cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Eid Abdusalam Official

😍nudhihaadha ❤jaalalan nurra qabamtan 🤣heddu male kofaltan 🎧nashidan relax of gootan 😘hadisan of yaadattu 🤔seena sahabatin qalbi if jistaan Khana hunda arkachuuf duba maltu join godhu si dhorke 👇👇👇 This is official Eid Abdusalam channel

Show more
Finland1 205The language is not specifiedReligion & Spirituality39 147
Advertising posts
1 198
Subscribers
No data24 hours
-87 days
-2830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

sticker.webp0.44 KB
Photo unavailableShow in Telegram
sticker.webp0.34 KB
Show all...
Nashiidaa | YAA DANDAHA | @jalojuice itti booharaa 🤣

Show all...
YAA DANDAHA - Official nasheed video by Eid Abdusalam & Obsa Sule

For more videos don’t forget to subscribe our YouTube channel ➖➖➖➖ Connect with me Facebook

https://www.facebook.com/profile.php?...

YouTube: / eidabdusalam Instagram:

https://www.instagram.com/eidabdusalam/

Telegram:

https://t.me/EidAbdusalam

ከላይ በተጠቀሱት አድራሻዎች Subscribe Like እና Join በማድረግ የስራዎቼ ተከታታይ ይሁኑ! Linkiilee armaan olii tuquudhaan Like share subscribe godhuun maatii kheenya tahaa Lyrics: Fowzan Sheikh Abdallah and Hamdi Melody: Eid Abdusalam Video edit : Rayyaan Mohammed

Daqiiqaa moraasaatu hafe 😍
Show all...
Show all...
Eid Abdusalam -  MOOTII JI'AA | new Ethiopian vocal only nasheed

For more videos don’t forget to subscribe our YouTube channel ➖➖➖➖ Connect with me Facebook

https://www.facebook.com/profile.php?...

YouTube: / eidabdusalam Instagram:

https://www.instagram.com/eidabdusalam/

Telegram:

https://t.me/EidAbdusalam

ከላይ በተጠቀሱት አድራሻዎች Subscribe Like እና Join በማድረግ የስራዎቼ ተከታታይ ይሁኑ! Linkiilee armaan olii tuquudhaan Like share subscribe godhuun maatii kheenya tahaa Lyrics: Fowzan Sheikh Abdallah Melody: Eid Abdusalam Backing vocals , Tasleem Kariem Video edit : Eid Abdusalam Walaloo Ati nuuf badhaasa khannaadha Rabbirra Si simachuuf namuu baanee ala jirraa Ji'a keyriin dachaa ya caaltuu hundarraa Baga dhufte Ahlan marhaban onneerraa Kheysi kheenya raahaa arkataa namayyuu Tanaafi Khan hundi gammachuurraa boyu *Imaana haromisee sihiiii kha nuu  fayuu Tanaf musliminnii bar si dhabuu dandayuu Baga dhufte baatii ji'a hundaa olii Muslima birattii atii heddu qaalii Fuute nurra demta cufaa tenya dilii Ramadaan.....Ramadaan....Ramadaan ya Ramadaan Ji'a Ramaadaanaa baatii firoomsituu Awwalaf Akhiran gammachuudhan guutu Ya baatii milkiidhan oonnee hunda sentu Wanni siin qixxaate Addunyaarran jirtuu Leylatul qadrin sifaye olfuudhe sadarka teti Qura'anas si keysa buse si godhe moti ji'ati Sikeysa murtoytii kharorrii waggaatt Baga dhufte baatii ji'a hundaa olii Muslima birattii atii heddu qaalii Fuute nurra demta cufaa tenya dilii Ramadaan.....Ramadaan....Ramadaan ya Ramadaan.