en
Feedback
Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Open in Telegram

Obolotakoo Goftaa dhagahaa

Show more
986
Subscribers
No data24 hours
+97 days
+3330 days
Posts Archive
"SIMBOO FUULASAA" New Ethiopian Oromo Orthodox Tewahido Mezmur Takele Teshome 2022(Official Video)

Iyyasuus Kiristoos Waaqayyoo dha faarfannaa Ortodoksii laphee nama bitu

Audio from Bekele Dechasa

Dogoggoree mitii||New Ethiopia Orthodox mezmur||New Afan Oromo Orthodox mezmur ||Orto Tube

Naa Ilaali maloo:Faarfannaa Afaan Oromoo,F/taa Biqilaa

Faarfannaa Haaraa 2021|| ulfinni kee || Ifaa || Ethiopian Orthodox Tewahedo Afaan oromoo hymn ||

4_5877314203684964112.mp34.18 MB

F/tuu Hawwii Daggafaa|Gonfoo Dhugaa Argattee|Faaruu Afaan Oromoo Ortodoksii Tewahidoo#Share_Like_Sub

F-Baqqalaa%200926067797Naaf%20Dhabbata%20.mp34.73 MB

Kenadhaa atii mariyam (4) Kanaf sii wamatuu ijolleen adamii 👉https://t.me/Afuurawaa 👉https://t.me/Afuurawaa 👉https://t.me/Afuurawaa 👉https://t.me/Afuurawaa

🌹Burqituu gannata folii urgoftuu Durbee mariyaam kotuu kotuu (x2) Yaa gugee nageenyaa kotuu karaa keenyaa (x2) 🌹Ceesisaa🌹 🎤🎤Waqayyoon barbadee kalatii hundanuu Argachuu hin dandeenyee kan si'in madaluu Nii qulquluudhaa gooftaan sii jalatee Dubartotaa keessaa ati ebbifamtee 🌹Ceesisaa🌹 🎤🎤Tessosan waqayyoo hundaa ol kan ta'e Gaddameessii kan kee akkamiin danda'ee Eyyammaa waqayyoo ati ajajamtee Akkaa ati jetuu naaf yaa ta'u jetee 🌹Ceesisaa🌹 🎤🎤Addam ganatatii ari'amee bahee Cubbuu isattii gabbee waqayyoottii bo'ee Akkaa nii fayyuu gooftaan kan dubatee Durbee mariyaam nuu hundaaf kenamtee 🌹Ceesisaa🌹 🎤🎤Addunyaa kan fayyee ilmaa kan ketiinii Hundumaa dandeessee osoo dadhabiinii Abdii sii godhaanee waqayyoo durattii Nuraa addaa hin bahiin hangaa dhumatitii 👇👇👇 https://t.me/Afuurawaa

🛑"Taliillikoo koo hin boora'u" |Memihir Yared Alemu | መምህር ያሬድ አለሙ

Ende Afomeya RE.mp31.86 MB

*NEW* Itiyoophiyaan ni boossi F/taa Dn Taarikuu Bayyanee

#Fannoo Keen Baadha Nan Mo'uu Diinnikoo Faaruu Harawaa Baayyee Namatti Tolu dha Faarfattuu #Hawwii Darajjeen kan Qophaa'ee Linki Armaan gadii xuqatii dhaggeeffadha #F/tuu Kanas Jajabeessaa 👇👇👇👇👇 https://youtu.be/12Ppuhtrhl4 https://youtu.be/12Ppuhtrhl4

Audio from Bekele Dechasa

#Hojii ijolleen Wareegamaa Qulqulluu Giyorgisii hojjettan kan fakkeenya nama maraaf ta'udha Hundumtuu ilaala hojii Eebbifama kana Linki Armaan Gadii xuqatii 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/ZalAdipNRSo https://youtu.be/ZalAdipNRSo

#Hojii ijolleen Wareegamaa Qulqulluu Giyorgisii hojjettan kan fakkeenya nama maraaf ta'udha Hundumtuu ilaala hojii Eebbifama kana Linki Armaan Gadii xuqatii 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/ZalAdipNRSo https://youtu.be/ZalAdipNRSo