en
Feedback
Odaa Online Consulting Service

Odaa Online Consulting Service

Open in Telegram

Barnoota Teknolojiin wal qabatan hundaa asii argattu.

Show more
1 059
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Hiikkaa jechoota afaan oromoo gara afaan amaaraatti gara ingilifaatti Oromo amharic english Appii kana buufachuuf liinkii gad
+1
Hiikkaa jechoota afaan oromoo gara afaan amaaraatti gara ingilifaatti Oromo amharic english Appii kana buufachuuf liinkii gadii fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/oromoo-amharic-dictionary/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Afaan ingiliffaa ijoollee keessan haala salphaan akka baratan barbaadduu? Yoo akkas ta'e haala salphaadhaan πŸ“Œ alphabet πŸ“Œ nu
Afaan ingiliffaa ijoollee keessan haala salphaan akka baratan barbaadduu? Yoo akkas ta'e haala salphaadhaan πŸ“Œ alphabet πŸ“Œ numbers πŸ“Œcolors πŸ“Œshapes πŸ“Œdays of the week πŸ“Œmonths of the year πŸ“Œfruits πŸ“Œvegetables πŸ“Œanimals πŸ“Œbirds πŸ“Œfood πŸ“Œclothes πŸ“Œkitchen πŸ“Œbathroom πŸ“Œschool Fi kkf kan of keessa qabu Appii kana buufachuuf liinkii gadii fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/english-for-kids/ πŸ‘ŒπŸ‘ŒπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Hojii mataa keessanii uummachuu!!! Yeroo ammaa kana hojii mootummaa qofa eegachuun yeroo of gubuudha. Osoo hojii qabataniyyuu
+1
Hojii mataa keessanii uummachuu!!! Yeroo ammaa kana hojii mootummaa qofa eegachuun yeroo of gubuudha. Osoo hojii qabataniyyuu qarshiin kafalamu xiqqoo waan ta'eef jireegna qaala'aa kana dandamachuun rakkisaa dha. Namni baay'een yeroo ammaa kana kan hojii qabuyyuu hojii dabalataa hojjachuun dirqama itti ta'ee jira. Kanaaf immoo skill career( ogummaa hojii) qabaachuu barchisa. Kunu appiin kun ogummaa hojii barbaaddan filattanii akka barattan bakka sirrii ta'e isin eera. Appii kana buufadhaatii itti fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/coursera-learn-career-skills/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Bilbila yeroo bittan meemeerii akka safartuuttibhin ilaalina. Yeroo ammaa kana data qabnu hunda bilbila ykn meemoorii irratti
+2
Bilbila yeroo bittan meemeerii akka safartuuttibhin ilaalina. Yeroo ammaa kana data qabnu hunda bilbila ykn meemoorii irratti osoovhin taane appii email qofa galchuun hojjattu irra kaayachuun baratamaa dhufee jira. Faayidaan appii kanaa inni guddaan 1ffaa. 1000 gb bilisaan bakka kuufataa kan qabu 2 ffaa bilbikli yoo isin jalaa bade bilbilaa biraatin email qofa galchuun wanta bilbila bade keessaa qabdan argachuu dandeessu Appii kana buufachuuf liinkii gadii fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/terabox-cloud-storage-space/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Appii waa'ee suphaa elektiriikii mana keessaa barsiisu. Appii kana buufachuun mana keessan keessatti sarara elektiriikii diri
+1
Appii waa'ee suphaa elektiriikii mana keessaa barsiisu. Appii kana buufachuun mana keessan keessatti sarara elektiriikii diriirsuu, stoovii suphuu fi hojjiiwwan suphaa elektiriikii mana keessaa kammiyyuu walqabate hojjachuuf nu gargaaru. Appii kana buufachuuf liinkii gadii tuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/learn-electrical-engineering/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

ሡልክ α‰ αˆšαŒˆα‹™α‰ α‰΅ αŒŠα‹œ αˆ›αˆ…α‹°αˆ¨ α‰΅α‹αˆ΅α‰³αŠ• αŠ₯αŠ•α‹° መለαŠͺα‹« αŠ α‹΅αˆ­αŒˆα‹ αŠ α‹«αˆ΅α‰‘. αŠ αˆαŠ• αŠ αˆαŠ• α‹«αˆˆαŠ•αŠ• αˆ˜αˆ¨αŒƒ αˆαˆ‰ ከሡልክ α‹ˆα‹­αˆ ሚሞαˆͺ α‹­αˆα‰… ኒሜል α‰ αˆšα‹«αˆ΅αŒˆα‰‘ αŠ α• αˆ‹α‹­ αˆ›αˆ΅α‰€αˆ˜αŒ₯ αŠ₯α‹¨α‰°αˆˆαˆ˜α‹° αŠα‹α’ α‹¨α‹šαˆ… αˆ˜α‰°αŒα‰ 
+2
ሡልክ α‰ αˆšαŒˆα‹™α‰ α‰΅ αŒŠα‹œ αˆ›αˆ…α‹°αˆ¨ α‰΅α‹αˆ΅α‰³αŠ• αŠ₯αŠ•α‹° መለαŠͺα‹« αŠ α‹΅αˆ­αŒˆα‹ αŠ α‹«αˆ΅α‰‘. αŠ αˆαŠ• αŠ αˆαŠ• α‹«αˆˆαŠ•αŠ• αˆ˜αˆ¨αŒƒ αˆαˆ‰ ከሡልክ α‹ˆα‹­αˆ ሚሞαˆͺ α‹­αˆα‰… ኒሜል α‰ αˆšα‹«αˆ΅αŒˆα‰‘ αŠ α• αˆ‹α‹­ αˆ›αˆ΅α‰€αˆ˜αŒ₯ αŠ₯α‹¨α‰°αˆˆαˆ˜α‹° αŠα‹α’ α‹¨α‹šαˆ… αˆ˜α‰°αŒα‰ αˆͺα‹« α‹‹αŠαŠ› αŒ₯α‰…αˆ 1αŠ›. 1000GB αŠαƒ αˆ›αŠ¨αˆ›α‰» ቦታ αˆ΅αˆαŠ­α‹Ž αŠ¨αŒ α‹α‰₯α‹Ž αŠ¨αˆŒαˆ‹ ሡልክ αŠ’αˆœα‹­αˆ α‰₯ቻ α‹«αˆ΅αŒˆα‰‘ αŠ₯αŠ“ α‰ αŒ α‹α‹ ሡልክ α‹αˆ΅αŒ₯ α‹«αˆˆα‹Žα‰΅αŠ• αˆ›αŒαŠ˜α‰΅ α‹­α‰½αˆ‹αˆ‰α’ αŠ α‘αŠ• αˆˆαˆ›α‹αˆ¨α‹΅ αŠ¨α‰³α‰½ α‹«αˆˆα‹αŠ• αˆŠαŠ•αŠ­ α‹­αŒ α‰€αˆ™ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/terabox-cloud-storage-space/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

How to tie a scurf? Qorra kanaaf appii barbaachisaa dha Appiin kun shaarpii, fooxaa, marxoo(shirixii) fi kkf akkamitti akka h
+8
How to tie a scurf? Qorra kanaaf appii barbaachisaa dha Appiin kun shaarpii, fooxaa, marxoo(shirixii) fi kkf akkamitti akka hidhannuu fi uffannu tartiibaan steeppiidhaan nutti agarsiisa. Appii kana buufadhaatii itti fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/tie-a-scarf-and-shawl-lite/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Iccitii keessan egaadha namonni bayyen app kana fayyadamuudhaan Hiccitii mattii, hiccitii hojii fi hiccitii garaagaraa basuud
Iccitii keessan egaadha namonni bayyen app kana fayyadamuudhaan Hiccitii mattii, hiccitii hojii fi hiccitii garaagaraa basuudhan nama walitti naqaa jiru garuu app kana bilbila keessan irraa yoo qabataan nama sin to’ate beeku fi of irra hikuu ni dandeessuu. Kana qofa mittii app kanaan salphumatti bilbila nama tokko bilbila kee irratti ittiin xaalaafuun/hack gochuuni ni dandeessuu. Linkii app dhumaa bareefama kana jala siniif gadheen jira. Aappii buufachuuf linkii kana gadii xuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://channel2.bbcko.com/2022/09/17/call-forward-app/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡https://channel2.bbcko.com/2022/09/17/call-forward-app/ β˜οΈπŸ‘πŸ‘πŸ‘‰Waliif share godha

Paper art Appiin kun aartii waraqaa qofa dadachaasuudhaan hojjatamuu dha. Appii kana fayyadamuudhaan waraqaadhaan haala salph
+1
Paper art Appiin kun aartii waraqaa qofa dadachaasuudhaan hojjatamuu dha. Appii kana fayyadamuudhaan waraqaadhaan haala salphaa ta'een dadachaasuun sheeppii (boca) feene hojjachuu dandeegna πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/how-to-make-origami/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Appii wallpaper qulqullina guddaadhaan hojjataman kumaatamaan offline hojjatan akkasumas miiliyoonaan online hojjatan of kees
+3
Appii wallpaper qulqullina guddaadhaan hojjataman kumaatamaan offline hojjatan akkasumas miiliyoonaan online hojjatan of keessaa qabu. Appii kana buufachuun guyyaa guyyaan feetan sa'aatii sa'aatiin bilbilli keessan screen saver yk wallpaper akka jijjiiru gochuu dandeessu. Appii buufachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/pixel-4d-live-wallpapers/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Appii haala salphaadhaan (fakkii) 3D effect dhaan kaasuuf guide (karaa) nutti mul'isu. Appii kana fayyadamuuf dubbisuu danda'
+2
Appii haala salphaadhaan (fakkii) 3D effect dhaan kaasuuf guide (karaa) nutti mul'isu. Appii kana fayyadamuuf dubbisuu danda'uu qofti gahaa dha. Appii kana liinkii gadiitiin buufadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘πŸ‘πŸ‘ https://apkpro.bbcko.com/501-3d-pencil-drawings-and-le/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Appii phootoo keessan gara skeechitti isini jijjiru. Appiin kun footoo keessan gara hojii harkaa fakkaatutti isinii jijjiira
+1
Appii phootoo keessan gara skeechitti isini jijjiru. Appiin kun footoo keessan gara hojii harkaa fakkaatutti isinii jijjiira Appii kana buufachuuf liinkii gadii fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/photo-sketch-maker/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Appii diizaaynii boorsaa kumaatamaan lakkaa'amu of keessaa qabu. Appii kana buufachuun bizinasii godhadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ htt
+1
Appii diizaaynii boorsaa kumaatamaan lakkaa'amu of keessaa qabu. Appii kana buufachuun bizinasii godhadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/handbag-design/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Hojii harkaa ( xilfii ) lakk. 2 appiin kun dizaaynii xikfii bakka barbaanutti itti fayyadamuuf akkasumas gara bizanasiitti ji
+1
Hojii harkaa ( xilfii ) lakk. 2 appiin kun dizaaynii xikfii bakka barbaanutti itti fayyadamuuf akkasumas gara bizanasiitti jijjiiruuf dizaayniwwan kumaatamaan lakkaa'aman of keessaa qaba Appii kana buufachuuf liinkii gadii fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/how-to-learn-embroidery/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Namoota hojii harkaa(xilfii) hojjataniifi barachuu barbaadaniif appiin kun dizaaynii kumaatamaan lakkaa'amu of keessaa qaba.
+1
Namoota hojii harkaa(xilfii) hojjataniifi barachuu barbaadaniif appiin kun dizaaynii kumaatamaan lakkaa'amu of keessaa qaba. Appii kana buufachuufi itti fayyadamuuf liinkii gadii kana tuqaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/learn-to-embroider-beginners/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Afaan ingiliffaa haala salphaan gara afaan oromootti hiiknee ittiin kan barannu appii ajaa'ibaa. Appiin kun afaan oromoo ingi
Afaan ingiliffaa haala salphaan gara afaan oromootti hiiknee ittiin kan barannu appii ajaa'ibaa. Appiin kun afaan oromoo ingiliizii dictionary dha. Appii kana liinkii gadiitiin buufadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/oromo-word-book/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Namootni baay'een afaan oromoo sirriitti beekna jedhu. Yeroo barreessan garuu sirriitti qubeessuu hin danda'an. Afaan oromoo
+1
Namootni baay'een afaan oromoo sirriitti beekna jedhu. Yeroo barreessan garuu sirriitti qubeessuu hin danda'an. Afaan oromoo dubbachuu qofa osoo hin ta'in sirriitti barreesuuf sirriitti qubeessun dirqama. Appiin kun akkamitti afaan oromoo haala salphaan quneessuu akka barannu nu barsiisa. Appii kana liinkii gadiitiin buufadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/afaan-oromoo-writing-practice/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Appii oromootaan oromootaaf qophaa'e. Appiin kun yeroo dheeraa fudhachuun maqaa oromotaa hunda kan of keessaa qabuu dha. Isin
Appii oromootaan oromootaaf qophaa'e. Appiin kun yeroo dheeraa fudhachuun maqaa oromotaa hunda kan of keessaa qabuu dha. Isinis ijoollee keessaniif maqaa baasuu keessanin dura appii kana keessaa maqaa bareeda osoo hin ilaalin hin murteessinaa Appii kana buufachuf liinkii gadii fayyadamaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/maqaa-oromoo/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

Warri dubartootaa fuula keessan wantoota uumama naannoo keessan jiruun sirriitti bareechuu fi qulqulleessuuf tooftaa isin fay
+2
Warri dubartootaa fuula keessan wantoota uumama naannoo keessan jiruun sirriitti bareechuu fi qulqulleessuuf tooftaa isin fayyadan kanneen beektuu????? Dhaabbanni qorannoo hojjete tokko tooftaalee kanneen aappiidhaan isiniif dhiyeessera. Liinkii gadi tuquun buufadhaaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://m3.bbcko.com/2023/01/01/beauty-face/ Waliif qoodaaπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘† #share_share_share

αŠ α‹²αˆ± α‹¨αˆ˜αŠ•αŒƒ ፍቃዡ αˆ›αˆ΅α‰°αˆ›αˆͺα‹«αŠ“ αˆα‰°αŠ“α‹Žα‰½ α‹¨α‹«α‹˜ α‹­αˆ„αŠ• αŠ α• αŠ«α‹ˆαˆ¨α‹± αŠ α‹²αˆ±αŠ• αˆ˜αŠ•αŒƒ ፍቃዡ α‰ α‰€αˆ‹αˆ‰ α‹­αˆ›αˆ©α‰ α‰³αˆ αˆˆαˆ›α‹αˆ¨α‹΅ αŠ¨α‰³α‰½ α‹«αˆˆα‹‰αŠ• αˆŠαŠ•αŠ­ α‹­αŒ«αŠ‘ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bb
+1
αŠ α‹²αˆ± α‹¨αˆ˜αŠ•αŒƒ ፍቃዡ αˆ›αˆ΅α‰°αˆ›αˆͺα‹«αŠ“ αˆα‰°αŠ“α‹Žα‰½ α‹¨α‹«α‹˜ α‹­αˆ„αŠ• αŠ α• αŠ«α‹ˆαˆ¨α‹± αŠ α‹²αˆ±αŠ• αˆ˜αŠ•αŒƒ ፍቃዡ α‰ α‰€αˆ‹αˆ‰ α‹­αˆ›αˆ©α‰ α‰³αˆ αˆˆαˆ›α‹αˆ¨α‹΅ αŠ¨α‰³α‰½ α‹«αˆˆα‹‰αŠ• αˆŠαŠ•αŠ­ α‹­αŒ«αŠ‘ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://apkpro.bbcko.com/ethiopian-driving-license-exam/ πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†