cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

AMANTII ISLAAMAA

AS WR WB chaanaalli kun wantoota gara garaa kanneen akka Haraamaafi Halaala Seenaa ajaa'iba Hadiisa sahiiha Qabatee isiniif dhihaata join godhaa. Gaafii yaada fi chaanaala beeksifachuuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/amantiiislaamamembers_bot

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
388
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu isiniin jechaa obboleewwan fi obooleettiiwwan koo Chaanaalli kiyya ka amantii islaamaa jedhu sun waan na harkaa cufameef kunoo ka an amma irra deebiin banadhe kana akka join naaf gootan maqaa rabbiitiin isin gaafadha
Show all...
ABDI TUBE
JOIN
Chaanaaalli kiyya ka amantii islaamaa jedhu sun waan na harkaa cufameef kana join godhuun itti makamaa
Show all...
ABDI TUBE
Chaanaaalli kiyya ka amantii islaamaa jedhu sun waan na harkaa cufameef kana join godhuun itti makamaa
Show all...
Baacoo Natichi tokko guyyaa jum'aa mucaa tokkoon dubbatee cal'isi jedheen Ka isa biraan taa'ullee jummaa tee baddee jedheen Ka sadaffaallee teessan lachuu badde jedheen jedhama ๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€ @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa ๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€ Yaadaaf @amantiiislaamamembers_bot
Show all...
Ibni umarirraa odeeffamee akkana jedha ani ergamaa rabbii ๏ทบ irraa raka'aa kudhan haffaze Raka'aa lama zuhrii dura, raka'aa lama zuhrii booda, raka'aa lama magriiba booda manatti , raka'aa lama ishaa'ii boodaa manatti, raka'aa lama subhii dura ูˆุนู† ุงุจู† ุนู…ุฑ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„:ุญูุธุช ู…ู† ุงู„ู†ุจูŠ๏ทบ ุนุดุฑ ุฑูƒุนุงุช: ๏ดฟ๏ดฟุฑูƒุนุชูŠู† ู‚ุจู„ ุงู„ุธู‡ุฑุŒ ูˆุฑูƒุนุชูŠู† ุจุนุฏู‡ุงุŒ ูˆุฑูƒุนุชูŠู† ุจุนุฏ ุงู„ู…ุบุฑุจ ููŠ ุจูŠุชู‡ุŒ ูˆุฑูƒุนุชูŠู† ุจุนุฏ ุงู„ุนุดุงุก ููŠ ุจูŠุชู‡ุŒ ูˆุฑูƒุนุชูŠู† ู‚ุจู„ ุงู„ุตุจุญ๏ดพ๏ดพ ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡
Show all...
Chaanaala armaan gadii keessaa ka barbaadde xuqi martuu islaamumaaf hojjetaa
Show all...
AMANTII ISLAAMAA
ABDULMENAN JEBAL
SAALIH MEDIA
QUWWATUL ISLAAM
WAA ISLAAMAA
DIRREE MILKAA'INAA
Abuu hureeyraa irraa odeeffamee ergamaan rabbii ๏ทบ Akkana jedhan Tokkoon keessan hirriba isaa irraa yoo ka dammaqu taate bishaan funyaan isaatti olfuudhee gad haa raruu,sheeyxaanni funyaan isaa keessa waan buluuf jecha Yoo xiqqaate nama 5 n ergi ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa @amantiiislaamaa
Show all...
๐Ÿ‘ 12
๐Ÿ‘Ž 5
Abuu hureeyraa irraa odeeffamee ergamaan rabbii ๏ทบ Akkana jedhan Tokkoon keessan hirriba isaa irraa yoo ka dammaqu taate bishaan funyaan isaatti olfuudhee gad haa raruu,sheeyxaanni funyaan isaa keessa waan buluuf jecha
Show all...
๐Ÿ‘ 2
๐Ÿ‘Ž
Azaanni yoom karaa fodhame Sanaa 1 ffaa - 1 ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ 100% Sanaa 2ffaa hijraa irraa - 0 โ–ซ 0% Sanaa 3 ffaa hijraa irraa - 0 โ–ซ 0% Deebiin hin kennamne - 0 โ–ซ 0% ๐Ÿ‘ฅ 1 people voted so far.
Show all...
Sanaa 1 ffaa - 1
Sanaa 2ffaa hijraa irraa
Sanaa 3 ffaa hijraa irraa
Deebiin hin kennamne