en
Feedback
Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Open in Telegram

Obolotakoo Goftaa dhagahaa

Show more
986
Subscribers
No data24 hours
+97 days
+3330 days
Posts Archive
πŸ‘‡πŸ‘‡follow ╔═════════════╗ ♨️ βšͺ️ @OrtoOroKoon  ♨️ β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β• + @Faarfataa  πŸ™Share it

Baga Gammaddan baga gessan baga Waliinis Geenye

✝ Faajjii Nageenya✝ Fannoon gooftaa argamee Yihuudotaan inni awwaalame Eyyee Faajjiin nageenyaa kunoo lallabamee Fannoodhaan dinni ni mo'ame Waggaa hedduuf dhokfame Akka hin baaneef fannoon awwaalame Aarri ixaana gonboobe Illeeniidhaaf fannoo argamsiise ●●●●● Raajii hedduu hojjetee Humni fanno diina injifate Dhukkubsataa fayyisee Warra jaamaaf ija isaaniif ibse ●●●●● Morma keenyatti hidhannee Kan nu morman diina ittiin moone Fannoof galanni inta'a Kan hin beekne maalo dhagahaa ●●●●● @Faarfataa

https://youtu.be/7gsYDwxbRVI Nageenyi fi jalali Waaqayyo isinf haa ta'u maatiwwaan Waaqayyo Akkam jirtu🀝 *Sher,Like fi subcribe*πŸ‘†πŸ‘† godha Link kan tuqa seenaa

Niraweteme RE.mp35.55 MB

Fonko Gnada.mp35.70 MB

Silase.wav79.59 MB

Affeerramtaniittu hirmaadha
Affeerramtaniittu hirmaadha

Ol baatetti F/taa Dn Daani'el Malkaamuu Faaruu biraafπŸ‘‡ @OrtoOroKoon @OrtoOroKoon

Faarfannaa Afaan Oromo, Ati Balbala Bahaa, B/saa, F/taa. Lataa Ejjetaa.

*Qoricha Addunyaa* πŸ‘‡A/F/Dn Gammachiis Bultii ╔═════════════╗ ♨️ βšͺ️ @OrtoOroKoon ♨️ β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•

Sagaleen nagaa kee... πŸ‘‡πŸ‘‡follow ╔═════════════╗ ♨️ βšͺ️ @OrtoOroKoon ♨️ β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•

Meka Hinbene.mp33.62 MB

Farfannaa Tawaahidoo Amantaa koo

Dn Amaanu'eel Awwaqee _ Tawaahidoo Amantaa koo|| Faarfannaa Ortodoksii || Afaan Oromoo-Ethiopia

#Martinuu seenaa dhaggeeffadha* Dhugumatti baayyee nama gammachistu #Linki Armaan Gadii xuqatii dhaggeeffadha* Sher sher waliif godhaa πŸ˜ƒπŸ˜ƒπŸ˜ƒ https://youtu.be/Y1btS1plZRI https://youtu.be/Y1btS1plZRI https://youtu.be/Y1btS1plZRI