361
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-830 days
Posts Archive
361
#HachaluHundessa #GrammyAward
Badhaasni idil addunyaa 'Grammy Award' jedhamu addunyaarra Artistoota bebbeekamoo bara farajoota 2020 keessa du'aan addunyaa kanarra godaanan keessa Artistii jaalatamaa Haacaaluu Hundeessaa eereera.
Sagantaa 'Grammy Award' Bitoteessa 14 bara 2021 gaggeeffame kana irratti weellistuu beekamtuu Ameerikaa Biyoonsee dabalatee artistoota bebbeekamoo addunyaa kan akka Joon Leejand ittiin badhaafamaniiru.
Sagantaa badhaasa sadarkaa idil addunyaatti hordoftoota hedduun daawwatamaa ture kana irratti Artistii ummata Oromoorra darbe ummattoota Itoophiyaa hedduu keessatti jaalatamummaa guddaa qabu Haacaaluu Hundeessaa tarree Artistoota bebbeekamoo addunyaa bara 2020 keessa du'aan boqotan keessatti maqaan isaa eeramuun kabajaan yaadatameera.
Artiist Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 29, 2020 ture magaalaa Finfinnee keessatti ajjeechaa irratti raawwatameen kan lubbuun isaa darbe.
@Gadaapost
@Gadaapost
361
ሰበር ዜና!!
በ ለንደን የ ኢትዮጲያ አንባሳደር አቶ ተፈሪ መለሰ በ Zoom ሲያደርጉ የነበረው የኢትዮጲያ ባለስልጣኖች ውይይት ቪዲዮ ተጠልፎ ወጥቶ እጃችን ላይ ገብቷል።
በቪዲዮ ላይ አንባሳደሩ ህዝቡ በ ቲውተር የከፈተብን ዘመቻ ከ አቅማችን በላይ ሆኗል በዚሁ ከቀጠለ በጣም ሀይለኛ ችግር ውስጥ መግባታችን አይቀርም በጣም ፈርቻለሁ እያለ ሲያለቃቅስ ተመልከቱት😂 ለሌሎችም እንዲደርስ ካያችሁ በኋላ ሼር አድርጉት።
ለካ ዛሬ አሻግሬ በኢንተርኔት ጫጫታ የሚፈጠር ነገር የለም ብሎ የተናገረው በዘመቻው ምንም እንዳልደረሰባቸው በማስመሰል ህዝቡን ተስፋ ለማስቆረጥ ታስቦ ነበር😅 ወይ ቅሌት።
እንኳንም ይሄን ሰማን አሁን የበለጠ እናፋፍመዋለን!
@My_Oromia
361
የትግራይ ወጣቶች በአማራ ሚሊሻና በፋኖ ተጨፍጭፈው እሬሳቸውን ገደል ሲከቱ የሚያሳይ ቪዲዮ ተለቋል
አማራው ከትግራይ መልስ ኦሮሞና ደቡቡን ጨፍጭፌ አስገብራለው ማለቱ አይረሳም
361
#Adawaa
"Oromoo, seenaa keenya himannu malee ormi nuuf hin himu, hin du'a malee" - Haacaaluu Hundeessaa
Riqichan ragaa waamaa, riqicha Adawaa guddaa isa Finfinnee jiru
Namni yoo seenaa dabsees, lafti seenaa hin jijjiiruu
Eenyu akka isarra ce'ee Xaaliyaanii unkuree
Eenyu akka baandaa ta'e dhiiga dhiiraa gad naqee
Har'a falmeen sirreessa seenaa karaarra maqee
@Gadaapost
@Gadaapost
361
❌❌HATTUMMAA❌❌
Guyyaa har'a wallee haaraa 'Galatoomaa' jedhu kan Artiist #Haacaaluu_Hundeessaa yeroo inni lubbuun jiru hojjete fixee ummata bira gahuuf qopheesse ture Istudiyoorra hatame YouTube irratti gadhiifame maatii fi hiriyyoota Haacaaluu heddu akka gaddisiise hiriyyaa nuti dubbisne tokko himeera.
Nuti akka 'Gadaa Post' dhimma hojii Albama Artiist Haacaaluu dhiyeenyatti akka beeknutti, walleen qabsaa'ota Oromoo galateeffachuuf sirbame 'Galatoomaa' jedhu kun walaloon kan Artiist Yoosan Getaahun yoo ta'u, yeedaloonsaa kan hojjete Artiist Haacaaluu Hundeessaati.
Hiriyyoonnisaa sirba kana sirboota biroo yeroo inni lubbuun jiru hojjete waliin ummata bira gahuuf tattaaffachaa jiraachu fi ummanni obsaan akka eeggatu beeksisaniiru.
Wallee kana dursa YouTube irratti kan gadhiise Farhaan Abdulsalaam (Oromp3) dhiifama gaafachuun haqeera. Warreen isarraa fudhachuun gadhiisaa jiran dafanii akka haqan fi gocha safuu Oromoo hin eegganne kanarraa akka of qusatan maatiin gaafateera.
@Gadaapost
@Gadaapost
361
Oromo Kids Free learning app on google play. Get it for free Now.
Tag one family with a child who could benefit from this.
http://play.google.com/store/apps/details?id=com.batudevs.oromokids
