Woldaa Barsiisotaa--መምህራን ህብረት
Open in Telegram
Join our vibrant community dedicated to fostering knowledge, growth, and inspiration. Whether you're a s
Show more923
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+26
in 0 channels
November '24
+35
in 0 channels
Get PRO
October '24
+30
in 0 channels
Get PRO
September '24
+28
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '24
+6
in 0 channels
Get PRO
February '24
+24
in 0 channels
Get PRO
January '24
+13
in 0 channels
Get PRO
December '23
+37
in 0 channels
Get PRO
November '23
+31
in 0 channels
Get PRO
October '23
+41
in 0 channels
Get PRO
September '23
+891
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 21 December | 0 | |||
| 20 December | +2 | |||
| 19 December | +2 | |||
| 18 December | +3 | |||
| 17 December | +4 | |||
| 16 December | +3 | |||
| 15 December | 0 | |||
| 14 December | 0 | |||
| 13 December | 0 | |||
| 12 December | 0 | |||
| 11 December | 0 | |||
| 10 December | 0 | |||
| 09 December | +1 | |||
| 08 December | +1 | |||
| 07 December | +4 | |||
| 06 December | 0 | |||
| 05 December | +1 | |||
| 04 December | +1 | |||
| 03 December | 0 | |||
| 02 December | +1 | |||
| 01 December | +3 |
Channel Posts
#Roosteera Barataa
Barsiisonni ykn Manneen barnootaa roosteera barattootaa hojjachuuf yeroon, dandeettiin kompiitaraa ykn sababni biroo danqaa isinitti ta'e, gatii baay'ee xiqqaa ta'een ( daree tokko >500) qulqullinna olaanaal hojjanne soft copr yeroo gabaabaatti isiniif ergina. 09-22-66-38-72 irratti nu argachuu dandeessu
| 2 | Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 #Sirna_Barnootaa_Durii keessaa( kutaa 9-11) irraa kan qophaa'u yoo ta'u, kutaa 12ffaan immoo Sirna Barnootaa Haaraa keessaa kan qophaa'u ta'uun beekame
-----------------
BBO- Amajjii 15/2016 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti kennamu Barattootni Saayinsii Uumamaa gosa barnootaa 6, haaluma walfakkaatuun Barattootni Saayinsii Hawaasaatis gosa barnootaa 6 kan qoraman ta'uun ibsameera.
1#_Gosa Barnootaa #Barattoota_Saayinsii_Uumamaatiif kennaman
1- Afaan Ingiliizii
2- Herrega
3- Fiiziksii
4- Keemistirii
5- Baayoloojii
6- Iskoolaastiik Aptiitud Test yoo ta'an,
2#_Gosa Barnootaa #Barattoota_Saayinsii_Hawaasaatiif kennaman immoo,
1- Afaan Ingiliizii
2- Herrega
3- Seenaa
4- Ji'oograafii
5- Ikoonomiksii
6- Iskoolaastiik Aptiitud Test ta'uun beekameera.
#Qormaatni_kan_qophaa'u,
- Sirna #Barnootaa_Durii kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru keessaa,
- Sirna Barnootaa Haaraa kutaa 12ffaa keessaa yoo ta'u,
- Qormaatni #Barnoota_Ikoonomiksii immoo, #kutaa_12ffaa_irraa_qofa akka qophaa'u Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa ibseera.
Kanaafuu, Barattootniifi barsiisotni keenya gosota barnootaa, Sirna Barnootaa Qormaatni keessaa bahu, keessattuu, gosa barnootaa Ikoonomiksii irratti hir'ina barsiisaa uumame hubachuun bulchiinsa manneen barnootaafi Gumii Tiraansifoormeeshiinii sadarkaan jiru hirmaachisuun furmaata kennuun barattoota keenya ceesisuu akka dandeessan BBO n dhaamsa dabarseera. | 1 069 |
| 3 | ➡️Saayinsii Hawaasaa
➡️Dippiloomaa
➡️ Mindaa 7071
Arsii Lixaa irraa gara Godina Arsii Aanaa Honqooloo waabee
➡️BLAG
➡️Dippiloomaa
➡️ Mindaa 6193
Arsii Honqooloo waabee, Muunessa, Xiyoo, Digaluuf Xijjoo Fi naannawa sanii gara Arsii Lixaa Siraaroo yoo fedha qabaattan 0922663872 | 925 |
| 4 | Hubannaaf...
=============
Gosa barnoota madaalliin simisteera 1ffaa sadarkaa Naannootti qophaayu...
1)Kutaa 12ffaa:~ gosa barnootaa qormaata biyyooleessaa irratti dhufan
(Eng,Maths,Geo,Hist,Eco,Pysics,chemi, Bio)
2)Kutaa 8ffaa:
Ingiliffaa,Herrega,S/Waliigalaa,S/Hawaasaa,Afaan 1ffaa,Lammuummafi Gadaa
3)Kutaa 6ffaa:
Ingiliffaa,Herrega,S/Naannoo,Afaan 1ffaa,Safuufi Gadaa | 947 |
| 5 | Any teacher must hold PGDT or else he/she will be dismissed
2. No Teacher shall be more than 3 Km away from the School where he teaches
3. No teacher can hold less than 25 periods per week. If there is a teacher's accumulation, he will be assigned to another district where there is a shortage. If he refuses, he will be fired.
4. Facilitate the preparation of Gonofa donations for teachers' meals in the School. this is saved from teachers' salaries.
5. COCs for teachers will continue to be strictly issued and a teacher who fails COC three times will be dismissed
6. Teacher Attendance,student follows weekly plan.
7. Supervision is once every two weeks and a committee will be established from the government body for this purpose. | 1 |
| 6 | Qajeelfama Haaraa Barsiisootaf
1. Barsiisaan Kamiiyyuu PGDT qabachuu qabaata yoo hin qabanne hojii irraa ari'ama
2. Barsiisaan Kamiiyyuu M/B barsiisu irraa Km 3 Ol fagaachuu hin qabaatu
3. Barsiisaan Kamiiyyuu peredii 25 per week gadii qabachuu hin danda'uu yoo kuufamni barsiisaa jiraate iddoo hanqinni jiruutti Aanaa biraa illee yoo ta'ee ni ramadama. Yoo dide hojii irraa ari'aama.
4. Buusaan Goonofaa nyaata barsiisotaa M/B keessattii akka qopha'uuf haala ni mijeessa. kunis Miindaa barsiisotaa irraa qusaatamee hojii irraa oola.
5. COC n barsiisotaaf kennamuun cimee itti Fufaa barsiisaan yeroo sadii COC kufee hojii irraa ni ari'amaa
6. Atteendasii Barsiisaa,karoora torbee kan hordoofu Barataadha.
7. Supervision n torbaan lamaatti al tokko ta'ee kanaafis koreen qaama mootummaa irraa ni hunda'a. | 1 121 |
| 7 | Sirna Kenniinsafi Haaromsa Ogummaa Barsiisummaafi Hogganummaa Manneen Barnootaa Irratti Leenjiin Kenname.
---------------
BBO- Muddee 09/2016 Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Daayirektoreetiin Kenniinsaafi Haaromsa Ogummaa Barsiisummaafi Hoggantoota Manneen Barnootaa guyyaa har'aa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti hoggantoota Waajjira Barnootaa Godinaaleefi Bu. Magaalotaa irraa dhufan 80 ol ta'aniif leenjii haala ragaa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa itti qabatan,
adeemsa gahumsi ogummaa barsiisotaa itti mirkanaa'u, akkaataa heyyamni ogummaa itti kennamuufi haaromsamu irratti leenjiin kennameera.
Leenjicha kan haasaan banan BBOtti daayirektara daayirektoreetii Kenniinsafi Haaromsa Heyyama Ogumnaa Barsiisummaafi Dura Bu'ummaa Manneen Barnootaa obbo Isheetuu Laggasaa yoo ta'an, leenjitootni leenjii kana fudhattan hundi ammaa achi hojiin keenya hunduu teeknooloojiitti fayyadamuun kan hojjatamu ta'uu, qulqullinni hojii keenyaa akka mirkanaa'u, ragaan kenniinsaafi haaromsa heyyama barsiisotaafi dura bu'ootaa dhugaarratti kan hundaa'efi barsiisota qulqullina barnootaa mirkaneessan horachuuf cimanii leenjicha akka hordofuu qaban dhaamsa dabarsuun leenjichi ifaan ifatti banamuusaa ibsaniiru.
Itti aansuun, hojii barnootaa teeknooloojiin deeggaramuun faayidaa inni qabuufi addunyaa ammayyaa keessa jiraachuuf teeknooloojiin bu'uura ta'uu kan ibsan I/A hogganaa BBO Dr. Kaasahun Galaanaa yoo ta'an, leenjii kennamaa jirus daaw'achuun dinqisiifataniiru.
Leenjitootaaf ka'uumsa akka ta'u jecha gabaasni raawwii hojii Biiroo Barnootaa Oromiyaa Kurmaana 2ffaa Bara 2016 ogeessa kenniinsaafi haaromsa heyyama ogummaa obbo Abbabaa Fufaatiin dhihaatee erga irratti mari'atamee booda kallattiin gara leenjiitti seenameera.
Hoggantootni Waajjiraalee Barnootaa godinaaleefi magaalotaa irraa dhufan kunniin leenjii kana booda, barsiisotaafi hoggantoota manneen barnootaa godinaafi magaalaa isaanii jala jiran sirna mirkanaa'ina ogummaa karaa ammayyaa ta'een gahumsa barsiisotaafi dura bu'oota manneen barnootaa adda baafachuun, hordoffiifi deeggarsa barbaachisaa taasisun barsiisotniifi hoggantootni manneen barnootaa Heyyama Ogummaa Barsiisummaafi Dura Bu'ummaa akka argatan, kanneen Heyyama qabaniif immoo, yeroo eeggatee heyyama ogummaa haaromsuu akka danda'an irratti teeknooloojiitti fayyadamanii akka hojjatan kan dandeessisu ta'uun beekameera.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa hanga ammaatti barsiisota qorumsa gahumsaa ogummaa barsiisummaa fudhatanii gahumsi ogummaa isaanii mirkanaa'ee, akkasumas dura bu'uoota manneen barnootaa qorumsa madaallii gahumsa ogummaa darbaniif Heyyama Ogummaa barsiisummaafi dura bu'ummaa MBtiif kennaa jiraachuun ni beekama bara 2016 keessa barsiisota 54,000 ta'aniif Qormaata Mirkanaa'ina Gahumsa Ogummaa kennuun heyyama ogummaa kennuuf akka qophaa'ame karoorri daayirektoreetichaa agarsiiseera.
Sirni kenniinsaafi haaromsi ogummaa barsiisummaafi hoggantummaa qormaata kennamu irraa eegalee hanga mirkanaa'ina ogummaafi kenna/haaromsa heyyamaa jirutti karaa dijitaalawaa ta'een akka hojjatamuu qabu leenjii kan kennan ogeeyyota dhaabbata "Qalam Meda Teeknooloojis" jedhamu, hojiiwwan teeknooloojii irratti xiyyeeffataman irratti Biiroo Barnootaa Oromiyaa waliin kan hojjataa jiru irraa kan ta'uun beekameera.
Walumaa galatti, qulqullina barnootaa sadarkaa hundatti mirkaneessuuf gahumsi barsiisotaafi hoggantoota manneen barnootaa hundaa ol murteessaa waan ta'eef barsiisotniifi hoggantootni manneen barnootaa heyyama ogummaa argachuuf of qopheessuu akka qaban dhaamsi dabreera. | 1 098 |
| 8 | Qajeelfama hoggansa dura bu'ootaa fi barsiisotaa (1).pdf | 1 111 |
| 9 | Odeeffannoo
1) Qormaanni kutaa 12ffaa bara 2016 gara Caamsaa xumuratti as butameera...
2) Qormaannii kutaa 12ffaa bara kanaa gosa barnootaa shaniin qofa( five subject only)kan kennamu ta'uu.
e.g)
1) Natural Science subject
©English
©Maths
©Physics
©Chemisytry
©Biology
2) Social Science subject
©English
©Maths
©Geography
©History
©Economics | 1 389 |
| 10 | Beeksisa jijjiirraa Waliin Waliinii
Gosa Barnootaa BLAG
Sad. Barnootaa:- Dipp
Mindaa 6193
#Iddoon an itti barsiisaa jiru Arsii lixaa Aanaa Siraaroo. Magaalaa Aanaa irra
#Iddoon itti jijjiirrachuu barbaadu godina
Arsii Aanaa Digaluuf xijoo, Xiyoo, Loodee heexosaa, Muunessa, Boqojjii Honqooloo Waabee
fi naannawa isaa.
Bil 0922663872 | 1 054 |
| 11 | Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fi Shaggar Barsiisota Gammoojjii Harargee, Gujii ... irra jiran qarshii Kuma 80 hamma 100 fudhachaa akka qacaraa jiran odeeffannoon nu gaheera. | 559 |
| 12 | Hojii qanaramtee mindaan siif kaffalamu nyaata, dhugaatii fi iddoo hirribaa irraa kan siif hin hafne yoo ta'e sun hojii osoo hin taane gabrummaadha.
ስራ ተቀጥረህ የሚከፈለህ ደመወዝ ከምግብ፣ከመጠጥ እና ከምትተኛበት ቦታ ኪራይ የማይተርፍልህ ከሆነ እርሱ ስራ ሳይሆን
ባርነት
ነው። | 553 |
| 13 | Jijjiirraa waliin waliinii kan barbaaddan hundaaf:
Gosa barnoota BLAG
mindaa 6193 bakkan jiru Arsii, Gololcha, magaalaa Canaan irra.
kanan barbaadu aanaalee shawaa kaabaa fi shawaa bahaa Lakkoofsa bilbilaa 0938317488/0986978735 | 424 |
| 14 | Beeksisa jijjiirraa Waliinii
Gosa Barnootaa S/uumamaa
Sad. Barnootaa:- Dipp
Mindaa 10150
Iddoon itti Barsiisaa jiru Arsii lixaa Aanaa Siraaroo. Magaalaa Aanaa irra
Iddoon itti jijjiirrachuu barbaadu godina Arsii Aanaa Digaluuf xijjoo Muunessa, Boqojjii fi naannawa isaa.
Bil 0922663872 | 444 |
| 15 | Beeksisa jijjiirraa Waliinii
#1
Gosa Barnootaa BLAG
Sad. Barnootaa:- Dipp
Mindaa 6193
Iddoon itti ba
Barsiisaa jiru Arsii lixaa Aanaa Siraaroo. Magaalaa Aanaa irra
Iddoon itti jijjiirrachuu barbaadu godina Arsii Aanaa Digaluuf xijoo, Xiyoo, Loodee heexosaa, Muunessa, Boqojjii fi naannawa isaa.
Bil 0922663872 | 509 |
| 16 | No text... | 648 |
| 17 | #ዩኒቨርስቲ_ገነት_አይደለም‼️
በመምህር [ አበባየሁ ጌታ ]
ከስር ያያዝኩት የ#Masters_Degreeዬ ውጤት ነው ፤ የዚህ ልጥፍ ዓለማ ራስን ማንቆለጳጰስ ምናምን ሳይሆን ልፋቴ እና የሚከፈለኝ አለመገናኘቱ ሲቀጥል ዩኒቨርስቲ መግባት እና ትምህርት መስቀል ትርጉም አልባነቱን እንዲሁም 12ኛ ክፍል ውጤት ላልመጣላቸው መጽናኛ እንዲሆናቸው ነው።
በአንድ የመንግስት ዩኒቨርስቲ መምህር ነኝ፤ከህይወቴ 17 ዓመት ለመጀመሪያ ድግሪ ሁለት ዓመት ደግሞ ለMasters ድግሪ በአጠቃላይ 19 ዓመታትን ያጠፋሁበት በትምህርት ነው።
በመጀመሪያ ደረጃ ትምህርት ቤቶች እንዲሁም Highschool እና መሰናዶ ጓደኛቼ የነበሩ የዩኒቨርስቲ መግቢያ ውጤት ያላመጡ እና በተለያዩ የሙያ የንግድ እና የመሳሰሉ ነገሮች ላይ የተሰማሩ በአሁኑ ሰዓት የቤት አከራዮቼ ናቸው ፤ ባለመኪና ባለሆቴል ጽድት ያለ ቡቲክ ብቻ ምን አለፋህ በአጠቃላይ ከእኔ እጅግ በጣም በተሻለ የኑሮ ሁኔታ ነው የሚገኙት!😭
በአሁኑ ሰዓት በመንግስት ዩኒቨርስቲ ሁለተኛ ድግሪ የያዘ የዩኒቨርስቲ መምህር የሚከፈለው ደመውዝ ግብር ሳይቀነስ 12,579 ብር ነው ፤ 35% ግብር እንዲሁ የጡረታ ሲወጣ ኪሴ የሚገባው 9956(ዘጠኝ ሺህ ዘጠኝ መቶ ሀምሳ ስድስት)ብር ነው።
እንግዲህ በትምህርት ደረጃዬ ሲወራልኝ የዩኒቨርስቲ መምህር ነኝ ፤ ሶስተኛ ድግሪዬን ብሰራ እና ዶ/ር አበባየሁ ጌታ ብባል ወደ 16,000 ብር ከታክስ በፊት እና ወደ 13,000 ብር ገደማ ከታክስ በኋላ እጄ ላይ ይደርሳል።
እና ለምንህ ነው ዩኒቨርስቲ ቀረብኝ ብለህ የምትጨነቀው?
ወዳጄ/ወንድሜ/እህቴ 12 ኛ ክፍል የዩኒቨርስቲ መግቢያ ውጤት አልመጣልህም?
እሰይ እንኳንም አልመጣልህም! ራስህን ለመቀየር ታትር ፣ አጫጭር ኮርሶችን ከዩቲዩቭ አውርድ ፣ተማር ፣ቪዲዮ ቱቶሪያል ተከታተል ፣ ግራፊክስ እና የመሳሰሉ ገንዘብ ልትሰራ የምትችልባቸው ከምርጥ ኮንተንት ጋር ከመጣህ የዩቲዩብ ስራዎች ብቻ ብዙ ብዙ አማራጮች አሉህ፣ ተስፋ አትቁረጥ! በበሰበሰ ስረዓተ ትምህርት ብዙ ባለድርሻ አካላት ሀላፊነቱን ባልወሰዱበት ከስር ተጀምሮ ባልተሰራ ስራ እና ሰረዓት ተምረህ መጥተህ መጨረሻ ላይ ብትወድቅ(የመስዋዕት በግ ብትሆን) ብቻህን ተጠያቂ አይደለህም! ራስህን ብቻ አትውቀስ! እልፍ በል! ታገል! እመነኝ ታመሰግነኛለህ!
በተመዘገበው ውጤት ልቡ የደማው የአንተው ከርታታው መምህር ወዳጅህ!
አአበባየሁ ጌታጌአበባየሁ ጌታ | 485 |
| 18 | Beeksia Jijjiirraa Woliinii
#2
Gosa barnootaa :- Chemistry
Sad. Barnootaa :- Degree
Mindaa:- 7071
iddoon an jiru Arsii lixaa Aanaa Siraaroo mana barumsaa Siraaroo sad. 2ffaa
Iddoon Ani barbaadu Godina Arsii Aanaalee akka Leemmuu fi bilbiloo, Loodee Heexosaa, ,Digaluuf xijjoo, Roobee ykn Diksiis fi naannaa isaa 0922663872 | 533 |
| 19 | Beeksisa jijjiirraa Waliinii
#1
Gosa Barnootaa BLAG
Sad. Barnootaa:- Dipp
Mindaa 6193
Iddoon itti ba
Barsiisaa jiru Arsii lixaa Aanaa Siraaroo. Magaalaa Aanaa irra
Iddoon itti jijjiirrachuu barbaadu godina Arsii Aanaa Digaluuf xijoo, Xiyoo, Loodee heexosaa, Muunessa, Boqojjii
Bil 0922663872 | 670 |
| 20 | Beeksisa Hojii Barsiisotaaf Bulchiinsa Magaalaa shaggaritti | 572 |
