer sanaa jiruu rakkisaa waan taheef, biyyaan aalatti attattamaan wallansa argachuu akka qabduu itti himame. Kana booda iddoo kadhanaa adda addaa dhaqxxe kadhatameef garuu fayyuu hin dandenye. Ittuu rakkinni jiruu itti caala dhufe Size'iin dhitoo sanaas dabalaa dhufee bayyee dhukkubsachaa jirti.
Wallansa...Neurosurgery(Surgery Sammuu), Radiation therapy fi Chemotherapy....atattamaan hin argattuu tanaan lubbuunshee akka darbu ogessoota fayaan itti himame jira. Wallansa kana biyya Hindiitti(India) argachuuf qarshii biyya Ethiopia dhaan 4million barbachisa. Kana gochuuf immoo matiin ishii qabegna gahaa waan hin qabneef, hundii kessaan hamma dandessan akka gargaartani lubbuu ishii olchitan kabajaan isiin gaafadha. Bu'aan qorannoo fi ragaan wallasaa barbaachisu akka armaan gaditti.
Lakk. Bilb +251963684720/
Bank Account ishii kana:
1000316517448
Nardos Shiferaw Ayele
Share waliif godhaa hadaraa | 1 029 |
| 11 | https://www.facebook.com/100018228133329/posts/1225749361375990/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v | 1 078 |
| 12 | Any recent information related to COC and exit exams are on the link given below ππβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈ
Join the account given below and be a family member
Below πβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈβ¬οΈ
https://www.facebook.com/mekeyasgetu.ararso | 1 216 |
| 13 | No text... | 2 444 |
| 14 | #NA_WALIIN_BULEE_DU'E π«
Maaloo Adaraa hin darbinii dubbisi!π
βοΈ bakka dhaloota ishee sinitti himuu kan hin barbaannee intalli tokko akkas jechuun seenaa suukanneessaa natti himatte "ani barattuu Yuunivarsiitti finfinneetti muummee barnoota afaan Oromoo waggaa arfaffaa (4) kiyya ture hiriyaa jaalalaa akka qaroo ija kootti ilaalladhu baay'es itti of amanu nan qaban ture. yeroo addaa addaatti na waame mana isaa isa waliin nan bulan ture. guyyaa tokkoo ganama bariidhaan ka'ee eda abjuu na rakkisa bule osoo ati na bira jiraatte akkas in ta'uu ture edana akka na waliin bultu adaraa kee" naan jedhe anis bor qormaatan qaba natti cima guyyaa qormaata xumuruun dhufa edana dubbisaan bula jedhen inni garuu didee akkan buluuf wantoota addaa addaa natti himate, naa amansiise silayyuu baay'ee waanin jaalladhuuf natti aaruu isaa in barbaadun ture. inni achuma magaalaa finfinnee naannoo Goorootti baankii hojii gamtaa Oromiyaa keessaa hojjeta ture. bakki inni jiraachutus achuma marfata gadi naannoo Maskiidaati anis gara galgalaa naanno sa'ati 11:00tti mooraa Yuunivasiitii ba'ee gara isaatti imale. akkuma gooro gaheen bilbileef, lama taane mana isaatti gallee irbaata hojjedhe, waliin nyaannee, xabachaa turre bakka ciisicha keenyatti darbinee dhugumatti dhandhama jaalala waliin unannee rafne.
innis naa haammate rafe. halkan keessa garuu si'a Afurii (4) ol hirriba keessa kahee amma ammaa na ilaala ture. maal taate jedhe gaafan gaafadhu "yoomin si waliin gaa'eela godhadhee akkasitti ciisichi koo itti fufaa?" naan jedhe imimmaan roobse jireenyi isarraa mul'atus naaf in gallee anis isuma faanan bo'ee waan boonyu garuu in beeknu wal fuuchuf immoo numarka jira namni nu sossobe nu gorse akka bo'icha dhiisnuf nu bira jiraachu baatus, wal sossobne maalif boonyaa jenne walitti kofalle deebinee ciisne yeroochi halkan keessa sa'a7:40 ture haa tahu garuu baay'ee waan boonyeef dadhabeen rafe. hamma ganama keessa sa'aati tokkootti (1:00) of in barreen ture yeroo irriba irra dammaqe kahus harki isaa natti marmee jabeesse na qabe ciisa ture anis yoon gala galee hirriba irraa dammaqa jedhee waanin sodaadhef amma sa'ati lamatti rafeen yeroon galgalee ilaalu du'adha dhaqni isaa hadooda ture. guyyaa natti dukkanaa'eπ waanin qabadhun wal'alee turti daqiiqa murasaa booda itti yaaden ibsaa shiboon isaa laaxamee jiru qabachuu murteesse haa tahu garuu ibsichii of irra na darbatee girgiddaatti na rukute malee nan ajjeesne yerooma kana namoonni gibbicha keessa sagalee koo dhaga'anii balbala cabsanii yeroo ol seenan inni du'eera, animmoo dubbachu in danda'uun ture akkuma sanaan pollisoonni dhufanii reeffichas kaasanii anaan immoo mana adabaa na geessan achumaan manni murtii waggaa 10 natti murteesus waggaa 5 fi ji'a 6 hidhameen bahee naan jettee
namoonni yeroo baay'e gaa'ela keessan dursitanii waliin buluu akkasumas Saal-qunnamti raawwachuun miidha hamaa waan qabuf of eegachuun murteessaadha silayyuu akka Amantii kamittiyyuu eyyamamaa waan in ta'iiniif of eeggannoo jireenya ofiif gochuun murteessadha Uuma ofii birattis cubbama nama waan godhuuf umurii keessan keessaattis kaayyoo keesaan karaatti waan hambisuuf of qabun murteessadha
share gootu malee hin darbin waan dubbiste naman gahi dhaloota Oolchi. | 2 417 |
