361
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-830 days
Posts Archive
361
#Amboo (Inbox)
"Qeerroowwan Amboo irraa !!
Qeerroo fi Qarree oromiyaa keessa jiraattu
itti qopha'aa !!
Waamicha Kamisa boruu 3/2013 irras caqabee akka oromiyaatti Abiy fi shimalis waame gamtaan dura dhaabbannee haa fashaleesinu.
Qaamni Hiriira kana irratti argamu Diina ilmaan oromooti.Maqaa isaanii galmeessine tarkaanfii irratti ni fudhanna.
"Roga maraan itti marsuun Nagxanyaa fi jalee isaanii hirira oromiyaa kam keessattu akka hin gaggeesine toftaa addaa addaa ni fashaleesina.
"Oromiyaa diigaa,Ilmaan oromoo hidhaa,ajjeesaa , reebaa fi salphiisaa ajjeechaa guyyaa guyyaan reeffa awwalchaa dhorkee shiftaan Abiy alattii fi bineensi bakkeetti nyaataa jira.Dursa diinni oromoo inni guddaan Abiy fi sirna nafxanyaa amma jiruudha.
"Qeerroon oromoo magaalaa jirtu keessatti shiftaa Abiy tiif hiriirri deegarsa bahamu hin jiru. Yoo hiriri kun milka'ee oromoof salphina.Hin milka'uu.
Dura dhaabbanna. Ni fashaleessina."
