en
Feedback
Waajjira A/Alangaa A/Adaamaa

Waajjira A/Alangaa A/Adaamaa

Open in Telegram
422
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
gabaasa ,Albudaa,taksii fi gaalii Aanaa Adaama.docx0.15 KB

Gaafa guyyaa 21/05/2016  Biroo Abbaa Alangaa waligaala oromiyaa  dawwaana  hojii dhiimmoota korniyaan waal qabataan  miidhaa dubartootaa fi da'immaan irraatti rawwaatamaan haala rawwaatinsaa isaa keessaatii cimiinnaa jiruu nuuf kaasuun ,hanqinnalee muraasa akkaa furaamaan kallaattii nuuf kaa'aani xumuraaniru.

Gaafa guyyaa 21/05/2016 Biroo Abbaa Alangaa waligaala oromiyaa dawwaana hojii dhiimmoota korniyaan waal qabataan miidhaa dubartootaa fi da'immaan irraatti rawwaatamaan haala rawwaatinsaa isaa fihojiilee eeruu,galmee himaanna,fi waaliin wajjiraa keenyaatti dhiimmoota

Share 'Saara Dhaalaa Afaan Oromootiin.pdf' https://t.me/binimoslawyer https://t.me/binimoslawyer

+5
LEENJII YAKKOOTA DIINAGDEE IRRATTI QOPHAA’E.pptx2.40 KB

Qajeelfama bakka bu'insa ilaalchisee kana dura dhorkamee ture kaasuun Biiroon beeksiseera

+1
Qajeelfama Adabbii Itiyoophiyaa (2).pdf1.20 MB

Wajjira Abbaa Alangaa Aanaa Adaama 19/04/2016 pooliisi waliin maarii Ajandaa lama , #.haali hojiimaata keenyaa maal fakkaata,galmee qormaata walirraa fudhuun waal qabaatee. #.Qindoominnaa walii waaliin hojjataama jiruu irraatti iddoo qoratootaa fi Abbootiin Alangaa jiraaniitti maariin baldhaan godhaamee irraatti waliif galaamee maariin xumuraameera.

Guyyaa 20/04/2016 wajjirii Abbaa Alangaa Go/sh/Bahaa Sirna Hordofii fi Deeggarsa taasiisa jiruun  hojjilee Baati jahaa (6)n kaana keessa hojjatamaan wajjira Abbaa Alangaa Aanaa Adaama Hojii Gama Hundaan Baraa kaana keessaa Raawwataman jajjaabeessa ta'uu ilaalaniru.hanqiinnalee fi Harcaatii muraasa raawwii keessatti muldhataniif bakka manajmentiin wajjiraa  jiranitti kallatti nuuf kahun dawwannaan xummurame jira.

Wajjiri Abbaa Alangaa Aanaa Adaama gaafa guyyaa 24/03/2016 hubannoo seeraa Mana Barumsaa suree roobii sad 1ffaa ttii  Baraatootaa  Mana Barumsatii  fi barsiisootaaf Mata duree yakkoota dubartootaa fi da'immaan irraatti rawwaatamu irraatti Abbaa Alangaatiin keennameera.

Repost from Oromia LegalPlus
+1
Labsii Gumii Calaltuu Dhimmoota Heeraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa

You have no idea what I learned https://kurl.ru/dghdjd

photo content

Torbee kana keessa W/ri A/Alangaa A/Adaamaa galii Waajjira Galii Aanaa Adaamaa kan bara 2015 osoo hinkanfalamne ala bulee ture:- 1faa.Qarshii 94,594 ,2faa.Nagahee 51 kan deebisiise yoo ta'uu,dabalataanis falmii HH.Himataan Obboo Abdulwahaab Dhaqqaboo Himataman Biiroo Lafaa Oromiyaa Lafa Investmentii KM2. 5000 ol. akka anaaf dabarsee kennuufi Qabiyyee irratti naaf kennu jedhee himata dhiyeesse ilaalchisee Biiroo Lafaa Oromiyaa Bakka Bu'uudhaan falmii Ji'oota dheeraa gaggeessa turreen booda Mormii Sadarkaa duraatiin Galmeen akka Cufamu taasifnneerra.

Baayina shakkamtoota haala yeroo 106 kana keessaa: #.Namooni 52 yoo gaadi lakkifamaan rakkoo uumu haroomsaa gaalu #.Namooni 28 gorsaan akkaa bahaan addaa bafaameera. #.Namooni 24 hin calaalamnee fi addaan hin baanee #.Namooni 2 galmee qabuu qoraanna irraa jiraa.