cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Afaan Oromoo(卂千卂卂几 ㄖ尺ㄖ爪ㄖㄖ)

Afaan Oromoo UMMATA OROMOOF ERGAA DABARSUUN MALLATTOO GUDDINA AFANII KESAAA ISA GUDDAADHA... Oduu hoituu Afaan ofitiin Argachuuf asuma Join jedha ......

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
2 098
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

👉GODAANNISA JIREENYII SITTII DHIISTETTI HIN QAANEFATIN. Godaannisa jachuun kan miidhame miidhama irra hafee akkasumas kan madaan isaa irraatti goggee jachuudha. Kan jachuun kan miidhama sana injifatte, barumsa kan irra baratte, dhiibee sanan ciimee kan of ijaarre, miidhamni barumsa gudda kan isaaf dhiise, gara fuulduratti adeemu kan baratte jachuudha. Gonkuma hin eeyyaminiif madaan kee inni Kaleessa har'a jireenya kee keessatti keessumma taate akka jiraatu. Gonkuma hin eeyyaminiif dhiibee fi miidhamni kee inni Kaleessa har'a kee sodaate akka jiraatu, gad-antumman akka sitti dhagahamu akka si godhuu. Sababni isaas godaannisa jireenya kee keessa jiru akka badu gachuu hin dandeessu, garuu haala itti ilaaltu jijjirachu dandeessa. Murteessan akkamitti akka namni biroo miidhama kee itti ilaalu miti akka atii itti ilaaltudha malee. Kanaafu madaa kee akka mallattoo ciminaatti ilaalu qabda malee akka dhukkubatti miti. Godaannisni tumaa injifannoo ittin boonaniidha malee itti qaanfatanii miti.
Show all...
"Hawaasni siyaasaa hunda caalaa mudaa hin qabne kan gita giddu galeessaa to'atudha, fi gita biroo lamaan caala." - Aristootil
Show all...
Show all...
𝐀𝐧𝐝𝐮𝐚𝐥𝐞𝐦 𝐆𝐨𝐬𝐚 -Gumgume-New Ethiopian Oromo music 2022(Official video)

Andualem Gosaa -Gumgume-New Ethiopian Oromo music 2022(Official video) #Gelan_Tube

Watch "Shukri Jamal -Ammuma-New Ethiopian Oromo Music 2022 🆂🅷🆄🅺🆁🅸🅸 🅹🅰🅼🅰🅻" on YouTube https://youtu.be/oT0oUnG1R9I
Show all...
Shukri Jamal -Ammuma-New Ethiopian Oromo Music 2022 🆂🅷🆄🅺🆁🅸🅸 🅹🅰🅼🅰🅻

#shukri #BaraBaraan #OromoMusic Shukri Jamal -Ammuma-New Ethiopian Oromo Music 2022(🅶🅴🅻🅰🅽 🆃🆄🅱🅴 video)

Show all...
Tadele Gemechu 🎬 Bara Baraan

👤 Tadele Gemechu 🎬 Bara Baraan Si yaa ifa mootii dukkanaa Sona jireenya gammachuu Kankee si'achi si'ana Yeroon ulfina kee galchuu x2 Si yaa - Oromiyaa Si yaa - biyya tiyya Si yaa - Oromiyaa Si yaa - biyya tiyya @HinseeneeH @HinseeneeH

Watch "#Bahliyake #dance #song #hachaluhundessa Abush and taju shurubbee" on YouTube https://youtu.be/CPV_B-ryQYY
Show all...
#Bahliyake #dance #song #hachaluhundessa Abush and taju shurubbee

OMG

Watch "🅽🅴🆆 🆁🅴🅼🅸🆇 2022 Hacaaluu Hundeessaa - Sijajuun Koo" on YouTube https://youtu.be/D9_r3XyPibw
Show all...
🅽🅴🆆 🆁🅴🅼🅸🆇 2022 Hacaaluu Hundeessaa - Sijajuun Koo

QEERROO fi QARREE Biyyiko Oromiyaa Afaanniko Oromiffa Dhiigiko Oromoo Lammummaanko Oromummaa Daangaa koof nanfalma Afaanko nan Guddifadha Aadaako nan Dagaagfadha Seenaako nan Barsiisa Eenyummaakon nan Boona Bilisummaaf nan Qabsaaha Biyyako nan Guddifadha Bilisummaa Nagaa Jaalala Tokkummaa Badhaadhummaa Biyyako OROMIYAA Sabako OROMOOF Haatahu

OROMIAN SPORT
Show all...
Watch "Ker ethiopian Chinese 🇨🇳 wushu kung-fu show in 🇪🇹 2014 ET or 2021 GC" on YouTube https://youtu.be/G3R8vSSV9Yk
Show all...
Ker ethiopian Chinese 🇨🇳 wushu kung-fu show in 🇪🇹 2014 ET or 2021 GC

International wushu kung fu clubs..in 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹 🇪🇹

Watch "Akkamiin Email akkahuntii banachuu danddenya ...How can we create our email account address..2 class" on YouTube https://youtu.be/HyZjoxVTios
Show all...
Akkamiin Email akkahuntii banachuu danddenya ...How can we create our email account address..2 class

you video kana irra nu jajjabeesitan afaan oromoon video barnotaa heddu dalaguuf qophidhaa Maloo Hamileen Nuttiin Qusatinaa chanala kana subscribe gochuun