en
Feedback
OBDI MEDIA

OBDI MEDIA

Open in Telegram

OBDI is the field where mankind is served spiritualy, socially, physically and mentally to promote wholistic maturity and successful life. OOBDIIN dirree ilmi namaa bilchina hunda galeessaa, ..f karaa Afuuraa, hawaasummaa, fi...tiin itti tajaajilamaniidha

Show more
1 398
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+5
in 0 channels
November '24
+5
in 0 channels
Get PRO
October '24
+18
in 0 channels
Get PRO
September '24
+3
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '24
+15
in 1 channels
Get PRO
June '24
+20
in 2 channels
Get PRO
May '24
+23
in 0 channels
Get PRO
April '24
+29
in 1 channels
Get PRO
March '24
+14
in 1 channels
Get PRO
February '24
+21
in 0 channels
Get PRO
January '24
+28
in 0 channels
Get PRO
December '23
+40
in 0 channels
Get PRO
November '23
+22
in 0 channels
Get PRO
October '23
+35
in 0 channels
Get PRO
September '23
+22
in 0 channels
Get PRO
August '23
+27
in 0 channels
Get PRO
July '23
+26
in 0 channels
Get PRO
June '23
+35
in 0 channels
Get PRO
May '23
+18
in 0 channels
Get PRO
April '23
+21
in 0 channels
Get PRO
March '23
+10
in 0 channels
Get PRO
February '23
+19
in 0 channels
Get PRO
January '23
+43
in 0 channels
Get PRO
December '22
+54
in 0 channels
Get PRO
November '22
+66
in 0 channels
Get PRO
October '22
+42
in 0 channels
Get PRO
September '22
+38
in 0 channels
Get PRO
August '22
+59
in 0 channels
Get PRO
July '22
+122
in 0 channels
Get PRO
June '22
+83
in 0 channels
Get PRO
May '22
+87
in 0 channels
Get PRO
April '22
+12
in 0 channels
Get PRO
March '22
+11
in 0 channels
Get PRO
February '22
+9
in 0 channels
Get PRO
January '22
+10
in 0 channels
Get PRO
December '21
+11
in 0 channels
Get PRO
November '21
+12
in 0 channels
Get PRO
October '21
+16
in 0 channels
Get PRO
September '21
+19
in 0 channels
Get PRO
August '21
+17
in 0 channels
Get PRO
July '21
+40
in 0 channels
Get PRO
June '21
+45
in 0 channels
Get PRO
May '21
+27
in 0 channels
Get PRO
April '21
+20
in 0 channels
Get PRO
March '21
+24
in 0 channels
Get PRO
February '21
+37
in 0 channels
Get PRO
January '21
+64
in 0 channels
Get PRO
December '20
+1 817
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
08 December0
07 December0
06 December0
05 December0
04 December+1
03 December+4
02 December0
01 December0
Channel Posts
4_5965240112743714746.mp31.46 MB

2
“ peace upon Israel.” "Nagaan Israa'eliif haa ta'u!” — Psalms/Faar 128
286
3
No text...
279
4
Nagaan isiniif haa baay'atu
294
5
It takes a lot of dedication and sacrifice for an athlete to attain his/her goals. This athlete would not give up even if his stomach was running (diarrhearing)!! The viral picture of Mikael Ekvall 🫣 After the 2008 Göteborg half-marathon, Sweden’s Micke Ekvall was nicknamed “bajsmannen,” which translates to “poop man.” He had finished the race at 21st, and photographs of him with a grimace on his face and brown liquid gushing down his legs immediately went viral after that. Surprisingly, however, Ekvall has remained positive about the experience. When asked, “Did you ever consider stopping to clean off?” he answered, “No, I would lose time. If you quit once, it’s easy to do it again and again and again.” And since then, the resilient runner has accomplished much more; in 2014, he set the national record for Sweden at the Copenhagen half-marathon. #JimmaxSports Photo: Jimmax Sports.
252
6
No text...
174
7
Namoonni seexana caalaatti nama miidhan eenyu akka ta’an beektuu? Yeroo ati muldhata, kaayyoof karoora, hojii, yaada hojii fi carraa wanta ta’e tokkoo qabattee kaatetti; milkaa’ina Kanaafis namni si barbaachisee bitaaf mirga kee ilaalaa ba’aa kana eenyutti haa qoodadhu? Jettee osoo yaadduu fi soqattuu namni ykn qaamni tokko dhufee ykn kan ati miiltoo naaf ta'uu danda'aa laata? jettee yaaddee waanta of harkaa qabdu sana itti qooddatte seensarratti siif babaldhisee, mimmi’eessee, fi bu’a qabeessummaasaa sirriitti sitti haasa’ee raatee kana milkeessufis nama sirrii fi ga’umsa guutuu qabu of fakkeessee; kun salphaadha! akkanaaf akkas godhama jedhee hamma danda’u ykn hamma beeku ykn hamma qabu, hamma raawwachuu fi raawwachiisuu danda’uun olitti sitti himee akka ati amantummaa kee irratti guddiftee dhimma kee itti laattu ykn wanta si barbaachisu tokko akka irraa eeggattu godhee imalakee erga waliin eegalteen booda ofii wanta qabatamaa tokko osoo hin godhin, yoo wanti hin eeginii fi humna isaa gararraa ta'e kan mudate ta'eef iftoominaan sitti kan hin himin, atimmoo karaa mataa kee sochootee karoora kee bira akka hin geenyeef itti yaadees haa ta'u osoo itti hin yaadin odeeffannoo ('update') sobaa fi dogoggoraa siif kennaa beellamaa fi abdii qilleensa ta'e duwwaan namni si waxalu humnakee, yerookee, hamileekee, qarshiikee, jireenya kee qabatamaatti miidhutti waan jiruuf yoo Waaqni si gargaaree yeroodhaan konkolaataa kee irraa naanneffatteen alatti hafuura iyyee sirraa deemu waan hin taaneef namni seexana caalaatti si miidhu nama akkasiiti. Warri akkanaa si dura bu'aniiru garuu deemanii sindeemsisan ykn immoo karaa siif laatanii sindabarsan. Ulfaatoodha #Gabaabumatti ga'een nama milkeessuu Waaqayyoo akkuma jirutti ta'ee sadarkaa namaatti namni nama malee qofaasaa waa gochuu waan hin dandeenyeef bakka hundatti namni si barbaachisuun waan hin oolle. Egaan 'fake & careless parson' warra ta'an Waaqayyo jireenya keetti akka hin fidnee fi dhimma hundarratti namoota sirrii( 'right & committed parson') kan ta'an akka siif laatuuf cimsiitii kadhadhu. Ani toora kananaan yeroo heddu miidhamee beeka. Kanaaf kallattiin kadhata koo inni ijoon kana boodaa isa kanaadha. #Pstr Dendena Merga
295
8
No text...
206
9
NAMOOTA HIRRIBNI DIDEEF Waantoonni armaan gadii kun isin gargaaru. ****** 1. Sa’atii walfakkaataatti gara siree ba’aa. 2. Ciisuu keessaniin dura aannan ho’aa dhugaa. 3. Bishaan ho’aan qaama dhiqadhaa ciisaa. 4. Kitaaba dubbisaa ciisaa. 5. Sa'aatii ammaa ammaa hin ilaaliinaa. 6. Nyaata baay’ee yokaan ulfaataa ciisuu, keessaniin dura hin nyaatiinaa. 7. Muuziqaa waan sagalee qaban of irraa fageessaa. 8. Bakkeewwa hedduu jaallattan suura isaanii maxxanfadhaa. 9. Ifa mana ciisicha keessaa balleessaa. 10. Bunaa fi waantoota isa fakkaatan ciisuun dura hin fudhatinaa. 12. Rafuun dura sochii qaamaa taasisaa. ****** Fayyaan Faaya
265
10
What Amazing worship song!
223
11
Gaafa Waaqayyo Abrahaamiin saba guddaan si godha jedhuuun Abrahaam dhala hin qabu ture. Saaraanis dhala godhachuu hin dandeessu turte. Garuu saaranis deessee Abrahamis dhala argatee saba guddaa fi abbaa saba baay'ee ta'eera, sababa isaatiin sanyiin isaas eebbofamoo ta'aniiru. (Uma 12:1-7) Kan kee hardhaas hardharratti fakkachuu dhiisuu mala garuu osuma wanti amantii kee qoru jiruu ati didiituma amani, ija kees abdii keerra godhadhuutii gara fuldura keetti tarkaanfadhu shakkii tokko malee abjuun kee raawwatee, inni eeggataa jirtus siif ta'ee, atis isa ta'uu feetu taatee arguuf jirtaatii. (Ibr 12:1-3)
339
12
Wanta nama hunda fayyadu gochuun firi qabeessa nama godha. Garuummoo nama hunda gammachiisuuf dhama'uun hundarraa baatuu nama taasisa. Madaala ofii eeganii jiraachuun immoo ulfinaa fi mo'icha nama gonfachiisa. Qabxiin tokkoffaa fi sadaffaarratti heere akka gabbifannu Waaqayyo nu haa gargaaru. #Pstr Dendena Merga
255
13
Hubannaan guutuun kitaaba guutuu keessaa argama. Namicha Xiyyaara Qulqulleessutu gaaftokko osoo teessuma Paayileetii fuulduraa Qulqulleessuu maanuwaalii "akkaataa Xiyyaara balaliisan qabiyyee tokkoffaa" jedhu argee xiqqoo waan barateef dubbisuu eegale. Kutaa tokkoffaa, motora kaasuuf Button diimaa kana press godhi jedha. Akkasuma godhe motorris ni ka'e namichis baayyee gammade. Kutaa lamaffaa yeroo dubbisu xiyyaara kaasuuf Button keelloo press godhi jedha. Akkasumas godhe. "Innis ni gammade. Kutaa sadaffaa yeroo dubbisu Xiyyaara balaliirra (Qilleensarra) tursiisuuf button magariisa press godhi jedha. Akkasumas ni godhe. Amma namichi kun qilleensarra jira. Ittis toleera. "Ammammoo qubachuu barbaadee kutaa arfaffaa yeroo banu, hamma ammaatti waan dubbiftaniif galatoomaa. Akkamitti akka qubachiiftanimmoo kitaaba Qabiyyee lammaffaan qabannee walitti deebina jedha. Akkasitti namichii fi Xiyyaarri fayyaalessi qilleessarra ba'e fayyaa guutuun lafatti deebi'uu dadhabee rakkoof saaxilame. .. #ARGITEE! Utuu hin hubatin hubachiisuuf yaaluun bu'aasaarra miidhaansaa baay'eedha. Waan tokko xiqqoo waan hubatteef ariifattee beekumsatti hin lakkaayiin. Hubannaa qabaadhu isheen rakkoon fi kisaara heddurraa si baraartii. Yaada namaa murteessuuf jechasaa tokko ykn mudannoo tokko qofaa bu'uura hin godhatin sababnisaa inni eenyummaa nama sanaa guutuu sirriitti argisiisuu dhiisuu waan maluuf. Waltajjii tokko jalqabaa hamma dhumaatti, akkasumas dhimma tokko guutuusaa osoo hin hubatin nama tilmaamu fi murtee laachuurra hanga dhumaatti dhaggeeffachuu fi sirriitti xiinxaluun dogoggora heddurraa nama olchuu bira darbee wanta gaabbii hin qabne raawwachuu akka nama dandeesisu yaadatti qabadhu. Beekumsi xiqqoon balaa guddaa fiduu akkasumas hubannaa dhabuun miidhaa namarraan geessisuu akka danda'u hubachuun wanta hunda keessatti obsaa fi tasgabbii qabaachuun ba'eessa. #pstr Dendena @Oobdii
287
14
Wanta xiqqaarra waliif darbuu dadhabuun wanta guddaa wal hin dhabsiisinaa #Reposted 👉 Ijollee lamatu jiru isanis obbolaa gadameessa tokko keessaa ba'an angafaa fi qixisuu turan yeroo mara waliin ba'u waliin galu, waliin hojjatus hojiin isaanii irra caalaan immo hojii tola oltummaa ture inaaffa isa 'dabaloo' jidduutti umaamu sana qabu malee heddu wal jaallatu turan. Marree gaafa tokko hojii abdii nama kutachiisu tokko hojjachuutti osuma jiranuu heddu beela'an akka carra yeroodhuma beela'an sanatti carra gatii dadhabbi isanii argachuu argatanii qarshiin xiqqon harkarra isaan dhufnaan beela isanii dandamatanii hojii isanii ciminaan akka itti fufaniif qarshii argatan walitti fidanii nyaata bitatanii soorachuu waliif galanii qarshii walitti fidaniin daabbo bitatan daabbon isaan bitatan hamma isaatu guddaadha malee daabboo tokko ture. Waan ta'eef daabboo bitatan sana bakka lamatti cabsatanii nyaachun waan itti jiruuf inni tokko kenni wal qixxeetti nuufan cabsaa jedha inni tokko immo ati wal caalchiftaa kenni anuu wal qixxeetti osoon wal hin caalchisin nuufan cabsa jedha. Wal amanuu dadhabanii ammas inni tokko lakki anuu nan cabsaa jedha anuu, anuu osoo waliin jedhanuu keessa tokko wal qixxesse cabsuutti xiqqo tokko gara ofiitti caalchise cabse sana booda miira wal dorgommi fi wal shakkii keessa galanii waan turaniif waliif mo'atamuu dadhabanii inni tokko kan koo xiqqodha hin fudhadhu ati kana fudhu jedha inni kaani lakki atuu sana fudhu jedha. Osoodhuma kana sana jedhanii walitti falmanuu fi wal lolanuu namichi bela'aan maal nyaadhu jedhu tokko itti dhufee maal taatanii wal dhabdu jedhee gaafannan waan irratti waldhaban kana sana jedhanii itti himan kanarra nimtichi #KANATU ISIN DHIBEE FIDAA WALAN ISINIIF QIXXEESSA jedheen. Achumaan hoodhuu wal nuuf qixxessi jedhanii itti kennatan namichi durumaa bela'aa waan nyaatu dhabeedha waan ta'eef isa irra caala jedhame sirriitti ciniinee irra kutee amma wal qixxesse ati kana fudhu atimmo kana jennan inni tokko lakki ammas wal qixxa miti jedhee dide ammas qoyya walan qixxeessa jedhee gara tokko irra caalchisee cuffate. Ammas gara tokkotti caalee jira jechuun falmii itti fufan namichis isa cuffate ni liqimsee ammas waliin isiniif qixxeessa jedhee tokko cuffate ammas wal qixxa miti jedhaniin. Namtichis isa kanarraa isa sannarra osoo cuffatuu lachuu nyatee fixee jarri lachuu beelaa fi harka duwwaatti hafan. Boodasaa daabboo keenya nyaatte fixxe fidi jedhanii itti hiyyuu jalqabnaan namtichis #isintu natti kenne maalan godhe ani osoon isin araarsuu narkatti dhume jedhee saantima tokkon qaba jedhee itti darbatee bira darbe saantimni sun immo kan daabboo bittuuf hin ta'in hafe jedhama. KAN WALIIF GALUU DADHABANIRRA KAN JAARSA ARAARAA ISANII ADDA BAASANII BEEKUU DHABUU ISANII IMMO HEDDU NAMA DHIBA. ✅ HUBADHU OBBOLEE KOO; 👉 Obboleessa fi obboleetti ofii wajjin waliif galuu dhabuun, isaaf/ isheef/ taanan haa ta'u jechuu dadhabuun, sassatummaan fi jaalala, obbolummaa, hiryummaa fi firummaa walii jidduu qilleensa, horii, diina, fayidaa fi kkf galchuun hundarraa baatuu, hunda dhabduu nama godha harka diinatti kan nama kuffisuu fi orma badhaasanii ofii gadadummatti hafuu namatti fida. Waan ta'eef amaloota armaan Olii irraa of qusadhu waan ta'aa jiruu fi godhaa jirtu sirritti xiinxali. Isa sagalee waaqayyoo anarra obboleessa koo wayya jedhu fi Wanta akka siif ta'u barbaaddu obboleessa keef godhi isa jedhus hojiirra haa olchinu!. Eebbifamaa. #Pstr Dendena Merga @Oobdii
253
15
Qomoon adda hin baafne Atii sanyii namaa Fannoo siif qopheesse Garuu dhalli namaa! Nama na gochuuf jettee Samii irraa gadi buutee Akka nama cubbamaa Fannoo gubbaatti duute. Fannoo gubbaatti baasee inni si waraansisee Hadhooftuu buqqisee inni si obaasise Yakkamaa taatee miti jaalala koof obsite Na araarfachuuf jettee dhiiga qulqulluu cobsite! Gara dachee dhufuun kee Ba'aa koo narraa kaase Seenaa golatti cabe Tulluu gubbaati baase Eenyummaa kootu kan keeti Ormi hin qabu na keessaa Gochaa ati anaaf gootetu Garaa koo na Rasa! Sagaltamii sagal dhiistee Anaan dhufte barbaaduu Akkuman ta'un dhaba Gaafan taa'ee isa yaadu. Egeree seenaa kootiif Riqicha seenaa keessee Anaan nama na gootee Tarree cubbamaa teesse. Nan dubbadha yoon jedhes Jecha siin ibsuu hin qabu Galanni afaan kootii Teessoo kee haa ga'u Hoolaa waaqaa taatee Waaqa irraa gad-buutee Dhuunfaa nu godhachuuf Ofii boolla buute. Baga geessan! Ayyaana gaarii!
215
16
YESUS KA'EERA! Du'uu fi du'aa ka'uu isaa kan Yesus afaanuma isaatiin erga du'aa ka'ee karaa ergamaa Yohaannis dubbate akka armaan gadiitti isiniif maxxanseera. .. "Yommuun isa arge akka nama du'ee miilla isaa jalatti nan kufe. Inni immoo harka isaa mirgaa ana irra kaa'ee, "Hin sodaatin! Inni duraa, inni booddees ana; inni jiraatus ana. Takka illee du'een ture, amma garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti jiraachuuttan jira; du'a irratti, balbala iddoo warra du'anii banu irrattis ani gooftummaa qaba." (Mul 1:17-18) .. #Baga guyyaa yaadannoo du'aa ka'uu fi karaa Yesus du'a itti injifattan geessan. #Pstr Dandana
189
17
TAATEEWWAN GUYYAA FANNOO✍️ Akkuma beektan ani amantii warra Yesuus Waaqummaa, Furee fi Fayyisaa dhala namaa tahuu Gooftaa Yesuus hin amanne, kanneen du'aa fi du'aa ka'uu ganan jidduuttiin dhaladhee guddadhe, garuu amanuun gara ifa dhugaa dhufeera! Arraaf baruumsa muraasa taateewwan guyyoota dhiphinaa fi yeroo fannifamuu turan ilaalla! 👉 Dubbii gurguddoo Yesuus fannifamuun isaatiin dura dubbate # Torban: 1. Eenyuun barbaadduu?... Innoo ana! (Yoh 18:4-5) 2. Geeba gidiraa kan abbaan naaf kenne keessaa hin dhuguu ree? (Yoh 18:11) 3. Dubbii qajeelaa yoon dubbadhe garuu maaliif na dhooytan? (Yoh 18:23) 4. Mootummaan koo kan biyya lafaa kana osoo ta'ee silaa warri kiyya tahan naaf lolan! (Yoh 18:36) 5. Dhugaadhaaf, ragaa ba'uufin dhaladhe, kanummaafiin ardii tanaa dhufe. warri dhugaarraa tahe dubbii kiyya ni dhagahu! (Yoh 18:37) 6. Osoo olii siif kennamuu baatee ati humna tokkollee ana irratti hin qabdu turte! (Yoh 19: 11a) 7. Inni dabarsee sitti na kenne cubbuu /dilii/ caaltu qaba! (Yoh 19:11b) 👉 Abbootii murtii /warra dhaddachaa/ kaneen Yesuus duratti dhiyaate #Torban: Gooftaa Yesuusin murtiin du'aa kan irratti darbe toohannoo humnoota tika nagaa jala oolee turtii yeroo sa'aatii 24 hin guunne keessatti! Turtii yeroo gabaabduu kana keessattis himanni isaa dhaddacha torbaan abbootii murtii ja'aan ilaalame. 1. Gumii warra Yihudootaa (Luq 22:66) 2. Haannaas (Yoh 18:13) 3. Angafa Lubootaa ( Yoh 18:29) 4. Qayyaafaa (Yoh 18:24) 5. Philaaxos 1ffaa (Luq 23:1) 6. Heroodis (Luq 23:7) 7. Philaaxos si'a lammeeysaa (Luq 23:11) Dhumarratti garuu Philaaxos murtee haqaan ragaan qulqulleessee osoo hin taane murna warra Yesuus himatee san gammachiisuuf qofa Yesuus irratti du'a murteeyse! (Luq 23:13-16, 20, 22, 24) 👉 Dubbiiwwan gurguddoo Yesuus fannoorratti dubbate #Torban: 1. Yaa abbaa waan godhan hin beekanii isaaniif dhiisi /oomfii godhiif/! (Luq 23:34) 2. laal haadha tee, haadha too laal ilma kee! (Yoh 19:26) 3. Dhuguman sitti hima ati arr'a anaa wajjiin jannata keessatti argamta! (Luq 23:43) 4. Niin dheebodhe! (Yoh 19:28) 5. Elo'ii elo'ii lamaa sabaqtanii! (Mar 15:34) 6. Fiixaan ba'eera /raawwatamee jira/! (Yoh 19:30) 7. Yaa abbaa koo hafuura koo /ruhii tiyya/ harka keetittiin kennadha! (Luq 23:46) 👉 Wantoota gurguddoo torban Odoo Yesuus fannoo irra jiruu raawwataman #Torban: (Mat 27:45-52; Luq 23:44) 1. Aduun ni dukkanooyte. 2. Lafti ni dukkanoofte. 3. Lafti ni sochoote. 4. Kattaawwan ni dadayya'an /siibbaan dhagaa ni bururuqan/. 5. Awwaalonni /qabriilleen/ ni banaman. 6. Qulqulloonni /leeymoowwan/ warri dur du'an du'aa ni ka'an. 7. Golgaan mana qulqullummaa /sittaaraan Beeytal Maqdas/ bakka lamatti tarsa'e. BAGA GEEYSAN JANNU HOO! ✍️YESUUS NI CAALA INNI ANAAF, SIIF NU HUNDAAF DU'E! Baga ayyaana yaadannoo Fannoo kan bara 2023 tiin isin gahe. Boru "Bu'aawwan hujii fannoo" mata duree jadhuun walitti deebina! Barruu koo turee fi irra deebiin dhihaate. Abdusalaam Ruduwaan (H/W) Finfinnee 2023
241
18
No text...
273
19
Torban tokko dura namni Lammii biyya Turkii tokko namni manasaa natti kireesse gatii humnaa ol waan natti dabaleef kaffaluu hin danda'u xiqqooshee ilaalcha naaf godhi jennaan didee manaa na kurkurse jedhe. Anis achuma ollaa sanaa mana namni naaf kenniinan itti gale. Guyyaa lama booda kirkira lafaatiin manni namichaa gaafa jigu inni lubbuun oole amma waliin dunkaana tokko keessa jirra jedhe. Namatti darbuun gadheedha.⛔
224
20
Warra garboonfachuun bilisummaa itti fakkaatu jalaa didaniituma bilisoomuudhaan bifa bilisummaa isa sirrii itti argisiiduudha malee yeroo mara jecha qofaan garbummaa fi garboonfattoota hadheeffachuun furmaata hin fidu.
256