en
Feedback
DHUGAA MACAAFAA ✝

DHUGAA MACAAFAA ✝

Open in Telegram

“Waaqayyo tokkicha, inni gidduu dhaabatee Waaqayyoo fi nama walitti fidus tokkicha, inni immoo Kristos Yesus isa nama ta'ee mul'atee dha.” — 1Xim. 2:5

Show more
8 610
Subscribers
No data24 hours
-327 days
-24530 days
Posts Archive
GARAAKEE KUTI - DAWIT GIRMA ✝️JOIN: @galaanafaarfannaa

Faarfannaa 134:2 (HAH) Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatii Waaqayyoon galateeffadhaa. #maranaataa_Yesuus #maranaataa @dhugaadhaam

🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet j
🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet jedhuu tuqa 👇👇.

Ati deeggeraa kilaba kamiiti? 🫵

Ati deeggeraa kilaba kamiiti? 🫵

Second 30 booda ni haqama! Nama dursee channel asi gadii join godhee gaafficha deebiseef badhaasa kaardii 400 nama 10f qophaa
Second 30 booda ni haqama! Nama dursee channel asi gadii join godhee gaafficha deebiseef badhaasa kaardii 400 nama 10f qophaa'ee jira. 5×5-4×5×5= ? Bakka join jedhu tuquun deebisaa badhaafamaa.👇🏻

kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee bakka get jedhuu tuqee join godheef
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee bakka get jedhuu tuqee join godheef👇🏻👇🏻

Daqiiqaa 20 qofaaf kan turu! 👊 Namootni gaaffii kana dursanii deebisan 15'f badhaasa kaardii 200 hiruuf qophoofneerra! 🔥 20+40-35÷2+1 = ?? 👇👇

🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet j
🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet jedhuu tuqa 👇👇.

" Waaqayyo tokkichi akka jiru ati in amanta mitii? Ba'eessa goote! Isa kana hafuuronni hamoonni iyyuu in amanu, in roqomus. " Yaaqoob 2: 19 #maranaataa_Yesuus @dhugaadhaam

Ati deeggeraa kilaba kamiiti? 🫵

Bara sana yoo manaa nu dhaban waldaatii nu barbaadu Bara sana guyyaa Sanbataaf dilbataa bishaan caalaatti dheebonna Bara sana Qo'annaa macaafa qulqulluu akka dorgommiitti yaadnee wal morkanna Bara sana cubbuun cubbuudha Bara sana Maatiifi hangafni nuuf Gooftaa lammataati Bara sana yoo kadhanne malee hin nyaannu, manaas hin baanu Bara sana tajiijilli ji'a jennee tsoomaaf sagada akkasumas kadhata dhoksaa geggeeffanna Bara sana ji'i 13ffaa (phaagumeen) ji'a tsoomaaf sagadaati Bara sana dhuga ba'umsi dirqama keenya Bara sana Kabalamnee, arrabsamnee dhiifama gaafanna Bara sana yoo waldaa nu dhorkan boonyee maraanna ... Bara kana Yoo manaa nu dhaban mana bunaatii nu barbaadu Bara kana Sanbataaf dilbata Waaqeffannaaf utuu hin taane boqonnaaf(bashannanaaf) dheebonna Bara kana macaafa Qulqulluu qo'achuuf utuu hin taane, suuraafi viidiyoon likefi followers argachuuf wal dorgomna Bara kana Cubbuu hojjechuu dhiisuutu cubbuudha Bara kana of danda'oodha, eenyuuniyyuu hin dhageenyu Bara kana Dilbata diingata yoo waldaa deemne kadhanna Bara kana tajaajilumayyuu qabaachuu keenya, yeroo sagantaan gahu yaadanna Bara kana ji'i 13ffaa (phaagumeen) ji'a trip fi bashannanaati Bara kana Sagaleen warra dhugaa ba'aniiyyuu nu jeeqa Bara kana Kaballee, arrabsinee dhiifama eegna Bara kana kadhataniiyyuu waldaa badaa hin deemnu Waaqayyo hunda keenya haa deebifatu🙏 Keessumaammoo ana. Warri akkuma duraa sanatti jabaattanii jirtan itti hin qabamiinaa. Akka hin kufnetti jabaadhaas dhaabbadhaa. ✍️ Chala Margaa #maranaataa_Yesuus #maranaataa_Yesuus @dhugaadhaam

Ati deeggeraa kilaba kamiiti? 🫵

kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee bakka get jedhuu tuqee join godheef
kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee bakka get jedhuu tuqee join godheef👇🏻👇🏻

Daqiiqaa 20 qofaaf kan turu! 👊 Namootni gaaffii kana dursanii deebisan 15'f badhaasa kaardii 200 hiruuf qophoofneerra! 🔥 20+40-35÷2+1 = ?? 👇👇

🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet j
🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet jedhuu tuqa 👇👇.

🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet j
🗳 qarshii tokko malee 0.00 birr dhan Data fayadamuun itti fufeera, ammuma itti fayyadama isaa eegaluuf bakka Fast internet jedhuu tuqa 👇👇.

Ati deeggeraa kilaba kamiiti? 🫵

Ati deeggeraa kilaba kamiiti? 🫵

Ati deeggera Kilaba kamiiti? 👇