MIKO TECH™
Open in Telegram
🇼 🇪 🇱 🇨 🇴 🇲 🇪 👉 Channel kana irra kan argatan 🛒 Application haara Nama fayyadan! 🤖 Application waan Mod Ta'an! 🏍️ Game waan haara Fi Kan durii! ✍ @Mikom8
Show more1 984
Subscribers
No data24 hours
+137 days
-1330 days
Posts Archive
1 984
🔐 Google Authenticator
Namni bayyen hin fayyadaman garu security dhaf App bayye barbachisa dha.
Kessuma App cryptocurrency dhan walqabatanif (binance, OKX, BYBIT...) Security isani cimsu kessatti ga'e gudda qaba.
➡️ Download Now ⬅️
⚡️ @Miko_Tech
1 984
👍 Paypal PlayStore iraa Download gochu kan hin dandeenyef asin Download gochu dandessu.
➡️ Download Now ⬅️
⚡️ @Miko_Tech
1 984
Repost from N/a
Application data tolaa hojjetu amma gadhiifameera ilaaaluuf bakka jedhu tuqi.
1 984
ጊዜ የተጠባቂ የዝውውር ጊዜ ነው
🚨ጊዜው የዝውውር ነው።
ዛሬ የተለቀቁ ሊጠናቀቁ ከጫፍ የደረሱ አዳዲስ የዝውውር ዜናዎች በጥራት ለመመልከት የትም ሳሄዱ TRANSFERNEWS የሚለውን መንካት ይቀላቀላሉ።👇
1 984
If you want to do online business on Telegram, guest, tap below to find out how you can make money with your phone and withdraw it to the bank.
Say JOIN below.
👇👇👇👇👇👇👇
Wave 👉 @PYSCHO_19
1 984
📱 Appiwaan Coding iraa barachuu dandessan 🚩.
Playstore iraa app coding/programming language bilisan iraa barachuu dandessan heddutu jiruu garu bayyen isani namaa haara jalqabuuf kan ta'an miti, nuti App babaredo 3 kan nama haaradhafis nama muxannoo isa qabufis ta'an qabane Dhufnera.
1️⃣ffaa 🤖 Mimo
Appin kun nama haara jalqabuuf bayye barbachisaa dha step jalqaba iraa kasse gara sadarkaa guddati deemuf bayye salphaadha, keessuma WEB DEVELOPMENT irratti Course barreda qabu.
➡️ Download Gochuuf As Tuqaa ⬅️
2️⃣ffaa 🤖 Sololearn
Web Development fi App Development dhaf course barbachisan hedduu of kessa qaba Mimo ti aansun yoo course irra fudhatan garridha.
➡️ Download Gochuuf As Tuqaa ⬅️
3️⃣ffaa 🤖 Programing Hub
App isa kanara course Web Development, App Development, Database Fi Waa'ee Blockchain bal'inan irra argatu.
➡️ Download Gochuuf As Tuqaa ⬅️
🌐 @Miko_Tech
1 984
📱 Truecaller 🔤🔤🔤🔤🔤 / Gold ✅
👑 Premium features
➡️No Ads
➡️Advanced spam blocking
➡️Who viewed my profile
➡️Who searched for me
➡️Contact request
➡️Incognito mode
➡️Premium badge
➡️Ghost call
➡️Gold caller Id
🔗 Download Now 🔗
