cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Chora memes

join gochun nutti dabalama https://t.me/chora_memes https://t.me/chora_memes_group kun grouppii keenya @chora1_bot Yookiin @Qeyro Nuti warraa cooraati Biyya keenyaan ni boonna kan jettanu

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
177
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

★ ሰፋሪ ከመምጣቱም በፊት ይቺ ከተማ ባለቤት ነበራት ያው በአቀንጭራ የተመታ ጭንቅላት ስላላችሁ በየግዜው ማስታወስ ሊጠበቅብን ነው ማለት ነው? መስቀል አደባባይ ያላችሁት #ሁሉቃ_ኮርማ 3000 አመት ከሞላው ቀደም ብሎ ከተማ ቀመስ የሆነው ቢርቢርሳ ጎሮስ? 😊 1.መርካቶ --- -- - .. አገምሳ 2.ራስ ካሳ ሰፈር ----- . በዳ ኤጄርሳ 3.ጥቁር አንበሳ-- --- -ባሮ ኮርማ 4.ፒያሳ--- --- ..ቢርቢርሳ ጎሮ 5.ስድስት ኪሎ-- --- -- ጨፌ አራራ 6.ሜክሲኮ--- ---- ጨፌ አነኒ 7.ሳር ቤት--- ---- ጨልጨሊ 8.አራት ኪሎ- - ---- -ዳለቲ 9.እንጦጦ--- -- ዲልድላ አዱሬ 10.ሀ/ጊዮርጊስ ድልድይ-ለጋ ቀመሌ 11.ትልቁ ቤተመንግስት- ቱሉ ዳለቲ 12. አስኮ --- --- ቂሌ 13.ተ/ሀይማኖት--- ---- ሱሉላ ጋርቢ 14.አዋሬ --- ------ ---- አዋሮ 15.ሩፋኤል-------------- አዳሚ 16.ቸርቸር ጎዳና --------- ወዴሳ 17.ሀና ማርያም---------ቱሉ ኤጄርሳ 18.ቅዱስ ዮሴፍ/አዲስ ሰፈር -ሉሜ 19.ቡና ቦርድ ላፍቶ ------ቱም ቱም 20.ጎፋ --------------------ቱሉ Dheርቱ 21.ፈረንሳይ ------------ -ቡርቃ ኤጄርሳ 22.ልደታ ------------------ጫፌ ሙዳ 23.ዉጭ ጉዳይ--------Dhaካ አራራ 24.ጎተራ/ወሎ ሰፈር---ዶሎ ቡዴና 25.ግንፍሌ --------------Dhuሙጋ 26.አዲስ ከተማ -------ጎልባ 27. ቃጫ ፋብሪካ -----ሀረዋ 28.ጉርድ ሾላ ----------ሀርቡ 29.እስጢፋኖስ -------ሁሉቃ ኮርማ 30.ብሄረ ፅጌ-------- ጃጃ 31.በላይ ዘለቀ መንገድ- ካራ ቆርጢ 32.የካ ሚካኤል -----ቡርቃ ቆሪቻ 33.አየር ጤና ---------ማደሮ 34.ባምቢስ -----------መልካ አቦሼ 35.አጣና ተራ ---------ጣሮ 36.ጨርቆስ--------- ጎልቦ 37.ቄራ ---------------ጉለሌ በdhaሶ 38 .ጃን ሜዳ ------ ሁሩፋ ቦንቢ 39.ካሳንቺስ ---------ቃርሳ 40.ንፋስ ስልክ----- ሮባ 41.22 ማዞሪያ ---- ዶቃ ቦራ 42.ቀጨኔ --- ------ ዶቢ 43. ለገሀር ----------ለገሀሬ 44.መከኒሳ--------ባከኒሳ 45.ቤተል --- -------ቦኬ 46 .አቃቂ --- ------ ሀቃቂ 47.ፍልውሃ --------ሆራ 48 .ቃሊቲ ----------ቃሉ
Show all...
GORSA...✍ ▬▬▬▬▬▬ ➊. Yeroo mijaa'aa hin eeggatin yeruma kana furadhuu mijeeffadhu! ➋. Nama si amanu gonkumaa hin sobin; nama si sobu gonkumaa hin amanin! ➌. Waan darbe irraanfadhu garuu irraa bari! ➍. Wanti of duuba si deebisu ilaalcha mataa keetiiti! ➎. Miira kee too'adhu malee hin garboominiif! ➏. Jiruun kun akka bishaan garbaati; inni yoomillee hin tasgabbaa'u sumatu akkaataa itti daakan barachuu qaba. ➐. Namni gaafa barbaadee of argate, jireenya haarawaa jiraachuu jalqaba. ➑. Namni tokko yoo hin dandeessu siin jedhe, hamma isaa sitti agarsiise malee kan kee miti. God bless you! ➦ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin! sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ ❤️ @faana_beekumsaa
Show all...
Shamarreen pireediidhaan jirtu, yoo Teebiliirra teesse, 'Pireedik Teebilii' jedhama. JOIN @qirqiddaaentertainment NOW
Show all...
Mana barumsaatti ijoollonni wajjin kutaa tokko baranne har'a eessa jiru? . . Warri fuuldura taa'an > Baankii Daldala Itoophiyaatti ramadamanii miindaa qarshii 4000 nyaachaa jiru. . . Gara gidduu warri taa'an, warri shamarranii biyya Arabaa jiru- Dhiironni immoo karaa Liibiyaarraan eessa akka isaan gahan hin beekamne. . . Warri gara duubaa taa'aa turan, Viidiyoo YOU TUBE utuuma hojjetanii darbeef. . . Tasa daree barnootaa warri galee hin beeknemmoo biyya bulchaa jiru.😂(Ekeleenfaa) JOIN @qirqiddaaentertainment NOW
Show all...
Hiriyyaan dubaraakoo durii, "Waan Waaqayyo siif laatu, eenyuyyuu si harkaa fudhachuu hin danda'u!" jettee Feesbuukii irratti Poosti gootee jennaan, Koomentii jalatti, "Durbummaankee meerreree?" jedhee barreesinaan, Block na goote!🤣 JOIN @qirqiddaaentertainment NOW
Show all...
Ishee: An kanan jedhu, lakkoofsa gabatee(Taargaa) konkolaataa irratti, 'AA' kan jedhu maaliidha? Isa: Nama dhibda, waan xiqqoo kanallee hin beektuu, 'Adaanech Abeebee jechuudhakaa JOIN @qirqiddaaentertainment NOW@tiktok
Show all...
Maal haadha manaan akkas Abbaa manaa shakkitu! Ji'a sadiif iddoo biraa deemee dhufee wal argan. 'Koondoomii malee hin goonu' jette. Wal falmii daqiiqaa muraasaa booda 'TOLE' jedhe. Hin godhan. Fixeera fixachiisuu baatus. 'Ol fuudhi Koondoomicha' jette. Ol fuudhe. 'Mataasaa walitti qabi' jette. Qabee itti agarsiise. Kan ji'a sadii kanuma qofa baay'ataa jettee balaa buuste.🤣 JOIN @qirqiddaaentertainment @Falmimulgeta
Show all...
Namoonni dubara ulfasheerra harka ka'anii, 'Baga gammadde!' jedhu, garuu namni qaama dhiiraa tuqee 'Ati jabaadha, Baga gammadde!' jedhu hin jiru. Goota faarsuu haa shaakallu! JOIN @qirqiddaaentertainment NOW JOIN @qirqiddaaentertainment NOW
Show all...
Bor guyyaa biraadha eenyutu bor beekaa" jedhee na gorsa. Obboleessa koo bor Kamisadhaam☺️ Guyyaa garii🖐️ 👍 like tuquu hindagatin Hiryoota kee 3f ergi! join👉👉 @kottaakolfaa 👈👈
Show all...
Finfinneen handhuura keenya yoo jedhamte, Adaamaan isa handhuuraa gadii ta'uu isheeti. JOIN @qirqiddaaentertainment 🤣
Show all...