en
Feedback
OICT Solutions

OICT Solutions

Open in Telegram

[ICT Traning/Consulting, Web&App Design and Hosting, Software development, Digital marketing Consultanting, as General ICT Services

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
3 103
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
photo content

- Guddina #AfaanOromoo gara Tekinoolojiitti - #PlaanetiiTekinoolonii Oromoo ijaaaruu - #Inteeneetaan hojii uummachuu - #Kaartaa Magaalota Oromiyaa fooyyessuu - Hojiilee dhaabbatni keenya hojjachaa jiru OICT Solutions Turtii RDS - Raadiyoonii Dirree Shaggar wajjiin qabaanne

OICT | Nageenya Saayibarii - Cyber Security, Maalummaa, Faayidaa fi Miid... https://youtu.be/6CNzDuP1a2M

How To Get More Views on Your Facebook Videos [7 PROVEN WAYS] https://youtu.be/Np8b8PnFUzY

Moosajii basaastuu, Faayida moosajii, Akkaataa ijaarsaa, hojiirra oolmaa, Cimina fi hanqina moosajii, Marsariitii ijaaruu fi kkf irratti turtii Dar. Abdisa Bancha Jara​ FM Finfinnee92.3 waliin taasise https://youtu.be/iJawzUmtmUI

Turtii VOA- Ogeessa TQO Abdisa Bancha Jara​ waliin taasise, Hiikkaa Gugilii/Feesbuukii Afaan Oromoo,Eegumsa Eenyummeessaalee Marsaalee Hawaasaa, #Interneetarraa Galii argachuu fikkf https://youtu.be/QkQ0rccqA50

Marsariitii keenya Barnoota, Muuxannoo fi Odeeffannoo barbaachisoo #Tekinoolojii #English fi Afaan Oromootiin irratti maxxans
Marsariitii keenya Barnoota, Muuxannoo fi Odeeffannoo barbaachisoo #Tekinoolojii #English fi Afaan Oromootiin irratti maxxansinu kunoo hordofaa https://oroict.info/ Unkaa Maamiloommii guuttaanii(Subscribe) gootanii odeeffannoon haaraa yeroo gadi lakkifamu yaadachiifni akka isiniif ergamu gochuu dandeessu Odeeffannoo Tekinoolojii waktaawaaf #telegram keenya https://t.me/oictsolutions hordofaa - #instagram keenya @oict.solutions hordofaa #Share godhaa hiriyyoota keessaniif hiraa GALATOOMAA OICT Solutions

Facebook page keenya irratti Yuutuubij irraa galii argachuu mari'achaa jirra hirmaadhaa

#FeesbuukiinAfaanOromoo Tajaajila Guutuu kennuu eegaluu, Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo, #Interneetaan hojii uummachuu, Haala i
#FeesbuukiinAfaanOromoo Tajaajila Guutuu kennuu eegaluu, Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo, #Interneetaan hojii uummachuu, Haala itti Fayyadama Marsaalee Hawaasaa, Kaartaa Magaalota Oromiyaa fi kanneen biroo irratti #TG - Tigist Geme VOA irraa marii gaarii taasifneerra - Dhiyootti eeggadhaa - TG Galatoomi

#oroict - How to Download your Facebook Account Data Download Copy your ... https://youtu.be/cJqprfJFs-g

Tekinoolojii | Maalummaa Moosajii, akkaataa Ijaarsaa, Faayidaa fi Miidhaa Moosajii | #FM92.3 https://youtu.be/GraeuDAfCas

Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo - on Beta Version and Google Crowdsource https://oroict.info/tartiiba-hiikkaa-gugilii-afaan-oromoo-beta-version/

"#Afaan_Oromoo Addatti:- kan ABO miti, kan KFO miti, kan OPDO miti, ykn kan Waaqeffattootaa miti, kan kiristaanootaa miti, yk
"#Afaan_Oromoo Addatti:- kan ABO miti, kan KFO miti, kan OPDO miti, ykn kan Waaqeffattootaa miti, kan kiristaanootaa miti, ykn kan Muslimootaa miti; Afaan Oromoo kan Oromoota hundaati, kanaaf Afaan kana Guddisuun gahee hunda keenyaati malee, kan walitti ilaalluu ykn gamaagamana dhaabbannee quba walitti qabnuu miti!" - Dar. Abdisa Bancha Jara @abdisabancha ti Waltajjii Eebba Kitaaba @Abdisa Belachow A'aa jedhu irratti - Guyyama sana suuraa kana kan kaase Gammadaa Olaanaa @gammadaaolaanaa ti Odeeffannoo Dabalataatiif t.me/oroict_com hordofaa

#Tartiiba Afaan Oromootti jijjiirattaniin yoo barbaaddan Baafata(Menu)» Qindaa'inaafi Mateenya(Settings & Privacy)» Qindaa'in
#Tartiiba Afaan Oromootti jijjiirattaniin yoo barbaaddan Baafata(Menu)» Qindaa'inaafi Mateenya(Settings & Privacy)» Qindaa'ina(Settings)»Afaanotaafi Naannoo(Languages&Region)»Afaan Feesbuukii»Afaan Oromo @abdisabancha Hub: Tartiibni kun #Facebook App irratti hojjachuu dhiisuu mala. Koompitaraan jijjiirachuu dandeessu

#Encouraging Feedback from our yesterday training we have provided to Ethio Harvard School "No one can escape from or ignore
#Encouraging Feedback from our yesterday training we have provided to Ethio Harvard School "No one can escape from or ignore technology as of Today, as it is knocking our door in every life aspects. So, every body should be ready for practice or for the usage of new technology" - Mr.Abdisa qouted(Message Screenshooted fro Ethio Harvard School Telegram) Odeeffannoo dabalataatiif https://t.me/oroict_com

#Leenjii Hojjattoota Mana Barumsa Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Ethio Harvard School hojiirra oolmaa fi itti fayyadama #System Guut
+2
#Leenjii Hojjattoota Mana Barumsa Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Ethio Harvard School hojiirra oolmaa fi itti fayyadama #System Guutummaa too'annoo Manneen Barnootaa (Smart School Management Software(Multi-Branch School Software) irratti #Leenjii kennuu jalqabnee jirra The Training for #Ethioharvad Primary & Secondary School Staff on (Smart School Management Software(Multi-Branch School Software) (Smart School Management Software(Multi-Branch School ERP) is a secured, modern and most complete School Automation Software, also known as Multi-Branching education ERP System. This application will help the organizations or every educational institute from KG, Elementary, Middle & High school, college and universities including Organizations with many Branch Schools ... See More👇🏽👇🏽 https://www.facebook.com/oroict/posts/1516001755436270/ For More: Cell: +251 90 343 9943 /911660303 : +251 98 456 2730 Email: oroict.com@gmail.com Web: www.oroict.info Odeeffannoo dabalataatiif https://t.me/oroict_com