en
Feedback
🌍SDA.Light Bearers Ministry.(Gospel Workers)📡 🗣️

🌍SDA.Light Bearers Ministry.(Gospel Workers)📡 🗣️

Closed channel

🎤ERGAA MALEEKKOTA SADIINII ERGAA,YEROO FI FAARUU HAARAWA GADI LAKKIFAMAN ADDUNYAADHAF DABARSUU QABNA 7️⃣7️⃣7️⃣7️⃣7️⃣7️⃣7️⃣ 🎵🎵🎶🎶🎻🎻🎹🎹📷 🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️🗣️ ==LBM== SDA..=======

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
963
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Channel Posts
Duris Tureera - By Dongoro SDA Choir - New song 2023! @haftuuproduction

2
SANBATAA WAAQAYYOO 12.1 Sanbataa jechuun maal jechuu dha? Sanbataa jechuun guyyaa hojiirraa bilisa ta'e guyyaa boqonnaa, guyyaa haara galfii jechuudha ,Sanbatni guyyaa isa waaqayyoof eegamuudha ,Sanbatni milikkita waaqayyoo isa nu uume .Isaa fayyiseefi isa nu qulqulleesse ta'uu isaaf nuuf kenneedha, “Akkasuma immoo ani Waaqayyo isa isaan qulqulleessu akkan ta'e akka beekaniif, anaa fi isaan gidduuttis milikkita akka ta'uuf Sanbata koo isaaniif nan kenne.” — His. 20:12 Dhimma sanbataa akkas yoo jennuu guyyaan sanbataa guyyoota torban keessaa isa kami? Adduunya nuti har'a keessa jirachaa jirruu kana keessa garee Sanbatni hin jiruu jedhan malee dhaabonnii amantii guyyaan sanbataa jirachuu isaa amananii barsiisani bakka saditti qoodamu Isaanis: _Garee sanbatni'Dilbata' jedhani; _Garee sanbatni' Jimaata' jedhanii fi _ Garee Sanbatni 'sanbata'guyyaa isa torbaffaan dha" jedhaniidha. Isaan kana sadan keessaa Sanbatni waaqayyoo eebbisee qulqulleesse isa kami? Mee sagalee waaqayyoon ilaalla. * Waaqayyoo sanbataa kan inni dhaabe jalqabuma yeroo waaqa fi lafa uume wantoota isaan irra jiraatan guyyaa tokko hangaa guyyaa jahatti ergaa uume booda guyyaa 7ffaa sanbataa godhee uumee guyyaa kanatti: ni boqotee .nieebbisee .qulqulleesses.Uma. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Bantiiwwan waaqaa, lafti, wanti isaan keessatti argaman hundinuus egaa in raawwataman. ² Waaqayyo guyyaa torbaffaa dura hojii isaa isa hojjechaa ture in raawwate; guyyaa torbaffaattis Waaqayyo waan hojjechaa ture hundumaattii in boqote. ³ Waaqayyo waan uume hundumaa raawwatee guyyaa torbaffaatti waan boqoteef, guyyaa torbaffaa sana in eebbise, in qulqulleesses. Guyyaa sanbataa kana waaqayyoo sabni isaa qulqullinatti akka eeganiif akka abboommitti utuu hin kennin dura shaakalchiisaa turee. Ba'u 16:22-30. Kurnan abboommii waaqayyoo keessa isa arfaffaa godhee akka isaanitti yaadaniif, akka isaan itti qulqulleessaniif saba isaaf kenneera. Bau. 20 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁸ "Guyyaa Sanbataa qulqullinatti eeguudhaaf yaadadhu! ⁹ "Guyyaa ja'a hojii kee hojjedhu, jiruu kees hundumaa godhadhu! ¹⁰ "Guyyaan inni torbaffaan garuu Sanbata ana Waaqayyo gooftaa keetiif eegamuu dha; ati, ilmi kee, intalli kee, hojjetaan kee, hojjettuun kee, horiin qe'ee kee, galaan kellaa kee keessa jirus isatti hojii tokko illee hin hojjetin! ¹¹ "Ani Waaqayyo guyyaa ja'a keessatti bantii waaqaa fi lafa, galaana, wanta isaan keessa jiru hundumaas uumee, guyyaa torbaffaatti nan boqodhe; kanaaf ani Waaqayyo guyyaa Sanbataa nan eebbise, nan qulqulleesses. Kes. 5 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹² " 'Waaqayyo gooftaan kee akka si abboometti, guyyaa Sanbataa qulqullinatti eegi! ¹³ Guyyaa ja'a hojii kee hojjedhu, jiruu kees hundumaa godhadhu! ¹⁴ Guyyaan inni torbaffaan garuu Sanbata Waaqayyo gooftaa keetiif eegamuu dha; isatti ati, ilmi kee, intalli kee, hojjetaan kee, hojjettuun kee, qotiyyoon kee, harreen kee, horiin qe'ee kee hundinuu, galaan kellaa kee keessa jirus hojii tokko illee hin hojjetin! Hojjetaan kee fi hojjettuun kee akkuma kee haa boqotan! 12 .2 Kanaaf guyyaan Sanbataa guyyaa isa Kamiidha? _ Guyyaan sanbataa guyyaa isa Luq. 23 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁵³ Isas fannoo irraa gad buusee wayyaa quncee talbaa irraa dha'ameen kafanee, awwaala garaa dhagaa keessatti tolfamee, takkaa namni itti hin awwaalamin keessa kaa'e. ⁵⁴ Guyyaa sanattis Sanbanni itti lixuuf waan tureef, namoonni in qophaa'u turan. ⁵⁵ Dubartoonni Galiilaadhaa Yesus duukaa bu'an sun Yoseefii wajjin dhaqanii, iddoo awwaalichaa akkasumas akka itti reeffi isaa kaa'ame hubatan. ⁵⁶ Achumaa deebi'anii immoo waan ittiin reeffa isaa sukkuuman urgooftuudhaa fi dibata qopheessan; guyyaa Sanbataatti garuu akka seerri ajajutti in boqotan. guyyoota lama maqaa dha Luqaas guyyaan Gooftaan itti fannifamee guyyaa qophaa'uummaa ykn guyyaa Jimataati.
0
3
No text...
0
4
BARUMSA 12FFAA MALLATTOO WAAQAYYOO FI MILIKKITA BINEENSICHAA: KUTAA 2FFAA KIBXATA Waxabajji 13 Tooftaa Seexanaa Isa Xumuraa Qorannoon gaggeeffame akka mul'isutti dhaabbilee fi mootummoota irratti amantaa dhabinni gadi fagoon akka jiru muľisa., "Addunyaa kana geggeessuuf soonaa amilee ga'aa qabu eessa jira?" jedhanii namoonni miliyoonaan lakkaaaman in dinqifatu. Humni bineensichaa, gamtaa amanti/siyaasaa jalatti, gahee kana guutuuf akka itti amanamu Raajiiwwan Mul'ataa adda baasu. Mul'ata 17:12-14 dubbisi. Yohaannis taatee xumura seenaa lafaa kana akkamitti ibsa? Asitti wal faallaa humna qabeessa akkamiitu mul'ata? Yohaannis kutaa kana keessatti qabxilee gurguddoo sadii ka'aa. Tokkoffaa, humnoonni siyaasaa "yaada tokkicha" qabu, "humna isaanii fi aboo isaanii dabarsanii bineensichatti in kennu. Lammafaa, gareen dogoggoraa kun Yesus Hoolicha irratti lola godha. Sadaffaa, lola lafaa isa Xumuraa keessatti Kiristoosii fi duuka buutonni isaa injifannoo argatu. Bineensichi hin injifatu; Yesus immoo ni mơ'a. Seexanni saboota tokkoomsuu keessatti tooftaa akkamii fayyadamuu danda'a jettanii yaaddanii beektuu? Seenaan yeroo baay'ee ofii isaa irra deddeebi'a. Kufaatii Impaayera Roomaa irraa barumsa gati jabeessa arganneerra. Weerarri Jarmanii kaaba irraa dhufe Awurooppaa Dhihaa yommuu balleesse, Mootiin Roomaa Qosxanxinoos gara amantitti garagale. Aangoon waldaa humna mootummaa wajjin walitti makamee meeshaa Qosxanxinoos isa barbaachisu ta'e. Jaarraa afraffaatti qulqullummaa Dilbataa itti fufiinsaan cimsuun isaa yeroo rakkootti impaayera tokkoomsuuf sochii siyaasaa fi amantii shallagame ture. Qosxanxinoos impaayera isaa tokko akka ta'u kan barbaade yeroo ta'u, Waldaan Roomaa immoo akka inni "jijiiramu barbaadde. Barreessaan seenaa beekamaan Arter We'igal akkas jechuudhaan ifatti dubbate: "Waldaan guyyaa Dilbataa qulqulleesite ... sababni isaa ayyaana aduu torban torbaniin kabajamu waan ta'eef; sababni isaas, ayyaanota warra ormaa duudhaadhaan namoota biratti jaallataman fudhachuun hiika Kiristaanummaa isaaniif kennuuf imaammata Kiristiyaanaa murtaa'aa ture.'- The Paganism in Our Christianity (New York: G. P. Putnam's 1 Sons, 1928), p. 145. Yeroo rakkoo guddaa, yeroo addunyaan hundi sodaattee, midhamtee fi na'ate, namoonni nama tasgabbii fi eegumsa tokko tokko fidu argachuuf abdii kutatu. Yeroo darbe abbaan irree kan ka'e akkasitti yoo ta'u, lammata ta'uu hin danda'u jennee yaaduuf sababni hin jiru. Akka raajiitti wanti tokko taateewwan dhumaa kana ni fida. Kun hundi akkamitti mul'achuu akka danda'u beekuun rakkisaa ta'us, addunyaan jijiiramni guddaan hammam dhufuu akka danda'u, akkasumas baay'ee dafee akka dhufu dursitee argitee jirti. Waaee waan dhufu bal'inaan beekuu baannus, waan dhufu hundaaf qophaa'uu qabna. @sogproduction
0
5
هر فیللم سکسی بخوای داره👙👙 😻بدون فیلتتررر شکن فیللم س-ک-سی ببین😻👄👙 برای دیدن فیییلممم های 👙س-ک-سی👙 زوووود کلییییک کن👙👄👇👇
0
6
But only a few have been able to survive, some with great respect and following, by claiming that God either helped them do what they did or at least told them how and where to do it. And why is this done in humanity? The reason is also very clear. We want to possess or control those around us and what better way to do this than to make God our partner and ally. Thus, we have the history of politics and religion since the beginning of time. Reply  Carolyn HamlettJune 4, 2014 at 9:55 AM Hi Anonymous, Putting aside whether EGW plagiarized or not, so far all the info I have seen attributed to her is accurate and has stood the test of time regardless of who wrote it. Perhaps the REAL issue here is not EGW, but that the information is just too dangerous for Satan's organization to have people today take it seriously. Reply Replies  UnknownJune 4, 2014 at 10:13 AM Carolyn Hamlett, Ellen G White did not plagiarize and all of her writings are inspired and they are being fulfilled to the very letter! It is the work of Satan to say she plagiarize and God is soon to punish Satan and his emissaries who are spreading false news about God's servant. Woe be unto them!  Peter MarajinApril 26, 2016 at 10:49 PM Let's not be too nitty gritty on the logo. A logo does not save you but the grace of Jesus Christ provided you believe.  Peter MarajinApril 26, 2016 at 10:49 PM Let's not be too nitty gritty on the logo. A logo does not save you but the grace of Jesus Christ provided you believe.  AnonymousAugust 27, 2016 at 3:49 AM EG White stated God's word will be attacked, His character will be attacked and her writing will be attacked, I do believe she was inspired she always upheld the truth and if we would all study the word of God we would know, The word of God says you can tell a real prophet from a false,. I know the devil is working hard on the very elect that is why it is important to study the Bible. She confirms what the word of God says, and I believe she was chosen by God. We are to prove all things and so far her writings have come true. Reply  Doug TasiAugust 18, 2014 at 8:50 PM In 5 Pacific Island countries including Samoa ,Tonga SDA members now keep Sunbday as a direct order from the Sth Pacific Division .For 3 yrs now 95% of the SDA Members in Samoa now keep Sunday. Reply Replies  AnonymousSeptember 5, 2014 at 6:58 AM Doug tasi , in those 5 pacific island including samoa all the churches as well the seventh day adventists are kepping the sabbath day.check when they changed one day ahead becauae they are closer to asia and not the American continent . For them when friday comes in australia was already saturday and when monday comes in Australia in those islands were Sunday. The way i can see it all churches keeps the same day as the seventh day. You can say its sunday but facts still saturday. Reply  AnonymousAugust 19, 2014 at 2:50 AM My brother, if you are teaching that the Seventh-day Adventist Church is Babylon, you are wrong.--TM 50, 58, 59 (1893). Reply  AnonymousOctober 10, 2014 at 5:17 PM Lady Anonymous 2 writes: Ellen White used others' writings when what they said explained what she saw better than she knew how to describe it. She said so herself. That was a common practice in her time and was considered a complement to the original author. This was not however a majority of her writings. It was part of her writings about historical facts. Reply Replies  UnknownAugust 28, 2020 at 11:32 AM If one looks at her education which was minimal due to I'll health then I think at her level of education to do what she did is truly a miracle. Reply  UnknownNovember 16, 2014 at 3:11 PM Wow! My dad has told me about these things, but to see them for real, wow!!!! Reply  🙏 Good prayerNovember 16, 2014 at 10:22 PM Dear brothers we need to follow our God Creator. Look Jesucrist with open arm . We don't need a logo.
0
7
No text...
0
8
4_5850346645199262005.xlsx
0
9
Sagantaan konfiraansi inni bayyee namatti toluu adha mana sagaada ganbeltoo irraatti geggeffama ollera 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 7⃣7⃣7⃣7⃣7⃣ OLMAAN GUYYAA ADHAA KANNA FAKKAATA . https://t.me/+KAM4ZUU0AeFiYmI0
0
10
AYYAANA FAASIKAA WALDAA JALQABAA KEESSATTI!!! Jecha faasikaa jedhu seera ba'uu keessatt yeroo jalqabaaf dhimma itti ba'ameera Hiikkaan isaas Darbee darbee jechuudha Sababni kana jedhameef sabni Israel yeroo BOO'ICHAA ilma angafaatiin garbummaa GIBXII jalaa bahuuf jedhu ergaman darbee darbee rukuta ture kanaaf jedhame FAASIKAA Bilisummaa,walaba bahuu,gadi dhiifamu,jechuudha Faasikaan agarsiistuu dha Faasikaa inni dhugaan kristoosidha Kanaaf gabaabinaan FAASIKAA KAKUU HAARAA keessatt waliin ilaalla Maqaan “Fasikaa” jedhu kakuu haaraa Giriikii keessatti gonkumaa hin mul’atu. Maqaa waaqayyittii birraa kan ta'e Anglo-Saxon Eostre irraa kan argamedha. Jaarraa 8ffaatti maqaan kun waggaa du’aa ka’uu Kiristoos irratti hojiirra ooluu jalqabe. Yeroon darbaa deemuun walitti dhufeenyi waaqayyittii wajjin jiru ni bada, hiikni hafe du’aa ka’uu Kiristoos wajjin kan walqabatu qofa ture. Ayyaanni Faasikaa du'aa ka'uu Yesuus kan yaadatudha. Du’aa ka’uun waldaa ergamootaaf barbaachisummaa guddaa qaba ture, sababiin isaas ergaa wangeelaa ergamoota irraa macaafa Hojii Ergamootaa keessatti galmaa’e keessatti bakka guddaa qaba. Haa ta’u malee, du’aa ka’uun guyyaa jalqabaa torban sanaa akka ta’e haala qabatamaa ta’een hubachuu malee, waa’ee guyyaa itti raawwatame ilaalchisee dhimmi tokkollee hin ka’u. Du’aa ka’uun guyyaa haaraa qulqullaa’e kan jedhu hin jiru. Macaafa Qulqulluu keessatti torban keessaa guyyaa qulqulluu tokko qofa, Sanbata, Waaqayyo ofii isaatiin akka qaama adeemsa uumaa ta’ee kan uumame, fi gonkumaa kan hin dhaabbanne argamuu qaba. Sababa kanaaf Sanbata qofa akka yeroo qulqulluu ykn qulqulluutti kabajna. Waldaan ergamootaa guyyaa dhaloota Kiristoos yookaan guyyaa du’aa ka’uu isaatiif xiyyeeffannoo kennitee hin beektu ta’uun isaa hubatamuu qaba, inni lammaffaan dilbata akka ta’e hubachuu malee. Guyyoota kana lamaan keessaa tokkollee kiristaanota duriitiin kan hin kabajamne yoo ta’u moodeelli keenya kan waldaa ergamootaa yoo ta’e gabaasa kakuu haaraatiin ni geggeeffanna. Dhugumayyuu jaarraa sadaffaa fi afraffaatti waldoota kiristaanaa gidduutti Ayyaanni Faasikaa yoom akka kabajamu falmiin guddaan ka’eera. Damee Kaatolikii Roomaatiif baay’inaan Mana Maree Niqiyaa (Dh.K.D. 325) irratti kan qubate foormulaa baay’ee namtolchee hanga har’aatti kan hordofamu yoo ta’u, kunis yaadannoo du’aa ka’uu qabatamaa ta’uu hin danda’u. Shaakala yeroo ammaa keessatti Ayyaanni Faasikaa yeroo hunda dilbata tokkotti kan kufe yoo ta’u . Guyyaa  ji’ichaa yaadachuun yeroo hunda  Dilbata qabaachuun filatame, guyyaan ji’aa akka mijatutti sirreessuudhaan. Odeeffannoo kana yoo ilaalle, du’aa ka’uun Yesus taatee seenaa barbaachisummaa guddaa qabu ta’us, guyyaa ayyaana addaa akka ta’u gochuuf ragaa macaafa qulqulluu hin qabnu. Sun seenaa Kiristiyaanaa jaarraa boodaa keessatti dhufe. Sababa kanaaf Adveentistoonni guyyaa torbaffaa xiyyeeffannoo waldoonni biroo kennanii Ayyaana Faasikaa kennanii hin beekan. Fedhiin keenya inni guddaangara gochaalee fi amantii waldaa kiristaanaa duriitti deebi'uudha. Haa ta'u malee har'a hawwaasa Ayyaana faasikaa kabaju gidduu jiraanna kanaaf maal gochuu qabna Fannoon araara,araara waliif gochuu Fannoon jaalala,walii keenya jaallachuu Fannoon Dhiifama,wali keenyaaf haa dhiisnu Fannoon kan ba'aa keenya nuuf baatamedha, ba'aa waliif haa baannu Fannoon abdii,ifa abdii keenyatti haa gammadnu FAASIKAAN KEENYA KIRISTOOSI
0
11
Baye Baye eebifama
0
12
¤ End of time .pdf
0
13
📣📣📣 MURTII QULQULLUU SAMII KEESSATTI. Bara 1844tti akka Daani'eel 8:14tti, Yesus, angafa lubaa keenya samii (Ibroota 4:14-16; 8:1-5), galmee cubbuu mana qulqulluu samii keessaa buqqisuu jalqabe (Mul'ata 20:12; Hojii Ergamootaa 3: 19-21) bara 1844. Firdii marsaan jalqabaa kun dhufaatii Yesus isa lammaffaa dura waan raawwatamuuf firdii dhufaatii duraa jedhama. 👉Murtii dhufaatii duraa keessatti dhimmi eenyuu ilaalamaa jira? 1 Phexros 4:17. Firdiin MANA Waaqayyoo irraa eegaluu qaba. YAADANNOO Firdii marsaan jalqabaa kun warra ijoollee Waaqayyooti jedhan qofa ilaala. 👉Murtii marsaa jalqabaa kana keessatti maaltu qoratama? Mul'ata 20:12. Warri du'an wantoota kitaabota keessatti BARREEFFAME sana keessaa murtaa'aniiru. Lallaba 12:14 Waaqayyo hojii hundumaa fi waan dhokataa hundumaa wajjin firdii in fida. Yaaqoob 2:12 Isaan ... SEERA bilisummaatiin ni faradamu. YAADANNOO Ragaan murtii keessatti argamu kitaabota samii irratti qabaman irraa kan argamu yoo ta’u, isaanis bal’ina jireenya nama tokkoo hunda of keessaa qabu. (Faarfannaa 56:8s ilaali.) Abboommiin kurnan, seera Waaqayyoo, firdii keessatti ulaagaa isaati (Mul’ata 22:14). 👉Waaqayyo firdii keessatti himataa kooti? Mul'ata 12:9, 10. ... Obboloota keenya himataan halkanii fi guyyaa Waaqayyo keenya duratti isaan himate gadi gatama. YAADANNOO Lakki! Seexanni tokkicha himatamaadha. Kan nama dhibu kiristaanonni tokko tokko Yesus yeroo firdii akka nu qusatu Abbaa amansiisuuf yaalaa jira jedhanii yaadu, Yesus garuu "Abbaan ofii isaatii isin jaallata" jedhe. Yohaannis 16:27. 👉Firdii dhufaatii duraa keessatti kophaa koo dhaabbachuu qabaa? 1 Yohaannis 2:1. Ijoollee koo, cubbuu akka hin hojjenne, waan kana isiniif barreessa. Namni cubbuu yoo yaade, abbaa biratti abukaatoo qabna, innis YESUUS Kiristoos inni qajeelaa dha. A. Yesuus abukaatoo keenya (1Yohaannis 2:1). B. Yesuus abbaa murtii keenya (Yohaannis 5:22). C. Yesuus dhugaa ba’aa keenya amanamaa fi dhugaa dha (Mul’ata 3:14). YAADANNOO Galanni Waaqayyoof haa ta'u, lakki. Murtii keessatti Yesus abukaatoo, abbaa murtii fi ragaa kiristaanaati. Yesusiif yoo jiraatte, dhabuu hin dandeessu (Roomaa 8:1; Qolosaayis 1:12-14)! 👉Yesuus murtii keessatti abukaatoo kee yoo ta'e dhimma kee akka injifatu waadaa siif gala. Har’a jireenya kee gara isaatti ni kennitaa? Deebii 📢📢📢DAMMAA IJOOLLEE WAAQAYYO MACAAFA QULQULLUU KEESSAN BANAA 📖 https://t.me/+KAM4ZUU0AeFiYmI0
0
14
Eliyaasota_sadan[1].pdf
0
15
Diriba Tirfesa 2015 #9 0915610350 @ Yisakor Ambo 0913111050.mp3
0
16
No text...
0
17
Bareeda galata waqayoo
0
18
No text...
0
19
hayii
0
20
#BOORANA BARAARUUF NAN KADHADHA!! Obboolonni waamicha saba keenya BOORANAAF kadhachuu dhageessani dhimmitani kadhachaa jirtan waaqayyo sin haa eebbisu, gatiin keessan waaqayyo biratti guddaadha Saba garraami akkasiif kadhachuun Sagalee ta'uufin gammachuu hundumaa irra caaludha Kaayyoon umaamuu namaas kanadha nama hamma taanett waraansa waliif dhukkubsachuun dirqama namuummaati Ammallee kadhatni jalqabame itti fufuu qaba Kanaaf yeroo itti kadhannu dhaabata guyyaatt saa'aati wal fakkaata utuu kaawwanne baayyee gaarii ta'ee nutti mul'ateera. Kanaaf yeroo kamtu akka mijatu yaada keessan LINKII kanaa gadii xuquun nuu barreessa adaraa. 👇👇👇👇👇 @ergaEsadani
0