en
Feedback
Miiltoo production

Miiltoo production

Open in Telegram

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
574
Subscribers
-224 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

የምስራች በዓይነቱ እና በይዘቱ ተወዳጅ የሆነው 'ሚልቶ' የተሰኘው መድረካችን ሀይማኖታችንን እና ባህላችንን በሚያንፀባርቅ መልኩ ለተከታታይ 12 ዙሮች ወደናንተ ሲደርስ የነበረ መሆኑ ይታወቃል። ታዲያ
የምስራች በዓይነቱ እና በይዘቱ ተወዳጅ የሆነው 'ሚልቶ' የተሰኘው መድረካችን ሀይማኖታችንን እና ባህላችንን በሚያንፀባርቅ መልኩ ለተከታታይ 12 ዙሮች ወደናንተ ሲደርስ የነበረ መሆኑ ይታወቃል። ታዲያ አሁን ደግሞ የታላቁን ወርሀ ረመዳን መቃረብ ታሳቢ በማድረግ መድረካችን እጅግ ልዩ እና ያማረ በሆነ መልኩ እየተዘጋጀ መሆኑን ስናበስራችሁ ከታላቅ ደስታ ጋር ነው።ስለሆነም በዕለቱ 'የለውጥ መደረክ' ብለን በሰየምነው በአይነቱ ልዩ በሆነው መድረክ ላይ እንድትገኙ ስንል በአክብሮት ጠርተናቹሀል። #ሚልቶ13 #የለውጥ_መድረክ_3 #ተስፋ_ባለበት_ስኬት_ቅርብ_ነው።

Miiltee milkaa'ina keenyaa kan ta'e waltajjiin MIILTOO bifa adda ta'een dhufaa jira 🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻 waltajjiin keenya soora
Miiltee milkaa'ina keenyaa kan ta'e waltajjiin MIILTOO bifa adda ta'een dhufaa jira 🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻 waltajjiin keenya soora qalbii fi qaamaa ta'e MIILTOOn haala duudhaa fi amantii eeggateen sagantaalee boharsoofi bashannansiisoo ta'an marsaawwan 12 darbaniif bifa ho'aa fi hawwataa ta'een isin bira qaqqabasiisaa turuun isaani beekama. Haaluma kanaan sagantaa addaa miidhagaa fi daran hawaataa ta'een keessummoota qaqqaaliin isin bira gahuuf qophii isaa haalaan qindeessaa jira. Maarree moggaasa sagantaa keenyaas " WALTAJJII JIJJIIRAMAA 3ffaa" jedhuun gurraandhala 10-2015f beellama qabanneerra. beellamni keenya beellama irraa barfachuun nama gaabbisiisudha. ## MIILTOO 13 ## WALTAJJII JIJJIIRAMAA 3 ## BITOOTESSA 10-2015

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content

photo content