cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Show more
Finland120The language is not specifiedNews & Media4 567
Advertising posts
32 449Subscribers
+9524 hours
+5197 days
+2 77230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Qophii Oobdii Yaadaa ONM-ABO Ebla 25-2024 itti Dhiyaadhaa! Ajjeechaa Oromiyaa, Ibsa US Ameerikaa, Bilxiginnaa fi Hiriira Deggersaa, Tigraay fi gaanfa Afrikaa ilaalchisuun turtii Jaal Niimoonaa Sabaa fi Daandii Elemoo waliin taasisan! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa
Show all...
👍 23 7
ONM-ABO -መያዝያ 25-2024 ዓ.ም ሳምንታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ዉሎ ። Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa
Show all...
👍 23 1
👍 24
በምዕራብ ሐረርጌ ዞን ኦዳ ቡልቱም ወረዳ የብልፅግና ቡድን የፖለቲካ ንቃት ለሌለው ሚሊሽያ ትጥቅ ሰጥቶ ኦሮሞን እያስገደለ ሲሆን፣ በሌላ በኩል ደግሞ የኦሮሞ ገበሬ ላላገኘዉም ለወደፊት ለማያገኘው ማዳበሪያ ቀድመህ ክፈል እየተባለ ነው ሚያዚያ 25/2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO) ኦሮሞን ከኦሮሚያ እናጥፋ በሚለው መርሆ ፋሺስት አብይ አህመድ ገዳዮቹን በተለያየ ረድፍ እያስታጠቀ ይገኛል። የዚህ እኩይ ዕቅድ አንዱ አካል ሚሊሽያዎችን ምንም ዓይነት የፓለቲካ ግንዛቤ እና የጦር መሳሪያ አጠቃቀም ስነምግባርን ሳያስጨብጡ በማስታጠቅ ኦሮሚያ ዉስጥ የግል ቂም በቀላቸውን እንዲወጡ ማሰማራት ሆኖአል። በምዕራብ ሐረርጌ ዞን፣ ኦዳ ቡልቱም ወረዳ፣ በዴሳ ከተማ ቀበሌ 02 በቡርቃ ሚሶማ መንደር ዉስጥ የሚኖረው ሚሊሻ ሙሜ መጋቢት 27/2024 ኦቦ ጀማል ዩሱፍ የተባሉትን ግለሰብ በጥይት እቁስሎ በሞት እና በህይወት መካከል እንደሚገኙ የአካባቢው ነዋሪዎች ለአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ተናግረዋል። ሚሊሻ ሙሜና መሰሎቹ የታጠቁትን መሳሪያ ለቂም በቀል መወጫ ብቻ ሳይሆን የሕዝብንም ንብረት ለመዝረፍ እንደሚጠቀሙበት ይነገራል። ፋሺስት አብይ ኦሮሞን በሁሉም አቅጣጫ አዳክሞ እንደ ባሪያ ለመግዛት ለሚያልመው የተለያየ ተግባርን እያካሄደ ስለመሆኑ የአደባባይ ሚስጥር ሆኖዋል። በዚሁም መሰረት አርሶ አደሩን ባለፉት ሶስት አመታት ንብረቱን ከመዝረፍ፣ ቤት ንብረቱን በእሳት ከማውደምም አልፎ የቤት እንስሳዎቹንም ጨምር በጦር ሜዳ መሳሪያ እየገደለ ይገኛል። ካለፉት አምስት አመታት ጀምሮ ኦሮሞ በማሳው ላይ እንደልቡ እንዳይንቀሳቀስም ታግዷል። ወደ ማሳው ሲሄድ የኦሮሞ ነፃነትን ልትጎብኝ ወይም ጎብኝተህ ተመለስክ በመባል ብዙዎች በመንገድ ላይ ተገድለው የጅብ እራት ሆነዋል። እንዲህ ዓይነት ግፍ እየተፈጸመበት “አምርት ያልንህን ስንዴ ስላላመረትክ” ብሎ በመወንጀል የስንቱ አርሶ አደር እሸት ከማሳው እንደተነቀለበት ወይም በእሳት እንደጋየበት ቤቱ ይቁጠረው። እንደሌላው የኢምፓየሯ አካባቢ የኦሮሞ አርሶ አደር ለምርት የሚያስፈልጉት ግብዓት ማዳበሪያንም ጨምሮ የማግኘት እድሉ የመነመነ ሲሆን ከሁሉም በላይ ግን በጊዜው ለማይሰጠው ግብዓት (ማዳበሪያ) የቅድሚያ ክፍያ ካልከፈልክ እየተባለ ይገደዳል። በምድር ላይ ያለው እውነታ የኦሮሞ ህዝብ በአንድ ዓመት ውስጥ ቢያንስ ሶስት ጊዜ ግብር እንደሚከፍል አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ከህዝቡ ባገኘው መረጃ ተመስርቶ ሲዘግብ ነበረ። ሚያዚያ 8/2024 በምዕራብ ሐረርጌ ዞን፣ ኦዳ ቡልቱም ወረዳ፣ በዴሳ ከተማ ውስጥ የብልፅግና አስተዳደር (ካቢኔ) እና ታጣቂ ቡድኑ አብሮ በመሆን ዋቀሊ በተባለ ስፍራ ህዝቡን በመሰብሰብ ማዳበሪያ ከመውሰዳችሁ በፊት መጀመሪያ ገንዘብ ባንክ አስገቡ እንዳሏቸው አንድ ስብሰባውን የተሳተፈ አርሶ አደር ተናግሯል። ይህ አርሶ አደር እንደሚለው የዘንድሮ የማዳበሪያ ዋጋ ከባለፈው ዓመት በከፍተኛ ደረጃ መጨመሩን ካቢኔዎቹ ሲናገሩ እንደነበረና የካቢኔዎቹ ዋና አላማም ሕዝቡን መዝረፍ መሆኑን ገልጾ ሕዝቡ ገንዘቡን ከመክፈሉ በፊት በጥሞና እንዲያስብ በማለት ምክሩን ለገሶአል። በተልይም በአሁኑ ወቅት ለዩኒቨርሲቲ ተማሪዎቹ ሲቀርብ ከነበረው ያልተመጣጠነ የምግብ ሜኑ ይባስ ብሎ የምግቡ መጠን የበለጠ እንደሚቀንስ ማሳሰብያዎች እየወጣ ባለበት ሰዓት መንግስት የእርሻ ምርት ግብዓትን ዶላር ከፍሎ ያስመጣል እና የሚያስፈልገውን የቅድምያ ክፍያ መክፈል ማለት ”የቆጡን አወርድ ብላ የብ ብቷን ጣለች” የሚለው አባባል እንዳይከሰት ጠንቀቅ ማለት አስፈላጊ ነው። ስነምግባር የሌለው መሪ ህዝቡን በስነምግባር ሊያንጽ አይችልምና ዉሎ ሳያድር የሚያቆመዉ የሕዝብ ማዕበል የሚያስፈልግበት ወቅት ነው እንላለን።
Show all...
👍 25👎 4 1
Hidhattootni gosoota Nuweer Sudaan Kibbaa irraa dhufan naannoo Gambeelaa keessatti haleellaa loltoota faashistii Itoophiyaa irratti fudhatan jabeessan. ONM-ABO Ebla 25,2024 Lolli lafa impaayera Itoophiyaa irratti raawwatuu fi sarbaminsi birmadummaa mudatu bara bulchiinsa koloneel Abiy Ahimed itti fufuun hidhattootni gosoota Nuweer daangaa Itoophiyaa ce'uun naannoo Gambeelaa keessatti tarkaanfii loltoota Itoophiyaa irratti fudhachaa jiru. Akka odeessi naannoo sanaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa qaqqabe addeessutti hidhattootni Sudaan Kibbaa irraa daangaa ce'uun dhufan mootummaa naannoo Gambeelaa aanaa Funyuudoo keessatti tarkaanfii waraana maafi'aa PP irratti fudhatanii jiru. Lolli meeshaalee gurguddaa fayyadamuun taasifame kun aanaa Funyuudoo magaalaa ishee irraa tilmaamaan kiloomeetira 70 hanga 80 kan taatu bakka Joor jedhamutti yoo ta'u, lola geggeeffame kanaanis loltootni Itoophiyaa hedduun miidhamuu fi gandootni 3 ol gubatanii barbadaa'aniiru. Loltoota faashistii Itoophiyaa kanaaf ogeessota yaalaa bakka lolaatti aanaa Funyuudoo irraa akka geessan barameera. Gosootni Nuweerii kun ganda barbadeessaniin alatti daa'imman naannichaa fudhatanii deemaniiru. Yeroo ammoo lolli kun aanaa Funyuudoo irra darbuun lafoota akka Mataahaar fi Ninyaangitti geggeeffamaa jiraachuun barameera. Jiraataa magaalaa Gambeelaa tokkoof gaaffii armaan dura gosoota maqaa Murullee jedhamuun beekamantu lafa sanatti lola banee daa'imman fudhatee deema, kun isa kana irraa addaa jedhamee gaafatameef deebii kennen, kun Murullee miti. Gosoota Nuweer Sudaan Kibbaa irraa dhufanii dha. Nuweerotni Sudaan Kibbaa irraa dhufuun mooraa baqataa keessa turan dhimma kana sodaachuun mooraa gadhiisanii Sudaan Kibbaatti deebi'aa jiru jedhe. Jiraataa kan biraa kan magaalaa Mataahaar irraa yaada arganneenis "walitti bu'iinsi durumaa kan ture yoo ta'u, kan ammaa garuu lola qindaa'aa ta'uu fi diinummaan gosoota Nuweerii fi Anyuwaak gidduutti yeroo hammaatee jirutti ta'uun waliigala keenyaaf balaa dha" jedhe. Sudaan Kibbaa loltoonni kun kan ishee akka hin taane waakkattus lolli torban sadii dura daangaa irratti naannoo Fagaag dabalatee jalqabe amma gara magaalaa guddittii Gambeelaatti deemaa jira. Murni faashistii PP dhimma kanaaf dhoksaan lolaan raayyaa waraana impaayeratti achi jiraniin deebii kennaa ture. Yeroo ammaa garuu lolli kun ulfaachaa waan deemaa jiruuf loltoota isaa godina Qellem Wallaggaa aanaa Anfilloo magaalaa Seertumii/Shebel jiran irraa guyyaa kaleessaa konkolaattota 8tiin gara mootummaa naannoo Gambeelaatti geessee jiraachuu fi warreen mooraa adda addaa keessa jiranis ajaja fudhatanii qophii irra jiraachuu odeessa keessoo waraana bilxiginnaa irraa baruun danda'ameera. Erga Abiy Ahimed aangootti dhufee birmadummaan isaan heera mootummaan eegna jedhan Kaabaan Eertiraan Dhiyaan Sudaaan fi Kibba Dhihaan Sudaan Kibbaan yeroo yerootti sarbamuun lafti impaayerattii irraa dhuunfatamee jiraachuun ni beekama.
Show all...
👍 52 8👏 3
Qophii Qorqortii Siyaasaa ONM-ABO Ebla 24-2024 itti dhiyaadhaa! Haala tooftaa fi tarsimoo qabsoo bilisummaa Oromoo ajajootni ABO-WBO qabatanii deemaa jiran sabaaf bu'aan isaa maali, rakkoolee impaayerattii keessatti mudataa jiruu fi gaanfa Afrikaa ilaalchisuun turtii miseensa WBO duranii Jaal Karoorsaa waliin taasisne! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa: Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
Show all...
👍 33 8👏 3🔥 1
Raadiyoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Ebla 24-2024 itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa: Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
Show all...
👍 14👎 1
Oduu Galgala ONM-ABO Ebla 24-2024 itti Dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
Show all...
👍 12
Qophii Eebba WBO Zoonii haaraa harsadee ONM-ABO Ebla 24-2024 itti dhiyaadhaa! ONM-ABO Ebla 24-2024 Qophii Eebba WBO Zoonii haaraa harsadee jaarmiyaa xabboo waaqootti geggeeffame itti dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
Show all...
37👍 17