Sagalee Weedduu
https://t.me/joinchat/AAAAAEeQBFuPWLrvdUEIKg maal barbaadu? Dubbii Ogummaadhan guutuu kan ta'ee channel kun ani sif jira jecha jira ati join godhi malee. HUB Namni namaaf hin yaadne namuumman isa in shakama
Show more282
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Photo unavailable
Iji koo gara gaarotaatti ol in ilaala,
gargaarsi koo eessaa dhufa?
Gargaarsi koo Waaqayyo biraa in dhufa;
inni immoo isa bantiiwwan waaqaa, lafas uumee dha.
Kunoo, inni Israa'elin eegu,
matumaa hin mugu, hin rafus.
Waaqayyo si eega,
Waaqayyo gaaddisa kee ti, inni gara mirga kee jira.
Guyyaa aduun si hin rukutu,
halkanis ji'i si hin miidhu.
Waaqayyo hamaa hundumaattii si eega,
inni jireenya kee in eega.
Waaqayyo gad ba'uu kee, ol galuu kees
ammaa jalqabee hamma bara baraatti in eega.
Faarfannaa 121:1-8
ዐይኖቼን ወደ ተራሮች አነሣሁ ረዳቴ ከወዴት ይመጣል?
ረዳቴ ሰማይና ምድርን ከሠራ ከያህዌ ዘንድ ይመጣል፡፡
እግርህ እንዲንሸራተት አይፈቅድም አንተን የሚጠብቅህም አይተኛም፡፡
እነሆ እስራኤልን የሚጠብቅ አይተኛም አያንቀላፉምም::
ያህዌ ይጠብቅሃል፤ ያህዌ በቀኝህ በኩል ይከልልሃል፡፡
ፀሐይ በቀን አያቃጥልህም ጨረቃም በሌሊት አይጐዳህም፡፡
ያህዌ ከክፉ ሁሉ ይጠብቅሃል እርሱ ሕይወትህንም ይጠብቃል፡፡
ከአሁን ጀምሮ እስከ ዘላለም ያህዌ በምታደርገው ሁሉ ይጠብቅሃል፡፡
መጽሐፈ መዝሙር 121:1-8
6200
00:41
Video unavailable
Namni nama ireatti hamaa hojjettu akkasitti hojii isaa argachuun hinoolu
12700
Watch "Jaalladheen kooluu sitti gale, Faarfannaa Afaan Oromoo, Baacaa, Feenaan.." on YouTube
https://youtu.be/GI6mKoZcBLY
12100
11400
Watch "Tooftaa Qormaata ittin hojjetan, Gosa torbaan jiran." on YouTube
https://youtu.be/NZ8oSnfX_3Y
12200
Watch "Dinqii Affaaritti ta'e🙏❤🙏" on YouTube
https://youtu.be/dSEDzmn4pFU
Dinqii Affaaritti ta'e🙏❤🙏
10900