cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

@Dinisha_officials

🌟 #Funny πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚ 🌟 #video 🎬🎬🎬🎬 🌟 #music 🎡🎡🎀🎢 🌟 #TikTok_challenge 🌟 #Vine_parnk 🌟 #voice Cross @lammii1994 πŸ™πŸ™ Contact @Nabsee_bot @lammi_oro

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
212
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Kitaabilee Asoosamaa, Saayikooloojii, Seenaafi kanneen biroo of keessatti qabata.
Show all...
Saaayikolooji
Asoosama
Seenaa
Walaloowan
Namni Badhaadhina deeggaru hundi sabboonummaa hin qabu jedhamuun hin danda'amu akkasumaas Namni KFO deeggaru hundi sabboonaadha jedhamuun hin danda'amu... Sabboonummaan dhugaa ta Akka @Orosarcasm tana Badhaadhina, KFO, ABO marre marree Otuu hin jedhin lammii isaa hunda ija tokkoon ilaalee ofitti hammatee kofalchiisee kan Bashanansiisuudha.😁
Show all...
Dhugaa Haacaaluu rabbiin qofti haa naannessu! Lamroon Kamaal Waggaa Tokko dura Hiriyyaa/Jaalallee Ingiduu Cimsaa akka turte, Achii as Ingiduun Akkamiin akka wal dhiisan beekkamuu baatus, Ammaaf Immoo Hiriyyaa/Jaalallee "Xilayee Yaamii" maqaa Bilxiginnaan diraamaaf baafteefiif, maqaan isaa dhugaa "Embaachoo Baqqalaa" Kan ta'eef siyaasa nafxanyaa keessatti eddoo gurguddaa kan qabuu kanaa akka taate himameera. Sababa Hiriyyaa Hacaaluu Ingiduu Cimsaa Irraan kan isheen Hacaalutti duraan dhufti. Garuu Ingiduun OBN irratti akka himutti Akka ishee hin beekneetti. Darbee qaata keessa akka ishee beekutti dabsee dubbate. Lamroon Yeroo hacaaluun hin dhahaminii kaasee haga dhahamee achitti Dhiigni keessaa dhumnaan Booda Ingidutti bilbiltee haga yaamtu guutuu teessoo konkolaataa hacaaluu irra teessi yeroo bira gahan. Haga achii kaasanii Hospitaala geessan, Hacaaluu maaltu ajjeese yeroo jedhaniin afaan heddu himti jedhu. -hacaaluun fincaaniif konkolaataa gadi bu'ee osoo ol deebi'u dhahame. -Hacaaluun osoo gadi bu'ee ol deebi'u dhahame. -Na dabbare jedhee osoo teennee Fiilmii laallu Dhufanii fooddaa bananii osoo inni ani hacaaluudha jedhu rukutan Jechuun afaan gara garaa himti. Mee rabbii jedhaa isa osoo teenyee fiilmii laallu jettu san fa'a laalaa...Bakki hacaaluun dhahame Fooddaa inni taa'uun biraan osoo hin taane, Cinaa Mirgaatiin karaa Lamroon teessu sanaan bobaa jalaan Onnee keessa dhame. Bakka san namni tasa alaa aggaamee dhahuu hin danda'u. Kana keessaa konkolaataan Isaa hin cabnes homaa hin taane. Osoo karaa fooddaa hacaaluun taatee ee achiin konkolaatas cabsan dhahuu malu. Lammaffaa osoo fincaaniif gadi bahee ol deebi'uuf osoo Gadi bahee ol deebi'u dhahame jette. Hayye lafa silaa dhiigni tokkis hin turre, yeroo ingiduuf Mucaan kuun bira gahan hacaaluun bakkuma teessoo isaa konkolaataa keessa taa'ee ofuun irratti kufee jira. Ishetuu Alaa kophaa ol fuudhee keessa seensisee ree? Osoo du'a isaa harka keessaa hin qabdu ta'ee Maaf haga erga dhahamee achitti sa'aa heddu lakkoofsisu maaf hin himin? Maaf erga dhiigni achitti keessaa dhumee booda himte? Kan isin dhibu intalli tun haga har'aa seera jalas hin oolle. Akka himamutti halkanuma san Online dhaan biyya alaa baasan jedhu. Garuu tana hin mirkaneeffanne. Osoo mana ishees jiraattee wanti beekkamu hin jiru. Guyyaa Duraa Adaanechi dhiira lamaaf intala takka kan hacaaluu ajjeese jette takka turtee immoo immoo sadanuu dhiira jette. Gurbaa nafxanyaa iskeendar fa'a waliin oolu lammummaa irraa jijjiiranii Shanee godhan. Maqaa isaa irraa jijjiiranii Xilayee yaamii jedhaniin. Diraamaa qopheessanii akkasiin dhugaa hacaaluu Awwaalan. Lamroon Nama Abiyyi deeggaruuf Maatiin ishee abiyyiinuu walitti dhufeenya qabaniidha. 😭😭😭😭 Dhuga warri jettan 😭 ✍@dinisha_oro @lammi_oro @lammi_oro
Show all...
ABIYII YERON ITII DHUMEE MUMEE MINISTERA DURANII TERAA #ABIYII_MUST_GO
Show all...
Walaloo ijoollummaa . . Yomuun Kana barreessu harka nabubuta barataaf barsiisaan harka naaf rukutaa . . Qottoo qara doomaa waan nadhaggeeffataniif guddaa galatooma . . Walaloo walaleessa kutaa 6ffaa keessaa Yaa barata dhageessaa tokkoof tokko ta'uun ba'eessa πŸ‘πŸ‘πŸ‘keeti @lammi_oro @lammi_oro @lammi_oro
Show all...
Shamarran bilbilaan yommuu waliin dubbata Caaltuu... heloo mi'ooftuuko boontuu... helee bareedu ko nagaadhaa? Caaltuu... nagaadha baayyii si yaadera boontuu... anis dammako caaltuu... hardha saati 8tti dhufeen si dubbisa boontuu... baayyee natti tola... sin eega . Bilbila erga cufanii . Caaltuu... eeeccci... waan jibbisiistu kana bira deemufaniga! . Boontuu... uuuu intalli duubbii nyaatu kun nagogsuuf...hojii dhiiste hojii nahiiksisuufi... Join&share ♨️ @lammi_oro ♨️ @lammi_oro
Show all...
πŸ‘»Diinake yommuu argitu seeqqadhu kolfi jabinake haabaru πŸ˜—Nama sigatee deeme yommuu argitu seeqqadhu kolfi waan gaabbuf 😍Nama jaallattu yommuu argitu seeqqadhu kolfi akkati jaallatu hubataa 😁Nama beektu yommuu argitu seeqqadhu kolfi nagaa siif kenna πŸ˜‚πŸ€£Kottaa kolfaa irratti isa barreefame yommuu argitu seeqqadhu kolfi sitti hin lakkaa'u @lammi_oro @lammi_oro @Lammi_oro
Show all...
Aka biron barnota biyatii ibsetii Guyan Qormata biyolesa Kuta 12 sadasa 28 Kuta 8 sadasa 22
Show all...
Keekiyaa
Show all...