Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan
Open in Telegram
986
Subscribers
No data24 hours
+97 days
+3330 days
Posts Archive
⛪✝️ #Maqaa Abbaa Maqaa Ilmaa Maqaa Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen🌱🌱🌱
#KUTAA FAARUU SHAAKALLII WALDAA TOKKUMMAA AMANTAA ORTODOKSII TAWAAHIDOO
#Shaakala Faruu Marsaa 20ffaa ⏰🛎️
🎤🎤🎤 #Lolli maaf natti ka'a
Lolli maaf natti ka'a lolaa dhugaanoo qabaa
Harkasaa nawajjini dinnikoo maaf dadhaba
Dubbadhu Sagalee kee dinni koo haa faca'uu
Kenna kee namaan laadhu galanni siif haa ta'u
#========///========
/// Ceesisa ///
#Fara'oon Qopheesusii Loltoota Jabaa Filee
Akka ati isaa Caaltuu Angoon kee isaaf hin galle
Sodaadhus Galaanicha fulduratti laalee
Gargaarsa si kadhanna galaanichi tamsa'ee
#========///========
/// Ceesisa ///
Du'uu koo Murteessanis yaadaan walii galani
Yaa'ii ittii na baasaniis cubbamtuudha jedhani
Maqaa koo balleesanis maqaa haaraan fudhadhe
Lafa isaan yaadan mitii jireenyattan fudhadhe
#========///========
/// Ceesisa ///
Beeka callisfteef malee keessa doonicha jirta
Sagalee du'aaf dhufee jireenyatti jijjirta
Hin mamuu sin Amana amaantii kootu hirrate
Jiraachisaa koo jirtaa galaanni si baqate
#========///========
/// Ceesisa ///
Maqaa haaraa naaf laatteen si jalaa owwaadhera
Wanta ati naaf gootee hundaaf galaata dhiheessera
Sagaleen bojuu bade mo'ichatu dhaadataa
Maqaa kee yeroon dhahu dinatu na baqata
#========///========
Shaakala Gaarii
WALDAA TOKKUMMAA AMANTAA ORTODOKSII TAWAAHIDOO
➕➕➕➕➕➕➕➕
new_Afaan_OROMO_mezmur_Lolli_Maaf_Natti_Ka_a_hf9o7BdJ_lw_140_1.mp38.04 MB
Maal ta'a osoo taane akkuma Salomee
Siwaliin godaanne galataaf dhaabbanne
Maal ta'a osoo taane akkuma Yooseefi
Laphee qulqulludhan waamamne ebbafi
Silaa obsa barra gidiraa danda'uu
Gaddi ofqabumaadhan oftulumma mo'uu
Hammenya dhiisanii dhugaa waliin ba'uu
Nundhoowwatin dubroo laphee kanaaf ta'u
Nuuf eyyami maaloo sigalateeffanna
Siwaliin beelofnee beela kee hirmaanna
Murtee nama ajjessu sobarra baqanna
Araarsumaa keetti amanne jiraanna
Barii lafaa hin eegnu halkanuma walakka
Sababa hin baay'isnuu ni deemna si duuka
Fayyina keenyafiis ni qabda akeeka
Yooseef nu taasisii maanguddicha beeka
t.me/Galateeffamaadha
Gebere Kiristoos
Gebre Kiristoos misirricha /2
Firii tewaahidoo Hangaficha
Obsaan mo'atte Biyya Lafaa
Kadhanna keetin Dukkani ifaa
#Ceesisa
Daraaraan Lafaa bu'aan qabuu
Yeroof bareedee Akka darbuu
Hubatte madaalte Abbaa/2
Karaa isaa dhuga
@Ceesisa
Abbaaf haadhakee hin salphifnee
Kan isaan hawwanis ati hin dinnee
Jalalaan Kan deemtee Abbaa/2
Mushurrittii biraa
@Ceesisa
Abbaan kee Mootichi si iyyaafatee
Lafa ati Jirtu gaaggafatee
Si arguun dandeenyeem Abaa/2
Kadhaan ke si dhokseera
@Ceesisa
Keessa koo dubatti naaf jijjirii
Mana Abbaa kootti na deebisii
Jettee kadhattee Abbaa/2
Kun waan dinqiidha
Baroota Heedduuf Saroonni Abbaa kee
Si Harraabanii Madaa Qamakee
Obsaan danddeese Abbaa/2
Dheebuufi beelaa
@Ceesisa
Harcahaa warraakee kan sorratte
Rakkataa Biyyaa ormaa itti fakkaatte
Jireenyaa Samii filattee Abbaa/2
Faaruu biraaf👇
F/taa Baqqalaa Dachaasaa ╔═════════════╗
♨️ ⚪️ 🔺JOIN🔺
Faaruu biroof linkii isa gadii xuqaa Johin godhaa
👇👇
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
🔺JOIN🔺 ♨️
╚═════════════╝
🔔Isheedha🔔
~Isheedha haati waaqayyo
~Isheedha nuuf araarsituun
~Waaqni dhiifamasaaf karaashe nuuf dhufee
~Maariyaam /2/ jennee beela'uun keenya hafe
@Ceesisa
~Abbaan samiirraatii ishee filateera
~Ilmis ayyaanaani isheerra buleera
~Afuurri qulqulluu ishee golboobeera
~Waaqaan waan filamteef adda isheen hundarraa
©Maqaakee yoon waamu daammaan guuta afaankoo
©Kanaafan daabalee sifaarsa haadhakoo sifaarsa giiftiikoo
@Ceesisa
~Missiraachoo guddaan gebri'eeliin ergamee
~Hawwii bara dheera dhufee sitti himee
~Addaamiin fayyisuuf guyyaansaa ga'eera
~Waaqayyoon nii deessa fedhasaa ta'eera
@Ceesisa
~Qulqulluun daawwiti ishee arguuf hawweeraa
~Maqaashee olkaasee Baganaan faarseera
~Abbaa Hiriyaaqosiis baayye ishee jaallate
~Waa'eeshee lapheensaa gammachuun dubbatee
@Ceesisa
~Dhiigasaa lolaasaa dhiphuu keenya baatee
~Gaafa fannoosanii waan gooftaan dubbatee
~Harmeekoodha isheen kunoo siif laadheera
~Waadaan guyyaa sanaa lapheekoorra jira
@Galateeffamaadha
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ 🔺JOIN🔺
Faaruu biroof linkii isa gadii xuqaa Johin godhaa
👇👇
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
🔺JOIN🔺 ♨️
╚═════════════╝
Gebre Menfes Qiddus
Gebre menfas Qiddus Yaa Qulqulluu
Waaqa Tokkoti Warrii buulluu
Abboon si waamee maqaa kee
Gargarsa keet Amannee
Abbumma kee jallanne
Dhaloonnii kee Addaa guddinni kee
Osoo hin hodhiin guddattee harma hadha kee
Uumanni baayyeen kan sin Argannii
Daa'imni harra dhalatee akkamin dubbatee
Dinqidha jedhanii
Dinoonni baayyeeni si Qoraas turanii
Fakkatti Harraa geessan isarra bulanii
Osoo ati ilaltuu Ijakee baasanii
Kadhanna kee Akka ati kuttuuf yaadanii
Qorumasaaf yaalanii
Badhaasa Argattee Cimna Amantii keen
Leencaafi qeerrassa eegumsa milla kee
Uuffanna siif laate uuffanna rifeessa
Simboo Addaa Argattee Abu'ee kadhaa keen
hunda keessaa
Itiyoophiyaaf kadhatee waggoota baayyeedha
mataa keen dhaabbatte Bishaanicha keessaa
Qorraaf dilallicha obsuuman danddesse
Kakuu dhiifamasa nu'iin gonfachiiftee
Nu biraan geesse
Tajaajilaa Afuura Qulqulluu Hikumtti maqaa kee
nuutti Araaramee waaqayyoon Karaa kee
Jabaattee kadhattee Ilmaan namootaatii
Bilisaa nu Baafattee garbbuma diinaatii
Afaan jawichaatii
Faaruu biraaf👇
F/taa Baqqalaa Dachaasaa ╔═════════════╗
♨️ ⚪️ 🔺JOIN🔺
Faaruu biroof linkii isa gadii xuqaa Johin godhaa
👇👇
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
🔺JOIN🔺 ♨️
╚═════════════╝
Faaruu biraaf👇
F/taa Baqqalaa Dachaasaa ╔═════════════╗
♨️ ⚪️ 🔺JOIN🔺
Faaruu biroof linkii isa gadii xuqaa Johin godhaa
👇👇
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
https://t.me/ftaabaqqalaags
🔺JOIN🔺 ♨️
╚═════════════╝
Faaruu baayyee namatti tolu👇👇👇
https://vm.tiktok.com/ZMFFgehjk/
Faaru F,taa Baqqalaa Dachaasaa VCD Lakk 2ffaa.docx0.19 KB
