cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

M/B Odaa Sad.1ffaa

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedEducation52 733
Advertising posts
610
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Beeksisa_Barattoota_Kutaa_8ffaa_Xumurtaniif! Waamicha Galmee Barattootaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Naannoo Oromiyaafi Bul.Magaalaa Finfinnee Afaan Oromoon Baratanii  Bara 2016tti Seenanii Baratanii Barattoonnii Bara 2015tti kutaa 8ffaatii gara kutaa 9ffaatti darban kan Naannoo Oromiyaafi Bul.Magaalaa Fininnee Afaan Oromoon baratan ulaagaa galmeefi guyyaa galmee armaan gaditti akkaataa taa'een kan galmooftan ta'a Biiroon Barnootaa Oromiyaa fi Waldaan Misooma Oromiyaa waliin qindoomuun Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) Amboo, Beddellee, Bishooftuu, Dodolaa, Haramayaa, Najjoo, Negelleefi Yaabelloo) irratti barattoota kutaa 8ffaa bara 2015 qormaata naannoo fudhatanii gara kutaa 9ffaatti darban kan Naannoo Oromiyaafi Manneen Barnootaa Afaan Oromoo Magaalaa Finfinnee keessaa kanneen ulaagaa armaan gadii guutan waldorgomsiisee filachuun barsiisuu barbaada. Haaluma Kanaan Barattoonni Ulaagaa Galnee Armaan Gadii Taa'een; #Ulaagaa Galmee: Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 83%fi isaa ol, Shamarraniif 80%fi isaa ol kan qaban; Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban. #Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %80 Dub- %77 Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban. #Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %80 Dub- %77 Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban. Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle #Bakki Galmeen Itti Geggeeffamu: Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa Oromiyaa hundaafi Waajjira Barnoota Kutaalee Magaalaa Finfinnee. #Guyyaa galmee: Hagayya 23 hanga 27/2015 taee, Godinaaleefi Bul/Magaalotaa ragaa galmee barattootaa unka qophaa'e Soft copy (Excel sheet) irratti qofa qindeessuun chaappaa wajjiraan mirkaneessuun Hagayya 27-28/2015 BBO Daayirektoreetii Hoggansaafi Hordoffii MBIBBAtti qaamaan dhiyeessuu akka qabdan isin hubachiifna. BBO Share woliif godhaa
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Grade8 Ministry Result | QMT: Student Information Detail: Name : Zarubaabeel Warquu Asfaachaw Gender : Male Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 330 Average : 83.21 Percentile : 98.93 Status : Passed Student Information Detail: Name : Abubakar Abdusabuur Abubakar Gender : Male Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 378 Average : 82.29 Percentile : 98.76 Status : Passed Student Information Detail: Name : Bamlaak Gannanaa Tasfaayee Gender : Male Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 402 Average : 86.56 Percentile : 99.46 Status : Passed Student Information Detail: Name : Feeneet Baayyuu Sabbooqaa Gender : Female Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 410 Average : 89.27 Percentile : 99.73 Status : Passed Student Information Detail: Name : Samiiraa Abdulmajiid Muktaar Gender : Female Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 401 Average : 87.19 Percentile : 99.54 Status : Passed Student Information Detail: Name : Suraafel Balaay Ziqqee Gender : Male Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 369 Average : 79.48 Percentile : 98.04 Status : Passed Student Information Detail: Name : Latnenuus Hirphaa Kabbadaa Gender : Male Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 374 Average : 80.62 Percentile : 98.36 Status : Passed Student Information Detail: Name : Simrat Mulgeetaa Cuqqaalaa Gender : Female Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 394 Average : 85.62 Percentile : 99.34 Status : Passed Student Information Detail: Name : Qananiisaa Qaasim Godaanaa Gender : Male Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 371 Average : 79.9 Percentile : 98.17 Status : Passed Student Information Detail: Name : Musliimaa Muhaammad Saaddoo Gender : Female Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 364 Average : 79.17 Percentile : 97.94 Status : Passed Student Information Detail: Name : Abdallaa Muhaammad Saaddoo Gender : Male Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 372 Average : 80.94 Percentile : 98.45 Status : Passed
Show all...
Student Information Detail: Name : Siifan Asnaaqee Damisee Gender : Female Nationality : Ethiopian School : Odaa Woreda / Subcity : Adaamaa Zone / City : Adaamaa Status Information Total : 414 Average : 89.79 Percentile : 99.77 Status : Passed
Show all...
#kutaa8ffaa Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa bara 2015 Naannoo Oromiyaa ifoomeera. Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti barattoonni bara 2015 qormaata kutaaa 8ffaa naannichaatti fudhatan karaa oonlaayinii (https://oromia.ministry.et/#/result) qabxii isaanii ilaallachuu danda’u.
Show all...
4_5971824911788806278.pdf
Show all...
4_5971824911788806278.pdf10.20 KB
FAARUU_Barnootaa_Education_Songs(360p).mp430.03 MB
Barattootni Kutaa 8ffaa Qormaata Naannoo Fudhattan Hundaaf Carraa Gaariin Hawwaa! Barattootni Mb Odaa sad 1ffaa Qormaata kutaa 8ffaa guyyaa 26-27/10/2015 fudhattan marti baga xumura qormaata kutaa 8ffaa bara 2015 geessan jechuun barbaada. Itti aansuun Qormaatni Naannoo kutaa 8ffaa kun barattoota cimina ol'aanaan  qo'ataa turan; #Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa sad. 2ffaa seensisu, #Barattoota miira gaariin qo'ataa turan Manneen Barnootaa Ifa Boruu Addaa sad. 2ffaa galuu danda'an, #Barattoota sadarkaa jiddu galeessa irra jiran immoo, qabxii  gara kutaa 9 tti ceesisu kan ittiin argatan waan ta'eef, barattoota keenya hundaaf carraa gaarii akka ta'u ni hawwa. Barattootni keenya tasgabbiin, yaadaafi qalbiin qormaata fudhatan irratti qofa akka xiyyeeffachuu qaban dhaamsa koo dabarsuun barbaada. Barattootni keenya qormaata irratti hundaa ol #tasgabbiifi ofitti_amanamummaan gaaffii dandeessan qofa yeroo murtaa'e keessatti deebisuu danda'uudha. Kanaafuu, qormaata wali irraa garagalchuufi naamusa hin taane agarsiisuu irraa bilisa taatanii akka qormaata fudhattan jechaa, jiddu gala Qormaata itti fudhattanitti yeroon akka argamtan isin beeksisa. Dhumartatti, Barattoota Kutaa 8ffaa Bara 2015 Qormaata Naannoo Fudhattan Hundi Carraa Gaarii Isiniif Hawwa! CARRAA GAARII !!
Show all...