en
Feedback
Imala Jaalalaa

Imala Jaalalaa

Open in Telegram

Chaanalii kana keeesatti :- 👉 Seenaa jaalalaa 👉 Asoosaamoota gaggabaaboo 👉 Walaloo jaalalaa ni argattu 👉👉👉👉👉 @Imala_Jaalalaaf join godhaa!

Show more
The country is not specifiedReligion & Spirituality62 836
Buy Ad
801
Subscribers
+124 hours
+97 days
+2330 days
Posts Archive
Lubbuukoo....😍 Hundee jiruu tiyyaa Siifanuu jiruun tiyyaa Si dharraate ijji kiyya Koottuu naaf bareechi Guyyaa fi halkan kiyyaa Yaa ibisituu jiruu tiyyaa 🫂 Bakka ati jirtu Barbaadeetan dhabe Akkumaan si dhabeen Anilleen gaggabee 🥹🥰 Jiruu biyya tanaa Koottuu na barsiisi Onneen koo miidhamte Koottuuti naaf fayyisi Numaan iyyaafadha Bakka ati jirtu Numaan hihhiixadhaa Liphiin tee hin jirtuu Yoomuma naaf dhufta Taa'eetiin si eegaa Bor moo iftaan dhufta Ani simaan eegaa ❤️ https://t.me/Imala_Jaalalaaf❤️   ➖➖➖➖➖➖➖➖

Kolfaafi tapha keen Yaaddoo koo dagadhee💥 Rakkoof bal'oo keetti Gammachuun hirmaadhee💖 Bara rakkoo heddu Siinan tarkaanfadh
Kolfaafi tapha keen Yaaddoo koo dagadhee💥 Rakkoof bal'oo keetti Gammachuun hirmaadhee💖 Bara rakkoo heddu Siinan tarkaanfadhe! Har’a ergan si dhabee Erga ati deemtee Gammaduun dadhabe Gadduutti naaf gamte Suusii sagalee kee Sagal hamuummadhee💔 Of jibbaan jiraadhe Afaan koo cufadhee🖤

Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu! Badhaasa qarshii 200 argamsiisu👇🏿👇🏿 Dhaabbanni teeleekoomii Safaarikoom dhaabbata biyya k
Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu! Badhaasa qarshii 200 argamsiisu👇🏿👇🏿 Dhaabbanni teeleekoomii Safaarikoom dhaabbata biyya kamiiti?

Si eeguutti..., Daarii lafaatti ach-of baasee Waanan qabu gadi yaasee Siif ofii koo akkan baasee, At hin beektu! 🙈 Dallaa Yaadaa ofitti ijaaree Si eeguutti akkan jaare! Akkan si jaaladhee sirraatii qabame Siin ala jiraachuun akka dadhabame, Ani si dheebodhee ani si hagabee Qofaa koo jiraachuu akkattan dadhabe, Abbaa Gadaa waamee Haadha Siinqee adaree, Akka si waamaniif sitti ergeen ture! Atin beektu! Ija kankee bu'uuf jedhee ija namaa akkan bu'e, Si wajjiniin du'uuf jedhee dheebuu keetiin akkan du'e! Warra ati ergattu maqaa dhahee waamee, Osoo an si eeguu ifaan koo akka dhaame Sitti ergeen ture dukkanaan san jaame! Atoon beektu! Abbaa keettuu iyyadheera Callisa isaan dhiphadheera Harmee keettuu himadheera Deebii dhabee komadheera! Gurmuu keessaas si dhabeetan Mil'uu koottii dadhabeetan, Mana kootti ol galeetan Balbala koo cufadheetan Mar'immaan koo hidhadheetan, Garaa koorraa imimmaan buusee Jilbeenfadhee takka yuusee Achumatti gad of buusee... Lafa barii ciisee ka'ee Nama biraa akkan ta'e, Of argeetan ol ilaalaa Ihii...jedhee maqaa of waama! Eentu owwaata maqaa kootti? Ofan gaaffa "Nagaa kootii" 🙈 Edaa...., An hin rafne gaduun ciisne Isa dheebochuuf boo'uun dhiisne! Hennas dhufee galgalicha Anoon beeku nan ililchaa? Akkannitti ol na seenee Mana koo keessa adeemee Isan taane gadi baasee Anaan achii ol na kaasee Ana keessa akka bule Isa wajjin akkan ture, Nan dagadhe barii argee Of keessattin bira darbe! Nan dagadhe barii ka'ee! Ofan arge! Nama akkamii akkan ta'e! Ati garuu...🥹 Kan na baattu taatee hirkoo, Anaa safuu si'iif izgoo'🧎‍♀️ https://t.me/Imala_Jaalalaaf ❤️   ➖➖➖➖➖➖➖➖

🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴 Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻 Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baa
🔴 Daqiiqaa 17' ⏰ booda ni bada! 🔴 Gaaffii: Badhaasa kaardii 200 nama badhaasisu? 🔻 Itoophiyaa keessatti beelli guddaan baayyee hamaa ture bara kam mudate? ❓

Gammachuun dhokatee Natti taanan sookoo Haallin keessa jiru Murteessuuf galma koo Kufuu darbee cabuu Narratti lallabee Abdiin
Gammachuun dhokatee Natti taanan sookoo Haallin keessa jiru Murteessuuf galma koo Kufuu darbee cabuu Narratti lallabee Abdiin harka kootii Na cimsuu dadhabe! Garuu... Dukkana limixii Kaayyoo itti ibsee Mul’ata keessa koon Gufuu yaaddoo jigsee Ittuman tiradha Galman cabee tikse!🖤 Jireenyi baay'isus Rakkoo fi gidiraa Ulfaatina baattee Ulfaachunis jira💝 @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️   ➖➖➖➖➖➖➖➖

Daqiiqaa 30 booda ni bada Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu 10+10×0+10=???

“Wantoota jireenya keessatti si mudatan hunda to’achuu hin dandeessu, garuu akka isaan si hin injifanne murteessuu ni dandeessa.” Maya Angelou

Sorry Nagadisiise dhugaa Waan jedhu hin qabu ani
Sorry Nagadisiise dhugaa Waan jedhu hin qabu ani

Kutaa 3ffaa 👇🏿👇🏿👇🏿 Akkas jedheen deemaa jirtaa jedhee gaafata? Ishee: eeyyen jettiin, Isaa; Dhugaadha jedhaan,? Isheenis dhugaa waaqayyoo baheera jettiin. Boodarra bifa aariitiin akkas jedhaan “ deebiI, ani isuma ati hiriyaa hin qabu jettee gattee deemaa jirtudha. Naman jaalladhen see! edaa ati bineensa, beenu ! Maallaqaaf jecha akka nagante hubadhadheera. Jaalala odoo hin taane maallaqa tu siif caale. Duraayyuu jaalalii siirriif odoo hin taane haala Koo ilaaltee na bira dhufte. Amma kan na caala argannaan na gatte. Dhaqi Awustiraaaliyaa kee. Gaafa jedhu naasuudhaan lafatti kuftee of wallaalte hiriyoonni ishee waliin jiran gara doormii galchani boqochiisanii booda. Deebitee bilbiltuufis akkas jedheen “ Ani yoon dhabes, yoon argadhes ana waliin jiraattan see! amma jechoonni koo xumuramaniiruu beenu namicha Awustiraaaliyaa keetti jedhii deebiseefi. Isheenis of balleesuuf yaalii gooteetti jedhu hiriyoonni ishee, hiriyaashee jalqabaa kana deeffachuuf yaalii hagana hin jedhamne gootettii jedhu. Inni garuu garaa murate waan godhan hin jiru. laftis samiinis liqimsuu kan dadhabe hiriyaa baayee ishee jaalatu dhabde. Gaabbii hamaa keessa seente, dhiifama gaafattus garaan hiriyaa ishee eeyyamuu dide, nama itti ergitus tole jechuu hin dandeenye, booichi ishee, gadduun ishee michuu ishee ishee jaallatu deeffachuu hin dandeenye. Madaa hin qoorre ta'e, imala jireenyaa godaannisa madaa hin qorree jiraachuu itti fufte jedha seenaan odeefadhe. Seenaa kanarra dhaabbadheen erga koo dhaloota amma jiruuf boru itti guddatuufan dhaamsa dabarsa! Dur abboonni keenya kiisii duwwaa walitti dhufu, ciisni isaanii madabii, keshaa ture. Manni isaan keessa bulanii wal horanii abbaa maatii taan, hara mana nama baayee keessatti beelladaaf hin ijaaramu. Jechuun baay'ee jireenya gadi buaatti walitti dhufu. Jaalalli isaanii waliif qaban garuu akka addaatii nama hawwata, hara yeroo ilaallu abbootiin keenya durii baayeen isaanii adeemsa keessa guddachaa adeemanii jireenyi isaanii jijjiiramaadha. Jaalalli isaanii maallaqa, barnoota odoo hin ta`iin jaalala dhugaadha. Namoonni baayeen ni beektu kana. Gara ijoollee ammaa yoon dhufu keessumaa ijoolleen shammarrani baay'een jaalalli isaanii, gaailli isaanii, boriin isaanii, ijji isaanii Jaalala odoo hin taane maallaqa dha. Gamoo ceramic faayame dha, Villa manaa, Uffata miidhagaadha. Jaalallii isaanii sadarkaa dhumaarra jira. Isaanuu odoo taeefii gaariidha. Herumanii gaailli isaanii torbee hin guutu. Gaaila sobaa! Baayee hin turanii!! ofirra gadi taaanii booichatti gadi taau. sababni isaa jaalala maallaqaa malee jaallallii namummaa keessa hin jiru. Elaa yaaishee dubaraa filannoo hin badiin! Maallaqni gaa'ila hin ta'u, Awustraliyaan gaa'ila hin ta'u, V8 Gaa'ila hin ta'u, Jaalalatu gaa'ila ta'a. Kana hin dagatiin. Hara lafa seentu dhabdee, nama baayee ishee jaalatu, gorsaaf hubannoon, deeggarsa garaagaraan ishee cina dhaabbatu, waliin jiraanna jedhanii kakuu waliif galan diignee maallaqa filatte. Sun jireenya ishee keessatti gaabbii guddaa itti uume. Dhibee xinsammuu ishee mudate. Namakoo Nammummaatu caala, maallaqa itti dhufta, deebitees ni argatta. Garuu namni gaariin dhaloota keessaa argachuuf warqii caalaa sitti miaawuu dandaa. deebitee argachuu dhiisu malta. Nama namummaa isaa ilaali malee maallaqa isaa hi laaliin, miidhaginni sadarkaa qaba. Dursi garuu jaalala fii ilaalcha namni sun siif qabudha. Seenaa nama kanaa irraa baayee barattu jedheen siniif qoode. Kan isa dhiiraa boodarran itti dhufa. Waliif qooda namoota baayee bira haa ga`u. Odeeffannoo kana hiriyaa abba Muudannoo irraan arganne.

Kutaa 2ffaa 👇🏿👇🏿👇🏿 Innis akka ati dhugaadhaan wajjiin hin jirreen mirkaneeffadha, message barreessiifiitii kana booda ani kan nama biraati nan eegiin jedhii screen shot godhii naaf ergi amma jedhaan. Isheenis tole jettee yeroosuma barreessitee kana booda nan eegiin duraayyuu sin barbaannee jetteen. Screen shot gootee ergiteef. Tole beqa amma amaneera jedhaan mucaan austraalia jiru. Dhumarra erga akkas ta'e ani maatii dubbisuuf guyyaa 3 booda Ethiopia nan dhufa, yeroo waan hin qabneef Booleetti dhufanii siwaliin walbarsiisee si fudhee deebi'a jedhaan, isheenis akkaman godharee barnootakoo jettee gaafattiin? Moo! barnoota Itoophiyaa immoo haasoftaa? Achittan seeraan sibarsiisaa jedhaan? Isheenis isammoo haa tau beqa jettiin. Isheenis: akkamiinan dhufaa jettiin: Boolettan si eega qarshii siifan erga akkan finfinnee gaheenan sii bilbila dhaqxee tikkeetti xiyyaara kutattee dhuftaa jedhan. Isheen Baay'ee gammachuu guddaa irraa kan ka'e of hin beektu. Saa'aatii saaaatin bilbiluufii eegalte. Hiriyaan baay'ee ishee jaallatu inni jalqabaa bilbilli isaa block taeera. Gurbaan bilbila kanaan dura isheen beektuun gaafa bilbiluuf bilbila hin kaaftu. Ammas ni yaalaaf bilbila hin kaaftu, baayeen deddeebiee bilbileefii naaf hin kaaftu jedha gurbaan. Guyyaa tokkoo booda bilbilteefii akkas jettiin maaliif natti bilbiltaa “Kanaa booda nan agartu chaawoo” Boodarra bilbila isaa hiriyaa jalqabaa sana isa silaa waliif galanii jiran sana “ Black list” jala galchitee. Hubadha kan isheen itti asoftus kan isheen black list jala galchitus namuma tokkodha. Gurbaan boru Itoophiyaan seena qophaai beqa adaraa nan qaanessiin maatikootti himeera walsin barsiiseen si fuudhee Awustiraaaliyaa deema jedhee murtoo dhumaa haasofsisu tole jetteen. Qophaaeera jetten. Beqa maallaqa siifan galcha amma deemii qarshii baafadhu kallattiin buufata xiyyaaraa deemi jedhaan. Isheenis tole jettee imala itti fufte. Gaafa isheen deemuuf jettee gara baankiitti imaltu... Kutaa itti aanuuf 👇🏿👇🏿👇🏿 Kutaa 3ffaa

Seenaa dhugaadha! Garuu baayee na gaddisiise! Sorry! Seenaa waan ilmi namaa keessa darbuuf malu keessa darbuuf dhalatee guddatee, nama jabaa ta'ee yeroo of gahee gaa'ilaaf gahutti. Akkatuma dhiirri tokko gaa'ilaaf dubara tokko fuudhaaf gaafatutti ni gaafate. Isheenis gaaffii isaarra dhaabbachuun yeroo keenniteefii boodarra yaada isaatti waliigaluun tole jettee hiriyummaa gara gaa'ilatti ofuu waliin jalqabani. Namni kun nama amala qabeessa, bilchaataa fii nama uumaa isaa sodaatu akka ta'e maddi odeeffannoon ni ibsa. Ji'oota muraasa erga wal baranii hariiroo hiriyummaan turanii booda gara gaa'ilaatti akka seenaniif murteessaniyyuu yeroo sanaaf haalli mijatoo waan hin taaneef yeroo dabalataa akka waliif kennaan murteessani. Baay'ee waljaalatu, keessumaa isheen baay'ee lubbuu dhabdiifii jedhu namoonni itti siqan. Yeroon isaan itti hariiroo jaalalaa jalqaban kun inni hojii mootummaa miindeffamee hojjechaa kan jiru yemmuu ta'u, isheen immoo Yuuniversiitii barachaati jirti. Waliigalteen isaanii barnoota akka xumurteen bultoo akka ijaarratan waliigalan. Hariiroon isheen isaaf qabdu baay'ee addaa fii akka baayee isaa jaallatu cimsite isa hubachiifti turte kanuma sana sababeeffachuun, Guyyaa tokko garuu guyyaan murtoon isaanii hawwiin eegaa turan akka ifa bariitti eegaa jiran dukkana limixii uffate. Akkas ta'e. galgala wayii yaada akkas jedhu maddisiise inni dhiira: baay'een ishee jaalladhaani ani. Isheenoo akkuma Afaan ishee kanamoo ni sobdi laata? Garaa qulqulluu akkumaan ishee jaalladhu iddoo naaf kennitii laata? Imala jireenyaa koo keessatti tarii yoon beela'e nawaliin beeloftii moo na dhiiftee deemti? Waan jedhu yaada isaa guute. Hubadha! Namooti baay'ee akka isheen baay'ee jaalattuufii abbaa manaa isheellee godhachuuf nama baay'ee iddoo keenituufidha jedhu hiriyoonni ishee. Gurbaan akkas godhe, akka isheen isa biraa deemtee yuuniversiitii waggaa 2ffaa barachuuf mooraa seenteen booda, lakkoofsa haaraa, bilbila telegiraamii banuun nama biraa fakkaatee ishee waliin walquunname dubbisuu jalqaba. nagaa keetii Ana X jedhama, sin beeka, yeroo ati ijoollee turtetti maatii keetti maanguddoo ergadhee sin fuudha jennaan, lakki matiin kee ijoolleedha intali keenya jedhanii na didani. Ati amma na dagatetta. Ani garuu sin yaadadha. Amma Ani sababa barnootaan Gara Biyya Awustiraaaliyaa deemeen achi jiraachaa jira. Waggaa 5 fixeera. Akka carraa guyyaa sadii booda Itoophiyaa, finfinnee nan dhufa. Isheen immoo akkasiin deebii kennitiif: dhugaamoo? Akkamiinan si wallaaleree? Baayee namatti tola. Gurbaan deebii akkas jedhu laateef ati nan beektu yeros baay'ee. Ishee: mee suuraa kee naaf ergi jettiin, tole jedhee nama bifa gaarii qabu facebook irraa buusee itti erge. Isheenis: woow! baayee miidhagda jettiin. Gurbaa: kan kee naaf ergimee amma wallaalchifattee mitii? Jedheen . isheenis suuraa ergiteefii. Innis woow! Baayee miidhagdes ni guddattes jedhaan. Kana booda gurbaan akkas jedheen maarree nan dhufa waan ta'eef maaliif si fudhee hin deemu? Awustiraaaliyaa jedheen? Hiriyaa godhatteemoo akkami jedhee deebiseef? Ishee: Lakki hin qabu mucaa tokko baay'ee na rakkisaa jira. bada keessiikoo itti hin jiru, barnootarran jiras jettiin. Dhugaadha? jedhee deebisaaf, Isheenis eeyyee dhugaadha jettiin. Hubadhaa kan isheetti haasaaa jiru hiriyaa isheen waada waliif galtee jirtudha! Garuu akka nama biyyaa Awustiraaaliyaa jirutti itti haasaa'a jira. Kutaa itti aanuuf 👇🏿👇🏿👇🏿 Kutaa 2ffaa

Gammachuun dhokatee 😊 Natti taanan sookoo 🌸 Haallin keessa jiru Murteessuuf galma koo Kufuu darbee cabuu Narratti lallabee Abdiin harka kootii Na cimsuu dadhabe! Garuu... Dukkana limixii Kaayyoo itti ibsee Mul’ata keessa koon Gufuu yaaddoo jigsee Ittuman tiradha Galman cabee tikse!🖤 Jireenyi baay'isus Rakkoo fi gidiraa Ulfaatina baattee Ulfaachunis jira💝 https://t.me/Imala_Jaalalaaf

Daqiiqaa 30 booda ni bada Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu 10+10×0+10=???

Akka waan hin dhufnee Eegdus ifti biiftuu Haalotaan dirqamtee Akka abdachuu dhiiftu Dukkanni lallabee Ciminasaa himee Qalbiin
Akka waan hin dhufnee Eegdus ifti biiftuu Haalotaan dirqamtee Akka abdachuu dhiiftu Dukkanni lallabee Ciminasaa himee Qalbiin abdii dhabee Dhukkubni kee cimee.... Abdii kee hundumaa Yoo sodaan booji'u Yaadachuudhaaf yaali Akka bor bari'u! @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️   ➖➖➖➖➖➖➖➖

Daqiiqaa 30 booda ni bada Gaaffii kaardii 200 nama badhaasisu 10+10×0+10=???

#Of_hin_dhokatiin Of keessa of keessee Eessayyuu ofin barbaadiin Ofiikee ofis dhoksitee Eenyuyyuu hin komatiin Situ siin ball
#Of_hin_dhokatiin Of keessa of keessee Eessayyuu ofin barbaadiin Ofiikee ofis dhoksitee Eenyuyyuu hin komatiin Situ siin balleesse! 🌷 Carraa kee ormaaf laattee Maal barbaadda bakkeerraa Carraa ormaa erga yaaddee Ofirraa naal feetaa? 🌷 Yaadii of mil'adhu Of hin baqatiin Dafiis of argadhu Of hin dhokatiin🌿

Haalarratti hundaa'ee Dhaabbannaan karra du'aa Bakka ture lakkaa'ee Abdii taasifnaan gu'aa Har’a siin jiradhullee Tarii bor siinan du'a! https://t.me/Imala_Jaalalaaf ❤️   ➖➖➖➖➖➖➖➖

Yeroo yeroo situ fira Gaafa rakkoo sit naaf jira Gaaf gadhiisu yaadni toora Situ abdii natti hora Yeroo yeroo situ diina Karra rakkoo situ bana Rakkoo kootti situ aana Kanaafan... Amanuuf shakkuu gidduutti Ibidda yaadan gubadha Jibbaaf jaalala gidduutti Waa'ee kee yaadadha https://t.me/Imala_Jaalalaaf ❤️   ➖➖➖➖➖➖➖➖

Free internet 🔥🔥 Guyyaa murasaaf adda cite kan ture free internet debiyee hojechuu jalqabeera Qarshii utuu hin basiin bakka
Free internet 🔥🔥 Guyyaa murasaaf adda cite kan ture free internet debiyee hojechuu jalqabeera Qarshii utuu hin basiin bakka Free internet jedhuu tuqun Eegalchisaa 👇👇👇