en
Feedback
Dnkisa dabalaa

Dnkisa dabalaa

Open in Telegram

welcome baga nagaan gara telegraama kooti dhuftan telegraam john godha youtube koos link kanaan seena subsribe godha 👇👇👇

Show more
824
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
😂😂😂

Repost from Dr heeraan
Hordoftoota ko arra isiniin dhiphisu barbaada naaf dhiphadha sagantaa dorgommii tokko waaniin qabuuf dorgommii kana na injifachiisa hadaraa Dorgommiin kun Youtube subsribe godhuu qofa link kanaan seentanii subsribe gootani MA Comment jalatti barreesitani youtube subsribe goototani scren shut gootanii Comment jala naaf keessan link kanaan seena 👇👇👇 https://youtube.com/@umuMumtazO-jw6dx?si=SGkxO8pPpdSdfI-v

DR

Namoonni fb ko Follow hin godhiin jirtan link asii gadi kanaan seenuun Follow godha yaada yoo qabaattan achiin na qunnama gal
Namoonni fb ko Follow hin godhiin jirtan link asii gadi kanaan seenuun Follow godha yaada yoo qabaattan achiin na qunnama galatooma 👇👇👇 https://www.facebook.com/100083604120722/posts/pfbid0cd53y24QxQeF73qLQeSEFjAdgU2oJYgG26dMVUrjLqkHgSwsRuHfaim8KDFjFgLwl/?app=fbl

Urjii taatee mullata fagoorraa Urjii Afrikaa
Urjii taatee mullata fagoorraa Urjii Afrikaa

Irbuu goototaa baatte Imaanaa nyaachuu diddee, Dabarsitee darbuudhaaf Galaa dhalootaaf fidde... ~ Dhugoomsitee arguudhaaf Abjuukee bara qaataa, Hallayyaa Mogor buutee Gaara cilaaloo baata. Lukti lafa sin qabu Mucaa daaddisu taata. Yeroo kuma gufattee Al-kumaaf tokko kaata. ~ Damdamattu maleessa, Cimtee akka shimalaa Adeemsi isaa jabaadha Obsaa qofatu imala. ~ Galaan baadhattee baate Karaatti sirkaa dhuma. Aduun saafaa si guba Yandoon roobaa si tuma. ~ Aannan sirkaa itita Ni sama okoleenkee, Galmi sirraa fagaata Si laafa mogoleenkee. ~ Garaan sitti xamba'a Beelaaf dheebuun siwaada Gosti rakkoof gidiraa Gurmuun yaa’ee si gaada. ~ Gaararraa mucucaatta Gad si harkisa guulli. Qaamnikee ni dhorama Sitti xoolaga; fuulli! ~ Gufuudhaan sakaalamta Lagnillee sitti guuta. Tarii galma hanqattee Lubbuunuu itti duuta. ~ Dukkana hamaa keessatti Dungoon sijalaa dhaama. Maatii; aanaa fi firri Maqaa biraan si waama. ~ Namarraa adda baatee Tiratta akka raatuu, Kophaa ofiin dubbattee Kaayyoof taata maraatuu. ~ Firri gaafa bal'inaa Mana keetii shubbisu, Tarii gaafa sanammoo Yaadatee sin dubbisu. ~ Eela deemsa kaayyootiin Garaankee osoo gubatuu Ummata guutuu keessaa Dhabda kan si hubatu. ~ “Edaa an naman qabuu?” Jetteetu of gaafatta Fira afaaniif gochaa Gaafas addaan baafatta. ~ Egaa.. akkuma worqeen Ibiddaan qoratamu Gidiraa darban malee Namummaa'n horatamuu ~ Biyyi lafaa qorumsa Na dhageessaa yaa tiruu? Kaayyoon aarsaa maleetti Galma ga'u hin jiruu... ~ Iyyeen sitti dubbadha Gurra duuchattee'n rafin Sodaa woreega baasuu Milkii male hin hafin. ~ Miila duratti malee, Duubatti hin butatin. Abdiin wodaroo miti Goonkumaa hin kutatin. ~ Arguu barbaadda taanaan Kolfakee isa dhumaa Woreegama kan baasu Nam-biraa miti, sumaa. ~ Aarsaa kaayyoof kaffaltu Hundumaa dandamadhuu Mi’aa milkiikee boodaa Gammachuun dhandhamadhu! #share #likeforfollow

photo content

Imimmaan jaalala dhugaaa Akkuma bokkaa siif cobsee Jaalala dhugaa si jaalladhee Jireenya kootti jibba labsee! ~ Halkaanif guy
Imimmaan jaalala dhugaaa Akkuma bokkaa siif cobsee Jaalala dhugaa si jaalladhee Jireenya kootti jibba labsee! ~ Halkaanif guyyaa hin qabuu Kanan gubaa jaalala kee obsuu Iddoon imimmaanii na gu'ee Beekii siif akkan dhiiga cobsuu ~ Waan hundumaa na jibbisiisee Waa'ee keen buusee baasaa Imimmaan jaalala dhugaa Akka bokkaan siif lolaasaa ~ Gaafan waa'ee kee yaaduu Jechan ittin ibsuun dhabaa Waanuma gati jabeessaa Ani suma qofaan qabaa ~ Meerkuurii fi Warqee caalaa Dachaa dhibba naa caaltaa Kana keessaa garuu atii Jaalala dhugaa wallaaltaa ~ Ani jaalala keetiif jedhee Maatii koon wal-dhabee Waadaan koo ganamaa Utuu galma hin ga'iin cabee ~ Akka nama sammuun darbeen Waa'ee kee taa'ee mammaakaa Garaachi koo dalagaa isaa dhiisee Waa'ee jaalala keetii daakaa ~ ~ Jaalala keetiin caccabeen Onneen koo sumaaf dhiigaa Jaalala kee irraa fayyuufan Dachaaf gaara irra fiigaa. #LikeFollowShare Page ko kana follow gochu akka hin daganne namoonni na qunnamu.barbaaddan keessan na qunnama

Akkam ooltan qeerroof qarreen dhifama jiddu kana gara telegirama kanaan isiin irra badeen jiraa Namoonni na qunnamuf na dubbi
Akkam ooltan qeerroof qarreen dhifama jiddu kana gara telegirama kanaan isiin irra badeen jiraa Namoonni na qunnamuf na dubbisuuf fedhii qabdan link kanaan seena fb ko follow godha keessan naaf barreessa galatooma https://www.facebook.com/profile.php?id=100083604120722

#ODUU_GAMMACHIISAA 100% dhugaadha Seeniituma ilaali ✅#dhugaa rabbii linkii kun kan kijibaa mitii dhugaadha👌 Mallaqa kara #Teelebirr siif kaffala suuraa gadii laalaa🙏🙏🙏 ✍Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaa qarshii hedduu argadhaa! Jalqaba linkii kana tuqaa👇👇 https://telegram.me/kana_betting_bot?start=i951538045 Hey there 👋 I'm playing Keno on this amazing platform, and I thought you might enjoy it too. Register using my invite link, and you'll receive ⁨15 ETB⁩ to start your betting adventure.

#ODUU_GAMMACHIISAA 100% dhugaadha Seeniituma ilaali ✅#dhugaa rabbii linkii kun kan kijibaa mitii dhugaadha👌 Mallaqa kara #Teelebirr siif kaffala suuraa gadii laalaa🙏🙏🙏 ✍Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaa qarshii hedduu argadhaa! Jalqaba linkii kana tuqaa👇👇 https://telegram.me/kana_betting_bot?start=i951538045 Hey there 👋 I'm playing Keno on this amazing platform, and I thought you might enjoy it too. Register using my invite link, and you'll receive ⁨15 ETB⁩ to start your betting adventure.

photo content

photo content

#Seenaa_Ajaa'ibaa "Namicha Xiyyaara Qulqulleessu tokkotu osoo xiyyaara keessaa qulqulleessuu kitaaba mata dureen isaa (Akkamittiin Xiyyaara balaliisuu dandeenyaa), "HOW TO FLY AN AEROPLANE FOR BEGINNERS (Volume 1).Kan jedhu argee dubbisuu eegale. *Fuula (page) jalqabaa banee dubbisuu yeroo eegalu kan akkas jedhu arge! motora (engine) kaasuudhaaf xuqaa diimtuu kana xuqaa kan jedhu arge! Innis xuqee motora kaafate. 👉Innis baayyee gammadee fuula itti haanutti ce'e..... *Akka xiyyaarri kun deemu yoo barbaadde xuqaa keelloo kana gadi qabi kan jedhu argee innis xuqaa keelloo sana xuqe.. Xiyyaarris ispeedii baayyee cimaadhaan lafarra deemuu eegale. *Namichis baayyee gammadee Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf gara fuula sadaffaatti darbe. *Fuula sadaffaa irras Xiyyaara kana qilleensarra balaliisuuf xuqaa magariisa kana gadi qabi kan jedhu arge. Innis achumaan xuqaa magariisa sana xuqe! Xiyyaarris akka ajaayibaatti samiirra balali'uu eegale😁Namichis baayyee gammadee! 👉Imala daqiiqaa 20 booda Xiyyaara kana lafa qubachiisuu barbaadee (page) fuula 4ffaa dubbisuuf yeroo kitaabicha banuu akkas kan jedhu argee 👉 Xiyyara akkatti qubachiisan baruuf kitaaba volume lammaffaa mana kitaabaa sinitti dhiyoo jirurraa bitadhaa kan jedhutu jira🤣 👉Dhaamsa: Waan tokko odeeffannoo guutuu osoo Hin qabaatiin Hin eegalin Dhaamsa kooti yo sitti tole share godhi Fb ko dhaquun Follow taasisa link kanaan seena

photo content

Awwaashirraan leemmanii Awwaashirraan leemmani Ani baduudhaaf ka'ee
Awwaashirraan leemmanii Awwaashirraan leemmani Ani baduudhaaf ka'ee

"Faannoo ammatti Mormuun mootummaa deeggaruudha" Jette Of wallaaltuun diina ishee hin beekne!😉😂 Ni yaadattuumii? Kan Oromoo Walloo waggaa Afran kana Qa'ee fii qabeenya isaa irratti saamee Kaan ajj*esee kaan Ibddaan gube, Ni yaadattuu mitii? kan Oromoota Walloo Ambulance keessaa gadi guuree Qal*e ajj*ese, ni yaadattuu mitii? kan Artistoonni amaaraa Oromoo Walloo zamachaa minilik jettee Konkolaataa tokko Guutuu Ummata Oromoo Iddoo tokkotti fi*xe! Ni yaadattuu mitii? kan Oromoo Wallaggaa Lafa isaanii irraa buqqisanii kadhattuu godhanii haadha Ulfaa ajjeesanii ibiddaan guban Sana ni yaadattuu mitii? Ni yaadattuu mitii? kan Morma Oromoo Kutee Camera Duratti ittiin Sirbaa ture. yoo yaadatta ta'e kuni Hundi Gocha d*ina Kanaati. Gocha faannooti Ni yaadattuu mitii Kan Oromoota Harkaafii Harma Mure inni Suni Minilik warra Seenaa San deebisna jedhu Faannoo ammaati! Yoo Miidhamni Oromoo Si dhukkubse yoo Mormuu baattes callisi, malee nama isaan mormu deeggaraa Mootummaa jettee xurumbaa hin afuufin, yaa warra Deemsi harkaa bade hoo! Mee Gaafii Ummata amaaraa naaf himaa maali? Namicha Oromoo fakkaatee biyya bulchaa jiru kana Maaf Oromoo Ofiin jedha jedhanii jibba Oromoo facaasuun Ala maali gaafiin isaanii Jaalattanii Jibbitanii diinni Ummata Oromoo am*ara namni Sirna Ethiopia tana Bulchu gadi dhaabe amaara, erga rabbi Walitti kaasee Oromoo diina kee Carraa kanaan dhukkee irraa kaasi Di*nni kee isaan malee hin jiruu Of sossobuu dhiisii! Faannoo mormuun deeggaraa Mootummaa yoo nu taasise Abiyi Waliin jirra!🥰

Namoonni na qunnamuuf na iyyaafata turtan haala hojii kooti kkf kaneen na qunnamu barbaaddan link asii gadi kanaan seenuun fb
Namoonni na qunnamuuf na iyyaafata turtan haala hojii kooti kkf kaneen na qunnamu barbaaddan link asii gadi kanaan seenuun fb ko Follow gochuun naaf bareessa galatoma https://www.facebook.com/profile.php?id=100083604120722