en
Feedback
Shanan Gibe Post

Shanan Gibe Post

Open in Telegram

Odeeffannoo qabatamaa Siyaasa Diinagdee Ispoortii isin biraan geenya. Chanaala keenya hordofaaπŸ₯°πŸ™πŸ™

Show more
1 317
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-1930 days
Posts Archive
Repost from Testa
Department jaalattan seenuuf qabxii gaarii hojjechu Dirqama. Qabxii gaarii hojjechuuf App'n TESTA baay'ee isin fayyada. Gaafii University 10+ oli Mid 'iis ta'ee Final ii deebii waliin akkasuma akka haala gaariin hubattaniif ibsa gahaa waliin kan qophaa'ee yoo ta'uu. Xumura Semisteera irratti GPA( grade ) keessan calculate gochuufiis akkamitti calculate godha jattee gonkuma hin dhiphattan qaphxii course fi Credit Hour qofa itti galchuun ofii isaatiin calculate gochuun grade keessan isinitti mul'isa. Wantoota namatti tolan waan baay'ee of keessaa qaba. TESTA barattoota isa fayyadamiif badhaasa torbaan torbaaniin qopheessuuf qophi xumuree isin eegaa jira. Maarree isinis TESTA irratti Dorgommi injifachuuf buusaa itti fayyadamaa πŸ‘‡ DOWNLOAD Hiriyyoottan keessanif share taasisaa. Galatoomaa πŸ™ https://t.me/Testa_ET https://t.me/Testa_ET

Repost from Grade 12 Students
Choose your university
Choose your university

Choose your university
Choose your university

πŸ”₯ α‹¨α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² αˆαˆ­αŒ«αŠ• αˆˆαˆšαŒ α‰£α‰ α‰ የ12αŠ› ክፍል α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ”ΊοΈ
πŸ”₯ α‹¨α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² αˆαˆ­αŒ«αŠ• αˆˆαˆšαŒ α‰£α‰ α‰ የ12αŠ› ክፍል α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ”ΊοΈ

πŸ”₯ α‹¨α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² αˆαˆ­αŒ«αŠ• αˆˆαˆšαŒ α‰£α‰ α‰ የ12αŠ› ክፍል α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ”ΊοΈ
πŸ”₯ α‹¨α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² αˆαˆ­αŒ«αŠ• αˆˆαˆšαŒ α‰£α‰ α‰ የ12αŠ› ክፍል α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ”ΊοΈ

#kutaa_12ffaa Qabxiin darbiinsaa 300 ture 297 ta’e. Barattoota qabxii qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 dhibbeentaa 49.50 - 49.99 fidan qabxiin isaanii gara dhibbeentaa 50tti siqsamuun akka darban akka taasifamu murtaa’e. Ministeerri ministeera barnootaa Pirofeeser Birhaanuu naggaan barattoonni qormaata kutaa 12ffaa bara 2017 dhibbeentaa 49.50 - 49.99 fidan qabxiin isaanii gara dhibbeentaa 50tti siqsamuun akka darbaniif murtaa’uu isaa beeksisuun xalayaa Yuunivarsitiileef erganiiru. Bifuma kanaanis qabxiin darbiinsaa 600 irraa 300 ture gara 297tti gadi kan siqe yommuu ta’u barattoonni 297 fidan gara dhaabbilee barnoota olaanootti ramadamuun barumsa isaanii ka itti fufan ni ta’a.

πŸ”₯ α‹¨α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² αˆαˆ­αŒ«αŠ• αˆˆαˆšαŒ α‰£α‰ α‰ የ12αŠ› ክፍል α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ”ΊοΈ
πŸ”₯ α‹¨α‹©αŠ’α‰¨αˆ­αˆ²α‰² αˆαˆ­αŒ«αŠ• αˆˆαˆšαŒ α‰£α‰ α‰ የ12αŠ› ክፍል α‰°αˆ›αˆͺα‹Žα‰½ αŠ₯αŠ•αŠ³αŠ• α‹°αˆ΅ αŠ αˆ‹α‰½αˆ πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ”ΊοΈ

Qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa guyyaa boruu ifooma. Kanaan wolqabatee guyyaa boruu sa'aatii 10 irratti ministeerri barnootaa midiyaaf ibsa ni kenna.

barattoni university channel kana join godhaa isin fayyadaa https://t.me/Munewerabdella

photo content

ODUU: Angawootni Keeniyaa Godaantota Itoophiyaa 16 To’annoo Jala Oolchan Angawootni Keeniyaa Sambata darbe lammilee Itoophiyaa seeraan ala godaanaa turan 16, Keeniyaa, kutaa bulchiinsa Kibba Kaajiyaadoo jedhamutti to’annoo jala oolchuun gabaafame.Β  Lammileen Itoophiyaa kunis wayita to’annoo jala oolfaman, konkolaataa geejjibaa keessa utuu dhokatanii jiranii ta’uutu himame. Miidiyaaleen Keeniyaa akka gabaasanitti, godaantonni kun seeraan ala utuu geejjibaan imalaa jiranii Keeniyaa Kutaa Bulchiinsa Kibba #Kaajiyaadoo, ganda Kimaanaa jedhamu keessatti eegdota Dhaabbata (Big Life Foundation) kan kunuunsa qabeenya uumamaa paarkii Amboseelii Saavootiin to’ataman. Angawootni Immigireeshinii Keeniyaas godaantota Sambata to’annoo jala oolfaman kana dhimma isaanii hordofaa jiru.

ODUU: Yuunivarsiitiin Riift Vaalii Kaampaasii Amboo barattoota kuma 4 fi 168 ol eebbise Adooleessa 20,2017 Yuunivarsiitiin Riift Vaalii Damee Amboo barattoota kuma 4 fi 168 Sadarkaa Digirii jalqabaa hanga gulataa 4ffaatti kaampaasii isaa Magaalaa Amboo keessatti Muumee adda addaatiin barsiisaa ture eebbisiiseera. Yuuniversitichi Hojii Baruuf barsuu hojjechaa jiruun Lammiilee hedduu Barnootaan ga'oomsuun eegeree Biyyaaf dhaloota Barnootaan ga'oome Oomishaa jiraachuu ibsameera. Kantiibaan Magaalaa Amboo obbo Haacaaluu Gammachuu dhaloota Biyyaaf Wabii ta'u bocuun ga'ee hunda keenyaati jechuun himanii itoophiyaa Badhaate dhaloota itti aanu dhaalchisuuf dhaloota Barnootaan ijaaruun murteessaa ta'uu himaniiru. Diiniin Yuuniversiitii Rifti Vaalii Kaampaasii Amboo obbo Geetahuun Gammachuu yuuniversitichi Marsaa 10ffaaf Barattoota Sadarkaa Digirii fi galantaan kuma 4 fi 168 eebbisee jiraachuu himaniiru. pirezandaantii itti Aanaa Barnoota Fagoo Yuniversiitii Riftivaalii Dr.Sanbatoo Bushaa gama isaaniin Yuuniversiitichi Lammii Barate Addunyaa Dhaalchisuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu himanii Cabinsa qulqullina Barnootaa furuuf hojjechaa jirraa jedhan

photo content

photo content

photo content

photo content

Marcus Rashford gara barcelona Here We Go . Rashford taphataa Manchister United kan ture amma gara kilaba barcelonaf imaluuf
Marcus Rashford gara barcelona Here We Go . Rashford taphataa Manchister United kan ture amma gara kilaba barcelonaf imaluuf qorannoon medikaala torbee dhufu raawwatama. Maddi :Fabrizio Romano

photo content
+2