cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Ebisa tech

Hackig, coding,programmers,editing & All about computers. By Afaan oromoo,Amharic& English JOIN Share Gaaffi fiYaadaf? @Ebisatech

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
126
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

✳️ የቴክኖሎጂ እውነታዎች ◽️ ዛሬ ከ3.8 ቢሊዮን በላይ ሰዎች Internet ይጠቀማሉ ይህም ከዓለም ህዝብ 40 በመቶው ነው። ◽️ በየ57 ደቂቃው ከ570 በላይ አዳዲስ Websites ይፈጠራሉ። ◽️ በየቀኑ ከ3.5 ቢሊዮን በላይ Google Search ይደረጋል። ◽️ በ2020 ቪዲዮ ከሁሉም ከInternet ትራፊክ 80% ያህሉን ይይዛል። ◽️ 40,000 የTweeter ትዊቶች በደቂቃ ይላካሉ በቀን 500 ሚሊዮን ትዊቶች ማለት ነው። ◽️ በAmerica ከሚደረጉ ከ7 ፍቺዎች መካከል ለአንዱ ፌስቡክ ተጠያቂ ነው። ◽️ በ2020 ከ8.2 ቢሊዮን በላይ መረጃዎች ተሰርቀዋል ወይም Hack ተደርገዋል። ◽️ የመጀመሪያው ኮምፒዩተር ወደ 2.5 ሜትር የሚጠጋ ቁመት ያለው ሲሆን ክብደቱ ወደ 30,000 ኪ.ግ. ይመዝናል። ◽️ NASA ውስጥ የInternet ፍጥነት በሰከንድ 90GB ነው። ◽️ በዓለም ትልቁ ሃርድ ድራይቭ 60TB SSD ነው። ◽️ Bluetooth ኖርዌይን እና ዴንማርክን አንድ ባደረገው ሃራልድ ብሉቱዝ በተባለ ንጉስ ተሰየመ ነው። ◽️ የጉግል መሥራቾች እ.ኤ.አ. በ1999 ጉግል ን በ1 ሚሊዮን ዶላር ለመሸጥ ፈቃደኞች ቢሆኑም Excite ግን አልተቀበላቸውም። ጉግል አሁን 527 ቢሊዮን ዶላር ዋጋ አለው።
Show all...
Show all...
#Master code Master code jechuun koodii ykn paaswoordii riisiivarii keenya ittiin hiine yoo daganne password ittiin deebinee banachuu dandeenyuudha ykn immoo hogeessotiin garaa garaa yoo koodii riisiivarii keenyaa nu jalaatii geeddaranii nuyi immoo yoo banuudhaa dadhabne koodiin ittiin banachuu dandeenyu master code jedhama Walumaa galatti master code jechuun paaswoordii riisiivarii Kan homtinuu nu jalaa jijjiiruu hin dandeenyeedha.master code riisiivaroota muraasaa asii gaditti isiniifan dhooba yoo password riisiivarii keessanii hin beektan tahe koodii kana fayyadamuun banachuu dandeessu galatoomaa 😍Riisiivariin keessan leg warreen ta'e koodii kanaan 👇👇👇👇 *1512 *1506 *9878 😳Riisiivariin keessan Lifestar warreen ta'e koodiiwwan kana keessaa tokkoon isiniif ni bana 👇👇👇👇👇👇👇 #6666 #9876 #3503 #8888 😜Riisiivariin keessan gosa Supermax yoo tahe immoo koodii kanaan 👇👇👇👇👇 *9876 *6000 *8888 *3606 *2046 *3327 *3328 *3329 😂Riisiivariin keessan Eurostar warreen ta'e immoo 👇👇👇👇 #1004 #3472 #7432 #9876 😁 riisiivariin keessan superstar ykn vanstar yoo ta'e koodii kanaan 👇👇 $9878 😍Riisiivariinkeessan Ibox 3030 yoo taye immoo koodii kanaan 👇👇👇👇 $9876 Walumaa galatti koodiiwwan armaan olitti isiniif eere riisiivaroota hedduudhaaf wanna ta'aniif maqaan riisiivarii keessanii yoo eeramuu baateyyuu ittiin yaalaa isiniif ni dalaga. Post kana immoo share forward gochuu hin dagatiinaa chaanaalii kiyya kana immoo share gochuudhaan na deeggaraa Nagaatti naaf turaa! Credit:gudar dish info @samitecno @samitecno
Show all...
Har'aaf baraadha boruuf ol kawwaadhaa Bilbilli kee bade haa jennuu, ykn cabe haa jennuu, Memory'n teetis akkasuma taate haa jennuu, Simcardi teetis carruma kanatu argate haa jennuu. Garuu faayila kee guutuu deebistee argachuu dandeessa yoon siin jedhe hoo? - Suuraa - Vidiyoo - Sagalee - Barreeffama - Lakkoofsa fi Dokumantii adda addaa.. Mala kana gargaaramuun faayila kee hunda ol kaayyachuu dandeessa. Faayila kanaas; Gosa bilbilaa kamuu irratti, Gosa kompiitaraa kamuu irratti, Biyya kamuufi yeroo kamuttuu argachuu ni dandeessa. Ati kan sirraa eegamu waa lama qofa sammuu keetitti qabachuudha. Kunoo har'aaf baradhaa boruuf ol kaayyadhaa guutu isaa dubbisuf: https://oromiasamsung.com/faayila-kamuu-akka-yoomuu-hin-bannetti-ol-kaayachuuf/
Show all...
Faayila kamuu akka yoomuu hin bannetti ol kaayachuuf | OROMIASAMSUNG

Maxxansa har'aa keessatti akkaataa faayiloota keessan (Suuraa, Sagalee, Vidiyoo, Barreeffamaa fi Lakkoofsa namootaa) ol kaayachuu dandeessan isin

Youtube seera haaraya baasen Gibira 24% isinirraa sassaaba jedha. Gibirri kun akka siif hir'atuuf hanga May 31,2021tti foormii gibiraa sirraa barbaadamu submit gochuu qabda. Yoo foormii barbaadamu hin guutin dirqmaan galii argattu irraa 24% sirraa muarama. kuni channel gurguddaa irratti dhiibbaa qabaatuu baatus channel xixiqqaa irratti hedduu dhiibaa qaba. Dhimma kana ilaalchisee waan dhiheessine qabna liinkii gadii tuquun guutuu hubadhaa. https://oromiasamsung.com/youtube-seera-haaraya-baasen-gibira-24-isinirraa-sassaaba-jedha/
Show all...