en
Feedback
Borena university

Borena university

Open in Telegram
1 825
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
#YuunivarsitiiBooranaa Yuunivarsitiin Booranaa Barattoota haaraa gara Yuunivarsitichaatti ramadaman simachuu eegaleera. SABA
+5
#YuunivarsitiiBooranaa Yuunivarsitiin Booranaa Barattoota haaraa gara Yuunivarsitichaatti ramadaman simachuu eegaleera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA

#BoranaUniversity በ2015 ዓ.ም በቦረና ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ የአቅም ማሻሻያ ሪሚዲያል ፕሮግራም ተማሪዎች ምዝገባ #መጋቢት_11 እና 12/2015 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል።
#BoranaUniversity በ2015 ዓ.ም በቦረና ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ የአቅም ማሻሻያ ሪሚዲያል ፕሮግራም ተማሪዎች ምዝገባ #መጋቢት_11 እና 12/2015 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል። ዝርዝር መረጃዎችን ከፎቶ ላይ ይመልከቱ 🙏 ጥያቄ ና አስተያየት ለመስጠት   👉 @ethiouniversity1bot             Share share🙏🙏 ለተጨማሪ መረጃ👇👇👇👇 ╔═══════════╗ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ╚═══════════╝

#Beeksisa Yaamicha Barattoota Sagantaa Fooyyeffannaa (Remedial Program) bara 2015 A. L.I Yuunivarsiitii Booranaatti ramadamta
+1
#Beeksisa Yaamicha Barattoota Sagantaa Fooyyeffannaa (Remedial Program) bara 2015 A. L.I Yuunivarsiitii Booranaatti ramadamtan Hundaaf! Yuunivarsiitiin keessan Yuunivarsiitiin Booranaa isan simachuuf qophii barbaachisu hundan xumuree waan jiruuf guyyaan dhuftanii galmooftan Bittotteessa 11/2015 -Bittotteessa12/2015 ta'uu kabajaan isan beeksisa. Yeroo gara Yuunivarsiitii dhuftan wantoota armaan gaditti tarreeffaman qabattanii akka dhuftanis Yuunivarsiitiin cimsee isan hubachiisa, 1. Waraqaa ragan qormaata biyyoolessaa kutaa 121fna 2. Traanskiriptii kutaa 9ffan hanga 12ffaa Orijinaulaa fi Koppi 3. Kaardi kutaa 8ffaa 4. Suuraa qixxanyinnii isaa 3x4 tahee kan baay'innii isaa saddeetii 5. Uffita hirriibaa fi siree (Ansoolaa, uffata halkanii fi k.kf) #Hubachiisa:- Barataa guyyaa jedhameen duras tahee booda dhufan kan hin keessumeessine tahuu jabeessinee isan beeksifna. Daayireektoreetii Registraalaa fi Alumnaayii SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 https://t.me/ABDII_SABAA

sticker.webp0.69 KB

📢Borena University ለቦረና ዩኒቨርሲቲ መደበኛ ተማሪዎች በሙሉ የመደበኛ ተማሪዎች የምዝገባ ጊዜ ከጥቅምት 30-ሕዳር 1/2015 መሆኑን አውቃችሁ በተጠቀሰው ቀናት በዩኒቨርሲቲው ሬጅስተራር
📢Borena University ለቦረና ዩኒቨርሲቲ መደበኛ ተማሪዎች በሙሉ የመደበኛ ተማሪዎች የምዝገባ ጊዜ ከጥቅምት 30-ሕዳር 1/2015 መሆኑን አውቃችሁ በተጠቀሰው ቀናት በዩኒቨርሲቲው ሬጅስተራርና አልሙናይ ዳይሬክቶሬት በአካል በማቅረብ እንድትመዘገቡ ጥሪያችንን እናስተላልፋለን፡፡ ጥያቄ ና አስተያየት ለመስጠት   👉 @ethiouniversity1bot             Share share🙏🙏 ለተጨማሪ መረጃ👇👇👇👇 ╔═══════════╗ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ╚═══════════╝

#Waamicha #Yuunivarsitii_Booranaaa Sababa qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffa Yuunivarsitiitti kennamaa tureen Hujii baruuf bar
#Waamicha #Yuunivarsitii_Booranaaa Sababa qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffa Yuunivarsitiitti kennamaa tureen Hujii baruuf barsiisuu addaan cite itti fufsiisuuf qophii(kurfoo) ta'uu keenna Beeksisaa, guyyaan galmee barattoota idilee hundaaf gaafa Onkololeessa 30fi Sadaasa 1/2015 ta'uu hubattanii guyyaa jedhametti qaamaan Yuunivarsitiitti argamuun akka galmooftan yaamicha keenna dabarsina. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA 🌐MARSAARIITII🌐 WWW.ABDIISABAA.COM 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot

Yuunivarsitiin Booranaa Bu'aa filannoo Gamtaa barattootaa gaggeessaa turee ifa godhe. Guyyaa kaleessaa Onkoloolessa 12/2015 Y
+2
Yuunivarsitiin Booranaa Bu'aa filannoo Gamtaa barattootaa gaggeessaa turee ifa godhe. Guyyaa kaleessaa Onkoloolessa 12/2015 Yuunivarsitiin Booranaa bu'aa Filannoo gaggeessaa turee ifa godhe. Bu'uuruma kanaan Barataa Boonsaa Sabsibee perizdaantii Gamtaa Barattootaa, Barattuu Biqiltuu Asaffaaa itti Aantuu Perizdaantii Gamtaa barattootaafi Barataa Sahaar Salessaa Barreessaa Gamtaa Barattootaa ta'uun muudamaniiru. Miidiyaan @Abdii_Sabaa bara hojii Gaarii isiniif haata'u jechaa, gara Gamtaa barattootaatti dhufuun Barattootaaf dhaabbachuu waan ta'eef, itti gafaatamummaa isinitti kenname kana seeraan akka ba'attan gamanumaan isiniif dhaamna. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA 🌐MARSAARIITII🌐 WWW.ABDIISABAA.COM 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot

photo content

sticker.webp0.40 KB

sticker.webp0.31 KB

sticker.webp0.41 KB

sticker.webp0.36 KB

photo content

photo content

#የሥራ_ቅጥር_ማስታወቂያ #ቦረና_ዩኒቨርሲቲ ቦረና ዩኒቨርሲቲ በተለያዩ የሥራ ክፍሎች ረዳት መምህራን፣ መምህራን፣ ቴክኒካል ረዳቶች እና ቴክኒሺያኖችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። 👉 የሥራ መደብ ~
+2
#የሥራ_ቅጥር_ማስታወቂያ #ቦረና_ዩኒቨርሲቲ ቦረና ዩኒቨርሲቲ በተለያዩ የሥራ ክፍሎች ረዳት መምህራን፣ መምህራን፣ ቴክኒካል ረዳቶች እና ቴክኒሺያኖችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። 👉 የሥራ መደብ ~ መምህራን፣ ... 👉 ተፈላጊ ባለሙያዎች ብዛት ~ 96 👉 የቅጥር ሁኔታ ~ በቋሚነት 👉 የሥራ ልምድ ~ ከዜሮ ዓመት ጀምሮ 👉 ተፈላጊ የትምህርት ደረጃ ~ ከመጀመሪያ ዲግሪ እስከ ሦሥተኛ ዲግሪ 👉 የሥራ ቦታ ~ ቦረና ዩኒቨርሲቲ አመልካቾች የትምህርት ማስረጃችሁን ዋናውና ኮፒውን በመያዝ በቦረና ዩኒቨርሲቲ ዋናው ግቢ በመገኘት ማመልከት ትችላላችሁ። ( መሉ መረጃው ከላይ ተያይዟል። ) ጥያቄ ና አስተያየት ለመስጠት   👉 @ethiouniversity1bot             Share share🙏🙏 ለተጨማሪ መረጃ👇👇👇👇 ╔═══════════╗ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ╚═══════════╝

Yuunivarsitiin Booranaa galmeen barattoota idilee waggaa lammaffaa kan semisteera lammaffaa Hagayya 18fi19/2014 ta'uu yuuniva
Yuunivarsitiin Booranaa galmeen barattoota idilee waggaa lammaffaa kan semisteera lammaffaa Hagayya 18fi19/2014 ta'uu yuunivarsitichi ibseera. Guyya ibsame kana qofatti qaamaan argamuun akka galmooftan yuunivarsitichi akeekkechiiseera. 👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻👇🏻 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot

የቦረና ዩኒቨርሲቲ የሁለተኛ ዓመት መደበኛ ተማሪዎች የሁለተኛ ሴሚስተር ምዝገባ ነሐሴ 18 እና 19/2014 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል። በተጠቀሱት ቀናት ብቻ በአካል በመቅረብ ምዝገባ እንድ
የቦረና ዩኒቨርሲቲ የሁለተኛ ዓመት መደበኛ ተማሪዎች የሁለተኛ ሴሚስተር ምዝገባ ነሐሴ 18 እና 19/2014 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል። በተጠቀሱት ቀናት ብቻ በአካል በመቅረብ ምዝገባ እንድታደርጉ ዩኒቨርሲቲው አሳስቧል። @atc_news @atc_news @atc_news @atc_news

#BoranaUniversity በ2014 ዓ.ም ወደ ቦረና ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ አዲስ ገቢ የመጀመሪያ ዲግሪ መደበኛ ተማሪዎች የመግቢያ ጊዜ ግንቦት 15 እና 16/2014 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አ
#BoranaUniversity በ2014 ዓ.ም ወደ ቦረና ዩኒቨርሲቲ የተመደባችሁ አዲስ ገቢ የመጀመሪያ ዲግሪ መደበኛ ተማሪዎች የመግቢያ ጊዜ ግንቦት 15 እና 16/2014 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል። ወደ ተቋሙ ስትሄዱ ልትይዟቸው የሚገቡ፦ • የ8ኛ፣ 10ኛ እና 12ኛ ክፍል ሰርተፊኬት ዋናውና ኮፒው • ከ9 እስከ 12ኛ ክፍል ትራንስክሪፕት ዋናውና ኮፒው • 3×4 ጉርድ ፎቶግራፍ (8) • ብርድልብስ፣ አንሶላ፣ የትራስ ልብስ • የስፖርት ትጥቅ • የኮቪድ-19 መከላከያ ማስክ ከተጠቀሱት ቀናት ውጪ የሚመጡ ተማሪዎችን የማያስተናግድ መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳስቧል። ለአዲስ ገቢ ተማሪዎች Pdf እና መረጃ   👉 @hahuethiopia1             Share share🙏🙏 ለተጨማሪ መረጃ👇👇👇👇 ╔═══════════╗ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ♨️ ♦️ @ethiouniversity1  ♨️ ╚═══════════╝

#Waamicha #Yuunivarsitii_Booranaa Yuunivarsitiin Booranaa Waamicha barattootaa haaraa Caamsaa 15fi 16/2014 ta'uu beeksiseera.
#Waamicha #Yuunivarsitii_Booranaa Yuunivarsitiin Booranaa Waamicha barattootaa haaraa Caamsaa 15fi 16/2014 ta'uu beeksiseera. Odeeffannoo dabalataaf https://www.bru.edu.et SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA @ABDII_SABAA 📩Yaada📩 @YaadaafQeeqabot @YaadaafQeeqabot 📹YOUTUBE📹 https://www.youtube.com/c/Abdii_Sabaa?sub_confirmation=1