cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Christian Page

Nuhi kiristos isa fannifame in lallabna. Nu hordofaa......

Show more
Finland2 986The language is not specifiedReligion & Spirituality77 206
Advertising posts
842
Subscribers
-124 hours
-27 days
+130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from N/a
Show all...
See more,...
Warra kankeenyaaf, ergaan qaba! Hub. Suura biraa fayyadamuuf dhaloota miira isaa hin to'anne waan taaneef, warra siyaasaaf jedhee uffate kanattin fayyadama. Haa ta'u malee, barreeffamnikoo isaaniin hin ilaallatu. ~~ Ijoolleen keenya hedduun keessan, cidha amantii namaa ho'isuuf jecha yeroo isin, uffataan, aadaaniifi jechaan warra ollaa akkeessuuf ifaajjantu jira. Akka amantaa ollaatti, uffatni dubbiiniif kakaan hiika guddaa qaba. Hiikni isaas jara warra abbaa amantichaa biratti hojii hojjetu qaba. Haga ammaatti, amantaa afaan #Protestant iin kakatu hin argine. Fakkeessuufis, osooma ta'ees yeroo ati afaan jaraan fakkeenyaaf "wallaahii" jettu akka warra amantaa sana keessa jirtuutti kan si amanu ni jiraatu. Yeroo salaamtaa/nagaa dhiyeessituuf Kiristaana taatee, "Wallaahii" gaafa jettu kakaankee akka warra kan isaanii kiiloo hin kaasuuf....! 👉Maalif, ati fakkeessituu ta'uukee waan beekaniif! Keenya keenya, gowwaan iccitii hin beekne, huccuu qofan uffadhee hamaamoteen se'a garuu of taajjabsiisaa jira. Obboloota keenya amantaa ollaa ni jaallanna, ni kabajnas garuu fakkeessuuf yookaan nama nuti irraa shayee dhugnutu isa waan ta'eef akka inni uffatutti, dubbatutti, kakatutti kakanna taanaan kun of dhabuudha. Ati eenyu sababa taateef, kan kaan hin hojjenne hojjetta? Maatii musliimotaa qaba, isaanii wajjiniinis jiraadheera, huccuu qaqqaalii isayyuu madda isaatii dhufu biyyi suura ka'uuf kireeffatu tola saanduqa dhaabbii keessatti nan arga, uffadhee suura ka'ee fakkeessuus nan danda'a. Waliin jireenya qabnuunis afaan walii, kakaa waliifi aadaa amantii biraa carraa wal barsiisuu ni qabaanna ta'a. Guyyaa tokko dogoggoree kakaa isaan ittiin kakatanii, nagaa isaan wal gaafataniin nagaa gaafadhee hin beeku. Of ta'een wajjin jiraadha, isaanirraa jaalala qofan qooddadha. Anis hagan gahu beeku, guyyaa tokko amantaakoo irratti dhiibbaa tokkollee hin geenye, ittumaa osoo asii qara'aniin achii Macaafa Qulqulluu dubbisa. Ilaalcha isaan qaban xaliila! Akkakoo ta'aa jechuuf na danqus.obboloonni keessumaa amantaa #Protestant hordoftan of ta'aa, waan (promote) gootan beekaa. Akka waan isin yoo jara akkeessitan isin jaallatan tokkoos gootanii hin ilaaliinaa. Huccuu suuraaf itti kaatanii deebiftan kanaan of hin taajjabsiisiinaa! Amantaa keessan ta'aa, of ta'aa jiraadhaa. Social Life, osoon huccuuf aadaa amantii kaanii uffadhee ta'ee hin agarsiisiin jiraachuu nan dandaha. Jaalala itti agarsiisuuf nagaatti walfaana jiraachuuf nama gammachiisuuf ala bahuun tokko miti. Yeroo ayyaanni gahu...., yeroo kakaa...., yeroo nagaa gaafachuu fkkf akkasumas beeksisa fakkaatee hiriyoota keessan amantii biraa gammachiisuuf jecha warreen of dhabdan ofitti deebi'aa. Ittumaa, isinitti nama qaanessa. 👉Qodaan ergisaas namarraa beeksisa, uffatichillee isinirraa hin tolu. ✍️Obboloota Musliimaa hiriyoota, miira isaanii dura namaaf of eeggatan kan dubbiif (dialogue)tti amanan kan lubbuun hundi gatii akka qabu amananiif ergama dhokataa kan hin qabne, garaa cariif xaliila qaban kanan jaalladhu darbees maatii ta'eef qaba, kana jechuun garuu akka isaaniittin uffadha, isaaniin amansiisuufan #Wallaahii, Asalamualeykum jedha miti. Isaanis na beeku, of ta'een ana ta'ee jaalladha. Keessumaa, ijoollee akkanatti isaan birattin jaallatama seetanii cabaqxan ittumaa isin tuffatu, akka waan amantaa keessan irratti ofitti amanamummaa hin qabne tokkootti isin ilaalu. Haga ammaatti, 👉musliima Kiristaana gammachiisuuf Yesuus jedhee kakate argee hin beeku! Kun kan agarsiisu hagam amantii ofii irratti ofitti amanamummaa akka qabanidha. Kanaafuu of ta'aa! Yoo beeloftanis obsaa! 👉Ergaakoo yoo hubatte #Share naaf godhi! Gammee by @solabedasa Kaayyoon keenya guddaadha!! Muldhanni keenya fagoodha!! Miseensa keenya ta'uu yoo barbaadan. Ammumma 👇👇👇👇👇 ▒►JOIN ►▒▓ GODHAN       ✍️ https://t.me/solabedasaa       ✍️ https://t.me/solabedasaa       YAADA FI GAAFFIIF 👇👇       @solabedasa Fuula Facebook 👇 https://www.facebook.com/solaBedasa
Show all...
SOLA BEDASA's post

📢Mootuummaa Waaqayyoo Labsuuf 📢Waangeela Fayyinaa labsuuf 📢Beekumsa XINSAMMUU 🚫Siyaasaa Irraa Bilisa Yaadaa kan naaf qabdan Creator👉 @Solabedasa kanaan na hordofaa

Repost from N/a
Mana keessan teessanii hojii online kam hojjechuun milkaa'uu dandeessu?... As tuquudhaan guutuu isaa ilaalaa.
Show all...
As tuqaa
Hojii Online
Repost from N/a
Akkaataa telegram irraa maallaqa argachuu dandeessan as tuquudhaan ilaalaa,... See more!
Show all...
See more,...
Repost from N/a
Channel kanatti dabalamuun guyyaa guyyaadhaan ergaalee Mammaaksaa Ajaa'ibsiisoo Argattu,... Join.
Show all...
Join
❏ Guyyaa Guyyaadhan tajaajila adda addaa kan isinitti tole argachuuf asitti bu'aa ❍ "Kuni walitti qabama channelee telegram filatamooti!" 1. ADD FOLDER 01 2. ADD FOLDER 02 3. ADD FOLDER 03 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 01   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 02   █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬      👇💐💏❤️❤️💐 ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥ █     FOLDER 03    █           ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ❍ Itti Gammadaa 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 @hopepromotionFree Waver: @Getu_Abera
Show all...
Repost from N/a
🕹️ Fakkii kana irraa maal hubachuu dandeessa? As tuquun waan hubatte barreessi!... Click here
Show all...
Click here