422
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Wajjiri Abbaa Alangaa Aanaa Adaama guyyaa 20/02/2016 Qisaasaama qabeenyaa mootummaa irraattii rawwaatamaan akkaata hambiisuu qabnuu fi qabeenyaa alaa jiruu akkaata ittii deebisuu qabnu seektaraalee mootummaa waliin maarii gaggeessineera jira. Maarii kanaan dulaa qisaasama qabeenyaa deebisisuu hangaa sadaasa 20/2016 godhaamu keessaatti hunduu gahee kan qabuu ta'uu irraatti waliif gallee waltaajji xumuurree jira.
Wajjiri Abbaa Alangaa Aanaa Adaama gaafa guyyaa 14/02/2016 hubannoo seeraa Mana Barumsaa Qobboo Luxoottti Baraatootaa Mana Barumsatii fi barsiisootaaf Mata duree yakkoota dubartootaa fi da'immaan irraatti rawwaatamu fi heeraa mootummaa irraatti Abbaa Alangaatiin keennameera.
Wajjiri Abbaa Alangaa Aanaa Adaama gaafa guyyaa 09/02/2016 hubannoo seeraa Mana Barumsaa Marabbee Marmaarsaattti Baraatootaa Mana Barumsastiif Mata duree yakkoota dubartootaa fi da'immaan irraatti rawwaatamu irraatti hubannoon seeraa keennameera.
Waajjiri Abbaa Alangaa Aanaa Adaama gaafa guyyaa 7/02/2016 Qoodaa fudhaatoota seektaaraalee mootummaa waliin karooraa waggaa wajjiraa qophaa'ee irraatti waliin maarii taasifneen akkaata milkaa’ina karoora irraattii deeggarsii seektaraalee kanaan godhaamu kan nuu ciimsuu ta'uu. akaasumaas sanaada waal hubanna irraatti wajjiraa daldaala Aanaa Adaama waliin waliif mallateeffamee waltajiin xumuramee jira.
Wajjirii Abbaa Alangaa Aanaa Adaama mossage hojii hara'aa galfaachuun hojiilee hojjaanu hunda garaa dijitaalayzeeshiinitti jijjiruun hojilee qulquulluu fi tuttuuqii nama irraa bilisaa ta'een hojiitti galameera.
Wajjirii Abbaa Alangaa Aanaa Adaama Guyyaa 01/02/2016 Sanaada wal hubannaa wajjiraa Mallaaqaa Aanaa Adaama waliin mallaateesineera.sanaada wal hubaannaa kanattiin gahee gahee keenyaa beekne waliin yoo Qindoomnee qisaasama qabeenyaa mootummaa irraatti rawwataamaan hambisuuf gaheen walii geenyaa olaana akkaa tahee irraatti mari'ataameera. Ittii Aansuun labsii 214/2011 irraatti Aangoo fi Gahee Abbaan Alangaa qabuu irraatti hubannoon keennaamee jira. Xumuuraa irraatti sanaadni waal hubaanna gidduu keenyaatti rawwaatamee mallateesuun waltajiin xumuraameera.
Akkaa Aanaa Adaamattii Abbaa Alangaa yakkaa dinagdee irraatti ramadaaman
1ffaa .A/A Mokonnin Gamnaachuu bil.+251962103510
2ffaa.Ab/Adem Eliyaas Tasfaayee bil.+251913018226
3ffaa. I/G Habiib Geetachoo bil. O912221586
Wajjiri Abbaa Alangaa Aanaa Adaamatti gaafa guyyaa 24/01/2016 leenjii Namuusa hojjatootaa mootummaa labsii 215/2011 fi Dambii bulchiinsaa fi Namuusa Abbooti Alangaa lakk.218/2013 irraatti Garee Dagaaginnaa Namuusaa fi Inpeekiishiin wajjiraa Abbaa Alangaa Godina Shawaa Bahaa Obboo Taddaaga Abbabaatiin keennaameera. Leenjiin keennamee kun yeroo isaa kan eeggaatee fi jalqaabbii hojii bara 2016 eegaala jirruu irraatti keennamuun isaa hojjataan hundii hubannoo argataaniin hojii Al-Namusuummaa irraa akkaa of qusaatani,kan isaan taasisuudha.
Maanuwaalii_Daarektoreetii_Mirkaneessa_Sanadootaa_fi_Kennaa_Hayyamaa.pdf5.91 KB
Akkaa Aanaa Adaamattii Rakkoo Nageenyaa Ayyaanan waal qabaatee mudaatuf Abbootii Alangaa fi Qorataa poolisii ramadaaman.
Abbaa Alangaa
1.A/A Eliyaas Tasfaayee bil.0913018226
2.A/A Mokonniin Gammaachuu bil 0962103510
Qoratoota
1.Inp. Tafaas Gargiisoo.bil 0961951367
2.saj.Ashannafi mokonnin 0924891162
3.saj.Tigist Baqqaala
0932994870
4.saj.Ayyaanoo Gammada
