Weedduu Afaan Oromoo
Open in Telegram
Kuusaa Faarfannaa Afaan Oromoo. Yaada, faarfannaa akkasuma komii qabdan karaa @weedduubot nuuf ergaa. Suggested Channels @weedduunation @weedduu_lyrics @dhugaa_promotion @ijoolleeifaa316 @weedduunyessoof
Show more7 167
Subscribers
-624 hours
-27 days
+1130 days
Posts Archive
7 163
Kan Ji'a Hagayyaa /12FFAA 1/12/2018 -30/12/2018! KITAABA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU! Namni kalandeera kana faana bu'ee dubbise waggaa 4 giddutti wangeela guutuu dubbisee fixu ni danda'a. Kaayyoon Keenya Dhaloota hundaa bira Wangeela Ga'uudha Eebbiffamaa. Akkuma beekamu kalanderii Makana yesuus Hard Copy isaa argachaa turtaniittu; Amma immoo karaa Facebook, Telegram fi Youtube keenyaa argachuu ni dandeessu.
Telegram: https://t.me/ydcs_raadiyoosagaleemisiraachoo
YouTube: https://www.youtube.com/@Yemisrachdimtsradio
7 163
Namooti yeroo qabdanii fi tola ooltummaan Saba Kiristaanaa Oromoo karaa dijitaalaa tajaajiluu barbaaddan yoo jiraattan gahee hojii keessanii kanneen gadii keessa yoo jiraate filadhaamee
7 163
Kan Ji'a Waxabajjii /10FFAA 1/10/2018 -30/10/2018! KITAABA QULQULLUU YEROO HUNDA DUBBISUU AADAA HAA GODHANNU! Namni kalandeera kana faana bu'ee dubbise waggaa 4 giddutti wangeela guutuu dubbisee fixu ni danda'a. Kaayyoon Keenya Dhaloota hundaa bira Wangeela Ga'uudha Eebbiffamaa. Akkuma beekamu kalanderii Makana yesuus Hard Copy isaa argachaa turtaniittu; Amma immoo karaa Facebook, Telegram fi Youtube keenyaa argachuu ni dandeessu.
Telegram: https://t.me/ydcs_raadiyoosagaleemisiraachoo
YouTube: https://www.youtube.com/@Yemisrachdimtsradio
