en
Feedback
Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Faaruu Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromiffaan

Open in Telegram

Obolotakoo Goftaa dhagahaa

Show more
986
Subscribers
No data24 hours
+97 days
+3330 days
Posts Archive
Kara tik tok keenyaan illee hordofaa *FOLLOW godhadha Sher illee* isa gadii kana xuqaa ⬇️⬇️⬇️ Boorana https://vm.tiktok.com/ZMYas1NML/

Linki Armaan gadii kana xuqaatii Hojii Eebbifama Waldaan Qulqulluu Mikaa’eel hojjetee ilallaa Fakkeenyummaa Gaariidha *Sher waliif godha* ⬇️⬇️⬇️ https://youtu.be/GCA5FUZ0DV0 https://youtu.be/GCA5FUZ0DV0

*Linkii Armaan gadii kana xuqaa ilaalaa #irraa baradhaa hojii Eebbifama kana sin illee hojjedha *Sher waliif godha* https://youtu.be/o7ejUsQ6SuQ https://youtu.be/o7ejUsQ6SuQ

Muudamuun gaariidha 👇👇 follow ╔═══════════╗ ♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═══════════╝ + 👉 @Faarfataa

*Linki Kana join godhadha Sher Sher waliif godha* *Guyyaa bori Sagantaan biyya keessa asiin darba*⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️ Pege keessaniin⬇️⬇️ https://www.facebook.com/koreetokkummaa ⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️ https://www.facebook.com/100070985824083/posts/231674295875430/?substory_index=0&flite=scwspnss

Galata kee Faaruu Ayyaanaa! Galata keex2 Yaa WAAQAYYO galatakee! Yaa WAAQAYYO- yaa WAAQAYYO, Oolmaa kee hundumaaf Gochaa kee hundumaaf Nut homaa hin qabnuu Wanta siif laatamuu Iliil jedhaax2 mee WAAQAYYOOf iliil jedhaa mee WAAQAYYOOf mee WAAQAYYOOf Waaqummaasaatiifi Gooftummaasaatiifi Isa nu jaallateef Du'a nu oolchateef Bittaa diinaa jalaa Isa nu baafateef Gara mana isaatti Isa nu waammateef Nu eebbisiix2 yaa WAAQAYYO nu eebbisi. Yaa WAAQAYYO Yaa WAAQAYYO Ijoollee kee taanee Dhufneerra gara kee Guyyaa 40f Guyyaa 80 Maqaa keen cuuphamnee Mucummaa kee arganne Akkam bareeddi Tawaahidoon-Akkas bareeddi Tawaahidoon Iyyasuusiin- Eeyyee Yommuu lallabduu Gooftummaasaaf-...... Yommuu sagaddu Haadha Gooftaa.... Yommuu kabajjuu Ergamootaa..... Yommuu abdattu Qulqulloota... Wanta jaallattuuf Phaaphaasotaan... Waan hogganamtuuf Lubootasheen... Yommuu eebbistu Diyaaqonootan... Kan tajaajiltuu Ayyaanoota... Yommuu kabajju Faarfattootaan.... Yommuu faarfattu Uummata ishee.... Yommuu barsiiftuu Balee uffattee... Yommuu galatoo Fannoo hidhattee... Yommuu adeemtuu Tokkummaadhaan.... Yoo waaqeffattuu Waloomatti... Yommuu waamamtuu - akkas bareeddi Tawaahidoon!. F/taa Dn Jaalal Naggasaa

Galata kee yaa Waaqayyoo Galata kee

sindinqisifadha

👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝ + @Faarfataa  🙏Share it

Niderbe.mp34.42 MB

#Iddoo hundatti Sher godha Fkn Addadha Oboleetti keenya Ababaayee olmaan kan qophaa’e ⬇️⬇️ https://youtu.be/T6Pi8p4HHbA https://youtu.be/T6Pi8p4HHbA

Niderbe.mp34.42 MB