cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

BAABUL JANNAH⚡️

Baga nagayan gara page khenya dhuftan Welcome to we are page 🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
189
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Oduu gaddaa! إنا لله وانا اليه راجعون Sheekhni keenya qaaliin Abbaan Ulamaa'ii Muftii Sheikh Aadam Tuulaa Umrii isaanii waggaa 110 tti daqiiqaa muraasa dura gara Ganda Aakhiraa godaananii jiru. 😭😭😭😭 Du'aa'iidhaan isaan hin dagatinaa hadaara🙏🙏🙏 https://t.me/Baabuljannah
Show all...
YouTube kiyya subscribe like share godhuun nu jajjabeessaa Galatoomaa!!!
Show all...
Show all...
habiibi yaa rassurallaah S.A.W guutu isaa daawwadha! # video kana #share #like #sabscribe #comment

Show all...
siif taanaan awwal on TikTok

#ethiopian_tik_tok🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹 #oromotiktok❤️💚❤️ #kadir_jawar/¥Anis_Atis_ni_duunaa

Hubachiisa Namootni tokko tokko chaanaalii telegiraamii sirrii hin taane (sobaa) maqaa baankii keenyaan banuun waan baankiin keenya badhaasa kennaa jiruutti fakkeessuurra akka jiran hubannee jirra. Kanummarraa ka’uun baankichi badhaasa akaakuu kamiyyuu akka hin qabne isin hubachiisaa chaanalii telegiraamii baankii keenyaa isa sirrii armaan gadiitti buutanii hordofuun odeeffannoo baankicha waliin wal qabatee yeroo kamiyyuu argachuu dandeessu. Chaanaalii Telegiraamii: https://t.me/coopbankoromia fi bootiin telegiraamii https://t.me/CoopKooBot akka ta’e isin hubachiisna. ማሳሳቢያ የተለያዩ ሀሰተኛ የቴሌግራም ቻናሎችን በባንካችን ስም በመክፈት ባንኩ ሽልማት እየሰጠ እንደሆነ በማስመሰል ማህብረሰባችንን የማታለልና የማደናገር ተግባር እንዳለ ደርሰንበታል። ስለሆነም፤ ባንኩ እንደዚህ ዓይነት ሽልማት እየሰጠ እንዳልሆነ እና ከመሰል አጭበርባሪዎች እራሰችሁን እንድትጠብቁ ለማሳሰብ እንወዳለን። ትክክለኛውን የባንካችን የቴሌግራም ቻናል ( ይህን) በመጫን መከታተል ይችላሉ! ቴሌግራም ቻናል: https://t.me/coopbankoromia and ቴልግራም ቦት is https://t.me/CoopKooBot.
Show all...
Subhanallah dhagaa jannata kessa allahu akbar 😍
Show all...
NAMNI WAAN SIIN JEDHU HIN DHABU ATI KAAYYOO TEE IRRAA IF DUUBA HIN DEEBI'IN ☞Yoo dureessa taate☞waa qaba Siin jedhu . ☞Yoo hiyyeessa taate☞si tuffatuu . ☞Yoo furdaa taate☞Hin yaadu sin jedhu . ☞Yoo qal'aaa taate☞dhibe qaba Siin jedhu . ☞Yoo nama jaalatte☞faaydaadhaf Siin jedhu . ☞Yoo nama jibbite☞nama hin jaalattu Siin jedhu . ☞Yoo nama gorsite☞kan ofiituu hin beektu Siin jedhu . ☞Yoo caldhiste☞garaattii dhibee baata sin jedhu ☞Yoo dubbatte☞dubbaata sii godhu . ☞Yoo hiriyyoota waliin deemte☞sagagaaltuu sin jedhu . ☞Yoo bultii hin qabaatin hafte sin jedhu . ☞Yoo deegartuu☞fakkeessa sin jedhu . ☞Yoo moormuu baatte☞shororkeessa siin jedhu . ☞Yoo hojii qabaatte firani Siin jedhu . "Yoo hojii dhabdee wallaala sin jedhu!! Safuu Namni waan naman jedhu hin dhabuu ! JAALALTI TEENYA RABBUMAAF QOFA NUUF HAA TAATU... 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 t.me/Baabuljannah t.me/Baabuljannah
Show all...
BAABUL JANNAH🌟⚡️

Baga nagayan gara page khenya dhuftan Welcome to we are page 🙏🙏🙏🙏🙏🙏