1 455
Subscribers
-324 hours
+57 days
+830 days
Posts Archive
1 455
ββββββββββββββββββββββββββββββββββββββπ½ Album: Kuul Surre
π€ Artist: Kuul Surre
π
Date: 2022
π§ Tracks Amount: 7
βββββββββ
@HinseeneeH
1 455
π₯π₯π₯
ββββββββββββββββββββββββββββββββββββββπ½ Album: Kuul Surre
π€ Artist: Kuul Surre
π
Date: 2022
π§ Tracks Amount: 7
βββββββββ
@HinseeneeH
@HinseeneeH
1 455
Nama dhugumaan jireennaaf feetu tokko yoo sitti balleesses, irra deddeebi'iin dhiifama gochuun kabajja, jaalala fi iddoo ati isaaf/isiif qabdu agarsiisu danda'a ta'a. Garuu yoo inni/isiin balleessaa sana irraa yoo hin barannee gargar bahu carraa xumuraa isa carraa hin qabne dha. Inni kun wal jaalatanii addaan bahu dha.
Faalla kanaan immoo yeroo tokko tokko nama jaalanu, kan bultii teenna wajjiin ijaarachu barbaannu tokko odoo akka jaalala isaaf/isiif qabnu itti hin himin, akka miira jaalala qabnu odoo itti hin agarsiisin dhabunis ni jira. Odooma nuti hadha boru itti himna jennee beellama qabnu, kan biroo dhufee/tee kan isaa/isii godhate/tti.
Eega waa malee kan Haceen "Na Qarqaari Kaa" jedhe sirbeef.
Hadara kee 'video' kana seeni ilaali
https://youtu.be/k8kKS-zGlCA
1 455
Repost from MIA Informer
BEST OF AFAAN OROMOO SONGS 2022 || OROMIC Songs Collection
Oromic Songs | Hinsoo Tube
Ethiopian Oromo Music 2022 (Official Video)
Leencoo Guddinaa ( LG ) - Sin Baasu
Wendi Mak / ααα² αα - Shambaa Rambaa / α»αα£ α«αα£
Remedan Chimesa - Mee Maali
Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette
Dinkisa Debela - DAADOO
https://www.youtube.com/watch?v=JfAXOxCbVhY
1 455
Yooyyaa ππ» Dorogommiin Maatii Odaa Electronics π·
Odaa Electronics nama 6f badhaasa qopheessera! Maarree isinis koottati abbaa carraa ta'aa.
Carraalleen badhaasa :
1ffaa M13 Model 2022
2ffaa Unlimited Data Waggaa 1f ykn Qr isaa
3ffaa Unlimited Data Ji'a 6f
4ffaa ~ 6ffaa Unlimited Data Ji'a 1f
Ammuma koottati badhaafama !
1 455
Sirboota jaalala weellistoota armaan gadii bakka tokkotti argachuu ni barbaadduu?
1.Biruuk Tasfaayee
2. Isqiyaas Mazammir
3. Kadiir Martuu
4. Shukrii Jamaal &
5. Muktaar Usmaan
Kunoo 'channel' kana irraa ni argattu.
https://youtu.be/N02sa9PfM5c
