cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Sirbaa Afaan oromoo Ãnaaf wajjin

Channeliin kana kessatii oddefannoo wayiitawa dubbii fi Gorsaa beektoota nama jajjabessuu danda’an fi wantootaa nama bashanansiisaan argachuuf Channelii kana join godha Oromuumaan Kenna umaaman kennamu dha Oromuman Jabbesuun Dirqama Oromoo dha !!

Show more
Ethiopia4 164The language is not specifiedEducation29 608
Advertising posts
4 379
Subscribers
+2224 hours
+1987 days
+67030 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
#Aartistoota keenyaa Araaraa cidhaa Artistii ittiqaa Tafarii irratti
1490Loading...
02
#Godinaa shawaa Bahaa Aanaa libaan Cuuqqlaa Gandaa agaamsaa rogichaa Jedhamuutti qamnii mootummaa cunqursaa fi gidiraa hamaa ummataa naannoo san irratti geggessaa jiruu . 1, ummataan bishaan fidaa ,Uffata micaa nafaa nu dhiqaa ,qoraan fidaa jechuun isnii shanee dhafuu ni fiduu jechuun ummaata midhaa guddaa irraan gaha jiruu 2, atii ilmii kee shanee dhaa obbolessi kee shanee dhaa durbiin kee shanee dhaa jechuun ummata Naaga iratti Dhibba Gudda irratti gageessaa jiru 3, Yoo of harkaan gataan yookaan ni ajjesuu yokaan ni hidhuu yookaan akka namaa hin tanee godhuu 4, cubeedhaan waranuu yo dubartii qabaan torbaan 2 yokaan ji'aa of biraa techisaan yokaan ni hidhuu yookaan ni galakisuu 5, namnii tokko yoo tasaa torbaan 2 yookaan 1 mana bahee bakka fedhasaa deemee shanee biraa dhaqxee/Xaan jechuun itti qabattaa godhanii horii isaa fudhatuu mana isa gubuu Hadhaa mana isaa jala gudeeduu. # fakenyaaf warotaa tateen kuun mudatee kessaa xiqoo isniif yoon kasee 1,obbo Nacoo ya'ii atii ilmii kee shaneedha atii dabalee shaneetii jechuun mana isaa qe'ee gutuu cidhii isaa gubuun midhaan isaa fudhataan. 2, obbo Sisaay Tamiraat immoo atii dabalee shaneetii isaan qalabdaa jechuun qotiyyoo qidii 2 fi midhaan isaa fudhataan cidii fi mana isaa jala gubaan. 3, obbo Sobbuu Bulbulaa atii dabalee shanee ti jechuun qotiyotaa qidii 1 jalaa fudhataan. #Uummata keenyaa Badii tokkoo malee ajjeefama, hidhama ,qabeenyii isaa samama jiruuf Sagalee haa tanuu
2861Loading...
03
👤 Artist: Gutu Abera 🎧 music: IYYOOLEE ⏭ Size :  4.0 MB 🎙More:https://t.me/SirbaAfanOromo #AUDIO ♥️ 💚 ❤
4112Loading...
04
"Calaqqisa hangaasuu Qeerroo koo ka'ii fuudhi Jireenyi kophaa naman baasuu" Jedhe Etika Teferi 😊 😂😂😂
4170Loading...
05
if you are single, please sleep early. you are making the network slow good night Xavier maal sii wayya😂😂
4361Loading...
06
https://www.facebook.com/100040929394953/posts/1215589096482059/?mibextid=9idTr45qYp7jtedz
3860Loading...
07
Faannoo Naahoo Sannaay reeffi isaa bakka hin jirretti geggeessaan reeffa isaa taassifame. Jalqaba baatii Eeblaa keessa naannoo Galma Mileniyeemii Boolee Finfinneetti poolisii waliin dhukaasa uumameen kan ajjeefaman sirni reeffa isaanii osoo reeffi hin jiraatin magaalaa Gondaritti raawwatameera. @ABDII_SABAA 📡
3990Loading...
08
12 TYPES OF MAN FOR YOU TO MARRY 1. He Must not be a Comedian - But Marry a Man who makes you laugh 2. He Must not be an Accountant - But Marry a Man who is financially responsible and accountable 3. He Must not be a Pastor - But Marry a Man who can pray with and for You. 4. He Must not be a Wrestler - But Marry a Man who is Man enough to stand up for you when it matters 5. He Must not be a Poet - But Marry a Man who knows how to Love you and Shows it 6. He Must not be a Professor - But Marry a Man who can engage and motivate you in matters of intellect and sense matters 7. He Must not be a Doctor - But Marry a Man who can treat you well, in good and bad times. 8. He Must not be a Billionaire- But Marry a Man that can take care of you, now and better in time to come. 9. He Must not be Perfect - But Marry a Man who understands that no one is perfect yet strives to be. 10. He Must not have a Private Jet - But Marry a Man who has Integrity, character, self control and loves you genuinely 11. He Must not be Brad Pitt - But Marry a Man whose Looks YOU are in Love and okay with. 12. He Must not be a Child of the Governor - But Marry a Man who is a Child of God Marry That Man Who Loves God . Remember: Don't Marry for the sake of Money, Physical appearance, or Status alone. Marry for Love as well. Marry with Conviction. And Marry Your Friend, Marry Well. Your Marriage Must be Sweet. Your Marriage Must Work. To all the single Ladies Here, your day of celebration is at hand. God bless us all. #successtimes
3681Loading...
09
Yanet Dinku #Qoosaa_Dhiisi https://youtu.be/heDICqLPdKI?si=vQSQRvyx8rW15IRd
3921Loading...
10
https://youtu.be/heDICqLPdKI?si=nZrQBy0wzm7s5eGu
3850Loading...
11
Meski mange 🥰❤️
3950Loading...
12
Media files
5921Loading...
13
Media files
5550Loading...
14
#Aartistootaa keenyaa cidhaa ittiqaa Tafarii irratti #Ijarra Hafa Sabboontoonnii keenyaa🥰♥️
5791Loading...
15
Dokumantarii fiilmii 'ATEETEE:AYYAANA HAAWWOTAA' Jedhamu Yeroo Dhihootti Qabannee Dhufaa Jirra. Fiilmii kun Aadaa Ateetee fi Sirna Gadaa keessatti Gahee Dubartootni Qabdu Haala Gaariin kan Ibsuudha. fiilmii kanamoo kan isiinii dhiheesse Nubiya Film Production dha. Announcing the upcoming documentary film, 'ATEETEE:AYYAANA HAAWWOTAA' a captivating exploration of Ateetee culture and the empowerment of women within the Geda system. Presented by Nubiya Film Production #visitOromia
6040Loading...
16
Ciidhaa Artistii keenya
6200Loading...
17
#Baga Gammaddee ❤️❤️
5920Loading...
18
Waan hundumaa yeeroo isaatti bareechee kan nu milkeesse waaqayyo haa galatoomu. Urji Biru Badhassa waliin guyyaa har’aa bultii dhaabbachaa jirra. DANNY Studio
5820Loading...
19
https://www.facebook.com/100064662703541/posts/877846334380782/?mibextid=9idTr45qYp7jtedz
6730Loading...
20
Active communication between boyfriend and girlfriend offers numerous benefits: 1. Strengthened Bond 2. Conflict Resolution 3. Increased Intimacy: 4. Trust Building 5. Supportive Environment 6. Shared Goals 7. Reduced Stress . 8. Growth and Development
6940Loading...
21
Misirrummaa dirqiin hambise😭 Dhiyeenya kana gaa'ela godhachuuf beellamarra turan. Gammachuu gaa'elaa geettii namummaa gahanii gammaduuf malee yaaddoon biraa hin turre. Garuu kan namaa malee kan Waaqaa hin beekani dhukkubbii salphaan itti dhaga'amnaan mana yaalaa deemnan wanti rifaasisaan dhagahame. Guyyaan dukkanaa'e. Gammachuun eegame gaddaan bakka bu'e. Intalli qaxaleen durbi reefu geessu dhibee hamaan qabamuun hubatame. Shamarree Hawwii(Shittoo) Getaachoo dhukkuba Kaansarii dhiigaan qabamuun barame😪 Shamarree Hawwii Getaachoo jedhamti Magaalaa Bishooftuu kan jiraattu ennaa taatu Dargaggoo Araarsoo Soorechaa waliin gaa'ela godhachuuf guyyaan qabamee ture. Maal godhu? Hin taane😪 Yaalli isaas birrii guddaadha. Manni Yaalas biyya keessa hin jiru. Haadhaa abbaan maallaqa hangasii hin qaban. Qaadhimaan mindaan nama jiraatu. Baay'ee ulfaatadha. Garuu harka maratamee taa'un akka nama lubbuu kichuu kana ajjeesetti ceepha'ama fida. Yaa Oromoo kinoo qaadhimaa kichuu kana akka fayyifattaniif waamichi isiniif dhiyaatee jira. Shamarree Hawwii fayyisuun harka keessan jira. Yaalaaf qarshii Mil 4 barbaachisa. Manni Yaalaa biyya Hindii qofatti argama. Hadaraa lubbuu kichuun kun sababa harka qallummaan akka hin dhabne isin gaafanna. Lakkoofsi deeggarsa Baankiwwanii kunooti. Lakk. Baankii Awaash: 013201231076101 Lakk. Baankii Daldalaa: 1000630287042 Lakk. Baankii Coop. 1000500417548
8771Loading...
22
Media files
7481Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
#Aartistoota keenyaa Araaraa cidhaa Artistii ittiqaa Tafarii irratti
Show all...
👍 4
#Godinaa shawaa Bahaa Aanaa libaan Cuuqqlaa Gandaa agaamsaa rogichaa Jedhamuutti qamnii mootummaa cunqursaa fi gidiraa hamaa ummataa naannoo san irratti geggessaa jiruu . 1, ummataan bishaan fidaa ,Uffata micaa nafaa nu dhiqaa ,qoraan fidaa jechuun isnii shanee dhafuu ni fiduu jechuun ummaata midhaa guddaa irraan gaha jiruu 2, atii ilmii kee shanee dhaa obbolessi kee shanee dhaa durbiin kee shanee dhaa jechuun ummata Naaga iratti Dhibba Gudda irratti gageessaa jiru 3, Yoo of harkaan gataan yookaan ni ajjesuu yokaan ni hidhuu yookaan akka namaa hin tanee godhuu 4, cubeedhaan waranuu yo dubartii qabaan torbaan 2 yokaan ji'aa of biraa techisaan yokaan ni hidhuu yookaan ni galakisuu 5, namnii tokko yoo tasaa torbaan 2 yookaan 1 mana bahee bakka fedhasaa deemee shanee biraa dhaqxee/Xaan jechuun itti qabattaa godhanii horii isaa fudhatuu mana isa gubuu Hadhaa mana isaa jala gudeeduu. # fakenyaaf warotaa tateen kuun mudatee kessaa xiqoo isniif yoon kasee 1,obbo Nacoo ya'ii atii ilmii kee shaneedha atii dabalee shaneetii jechuun mana isaa qe'ee gutuu cidhii isaa gubuun midhaan isaa fudhataan. 2, obbo Sisaay Tamiraat immoo atii dabalee shaneetii isaan qalabdaa jechuun qotiyyoo qidii 2 fi midhaan isaa fudhataan cidii fi mana isaa jala gubaan. 3, obbo Sobbuu Bulbulaa atii dabalee shanee ti jechuun qotiyotaa qidii 1 jalaa fudhataan. #Uummata keenyaa Badii tokkoo malee ajjeefama, hidhama ,qabeenyii isaa samama jiruuf Sagalee haa tanuu
Show all...
😢 1😡 1
👤 Artist: Gutu Abera 🎧 music: IYYOOLEE ⏭ Size :  4.0 MB 🎙More:https://t.me/SirbaAfanOromo #AUDIO ♥️ 💚 ❤
Show all...
Gutu_Abera_@New_Afaan_oromo_music_Telegram_channel_join_more_music.mp33.99 MB
"Calaqqisa hangaasuu Qeerroo koo ka'ii fuudhi Jireenyi kophaa naman baasuu" Jedhe Etika Teferi 😊 😂😂😂
Show all...
🤣 3
if you are single, please sleep early. you are making the network slow good night Xavier maal sii wayya😂😂
Show all...
🤨 2
Faannoo Naahoo Sannaay reeffi isaa bakka hin jirretti geggeessaan reeffa isaa taassifame. Jalqaba baatii Eeblaa keessa naannoo Galma Mileniyeemii Boolee Finfinneetti poolisii waliin dhukaasa uumameen kan ajjeefaman sirni reeffa isaanii osoo reeffi hin jiraatin magaalaa Gondaritti raawwatameera. @ABDII_SABAA 📡
Show all...
👍 3