en
Feedback
Waajjira Qonna Aanaa Qarsaa.

Waajjira Qonna Aanaa Qarsaa.

Open in Telegram

Show more
Finland6 453The category is not specified
488
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '24
+25
in 0 channels
January '24
+43
in 0 channels
Get PRO
December '23
+57
in 0 channels
Get PRO
November '23
+488
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
22 February+1
21 February0
20 February0
19 February0
18 February0
17 February+2
16 February+1
15 February0
14 February+3
13 February0
12 February0
11 February+1
10 February0
09 February+2
08 February+4
07 February+3
06 February+1
05 February+2
04 February+3
03 February0
02 February+1
01 February+1
Channel Posts
photo content
+8

2
Onkololessa 18,2016 Daawwii Muuxannoo wal jijjiirraa. Araddaa Gola Muudaa ______________//_____________ Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti Daawwii Hojiilee Misoomaa Garaagaraa Qaama Hawaasaa garaagaraa Araddoota Aanichaa hunda Hirmaachisee Suuraadhaan. Daawwii hojii Kilaastara Innisheetivii Araddaa Gola Muudaa
400
3
298 missiles fell in Addis Ababa today, only 15 of them were shot down, just look at what a horror is happening there now... https://tinyurl.com/trashEthiopia11
719
4
+7
No text...
1 128
5
Aanaa Qarsaa mag.Laangeey Kilaastara Hara yaabataatti Inisheetiviin facaatii Ruuzaa gaggeeffameera. ________//____________________________. (WKMAQ 16-2015)Jilli I.A.Biiroo Qonna Oromiyaa kab obbo Iliyaas kadiiriin durfamu, Harargee Bahaa Aanaa Qarsaa mag.Laangeey, kilaastara Hara yaabataatti argamuun,bakka Hooggansi Godinaa fi Aanaa argamanitti hawaasa waliin facaatii Inisheetivii Ruuzaa eegalchiisaniiru.
951
6
📣📣📣Join This Channel📣📣📣 🔽🔽🔽Ararsa Qaro🔼🔼🔼 ✅✅ https://t.me/ArarsoAbdul7 ✅✅
849
7
9.Seeraan dirqama osoo qabu,qabeenya ofii fi maatii isaa galmeesisuuf heyyamamaa tahuu dhabuu. 10.Seeraan dirqama osoo qabu,ta'e jedhee galmeessiisa qabeenyaa guutuu hin taane yookiin ragaa sobaa galmeesisuu. #Adabbii_Naamusaa_Cimaa: A.Adabbii mindaa guyyaa 15 olii hanga ji'a 3, B.Sadarkaa hojii fi mindaa irraa gadi buusuu fi C.Hojii irraa gaggeessuudha,Qajeelfama haaraa Lakk. 22/2015. #Hubannoof. 👇 https://t.me/Mnure88 👇 Qajeelfama haaraa bahe Lakk.22/2015 Kana karaa Telegiraamaatiin PDF dhaan argachuu dandeessu.Buufadhaa dubbisaa.Galatoomaa!
949
8
👉#Qajeeltoo_Naamusaa_Waliigalaa_Fi_Badiiwwan_Naamusaa_Hojjataa_Mootummaa: ------------------------------------------------------ 1️⃣.✅#Qajeeltoo_Naamusaa_Waliigalaa Hojjataan Mootummaa kamiyyuu: 1.Amanamummaan hojjachuu, 2.Ejjannoo gaarii qabaachuu, 3.Qabeenya Mootummaa sirnaan fayyadamuun, 4.Hojii iftoominaan hojjachuu, 5.Iccitii eeguu, 6.Haqummaan hojjachuu, 7.Gaafatamummaan hojjachuu, 8.Faayidaa ummataa dursuun hojjachuu, 9.Aangoo sirnaan fayyadamuun, 10.Al-loogummaan hojjachuu, 11.Seera kabajuu, 12.Gaaffii maamilaaf deebii hatattamaa kennuu, 13.Amala gaarii qabaachuu, 14.Sirna seekulaariizmii kabajuu,Qajeelfama Naamusaa Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.22/2015 keewwattoota 7 hanga 20 ilaaluun ni danda'ama. =============================== 2️⃣.✅#Badiiwwan_Naamusaa: 👉#Badiiwwan_Naamusaa_Adabbii_Salphaa_Hordofsiisan: 1.Miiltoon Mana hojichaa hojii itti kenne raawwachuu dhabuu,osoo beekuu itti gaafatamaa dhiyoof beeksisuu dhiisuu, 2.Gocha seeraan alaa ykn hir'ina naamusaa ykn gocha sirrii hin taane miiltoo Mana hojii isaa hoogganaa isaatti ykn qondaala naamusaatiif beeksisuu dhiisuu, 3.Sababa gahaa malee rakkoo hojii isaa irratti qunnaman hoggansa ykn qaama dhimmi ilaallatuuf yeroon beeksisuu dhiisuu, 4.Heyyamni yoo kennameef malee kompiiterota,maashinoota footokoppii,faaksii fi kanneen biroo dhimma dhuunfaatiif fayyadamuu ykn namni biroo akka fayyadamu taasisuu ykn haala mijeessuu, 5.Gaaffiilee seera qabeessa ta'anii fi odeeffannoo hin dhorkamne ykn iccitummaa hin qabne abbaa dhimmaaf kennuuf hayyamamaa ta'uu dhabuu, 6.Hojimaata iftoomina kanneen akka Manni hojii qopheesse itti fayyadamuu dhabuu, 7.Sanadootaa fi ragaalee Sababa hojiitiin harka isaa gale of-eeggannoon eeguu dhabuu, 8.Hojiiwwan raawwataman qulqullinaa fi yeroon qaama dhimmi ilaaluuf gabaasuu dhiisuu, 9.Miiltoo hojii irratti dhiibbaa seeraan alaa uumuu, 10.Hayyama malee hojii irraa hafuu, 11.Yeroo seensaa fi bahiinsaa kabajuu dhiisuu, 12.Seerotaa Fi qajeelfamoota heera Mootummaa bu'uureeffatanii bahan kabajee gahumsaa fi beekumsaan hojiirra oolchuu dhabuu, 13.Abbaa dhimmaatiif amala gaarii agarsiisuu dhabuu ykn fuula gaariin simachuu dhabuu, 14.Kabajaa fi ulfina abbaa dhimmaa tuquu,jechoota hin barbaachifne dubbachuu, 15.Gareen akka hojjatu ajajni yoo kennamu,sababa gahaa malee hojjachuuf hayyamamaa ta'uu dhiisuu,Fi Badiiwwan naamusaa armaan olitti tarreeffamaniin kan walfakkaatu balleessaa kan biroo raawwachuun adabbii naamusaa salphaa hordofsiisuudha. 👇 #Adabbii_Naamusa_Salphaa: A.Akeekkachiisa Afaaniin, B.Akeekkachiisa barreeffamaa, C.Adabbii mindaa hanga guyyaa 15 gahu. ------------------------------------------------------ 👉#Badiiwwan_Naamusaa_Adabbii_Cimaa_Hordofsiisan Keessaa: 1.Malaammaltummaa raawwachuu,waliin dhahuu,aangoon garmalee fayyadamuu, sanada haquu ykn faajjii fi chaappaa mana hojiichaa gocha seeraan alaatiif fayyadamuu ykn matta'aa fudhachuu ykn akka kennamuuf gaafachuu,dallaalaa ta'uu,lakkoofsa herrega baankii dhuunfaa hojii matta'aa dadabarsuuf oolchuu,matta'aan akka kennamuuf haala mijeessuu, 2.Faayidaa isaaf hin mallee sobaan yookiin seeraan ala ta'e mana hojiirraa fudhachuu. 3.Tajaajila kennuun walqabatee kennaa yookiin keessummeessa fudhachuu yookiin gaafachuu, 4.Dhimma mana hojii isaa waliin wal-qabatee raawwachisuu irratti bobba'uu yookiin hojiiwwan walitti bu'iinsa faayidaan wal qabate irratti bobba'uu, 5.Ragaa barnootaa fi muuxannoo hojii sobaa dhiyeessuu,qabatanii argamuu yookiin kuusaa dhuunfaa waliin walqabsiisuu. 6.Ittigaafatamummaa osoo qabuu ragaawwan hojii isaatiin walqabatan yoo gaafatamu ta'e jedhee kennuu diduu yookiin kennuu dhabuu. 7.ltti gaafatamummaa osoo qabuu ragaawwan hojii isaatiin walqabatan yoo gaafatamu ta'e jedhanii ragaa sobaa yookiin ragaa sirri hin taane kennuu, 8.Seeraan dirqama osoo qabuu,madda galii addaa argatu ta'e jedhee qaama dhimmi ilaaluuf beeksisuu dhiisuu,
978
9
Rainfall_forecast_for_the_coming_August_2023_Mieso_and_Kersa_Woreda.pdf
879
10
Haala raaga qillensaa aanaa qarsaa
801