452
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Moojulii Leenjii: Heeraa Fi Gahee Qaamolee Haqaa(Moojulii ILQSO)
Repost from Oromia LegalPlus
Dambii_Lakk_114_2000_Dambii_Lafa_Magaalaa_Liiziin_Kennuu_fi_Kiraadhaab.pdf9.06 KB
Onkololeessa 02.02.2016.WAAABtiin leenjiin hubannoo uumuu kannameera.
Onkololeessa 2.2.2016 waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo leenjii hubannoo seeraa hawaasa cimsuuf hojjattoota waajjiraalee mootummaa aanaa baddannootiif mataduree:-
Yakkoota malaanmaltummaa fi hojmaata badaa, fi miidhaa malaan maltummaan hawaasa irraan geessu irratti kannameera.
##haqaan hojjannee hawaasa haa tajaajilluun dhaamsa WAAABti.
#Hubannoo_Seeraa
Fuulbana 22.2016 WAAAB tiin hubannoon seeraa
1. mana baruumsa hindheessa sadarkaa 1 ffaa [1-8] tti Mataa duree safuu fi heera mootummaa mirgaa dubarti fi daa'imani , godansaa Seera alaa irratti.
2.ffaa mana barnoota sad 1ffa hincinitti hubannoo seera mataa duree Labsii 1178/2012 fi heera mootumma kewt 36 fi35 irratti kenname jira.
Mirgaa fi dirqama keenya beeknee yakka irraa of haa ittisnuun dhaamsa WAAABti.
Olmayaa Hubannoo seeraa WAAAB tiin
Fuulbana 21.1.2016 waajjira abbaa alangaa aanaa baddannootiin hubannoon seeraa haala kan duraanii irraa adda taheen qaamoolee addaa addaa:- kanneen akka abbootii amantaatiin fi waajjira galii aanaa baddannoo waliin qindoomuudhaan Mata duree
1.haqa dubartii fi daa'immanii irratti
2.ragaa sobaa ittisuu irrattii fi
3.yakkoota diinagdeen wal qabatu irratti
4.godaansa seeraan alaatii fi yakkoota bosona fi qabeenya uumamaa irratti raawwataman irratti.
Hawaasa gabaa isniinaatiif magaalaa baddannoo iddoo jallaaba loonii fi gabaa gurgurtaa adda addaa irra naannawuun kannameera.
HAQAA FI SEERAAN SAFUU HAWAASAA HAA TIKSINUUN DHAAMSA WAAAB ti.
Repost from N/a
FUULBANA 17, 2016 WAAAB Baddannoo
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo gaafa 16-01-2016 Abbootii Adeemsaalee fi Garee waajjirichaa waliin sanada waliigaltee waadaa hojii irratti marii erga taasisee booda AMANAMUMMAA FI ITTIGAAFATAMUMMAAN ummata akka tajaajillu waliigalteen mallatteeffameera.
Haqaan Haqaaf Hojjanna!
WAAAB - BADDANNOO
Fooyya'iinsa_Seera_Daldalaa_Harawaan_Dhaabbileee_Daldalaa.pdf1.12 MB
1291_በኢትዮጵያና_በተባበሩት_አረብ_ኤምሬቶች_የአሳልፎ_መስጠት_ስምምነት_ማጽደቂያ_አዋጅ_Signed.pdf7.86 KB
Hagayya 16, 2015 Baddannoo WAAAB
Waajjirri Abbaa Alangaa Aanaa Baddannoo hojiilee hubannoo seeraa hawaasaaf kennuu raawwachuu gaafa 15-16/12/2015 tti matootii duree adda addaarratti hawaasaa fi caasaalee araddaalee garaagaraatiif mana Barnoota sadarkaa 2ffaa Baddannoo fi kaambitti qaamaan argamuun Hubannoo_Seeraa laatameera.
Haqaaf Haqaan Hojjanna!
WAAAB-Baddannoo
