cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Boordi filano biyoolesa

JOIN GODHA ODEEFANO QULQULLU DHIMA FILANO BARA KANAA IRRATI ARGADHA. 👉 https://www.youtube.com/channel/UCHivX2U5doIdYeYp7yTrBRg?sub_confirmation=1 👈👈

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
1 116
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Paartiin Badhaahinaa Filannoo Dhiheenya Geggeessamerratti Injifannoo Guddaa Argachuu Boordiin Filannoo Beeksise  https://www.voaafaanoromoo.com/a/paartiin-badhaahinaa-filannoo-injifachuun-ibsame/5962916.html Ka taayitaa mootummaa harkaa qabu, Paartiin Badhaadhinaa, lakkoobsa barcuma paarlaamaa mootummaa hundessuu isa dadeessisuun filannoo dhiheenya geggeessame injifachuu isaa, Boordiin Filannoo Itiyoophiyaa Sanbata dabre, Adoolessa 10, bara 2021 ibsa baaseen beeksisee jira. Akka ibsa kanaatti, barcumoota mana-maree bakka-bu’ootaa 436 keessaa, Paartiin Badhaadhinaa 410 injifate. Manneen-maree bakka-bu’oota naannoolee keessatti, barcumoota haga xiqqoo irraa kana hafe, paartichi mootummaa irra-hedduu injifachuu isaa Boordiin Filannoo Biyyoolessaa kun beeksisee jira.   
Show all...
Paartiin Badhaahinaa Filannoo Dhiheenya Geggeessamerratti Injifannoo Guddaa Argachuu Boordiin Filannoo Beeksise

Ka taayitaa mootummaa harkaa qabu, Paartiin Badhaadhinaa, lakkoobsa barcuma paarlaamaa mootummaa hundessuu isa dadeessisuun filannoo dhiheenya geggeessame injifachuu isaa, Boordiin Filannoo Itiyoophiyaa Sanbata dabre, Adoolessa 10, bara 2021 ibsa baaseen beeksisee jira. Akka ibsa kanaatti,...

Lammiin Ameerikaa Filannoo Taajjabuuf Itiyoophiyaa Deeman Kutaa Hoteelaa Keessatti Du’anii Argaman https://www.voaafaanoromoo.com/a/lammiin-ameerikaa-kutaa-hoteelaa-keessatti-du-anii-argaman-/5938729.html Poolisiin Finfinnee kutaa hoteela qabatee keessatti du’ee kan argame dhimma tajjabaa filannoo lammii Ameerikaa ka qulqulleeffataa jiru tahuu beeksisee jira.   Filannoo kaleessa Itiyoophiyaa keessatti geggeessame hordofuudhaaf, Waaltaa Kaarter ka biyya Ameerikaa irraa kan dhufan lammiin Ameerikaa Joorj Maarsh jedhaman, magaalaa Finfinnetti kutaa hoteelaa qabatan keessatti du’anii argamuu isaanii kan himan Koomishinii Poolisii Finfinneetti, Daarektarri Quunnamtii Uummataa Komaandar Faasikaa Faantaa VOAf akka ibsanitti, namni kun Hoteela Raadisan Bluu qabatan keessatti du’anii argamuu isaanii ka poolisii quba qabaachise, hojjettuu qulqulleessa hoteelichaa ti.   “Hojjettuun qulqullaa’inaa akkkuma baratametti hojiif kutaa sana ennaa seentu lubbuun isaa darbee waan agarteef akka poolisiitti himamu  itti-gaafatamtoota dhimmi ilaallatu achuma biiroo jiranitti himtee, isaan immoo poolisiitti himanii, haaluma kanaan, poolisiin gurmuu qorattootaa gara sanatti erguudhaan reeffi isaa achii ka’ee gara dhaabbata eegumsa fayyaatti ergamu taasisame,”jedhan – Komaander Faasikaan. Sababaan du’a isaa ka qoratamaa jiru tahuullee dubbatan. Gabaasaa guutuu caqasaa      
Show all...
Lammiin Ameerikaa Filannoo Taajjabuuf Itiyoophiyaa Deeman Kutaa Hoteelaa Keessatti Du’anii Argaman

Poolisiin Finfinnee kutaa hoteela qabatee keessatti du’ee kan argame dhimma tajjabaa filannoo lammii Ameerikaa ka qulqulleeffataa jiru tahuu beeksisee jira. Filannoo kaleessa Itiyoophiyaa keessatti geggeessame hordofuudhaaf, Waaltaa Kaarter ka biyya Ameerikaa irraa kan dhufan lammiin...

Show all...
Boordichi lakkoofsi namoota filannoof kaardii fudhatanii miiliyoona 31 caaluu hime - BBC News Afaan Oromoo

Filannoo Itoophiyaa lammiileen miiliyoona 28 filachuuf galmaa’aniiru jedhameef galmeen guyyoota muraasaaf dheerate

Show all...
BBC Afaan Oromoo Official

Filannoo Itoophiyaa lammiileen miiliyoona 28 filachuuf galmaa’aniiru jedhameef galmeen guyyoota muraasaaf dheerate via BBC News Afaan Oromoo - Oduu

https://ift.tt/3vUEmRj

Show all...
Galaana_Gaaromsa:NUUN_TAANE//DUBBIIN!!

Sirboota haara yeroon argachuuf Amma👉 SUBSCRIBE✔️✔️ Godhii#Vision_Entertainment#Hope_Entertainment#caalaa-bultume-new-2021-Music

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa ALI Mudde 13 bara 2013 ture sakatta’iinsa mallattoo hundeessitootaa irratti taasiseera jedhe ka’umsa godhachuun paartilee siyaasaa 26 haquusaa kan beeksisee ture. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3fC9rUM
Show all...
Paartilee Oromoo boordiin filannoo haqeef manni murtii deebii maalii kenne? - BBC News Afaan Oromoo

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa ALI Mudde 13 bara 2013 ture sakatta’iinsa mallattoo hundeessitootaa irratti taasiseera jedhe ka’umsa godhachuun paartilee siyaasaa 26 haquusaa kan beeksisee ture.

Show all...
BBC Afaan Oromoo Official

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa ALI Mudde 13 bara 2013 ture sakatta’iinsa mallattoo hundeessitootaa irratti taasiseera jedhe ka’umsa godhachuun paartilee siyaasaa 26 haquusaa kan beeksisee ture. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu

https://ift.tt/3fC9rUM

Boordiin filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa korri sabaa hoggantoota ABO'n taasifame fudhatama hin qabu jechuun murteesse. Boordichi muree kanarra gahuuf dambii dhaabichaafi labsii filannoo eere. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2QNsxwT
Show all...
Boordichi 'korri sabaa ABOn garee Obbo Araarsoo taasifate fudhatama hin qabu' jedhe - BBC News Afaan Oromoo

Boordiin filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa korri sabaa hoggantoota ABO'n taasifame fudhatama hin qabu jechuun murteesse. Boordichi muree kanarra gahuuf dambii dhaabichaafi labsii filannoo eere.

Bordiin Filannoo Guyyaa Galmee Filatamtootaa Dheereessee jira https://www.voaafaanoromoo.com/a/5803464.html Itiyoophiyaa keessatti filannoo guutuu biyyaa isa 6ffaa baatii waxabajjii bara 2021 gaggeeffamuuf jiruuf kaadhiimamtoota galmeessuuf yeroo dabalataa kennamee Kamiisa Bitooteessa 4 bara 2021 kan xumuramee ta'uus hanga Guraadhala 30 bara 2013tti dheerachuu isaa ibsamee jira. Bulchiinsa naannoo Amaaraa, Somaalee, Afaar, Uummattoota gama kibbaa, Sidaamaa fi Wallaggaa Bahaa fi Dhiyaa keessatti hanga guyyaa kennamee kanaatti kaadhiimamtoota galmeessuun kan itti fufuu ta'uun ibsamee jira. Iddowwan hafan maratti hojiin galmeessuu kun xumuramuu Bordiin Guutuu Biyyaa Beeksisee jira jechuun Addis Chakkol gabaasee jira
Show all...
Bordiin Filannoo Guyyaa Galmee Filatamtootaa Dheereessee jira

Itiyoophiyaa keessatti filannoo guutuu biyyaa isa 6ffaa baatii waxabajjii bara 2021 gaggeeffamuuf jiruuf kaadhiimamtoota galmeessuuf yeroo dabalataa kennamee Kamiisa Bitooteessa 4 bara 2021 kan xumuramee ta'uus hanga Guraadhala 30 bara 2013tti dheerachuu isaa ibsamee jira. Bulchiinsa naannoo...

Rakkoo fi dhiibbaa dheessanii filannoo keessaa ba'uun carraa filannoo uummatatti cufuudha jedhan Hoogganaan quunnamtii uummataa fi idil-addunyaa paartii badhaadhinaa Dr Biqilaa Hurrisaa. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/2PGzeQP
Show all...
'Rakkoo dheessanii filannoo keessaa ba'uun furmaata miti'- Paartii Badhaadhinaa - BBC News Afaan Oromoo

Rakkoo fi dhiibbaa dheessanii filannoo keessaa ba'uun carraa filannoo uummatatti cufuudha jedhan Hoogganaan quunnamtii uummataa fi idil-addunyaa paartii badhaadhinaa Dr Biqilaa Hurrisaa.