cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Hayati ķuĺuha Ĺiĺĺah🤎

🤎🤎As Wr Wb 🤎🤎 💨💨💨💨💨💨💨 As gubbati Insha Allah Seenaa muslimootaa ,Hadiitha fi wantoota Islamuman wal- qabatan gabaabumatti ni argatu Channal kenya 👉Join 👉share nuf godha jzkl

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
161
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Baga Gammadan Baga Gammanee. Jaalatoota Channel hundaaf Channel keessaan Misseensa Bayyifachuu barbaaduu? Maree Beeysiisa duraan Adda Kunee Amma waan Eegaleef Channel keessaa Channeloota Miseensa Kuma 31 Oli waliin waan beeysiifnuuf Dafa galmaa'a jenne. Akkasuma Channel addatis yeroo dhihooti miseensaa baayyisuu waan Dandeenuuf Isaas addaati galmee Eegalee jira. Channalotni Nuti beeysifnu Miseensii isaa 500-Oli Kan ta'e qofaaf. Galmeen Kara @ABDETUOR Kan keessuumesinu ta'a. Galatoomaa Share Share Share Share Share
Show all...
#Filisxeem Gaafa Iimaanni onnee tee si seene jiruun duniyaa guutuun si biratti gatii hin qabdu. Join👇 @Love_Allahh
Show all...
جمعه مبارك Share to your muslim friends.❤️ 🎨 | @Love_Allahh
Show all...
#Covid19India Biyya Hindii keessatti guyyaa kaleessaa qofa namoonni 4529 tahan Covid-19 lubbuu isaanii dhaban, Dhumaatii kanaan wal qabatee hordoftoonni amantaa hinduu Sanama/Taabota rabbi jedhanii gabbaraa turan koronaa irraa nu tiiysuu hin dandeenne jechuun bishaan keessatti darbaa jiru. #Allahuakbar ⊙ يَا أَيُّهَا النَّاسُ ضُرِبَ مَثَلٌ فَاسْتَمِعُوا لَهُ ۚ إِنَّ الَّذِينَ تَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَن يَخْلُقُوا ذُبَابًا وَلَوِ اجْتَمَعُوا لَهُ ۖ وَإِن يَسْلُبْهُمُ الذُّبَابُ شَيْئًا لَّا يَسْتَنقِذُوهُ مِنْهُ ۚ ضَعُفَ الطَّالِبُ وَالْمَطْلُوبُ ⊙ Rabbiin karaa qajelaa irratti isaan haa qaajelchu ©Fursaan Media @Fursaan_Media @Love_Allahh @Love_Allahh
Show all...
''Hiyyummaan Wallaalummaa Irra Hammate, Qabeenyi Sammuu Caalus Hin Jiru.'' (💕Nabi Muhammad / S.A.W/💕) ---------------------------- ''ከመሃይምነት የበለጠ ድህነት, ከአእምሮ የበለጠ ሀብትም የለም።'' (💕ነቢዩ ሙሀመድ / ሰ ዐ ወ /💕) @Love_Allahh
Show all...
🔈"Diinii keenna keessatti Iidiiwwan lamaan(Iid Al Fixirii fi Iid Al-Adhaa) achi 'Iida Shawwaal(Iida xiqqishuu) wanti jedhamu hin jiru".Iidni Shawwaal Bid'aadha‼️ 💫Wanta ajajamne hojjachuu irratti cem'aatiin waan hin ajajamne akka hin fidne. 🌺#Share🌺 || @Love_Allahh @Love_Allahh
Show all...
♡ Wantoonni heeddu takka nama dhukubsan ⇉ Manni haadha malee ⇉ Jiruun salaata malee...
Show all...
#free_Palestine #Gaza_under_attack ‼️
Show all...
Arraba kee tiyfadhu. 💡Ibnul jawziin Rabbiin Rahmata isaanif haa godhu akkana jedhan. Namni Rabbiif jedhee arraba isaa Addunyaa kanarratti waan hin taane dubbachuu irraa eeggate Rabbiin gayyaa inni du'uuf guyyaa qiyaamaa shahaadaa isa dubbachiisa isa dandeessisa. Namni ammo arraba isaa maqaa namoota balleessuf fokkina nama sakkata'uu irraatti bobbaase Rabbiin guyyaa inni du'u arraba isaa kana shahaadaa tokkichummaa isaa akka ragaa hin baanee hidha SubhaanaAllaah boodeen isaa hoongoodha ilaahiin nama san irraa nu tasiisiin waa hundarra Rabbiin soodaa ofi fi Iimaana haqaa nuuf haa keennuu yaa Allaah . 👉@Love_Allahh
Show all...
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN !! Goda yatiimaa,utubaa masjidaa,ooyruu keeyrii,tabba ulamaan irra qubatu,goota ija leencaa,hayyuu dhuka dubbii beeku... Haaji Zubayri Jundaa gama fuula RAHMAAN godaananii jiru. Abbaa qabeenyaati miti,imaama masjidaatii miti,garuu ofumaaf mallaqa walitti qabanii masjida 40 ol ijaaranii jiru! Dhoqqee ofiif dhiitu,muka ofiif baatu,ooyruu ulamaa ofiif qotu,darasoota diiniitif gaaddisa ijaaru..... Way RABBII kiyya! Gaara guddaa fudhatte har'a! Ibsallee nuuf kenni,isaanifis araarama kee buusiif,hojii isaanii hunda nuuf qeebali! Mee du'aa'ii godhaafi...! @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan @AbduljalilRedwan
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.