en
Feedback
Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Open in Telegram

Obolotakoo Goftaa dhagahaa

Show more
986
Subscribers
No data24 hours
+97 days
+3330 days
Posts Archive
+7
Faaruu Cuuphaa F.Dn Jaalal nagaasaa faarfannaa haarawa Afaan oromiffaa πŸ‘‡πŸ‘‡ πŸ”ΊJOINπŸ”Ί Faaruu biroof linkii isa gadii xuqaa Johin godhaa πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/ftaabaqqalaags https://t.me/ftaabaqqalaags https://t.me/ftaabaqqalaags https://t.me/ftaabaqqalaags πŸ”ΊJOINπŸ”Ί

Faaruu Cuuphaa ✝Nuti cuuphamne✝    Sher 🌷https://t.me/Afuurawaa

πŸ‘‡ follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β• + πŸ‘‰ @Faarfataa

πŸ‘‡πŸ‘‡follow ╔═════════════╗ ♨️ βšͺ️ @OrtoOroKoon  ♨️ β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•

Audio from Garbicha Sillaasee

Audio from Garbicha Sillaasee

Audio from Garbicha Sillaasee

Audio from Bekele Dechasa

Audio from Bekele Dechasa

Audio from Bekele Dechasa

Audio from Bekele Dechasa

α‰ αα‰…αˆ­α‰°αˆ΅α‰¦α‹ˆαˆ¨α‹°αˆˆαŠ›αˆ²αˆαˆ˜α‹αˆ™αˆ­lyrics_1669961820027.mp38.76 MB

β›ͺ✝️ *Maqaa Abbaa Maqaa Ilmaa Maqaa Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen*🌱🌱🌱🌱🌱🌱 _KUTAA FAARUU SHAAKALLII WALDAA TOKKUMMAA AMANTAA ORTODOKSII TAWAAHIDOO_ *Shaakala Faruu Marsaa 23ffaa*β°πŸ›ŽοΈ 🎀🎀🎀 *Maal ta'a osoo taanee* *========///========* Maal ta'a osoo taane akkuma Salomee Siwaliin godaanne galataaf dhaabbanne Maal ta'a osoo taane akkuma Yooseefi Laphee qulqulludhan waamamne ebbaafi *========////=========* */// Ceesisa ///*🌱🌱🌱 Silaa obsa barra gidiraa danda'uu Gaddi of qabumaadhan of tuuluumma mo'uu Hammenya dhiisanii dhugaa waliin ba'uu Nun dhoowwatin dubroo laphee kanaaf ta'u *========////=========* 🌱🌱🌱 */// Ceesisa ///* Nuuf eyyami maaloo sigalateeffanna Siwaliin beelofnee beela kee hirmaanna Murtee nama ajjessu sobarra baqanna Araarsumaa keetti amanne jiraanna (2) *========////=========* */// Ceesisa ///*🌱🌱🌱 Barii lafaa hin eegnu halkanuma walakka Sababa hin baay'isnuu ni deemna si duuka Fayyina keenyafiis ni qabda akeeka Yooseef nu taasisii maanguddicha beeka 🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱 *Shaakala Gaarii* βž•βž•βž•βž•βž•βž•βž•βž• *WALDAA TOKKUMMAA AMANTAA ORTODOKSII TAWAAHIDOO* F/taa D/N Shaanbal Nugusee

Maal ta'a osoo taane akkuma Salomee Siwaliin godaanne galataaf dhaabbanne Maal ta'a osoo taane akkuma Yooseefi Laphee qulqulludhan waamamne ebbafi Silaa obsa barra gidiraa danda'uu Gaddi ofqabumaadhan oftulumma mo'uu Hammenya dhiisanii dhugaa waliin ba'uu Nundhoowwatin dubroo laphee kanaaf ta'u Nuuf eyyami maaloo sigalateeffanna Siwaliin beelofnee beela kee hirmaanna Murtee nama ajjessu sobarra baqanna Araarsumaa keetti amanne jiraanna Barii lafaa hin eegnu halkanuma walakka Sababa hin baay'isnuu ni deemna si duuka Fayyina keenyafiis ni qabda akeeka Yooseef nu taasisii maanguddicha beeka

β›ͺ✝️ *Maqaa Abbaa Maqaa Ilmaa Maqaa Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen*🌱🌱🌱🌱🌱🌱 _KUTAA FAARUU SHAAKALLII WALDAA TOKKUMMAA AMANTAA ORTODOKSII TAWAAHIDOO_ *Shaakala Faruu Marsaa 22ffaa*β°πŸ›ŽοΈ 🎀🎀🎀 *Mucaa kan barbaadu du'eera* Β *==========///========* Kennan Kan guuttamtee Gammadii yaa dubroo kennan kan guuttamtee Waaqayyoo duratti ulfina argattee Sanyii Issey irraa hiddi dhaalota kee Uumatoota olii Adda kabajni kee (x2) *========///========* */// Ceesisa ///* 🌱🌱🌱 Durayyuu Kan turee harras kan jiratuu Si'i irra dhalatee maqansaa haa ulfaatuu Akkuma namoota ati cubbuu hin hojjennee Dheekkamsi baricha si'in hin argannee *Mucaa ni barbaduu fudhuutii baqadhuu* *Yeroo muraasaafii Missirii boqodhuu* ========///======== */// Ceesisa ///* 🌱🌱🌱 Afuura qulqulluun gaggeffamaa turtee Ergamaa Fanu’eelin ati Kan sooramtee Guyyaa Dumessaniii halkanis ifaanii Si gaggessaa ture ilmii kee gooftanii *Mucaa Kan barbaduu Mootichis du'era* *Biyya kee deebi'ii godansi si ga'era* ========///======== */// Ceesisa ///* 🌱🌱🌱 Baayyee si barbadee Mootichi Herodosii Waalin Kan goodantee Solomef yoseefi Yoo si barbadellee inni si hin agarree Hunda danda'uusa moticho hin barree *Mucaa Kan barbaduu Mootichiis du'era* *Israa'eel deebi'ii godansisi ga'era* ========///======== */// Ceesisa ///* 🌱🌱🌱 Fulbaana eegalee hangumaa sadasaa Akkamin dandessee qorraa fi aduusaa Ilmaa kee walinii bayyees ni rakkattee Qorumsaf dhiphina hunda Dandamattee *Mucaa Kan barbaduu Mootichiis du'era* *Israa'eel deebi'ii godansi si ga'era* ========///======== */// Ceesisa ///* 🌱🌱🌱 Ilmaa kee waliini dhiphinaa agartee Gammojjii misirritti rakkoo ni fudhatte Yoomuu hin dagannuu rakkina ke giftii Galataa sif lannaa bara hanga barattii *Mucaa Kan barbaduu Mootichiis du'era* *Biyya kee deebi'ii godansi si ga'era* *Shaakala Gaarii* *WALDAA TOKKUMMAA AMANTAA ORTODOKSII TAWAAHIDOO* βž•βž•βž•βž•βž•βž•βž• F/taa Taaddasaa Dachaasaa

Kenan Kemgutemte W.mp37.91 MB

Audio from Bekele Dechasa

Hadaf Abako.mp33.80 MB