en
Feedback
Finfinnee tube

Finfinnee tube

Open in Telegram

Finfinnee tube irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf

Show more
1 190
Subscribers
No data24 hours
+17 days
-1030 days

Data loading in progress...

Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+22
in 0 channels
November '24
+16
in 0 channels
Get PRO
October '24
+15
in 0 channels
Get PRO
September '24
+24
in 0 channels
Get PRO
August '24
+2
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '24
+1
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '240
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '230
in 0 channels
Get PRO
September '230
in 0 channels
Get PRO
August '230
in 0 channels
Get PRO
July '23
+19
in 0 channels
Get PRO
June '23
+11
in 0 channels
Get PRO
May '23
+12
in 0 channels
Get PRO
April '23
+15
in 0 channels
Get PRO
March '23
+11
in 0 channels
Get PRO
February '23
+16
in 0 channels
Get PRO
January '23
+27
in 0 channels
Get PRO
December '22
+19
in 0 channels
Get PRO
November '22
+22
in 0 channels
Get PRO
October '22
+27
in 0 channels
Get PRO
September '22
+37
in 0 channels
Get PRO
August '22
+25
in 0 channels
Get PRO
July '22
+25
in 0 channels
Get PRO
June '22
+12
in 0 channels
Get PRO
May '22
+20
in 0 channels
Get PRO
April '22
+25
in 0 channels
Get PRO
March '22
+24
in 0 channels
Get PRO
February '22
+15
in 0 channels
Get PRO
January '22
+15
in 0 channels
Get PRO
December '21
+8
in 0 channels
Get PRO
November '21
+25
in 0 channels
Get PRO
October '21
+38
in 0 channels
Get PRO
September '21
+43
in 0 channels
Get PRO
August '21
+30
in 0 channels
Get PRO
July '21
+44
in 0 channels
Get PRO
June '21
+32
in 0 channels
Get PRO
May '21
+26
in 0 channels
Get PRO
April '21
+39
in 0 channels
Get PRO
March '21
+50
in 0 channels
Get PRO
February '21
+62
in 0 channels
Get PRO
January '21
+50
in 0 channels
Get PRO
December '20
+2 112
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
21 December+3
20 December+1
19 December+1
18 December+1
17 December+1
16 December+1
15 December+1
14 December+2
13 December+4
12 December+2
11 December+2
10 December0
09 December+1
08 December+1
07 December0
06 December0
05 December0
04 December0
03 December0
02 December+1
01 December0
Channel Posts
“Yaawu Zaranyaadha naan jedhu, akkuma duratti jedhan sana. Maqaa tokko dhiisii lama, sadii, afurillee haa baasan. Ani kanaaf
“Yaawu Zaranyaadha naan jedhu, akkuma duratti jedhan sana. Maqaa tokko dhiisii lama, sadii, afurillee haa baasan. Ani kanaaf waanan sodaadhu hin qabu! Kun waan nama sodaachisus miti. Nuti ni sodaachisna malee hin sodaannu! Of ta’aa! Namni of hin taane biyyaafis, firaafis ollaafis hin ta’u! Nuti ijoolleen keenya afaansheetiin haa barattu, amantaan haa babal’atu jenne. Isaanimmoo lafaafi qabeenyaa dhabna jedhanii dhiphatu malee waan biraa miti!” (Abbaa Saawiroos) Kutannoo!

2
#OduuAagaati - Gaaffii namoota hedduu keessattuu Hayyoota Barnoota Sad. Olaanaa irraa #HiikkaanDookumantii Gugiilii Afaan Oro
#OduuAagaati - Gaaffii namoota hedduu keessattuu Hayyoota Barnoota Sad. Olaanaa irraa #HiikkaanDookumantii Gugiilii Afaan Oromoo maaliif eegaluu dhabe jechaa turtan, kunoo Egalchiifne. #waliifdabarsaa Qorattootni, Qo'attootni, Barreesitootni, Barsiisotni, Barattootni, Dookumantii Fuulota heddu qabu Hiikkachuuf yeroo fi baasii guddaadhaaf saaxilamaa turaniiru, kanaan walqabatee hedduun keessan guyyaa kana Abdiin eegaa akka turtan nan beeka, namoota qaamaanis tahee keessaan na gaafatanis guyyaa kana aka eegan hubachiisuuf yaalaa ture. Amma Guyyaan sun kunooti, Dookumantii Fuulota heddu qabu yeroo takaan olfeetanii daqiiqaa 1 keessatti Afaan barbaddanitti jijjiiruu ykn Afaan barbaaddan irraa Afaan Oromootti jijjiirachuuf hulaan banameera. BAGA GAMMAADDAN, Congratulations! Haa tahuu malee Haalli hojii Hiikkaa Afaan Oromoo Google irra jiru sirnaan hojjatameera jechuu miti, kana gareen keenya sirritti hubata, Gareen Damee Hiikkaa Afaanota Itoophiyaa Google Crowdsource - Ethiopia tis sirritti hubanna.
230
3
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/ZLn81uy
212
4
Dhume kaa sabni koo Dacheen dhiiga taatee Boollis afaan bantee Ol adeemaa sooratte ~ Xiqqaatu boo'a cichee Guddaanis akkaasumaa Rakkinni keenya kuni Jarana yoom dhumaa ~ Sabni nagaan bahee Nagaan galuu dadhabee Beekanis wallaalaan Karaa gubbaatti cabee ~ Yaa bara yaa bara Kan Oromooti jabaattu Yoomuma dhufa laata Barri sabaa koof mijattu
352
5
"Nan beeka yaa aayyee….! Ta’usaa nan beeka, dubbii akka cookkoo Yoon hin boowu jedhe, du’a intalakeetii du’a obboleettiikoo Hin boowu yoon jedhe, du’a ilmakeetii, dua obboleessakoo; hallaallicha gurbaa Hin boowu yoon jedhe, du’a obboleettiikee, dua adaadaakoo ulfa ji’a torbaa Ofiimee yaa dayee…, Inni harma mursiisuu fi, inni ulfa ajeesisu addaddummaa qabaa? * Nan beeka yaa aayyee…. Ta’usaa nan beeka, dubbii akka cookkoo Hin boowu yoon jedhe, du’a jaarsa abbaakee, du’a akaakayyuukoo Yoon hin boowu jedhe, du’a dayeekeetii, du’a ishee anaaf akkoo; * Yoom roobee, yoom caamee, maan ijakoo cuunfaa? Yoom hoodee xumuree, maal gammadeen kolfaa? Yookaan, jalbultii roorrooti, yookaan geggeessoo gidiraa Xumura garbummaa, yookaan dhufa dhipuu haaraa Yookaan dhalachuufi, yookaan, gatachuufoo jira Yookaan, nuyi qaqqabatu ammas dhufee taraa Yookaan in mijaawaa, yookaan infashala Yookaan, manii gaha, yookaan, karaa bulaa Kanaafuu yaa dayee… Lammiikoo isa du’eef, lakkii anoo hin boowuu geeraraan awwaalaa. *** Atis, qusadhu imimmaankee, guyyaan tokko in dhufaa Gidiraanis darbee, dukkanis inifaa Gaafa tokko taanu, boolli amuummates ofiisaan of cufaa Gaafa walii gallee, aangoon nu cunqursus, lafa dhayee kufaa; Kunoo bara sanaaf qusadhu imimmaankee, baras gadda teenyaa Yoo fedhe in kofallaa, fedhe harqinee boonyaa. Kanaafuu yaa giifti…. Qananii imimmaanii fi gammachuun kunuunuu Booda itti deebina ammaaf yeroo hin qabnu Ciriqii nu hudhee cabsee bahuu gayes, yaabnee gad haa qabnu Fedhiinsaa utuu jiruu, lakkii hin jiru haa jennu Miira haaleejjifannu, miira haa adoochinu" Dr Zelealem Aberra
291
6
Go to Home Jawar Mohammed Dhumaatiin ummataa Oromiyaa keessatti geggeeffamaa jiru irratti maaf hin dubbanne komiin jedhu hedduutu dhufa. Gama tokkoon komii sirriiti. Gama biraan garuu maal haa baasuuf dhama raasuunis jira. Osoo dubbachuun bu'aa buusee, osoo haalli hangana hin babbadin hamma laagaan keenya goggoguu waywaanne. Lubbuu teenya qabsiifnee ummata keessa deemnee gorfanne. Ol deebine hogganoota gama hundaafuu waan argine gabaafnee akka osoo dubbiin daran wal hinxaxne furan kadhanne. Gaafa dhumaatiin kun akka dhufu timaamuun waywaannu aanaalee takkaafi lama qofatu jeequmsaan hubmaa ture. Har'a godinni Oromiyaa lolli keessatti hin godhamne, kan namni keessatti hin dhumne hin jiru. Dhugaa haa dubbannu yoo jenne lakkofsi ilmaan Oromoo waggoota afran kana ajjeefamanii kan bara Wayyaaneefi Darguu walitti dabalatee ni caala. Har'a ummanni keenya miliyoonotaan qe'e isaarraa buqqa'ee rakkoo hamaa keessa jira. Dargaggeessi Oromiyaa misoomsuuf barate gamaa gamanaan hidhatee walfixaa jira. Kuni qaanii dubbachuuf nama sururuudha. Har'as waanuma kaleessaa waywaachaa baane jenna. Maddi lola kanaa wal dhibdee siyaasaati. Mariin malee madfiin hin furamtu. Akkuma Kaabatti agarre, hammamuu dheeratu lolli kun marimaan dhumuuf taa'a. Waan hin oolleef miskiina lafarraa fixuun, biyya hiyyeettii daran unkuteessuun haa dhaabbatu. Rakkoo Itoophiyaa Kaabatti nagaan furree, Oromiyaatti lolaan fixna jechuun of sobuudha. Mana cinaa tokkoon gubaa cinaa biraan kabuun walfakkaata. Oromiyaan dhiigaa Itoophiyaan jaaramtu hin jirtu. Its matter of geography and demography. Balaan Oromiyaa ummatootaafi naannota mara akka tuqu kaleessa hubachuun dadhabamus har'a ragaan guyya guyyaan mul'ata. Rakko gama Kaaba biyyattii araaraan fixuuf yaaluun abdii horee jira. Garuu hamma kan Oromiyaas karaa nagaa hin qabannetti, yaaliin araaraa Kaabaas carraan milkaayuu isaa xiqqaadha. Itoophiyaa gaaga'ama ishii mudaterraa baraarree biyya hundaaf taatu jaaruu yoo barbaannee walwaraansi roga hundaan godhamaa jiru dhaabbachuu qaba. Kanaan alatti fuuldurri ummataafi biyya sanii guyyama guyyaan hamataa deema.
267
7
“Atis dhuftee adeeroo? Guddaa angafa koo Qooree jiraa laata Imimmaan saba koo? Qeerroofi qarreen biyyaa Maal sitti dhaamanii?
“Atis dhuftee adeeroo? Guddaa angafa koo Qooree jiraa laata Imimmaan saba koo? Qeerroofi qarreen biyyaa Maal sitti dhaamanii? Gumaa koo baasanii? Siidaa koo dhaabanii? Gaaffiin Oromoo koo Inni waggaa dheeraa Erga ani deemee Deebii argateeraa?”
378
8
Seenaafi dhalootarraa Siif taa’eera bakki Ni duute siin jennaa? Ati hin duune lakki! Nagaan boqodhu!
Seenaafi dhalootarraa Siif taa’eera bakki Ni duute siin jennaa? Ati hin duune lakki! Nagaan boqodhu!
300
9
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/K4DMilj
280
10
AKKAM SIIF TA'U? Akka Laggasaa Wagii Du'ee siif wareegamuu? Akka Nadhii Gammadaa As buutee siif dhabamuu? Akka Eebbisaa Addunyaa Lafarra harkifamuu? Akka Maammoo Mazammiir Guyyaa siif Fannifamuu? Akka Abbabaa Biqilaa Miilakoo duwwaa fiiguu? Akka Badhoo Dilgaasaa Gurmuu diinotaa diiguu? Akka Goobana Daaccee Diina lammiitti Firoomuu? Akka Qadiidaa Wandhabee Biyya gurguree duroomuu? Akka Agarii ilma Tulluu Qawweedhan dadhabamuu? Moo akka Abishee Garbaa Jaarsummaan siif sobamuu? Akka Baalchaa Saafoo Lolee diina dachaasuu? Akka Garasuu Dhukii Ka'ee baandaa mancaasuu? Paastaa harkaa harcaasuu? Akka Waaqoo Guutuu Garbummaa buqqisuu? Hangan du'utti lolee Ilmaan itti guddisuu? Akka Elemoo Qilxuu Diina biyyarraa qoluu? Akka Alamuu Qixxeessaa Lammii tokkoomsee loluu? Akka Abdiisaa Aagaa Hidhaa cabsee sii ba'uu? Koloneel Aliyyii Cirrii ta'ee Xiyyaara lafaan dha'uu? Akka Taaddasaa Birruu Maandeellaa siif leenjisuu? Akka Usmaayyoo Mussaa Geeraree siif weeddisuu? Akka Qeerroo Nageessoo Qeerrummaan kolaafamuu? Akka Leenjisoo Diigaa Summidhaan ajjeefamuu? Akka Bakar Waaree lolee Miila tokko siif laadhuu? Akka H/Aadam Saaddoo Waraqaa iccitii nyaadhuu? Akka Haacee Hundeessaa Rasaasaan siif gubadhuu? Akka Daadhii Galaan Gaaffii sabaa gaafadhuu? Akka qeerroo Oromoo Diinatti iyyee caraanuu? Akka dhaloota qubee Qalamaan diina waraanuu? Mee kaa Yoomi?........ Kan hidhaan kun hiikamuu Kan sakaallaan kutamuu Kan dhugaan bade galuu Kan lammiin walii maluu Kan facaafanne daraare Asheetee firii godhataa? Boraatiin koo naaf tolee Cinaachi koo boqataa? Abjuun naaf milkaa'ee Hirriibni na fudhataa Mee akkam siif ta'u?....... Waan siif ta'uun dhabee Qaamaf qalbiidhaa cabee Yogguman maal siif ta'e Kan biiftuun dhugaa baatu? Ooyiruu abbaan qotee Kan alaa dhufaan nyaatu Dhiigakoo dhangalaasee Daangaa keetiin sararuu? Lafee koo itti caccabsee Galma keetiin ijaaruu? @Oromiannewss
295
11
Waliigaltee Waraana Dhaabuu fi Nagaa Buusuuf Mootummaa Federaala Itoophiyaafi Adda Bilisummaa Ummata Tigiraay (ABUT) Jiddutti
Waliigaltee Waraana Dhaabuu fi Nagaa Buusuuf Mootummaa Federaala Itoophiyaafi Adda Bilisummaa Ummata Tigiraay (ABUT) Jiddutti Mallatteefame Ilaalchisee Ibsa Ejjennoo Kongirasii Federaalawa Oromoo (KFO) Irraa Kenname.
232
12
Haleellaa qilleensarraa mootummaan Godiina Wallagga Lixaatti gaggeesseen lammiilee nagaan heddu du'uu jiraattonni BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/gREd0yB
230
13
The original BBC Afaan Oromo report: #Oromo #Ethiopia https://t.co/6ufImqDeXb — Odaa Tarbii (@OdaaTarbiiWBO) Nov 4, 2022 https://twitter.com/OdaaTarbiiWBO/status/1588556482848559106
242
14
#Update Har'a Piritooriyaatti, Waliigaltee nagaa Itoophiyaa fi TPLF gidduutti mallattaa'e qabxii 12 of keessaa qaba. Waliigalteewwan kana keessaa: - TPLF hidhannoo hiikkachuuf walii galtee irra gahameera. - Itiyoophiyaa fi TPLF abbaa biyyummaa fi qulqullina naannoo Itoophiyaa mirkaneessuu fi heera mootummaa federaalaa kabachiisuuf waliigalaniiru. - Itoophiyaan humna ittisa biyyaa tokko qofa akka qabdu waliigalteen mallattaa'eera. - Haala nageenyaa lafarra jiru ilaalcha keessa galchuun qabsaa’ota TPLF hidhannoo hiikkachuu, qabsaa’onni waraana keessaa ba’anii hawaasatti akka makaman gochuuf waliigalteerra ga’ameera. - Sagalee dhukaasaa yeroo dheeraaf akka dhaabbatu waliigaluudhaan waraana kana xumuruuf waliigaltee dhukaasa dhaabuu dhaabbataan mallattaa’eera. - Olola jibbiinsaa dhaabuuf waliigaltee irra ga'ameera. - Tajaajila bu'uuraa naannoo Tigraayitti deebisuuf walii galteen taasifameera.
262
15
#Peacehasnoalternative
#Peacehasnoalternative
213
16
Oduu: Mariin nagaa Itoophiyaa Gamtaa Afrikaan dursamu irratti waliigaaltee lola dhaabuurra gahame Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Gamtaa Afriikaa Oluseeguun Obasaanjoo, wal-waraansa humnoota Tigraay fi mootummaa federaalaa Itoophiyaa jidduutti waggaa lamaaf adeemaa jirutti xumura gochuuf, marii nagaa Gamtaa Afriikaan durfamee Afriikaa Kibbaatti taa’amaa tureen waliigaltee lola dhaabuurra gahamuu himan. https://oromoo.addisstandard.com/oduu-mariin-nagaa-itoophiyaa-gamtaa-afrikaan-dursamu-irratti-waliigaaltee-lola-dhaabuurra-gahame/
224
17
Akka Gabaasni UNICEF jedhetti, walumaagalatti lammiileen Itoophiyaa miliyoona 29.7 ta’an gargaarsa namoomaa kan barbaadan yoo ta’u isaan keessaa miliyoonni 12.5 kan ta’an daa’imman ta’uu ibseera. Akkasumas, lammiileen miliyoona 1.6 ta’an naannoo Oromiyaa keessa jiraatan gargaarsa bishaan dhugaatii hatattamaa kan barbaadan ta’uus gabaasichi eereera. https://oromoo.addisstandard.com/oduu-lammiileen-miliyoona-1-5-oromiyaarraa-walakkaa-miliyoonaa-taan-naannoo-tigraay-affaarii-amaaraatii-sababa-hongee-waraanaatiiin-buqqaan/
254
18
📚 Of-Ilaallee Amaanu’eel Oljirraatiin Lakkoofsa fuulota: 95 Maxxansaa: Sadaasa, 2021 Kitaaba kana kessatti፦ Beekumsi nuti hin qabne yoo jiraate isa asiiti. Waa’ee ofii keenyaa; waa’ee aadaa keenyaa fi seenaa keenyaa fa’a wallaaluudha. - Hormi waa’ee keenya nucaalaa akkamitti beeke? - Waa’ee keenya isa hormi nuu katabee, nubarsiisu nutis gulaallii malee akkamitti amanneefii? - Nuti amma dhuguma isa hormi nuun jedhu san fakkaannaa? Egaa kunooti! Maal akka fakkaannu hubachuuf Of-Ilaalleen harkakee jira! Keessatti of ilaali! Of-ilaallee milkii siif haa ta’u! Kitaaba irra Albert Einstein yoo waa’ee barbaachisummaa gaaffii kana ibsu: “Addunyaa kanarratti waanti baayyee barbaachisaan tokko gaaffii gaafachuu dhaabuu dhiisuudha, Sababni isaas gaaffiinumti jiraachuun isaayyuu sababa mataa isaa qaba" jedheeti. Dubbisuu fi #share gochuudhaan dirqama afaan keenya guddisuus haa baanu!
280
19
📚 Priceless Spoken English By Baye Addisu Afaan Oromotti kan hiike: Baqqalaa Lataa Mata-duree xiqqaa (Caption): Barsiisaa malee Afaan Ingiliizii kan ittiin baratan Qabiyyee (Genre): Spoken Lakkoofsa Fuulota: 108 Bara Maxxansaa (Published on): 2010 E.C Ijoolleedhaaf, ga’eessotaaf, Kanneen hanga Yuunivarsitiitti kan jiran hundaaf akka tajaajilu ta'ee kan qophaa’e guutumaa guututti Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraatti kan hiikame Kitaaba kana kessatti wantoota akka፦ - Social Language - Afaan Hawaasaa - General Conversation Practice - Shaakala Haasawa Waliigalaa - Spoken - Waliin dubbii - Vocabulary - Galmee Jechoota - Grammar - Seer-Luuga #Share
238
20
📚 Kallattii Eebbisaa Baayisaa Abeetuutiin Mata-duree xiqqaa (Caption): Qajeelfamootaa fi Falaasamoota Jireenyaa Barbaachisoo Qabiyyee (Genre): Xiin-sammuu (Psychology) Lakkoofsa Fuulota: 121 Gulaallii (Edition): 3ffaa (2016) Maxxansa tokkoffaa: Fulbaana 2014 Kitaabicha keessaa kan fudhatame Adddunyaa kana irraa wanti ati akka tasaatti ta’uu dandeessu dureessadha. Maaltu beeka? Guyyaa tokko akka tasaa otoo karaa deemtuu dhagaa calaqqisu tokko argitee gad jettee fudhatta. Yoommuu qorachiistu warqee ta’a. Argitee! Dhagaa lafaa fuutee gurgurattee ittiin duroomta. Addunyaa kana irraa garuu waanti ati akka tasaa ta’uu hin dandeenye hayyuudha. Eenyu iyyuu akka carraa hayyuu ta’uu hin danda’u. Beekumsi akka qarshii waraqaa miti. Dubbisuu Fi #Share Gochuudhaan Dirqama Afaan Keenya Guddisuus Haa Baanu!
153