cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, miidiyaa Agartuu Oromoo!

Show more
Finland129The language is not specifiedNews & Media4 387
Advertising posts
32 616
Subscribers
+2224 hours
+567 days
+2 46630 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Oduu Galgala ONM-ABO Caamsaa 6-2024 itti dhiyaadhaa! https://www.facebook.com/ArraataONM/videos/817507486915191/?app=fbl
4040Loading...
02
Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaashamannee keessatti humni jajjabee WBO magaalaa fi Ittisa Uummataa waliin ta'uun injifannoo boonsaa galmeessan. ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Kaleessa Caamsaa 04,2024 godina Arsii Lixaa bulchiinsa magaalaa Shaashamannee kutaa magaalaa Diida Boqee keessatti humni jajjabee WBO magaalaa fi Ittisa Uummataa waliin ta'uun qeerrowwan magaalichaa humnaan maatii isaanii biraa qabamuun waraanummaa deemuuf qophaa'aa jiran gadhiisisan. Humni waloo Jajjabee WBO magaalaa fi Ittisa Uummata walta'uun oppireeshinii geggeessaniin mana kuusaa midhaanii qeerrowwan Oromoo haati isaanii osoo boossuu achi keessatti barcuma Abiy Ahimed tiksuuf ugguramanii jiran qaxxisee biraan ba'uun dhukaasa tokko malee waardiyaa ukkaamsuun dargaggoota 190 ta'an bilxiginnaa harkaa baasuun maatii isaaniif deebiseera. Maatii qeerrowwan kanas gocha kanatti gammaduun ijoollee isaanii magaalicha keessaa bakka birootti baqachiisaniiru. Akka hawaasni magaalichaa eeruutti ganama har'aa humnaa yeroo sana egumsa irra ture jedhaman kanneen oppireeshinii sanaan miliqan waraanni faashistii PP qabuun mana hidhaatti darbitee dararaa jirti. Kana malees qeerrowwan deebisanii qabuuf olii fi gadii fiigaa kan turan yoo ta'u, namoota fuula haaraadha jedhanii shakkan gaaffiin qoraa turan. Sababa kanaanis hawaasni magaalichaa goolamuun itti aananii eenyuun qabanii hidhu jechuun yaaddoo keessa akka jiran jiraataan magaalaa Shaashamannee Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himeera. Injifannoon Uummata Oromoof ❗️
4290Loading...
03
Qophii Qorqortii Siyaasaa ONM-ABO Caamsaa 6-2024 itti dhiyaadhaa! Guddina Itoophiyaa bilxiginnaan faarsu, Maree Biyyaalessaa, Rakkoo Kaaba Impaayeerattii fi Dhimma Dippilomaasii Bilxiginnaa ilaalchisuun turtii Dr. Hambisaa Bal'inaa waliin taasisne! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
3700Loading...
04
https://www.facebook.com/ArraataONM/videos/1013871980157393/?app=fbl
3480Loading...
05
#Naqamtee ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Sababa Abiy Ahimed magaala Naqamteetti imaluun Warshaa Daabboo Eebbisiisuuf magaalattiin waraana faashistii PP'n jeeqamaa jirti. Uummanni hojii isaa irraa galu karaatti konkolaataa PP danqamaa, akkasumas eegdota sirnichaan doorsifamaa fi reebamaa jira. Namootni daandii gubbaatti hojii kophee hojjetan ari'amuunii fi baajota irraa uguggii fuudhanii dhaabsisanii jiru. Faashistootni jaarraa 21ffaa uummata ukkamsanii fi dirqiin waltajjii yaasuun itti dubbatanii viidiyoo waraabuun olola irraa tolfatu.
9470Loading...
06
Media files
4590Loading...
07
ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Qophii Qorqortii Siyaasaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraa isiniif darbuuf dhimmoota adda addaa irratti turtii Dr. Hambisaa Bal'inaa waliin taasisne har'a sa'a 12:00 irratti qabannee isiniif dhiyaanna. Nu hordofaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Sagalee Cunqurfamtootaa ❗️
910Loading...
08
Hamaas Gaazaa irraa rookkeettii dhukaasuun bakka qaxxaamuraa Kerem Shaalom haleeluun beekame. ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Haleellaan Hamaas daangaa qaxxaamuraa irratti raawwate kun kan raawwatame yeroo mariin Israa’elii fi Hamaas gidduutti araara buusuuf gaggeeffamaa jiruuttidha. Israa’el bakka qaxxaamuraa Kerem Shalom Gaazaa waliin jiru erga Hamaas daandii kana keessaatti rookkeettii dhukaaseen booda akka cuftee waraanni biyyattii beeksiseera. Haleellaa Hamaas raawwateen yoo xiqqaate namoonni 10 kan miidhaman yoo ta’u, gariin ammoo miidhaa cimaa akka qaban miidiyaaleen Israa’el gabaasan. Qaxxaamurri kun karaa muraasa gargaarsa namoomaa gara Gaazaatti geessu keessaa isa tokkodha. Haleellaan kun kan raawwatame yeroo Masriitti mariin dhukaasa dhaabuu akkasumas namoota Israa'el booji'aman gadhiisuuf mari'achaa jiranitti. Israa'el gaaffii Hamaas waraana Gaazaa dhaabuuf dhiheesse akka hin fudhanne dubbatteetti. Raayyaan Ittisaa Israa’el akka jedhetti, naannoo qaxxaamuraa Raafaa Kibba Gaazaa naannoo qaxxaamuraa Raafah jedhamutti kan argamu yoo ta’u, kunis Kerem Shalom irraa tilmaamaan kiiloo meetira 3.6 fagaatee argama. Sana booda xiyyaaronni waraanaa Israa’el bakka itti dhukaafamanii fi caasaa waraanaa kan biraa dhihoo jiru rukutanii akka turan ibsa baaseen beeksiseera. Hamaas marii waraana dhaabuu Kaayirootti gaggeeffamaa jiruuf jila kan erge lola dhaabuu akkasumas hidhamtoota Falasxiinota hedduu mana hidhaa Israa’el keessatti hidhaman gadhiisuu of keessaa qaba jedhame. Haa ta'u malee sochiin marii haaraan kunis otoo hin mallatteessiin gufate jechuun BBCn gabaasera.
910Loading...
09
Baha Wallaggaa aanaa Guutoo Giddaa keessatti doqdoqqee hedduun waraana faashistii PP'n jiraattota jalaa saamamuun himame ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Bilxiginnaan qabeenyaa jiraattotaa saamuu jabeessuun hawaasa nagaa hirmaannaa siyaasaa keessaa hin qabne maqaa WBO waliin hariiroo qabdu jedhuun hawaasa nagaa irratti saamicha geggeessuu itti fufaniiru. Godina Baha Wallaggaa aanaa Guutoo Giddaa keessaa namoonni doqdoqqee oofuun jiraatan gandoota akka: Badhaasaa, Mul'ataa fi Jireenyaa jedhaman keessa yeroo ammaa sababa waraana mootummaa PP'n akka itti dalagatan dhabuu jiraattonni ONM'tti himan. Caamsaa 03,2024 gandeen kana sadan keessa socho'anii akka hin hojjenneef doqdoqqee 3 kan namoota maqaan isaanii : Sambataa Moosisaa, Amanuu Hundee fi kanneen biroo jalaa fuudhuun waajjira poolisii magaalaa Naqamtee ganda 05, 07 fi Kumsaa Morodaa keessatti furtuu irraa fudhatanii kaa'aniiru. Hanga yoonaattis magaalicha keessaa doqdoqqeen 40 ol qabamanii jiru. Doqdoqqeen waajjira Poolisii aanaa jirus waraana PP'n akka malee abbootii qabeenyaa jalaa miidhamaa jira. Qabeenyaa hawaasaa irratti shaakalaa akkasumas bakka fedha isaanii kan ittiin dhaqan yommuu ta'u, kanneen gurguratanii korojoo isaanii kaawwatanis danuu akka ta'e himameera.
610Loading...
10
Hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Arxummaa Fursee keessatti meeshaalee gurgguddaa qe'ee hawaasaatti dhukaasaa jiraniin namni tokko madaa'uun, qabeenyaan jiraattotaas manca'e. ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon murna bilxiginnaan tumsamanii akeeka sirna moofaa bakkatti deebisuu qabatanii socho'aa jiran, meeshaalee gurgguddaa fageenya dheeraa deemuu danda'u qe'ee uummataatti dhukaasaa jiraniin lubbuu namootaa fi beelladootaa galafaachaa jiru. Akkuma kanaanis Kaaba Oromiyaa godina Walloo aanaa Arxummaa Fursee ganda Ashawaa Luxeetti Caamsaa 3,2024 ganama sa'a 2:00 irraa eegaluun lola hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoon kun meeshaalee gurguddaa kanneen akka dishqaa, moortera, PKM fi Isnaayipera fayyadamuun qe'ee hawaasa Oromootti dhukaasaa turaniin namni tokko kan maqaan isaa Ahimed Abbabaa jedhamu madaa'uun, qabeenyaan jiraattotaa loonii fi oomishaaleen garaagaraa barbadaa'aa jiraachuu ibsaniiru. Akka jiraattotani jedhanitti hidhattootni Finxaaleeyyii Amaaraa Faannoo kun meeshaalee gurguddaa fi humna namaa duubaan waammachaa akka jiranii fi murni bilxiginnaa maqaa Oromoo dha'achuun warraaqsa dhiiga Qeerroo fi Qarreetiin geggeeffamaa ture butuun gara aangoo impaayerattiitti dhufe, humnoota badii Finxaaleeyyii Amaaraa kana ofii waan tumsuuf, yeroo isaan uummata nagaa irratti ajjeechaa, saamicha, buqqaatii fi gubaatii manneenii raawwatan callisee ilaaluun isaa hawaasicha kan gaddisiisee fi Koloneel Abiy Ahimed Oromoo bakka bu'uu akka hin dandeenyes dabaluun addeessaniiru.
1520Loading...
11
Godina Kibba Lixa Shaggar aanaa Qarsaa Maallimaa keessatti manneen qonnaan bultootaa yoo gubatu, qabeenyis saamame. ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Egeree saba Oromootti yaaddoo guddaa uumee kan jiru murni bilxiginnaa erga aangootti dhufee hanga har'aatti ajjeechaa jumlaa raawwatan dabalatee iddoowwan adda addaatti qabeenya hawaasichaa saamuun gariin ammoo gubanii mancaasuun namoota hedduu maatii waliin rakkoof saaxilaa bakkeettis facaasaa jiru. Uummanni nagaan qabeenya waggoota hedduuf itti dafqee horate guyyaa tokkotti dhabaa kan jiran yoo ta'u, Kibba Lixa Shaggar aanaa Qarsaa Maallimaa keessatti gaafa Caamsaa 3,2024 hidhattootni sirnichaa qabeenya hawaasaa saamuun manneen qonnaan bultootaas guban. Obbo Shallamaa Boonsaa kan jedhamu ganda Ilaalaa Waaqoo keessatti sangoota sadii kan ayyaana Faasikaa irratti gurgurachuuf qallabaa ture jalaa fudhachuun hidhattootni sirnichaa yoo deeman, ganda Callabbaa Madabii jedhamu keessatti ammoo obbo Faqaddaa fi dubartii ijoollee hin qabne tokkos mana jalaa gubuun bakkeetti gatanii deemuu jiraattotni himan. Hidhattootni kunneen akkuma gandichatti bobbaafamaniin kaayyoon isaaniis saamichaa fi ajjeechaa waan ta'eef namoota reebuu, hidhuu, saamuu fi manneen gubuu badii tokko malee raawwachuus himan.
5500Loading...
12
Lixa Wallaggaa aanaa Laaloo Assaabii bulchiinsa Magaalaa Dongoroo keessatti barataan tokko waraana faashistii PP'n ajjeefame ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Ol adeemoo lafarraa duguugee kan fixaa jiru bulchiinsi impaayera Itoophiyaa humnoota baratanii fi hawaasni abdii isaa irra godhatu hundumaa yakka tokko malee ajjeesuu irratti bobba'ee loltoota isaan raawwachaa jira. Haaluma kanaanis godina Lixa Wallaggaa aanaa Laaloo Assaabii bulchiinsa magaalaa Dongoroo keessaa waraanni maafi'aa PP barataa Qajeelaa jedhamu badii tokko malee Caamsaa 04, 2024 rasaasa itti roobsuun ajjeesan. Qajeelaan barumsaaf magaalaa Naqamtee kan ture yoo ta'u, Ayyaana sooma hiikaa kiristaanaa kana maatii isaa waliin kabajuuf gara manaatti akka galee fi hiriyoota isaa biraa waraana maafi'aa PP'n qabamee ajjeefamuun himama. Hirmaannaa siyaasaa tokko malee ol adeemaa, nama gaarii, safuu hawaasaa eeguu fi dargaggoo jaallatamaa kana gara jabina waraana sirnichaan akka ajjeefames dabaluun himaniiru. Yeroo ammaa uummanni Oromoo abbaa fi ilmaan wal arguuf illee hedduu dhiphachaa akka jiranii fi manaa ba'uun hedduu rakkoo ta'uun hidhaa fi ajjeechaan namoota nagaa irratti akka raawwachaa jiru jiraattotni ONM'tti himaniiru.
10Loading...
13
WBOn Zoonii Gidduu Galaa Kaabaa Shaggar Aanaa Hidhaabuu Abootee Keessatti Diina Du'aa fi Madoon Adabe. ONM-ABO Caamsaa 6,2027 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii giddu galeessaa godina Kaaba Shaggar aanaa Hidhabuu Abootee ganda Alqoocii Qarree fi Amaara Aafixiin jedhamuu keessattii kaleessa Caamsaa 5 ganama sa'a 12:30 irraa eegalee aangaa sa'a 2:30tti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii fudhateen battalumatti du'aa fi madoo hedduun adabee jira. Ergamtootni Abiy Ahimed kun kanneen maqaa sakattaa jedhuun aanaa Warra Jaarsoo, Kuyyuu fi Hidhaabuu Abootee irraa walitti dhufuun kan bobboote yoo ta'u, gootichi handhuura Oromiyaa tarkaanfi jabaa irratti fudhaten reeffa fi madoo ishii walirra tuulee jira. Dinnii kun reeffa konkolaata 3 fe'attee gara Ejereetti kan galfatte yoo ta'u, kana aaruun haaloo uummata nagaa irratti baatee jirti. Akka kanaanis aanaa Kuyyuu keessatti qeerroo 3 ajjeesuun bakka Qarree Bokooo jedhamuun beekamu irratti gatuun awwalcha dhoowwattee jiraachuun barameera.
8720Loading...
14
Media files
8340Loading...
15
Media files
7410Loading...
16
ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Suuraalee tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba godina Booranaa aanaa Dilloo ganda Hoboq keessatti Cibraan Baddaa Daraar guyyaa kaleessaa Ebla 5 fudhate agarsiisu daawwadhaa! WBO Jechuun Numa! Injifannoon Uummata Oromoof ❗️
7140Loading...
17
Oduu Waaree ONM-ABO Caamsaa 6 -2024 Itti Dhiyaadhaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
1 0930Loading...
18
በምዕራብ ሸገር ዞን፣ ባኮ ቲቤ ወረዳ የብልጽግናው ማፊያ ጦር ቡድን በጅምላ ማሰርና ማሰቃየቱን አጠናክር ቀጥሏል ግንቦት 6፣ 2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO) የብልፅግናው ማፍያ ቡድን ሰላማዊ ዜጎችን በጅምላ ማሰር፣ መዝረፍ፣ ማጓጓዝ የማይችሉትን ንብረታቸውን ከመኖሪያ ቤታቸው ጋር በእሳት ማጋየት እና መግደል አጠናክሮ እየፈጸመ ይገኛል። በዚህ መሠረት በምዕራብ ሸገር ዞን፣ ባኮ ቲቤ ወረዳ፣ በባኮ ከተማ አስተዳደር ውስጥ በማፍያው ብልጽግና ታጣቂ ቡድኖች ሕዝቡ እየተሰቃየ መሆኑን ነዋሪዎች ተናገሩ። የሰብዓዊ መብት ረገጣ እየተፈጸመባቸው ከሚገኙት እስረኞች ውስጥ ጥቂቶቹ ስማቸው ደርሶናል፤ እነሱም፦ ዴዪሳ ተሬሳ፣ ጫላ ኢዶሳ፣ ታጁ ጋቸና፣ ታሪኩ ለቺሳ፣ ሂካ ቦቆኔ፣ ኦቦ ኢዶሳ፣ ተፈሪ ሞሲሳ እና አዱኛ ቡሊ ናቸው። በተጨማሪም በባኮ ቲቤ እስር ቤት እየተሠቃዩ የሚገኙት በርካታ እንደሆኑ፣ በሽተኞችም ህክምና በማጣት እንዲሁም በቂ ምግብም ባለማግኘት አስቸጋሪ ሁኔታ ላይ መሆናቸውን ምንጮቻችን ገልጸዋል። የፋሺስት አብይ ብልጽግና ቡድን አሰቃቂ ድርጊታቸው ከህግ አንፃርም ሆነ በታሪክ ከተጠያቂነት አያልፉም።
1 8870Loading...
19
የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት በምዕራብ ሸገር ዞን አምቦ ወረዳ ውስጥ ጠላትን በሞት እና በማቁስል ቀጥቶ ትጥቅም አስፈትቷል ግንቦት 5፣ 2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO) ጀግናው የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት በምዕራብ ሸገር ዞን በፋሺስቱ የብልጽግና ጦር ቡድን ላይ የሚወሰደዉን እርምጃ በማጠናከር ጠላትን እየቀጣ ይገኛል። ሚያዚያ 7፣ 2024 ጀግናዉ የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊት የማዕከላዊ ዞን፣ ኦቦምቦሌቲ ብርጌድ በአምቦ ወረዳ በቦኩ ጡሌ መንደር ውስጥ “የኦሮሞ ነጻነት ሰራዊትን አሰሳ” በሚል መፈክር የተሰማሩትን የብልፅግና ቡድኑ ታጣቂዎች ላይ በወሰደው የአድፍጦ ማጥቃት እርምጃ 40 በመግደል 55ቱን ቁስለኛ በማድረግ የተርፉት ደግሞ እግሬ አዉጪኝ በማለት ወደ አምቦ ከተማ እንዲፈረጡ አድርጓል። በዚህ ጦርነት ከፋሽስቱ የአብይ አህመድ ሰራዊት ጀርባ ላይ በርካታ የጦር መስሪያዎችን በመፍታት ለኦሮሞ ነጻነት ትግል ገቢ አድርጓል። ገቢ የተደረጉትም ፦ 4 PKM፣ 55 AKM፣ 480 የዲሽቃ ጥይቶች እና የዲሽቃ ዕቃዎች ከመቆምያው ጭምር እና በርካታ ጥይቶች፣ ቦምብ፣ እንዲሁም ሌሎች የጦር መሣሪያዎች ማርኳል። ድል ለኦሮሞ ህዝብ እና ለሌሎች ጭቁን ሕዝቦች በሙሉ!
2 8720Loading...
20
በምስራቅ ሸገር በመቂ ከተማ ውስጥ የብልፅግና ቡድን ታጣቂዎች አንድ ሰላማዊ ሰው ከቤቱ በመያዝ የት እንደደረሰ ደብዛውን አጥፍተውታል ግንቦት 5/2024 አራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ (ONM-ABO) በፋሺስቱ አብይ አህመድ የብልፅግና ቡድን አገዛዝ ስር በአስከፊ ስቃይ ውስጥ ያለው የኦሮሞ ህዝብ ለዚህ ሰላማዊና ፍትሃዊ ሕዝብ የማይገባው ኢ-ፊትሃዊ ድርጊት እየተፈጸመበት ይገኛል። ”ከኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ጋር ግንኙነት አላችሁ” በሚል ሰበብ ብዙዎችን ከገዛ ቀዬቸው ታፍነው እየተውሰዱ ደብዛቸዉን ማጥፋት የተለመደ አሰራር በመሆኑ እነኝህ የዚህ ድርጊት ሰለባ የሆኑ ግለሰቦች በህይወት ይኑሩ አይኑሩ ለማወቅ የማይቻልበት ደረጃ ላይ ተደርሷል። ሚያዚያ 1፣ 2024 በምስራቅ ሸገር ዞን፣ ዱግዳ ወረዳ፣ በመቂ ከተማ የ03 ቀበሌ ውስጥ ነዋሪ የሆኑት ኦቦ ግርማ ጃራ የሚባሉት ግለሰብን እነዚሁ የፋሺስት አብይ ብልጽግና ጦር ቡድን ቤታቸው ውስጥ በመግባት ፍተሻ ካካሄዱ በኋላ እናገኛለን ብለው ያቀዱትን ስላላገኙ ሌላ ምክንያት በመፍጠር፣ የኦሮሞ ነፃነት ግንባር የስራ አስፈፃሚ አባል የነበሩት ጃል በቴ ኡርጌሳ የአንተ አማች አይደለም ወይ? ስለሆነም ስብሰባ በሚጠሩህ ጊዜ ትመጣለህ በማለት ከቤታቸው ወስደው የት እንዳደረስዋቸው ማወቅ አለመቻሉን የአራታ ቢዮሌሳ ኦሮሚያ ምንጮች ተናግረዋል። እንዲሁም እቤታቸው እያሉ ካነሱባቸው የዉንጀላ ንግግሮች አንዱ “አንተ በገንዘብ ድርጅታችንን ወይም ፓርቲያችንን እየደገፍክ አይደለም። ይኸዉም በአጠቃላይ የሚያመላክተው አንተ የኦሮሞ ነፃነት ሰራዊት ደጋፊ ነህ” እያሉ በተደጋጋሚ የወነጀልዋቸው ሲሆን፣ ይሄ ድርጊት ሆን ተብሎ እሳቸውን እና ቤተሰባቸውን ችግር ውስጥ ለማስገባት አቅደው የጀመሩት ነው ሲል ምንጫችን በተጨማሪ ዘግቦአል። እሳቸውም በእድሜ የገፉ፣ በሕዝቡም የተወደዱና የተከበሩም የሐገር ሽማግሌ ሲሆኑ በፖለቲካ ውስጥም ምንም ሚና ያልነበራቸው እንዲሁም መደበኛ የዕለት ዕለት ስራቸውን የሚሰሩ ሰው መሆናቸውን ምንጮቻችን አክለው ነግረውናል። በእኚህ ትልቅ ሰው ላይ የተፈፀሙት ድረጊቶች በከተማው ውስጥ በተደጋጋሚ በሌሎች ኦሮሞዎች ላይም እየተደረገ መሆኑን ገልፀዋል። ፋሺስት አብይ አህመድ ፋሺስታዊ ስልት በመንደፍ የእድሜ እርከንም ሳይገድበው በሚመራውና በሚያዝዘው የብልጽግና ጦር ቡድን ኦሮሞን ለማጥፋት ተዘጋጅቷል። ኦሮሞ ከእንግዲህ ምንም ግዜ ሳይወስድ በአንድ መንፈስ እና በቆራጥ አቋም ይህን የፋሺስት ቡድን ከጫንቃው ማራገፍ አለበት እንላለን።
2 5910Loading...
21
Qophii Dilbii Dilbataa ONM-ABO Caamsaa 5-2024 itti dhiyaadhaa! Rakkoolee Oromiyaa keessatti itti fufan, Ayyaanaa fi Daldala Siyaasaa, Tarkaanfii WBO, Wal Doorsisaa Kaaba Impaayeerattii fi Gaanfa Afrikaa ilaalchisuun turtii Jaal Naatoo Lammii fi Niimoonaa Fayisaa wal taasisan! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa
2 4030Loading...
22
https://www.facebook.com/ArraataONM/videos/2785667001732865/?app=fbl
2 8590Loading...
23
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa Kibba Oromiyaa Godina Booranaa Aanaa Dilloo keessatti fudhachuu beeksise. ONM-ABO Caamsaa 5,2024 Gootichi abdii sabaa WBOn har'a Caamsaa 5, 2024 Kibba Oromiyaa Godina Booranaa Aanaa Dilloo keessatti tarkaanfii guggubduu diina irratti fudhachuun injifannoo boonsaa galmeessee jira. Lola kanaanis konkolaataa diinaa, kan waraana diinaa guuttattee sakattaa WBO akkasumas uummata Oromoo hiraarsuuf bobba'aa turte irratti tarkaanfii rifaasisaa fudhachuun, diina konkolaataa tokko guutuu du'aa fi madoon kan adabe yoo ta'u, konkolaataa diinaa sanas ibidda itti qabsiisuun barbadeessee jira. Gama meeshaatiin PKM 1 fi AKM 15 dugda diinaa irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromootiif galii godhee jira. Injifannoon Uummata Oromoof!
3 0780Loading...
24
Media files
3 4840Loading...
25
Qophii Dilbii Dilbataa torbanitti yeroo tokko Dilbata yeroo cufa sa'a 2:00 irratti isiniif dhiyaatu galgala kana sa'a baratamaa sa'a 2:00 irra dhimmoota adda addaan qabannee isiniif dhiyaanna. Nu hordofaa! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Sagalee Cunqurfamtootaa ❗️
3 4180Loading...
26
ONM-ABO ግንቦት 5-2024 ዓ.ም ሳምንታዊ የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ዉሎ ። Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa
3 3690Loading...
Oduu Galgala ONM-ABO Caamsaa 6-2024 itti dhiyaadhaa! https://www.facebook.com/ArraataONM/videos/817507486915191/?app=fbl
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaashamannee keessatti humni jajjabee WBO magaalaa fi Ittisa Uummataa waliin ta'uun injifannoo boonsaa galmeessan. ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Kaleessa Caamsaa 04,2024 godina Arsii Lixaa bulchiinsa magaalaa Shaashamannee kutaa magaalaa Diida Boqee keessatti humni jajjabee WBO magaalaa fi Ittisa Uummataa waliin ta'uun qeerrowwan magaalichaa humnaan maatii isaanii biraa qabamuun waraanummaa deemuuf qophaa'aa jiran gadhiisisan. Humni waloo Jajjabee WBO magaalaa fi Ittisa Uummata walta'uun oppireeshinii geggeessaniin mana kuusaa midhaanii qeerrowwan Oromoo haati isaanii osoo boossuu achi keessatti barcuma Abiy Ahimed tiksuuf ugguramanii jiran qaxxisee biraan ba'uun dhukaasa tokko malee waardiyaa ukkaamsuun dargaggoota 190 ta'an bilxiginnaa harkaa baasuun maatii isaaniif deebiseera. Maatii qeerrowwan kanas gocha kanatti gammaduun ijoollee isaanii magaalicha keessaa bakka birootti baqachiisaniiru. Akka hawaasni magaalichaa eeruutti ganama har'aa humnaa yeroo sana egumsa irra ture jedhaman kanneen oppireeshinii sanaan miliqan waraanni faashistii PP qabuun mana hidhaatti darbitee dararaa jirti. Kana malees qeerrowwan deebisanii qabuuf olii fi gadii fiigaa kan turan yoo ta'u, namoota fuula haaraadha jedhanii shakkan gaaffiin qoraa turan. Sababa kanaanis hawaasni magaalichaa goolamuun itti aananii eenyuun qabanii hidhu jechuun yaaddoo keessa akka jiran jiraataan magaalaa Shaashamannee Arraata Biyyoolessa Oromiyaatti himeera. Injifannoon Uummata Oromoof ❗️
Show all...
👍 6
1:18:53
Video unavailableShow in Telegram
Qophii Qorqortii Siyaasaa ONM-ABO Caamsaa 6-2024 itti dhiyaadhaa! Guddina Itoophiyaa bilxiginnaan faarsu, Maree Biyyaalessaa, Rakkoo Kaaba Impaayeerattii fi Dhimma Dippilomaasii Bilxiginnaa ilaalchisuun turtii Dr. Hambisaa Bal'inaa waliin taasisne! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://www.youtube.com/channel/UCFaKSG_I_GRhpw-VNhBEKbw Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, Afaan saba Oromoo fi qabsoo bilisummaa Oromooti, Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa!
Show all...
👍 7
#Naqamtee ONM-ABO Caamsaa 6,2024 Sababa Abiy Ahimed magaala Naqamteetti imaluun Warshaa Daabboo Eebbisiisuuf magaalattiin waraana faashistii PP'n jeeqamaa jirti. Uummanni hojii isaa irraa galu karaatti konkolaataa PP danqamaa, akkasumas eegdota sirnichaan doorsifamaa fi reebamaa jira. Namootni daandii gubbaatti hojii kophee hojjetan ari'amuunii fi baajota irraa uguggii fuudhanii dhaabsisanii jiru. Faashistootni jaarraa 21ffaa uummata ukkamsanii fi dirqiin waltajjii yaasuun itti dubbatanii viidiyoo waraabuun olola irraa tolfatu.
Show all...
😁 11👍 9 1
Photo unavailableShow in Telegram