New Generation World Wide
Open in Telegram
Gurupiin keenya 👉 @Ngww2 Yoh3:31 HUNDUUMTU JIRA OLII MALTUU DHABBAAME !!!!!!!! Yaq1:17
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
1 730
Subscribers
-124 hours
-177 days
-4230 days
Posts Archive
15/03/2014E.C 03:00pm
WAAQAYYOOF AMANAMU
Amanamu jechuun: isa Waaqayyoo kara dubbii sagalee isaa akkaa tanuu nuu irraa barbaduu tanee argamu.
➳Or kan nuu irraa egamuu mirgas yoo ta'e dirqama ittii-gaafatamummaa kenyaa kara dhugaadhan/sirriidhaan/hojjachuu.
➳Isaa dhageenye/argine/akka W. Nu irraa barbaadutti Labsuu.
Waaqayyoo yoonasin dhaqii saba kotti wan sitti hime kana naf dhaamii jedhen.Yoonaas garu Waaqayyoo jalaa baqachuu filate.yonas1:2
Akkaamitti Waaqayyoof amanamna
1,Waaqayyoon dhaga'uun. R,yonas1:2, 2mot14:25
2,yeroodhan iddootti argamun.R,yonas1:3
Far139:7-10
1.1. Waaqayyoon dhagaga'u
Waaqayyoo dhaga'uun bu'an isaa numafi yoonaas Waqayyoo dhaga'uu dhisuu isaa isuma midhe. Kana jechuun Waqayyoo yoo isaa dhaga'u banee nuu midhaa jechuu utuu hin tane yeroo fi iddoo jedhamneti yoo argamu bane egumsa Waaqqayyoo alaa tana. Kana jechuun:- fedha foonii fi Seexana of irraatti mosisu jalqabu jechudha.
Yoo Waaqayyoon dhaga'uu bane:-
[ ] Eegumsa W.yo kessaa banaa. Yonas1:4, erm12:12-13,Hose8:7
[ ] Dhalootatti ba'a hin tana. yonas1:11-14
[ ] Guyyaa badisaa offiiti in fidna. yonas1:15,2:1,erm16:9-13
2.1.yeroodhaan iddootti argamun.
Utuu yonas yeroo isaatti biyya ergameetti /nanawweetti/argamee ta'e raafamni , darbatamun fi qurxummiin liqimfamun isaa irraatti hin ta'u ture.
Yeroodhan iddoo kenyaatti yoo argamu bane:-
[ ] Of gana.yonas1:5-6
[ ] In rakkanna.yona2:2-10,1:13,erm17:4
[ ] in arrabsamna.yohnas1:10
Amanamummaan kennaa Waaqayyooti
Far86:11
" Ani siif amanamee akkan deddeebi'utti, yaa Waaqayyo, karaa kee na barsiisi, maqaa kee safeeffachuufis nama garaa tokkichaa na godhi!"
Amanamummaa Waaqayyoo
Nutti Waaqayyoof yoo amanamu baneefiyu inni yeroo hunda nuuf amanamaa.
Waan jedhe gochuuf homtuu isaa in daangessu. Waaqayyo Wada isaa in eegaa.
Inii hamma tokkichaa ilmaa isaa nuf kennutti nuu jallate.Ameen" yon3:16"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti! "
1,Lafa kufnetti nuu kasa.yonas2:11,3:10
Far107:25-29,yo'el2:14
2,Abdii nuu irraa hin kutatu.yonas3:1-3, erm18:7-8,42:10
3,Nu barsiisaa.yonas4:6-11,Isa55:7, ibr12:7
4,Nuf of eegata.Hisq33:11
👇👇👇👇👇👇
👉👉👉 @Ngww3
👉👉👉 @Ngww3
👉👉👉 @Ngww3 K.B @HawiiAb👑ᗰᝪ'ᗩᗩ ᑭᖇᝪᗰᝪᎢᏆᝪᑎ👑
➥Chanaliif Groupii hafuuraa barbaachisoo ta'an qabannee dhufneerra itti ida'amaa
📌Barnoota hafuuraa ✍
📌Qo'annoo macaafa qulqulluu📖
📌Faaru haaraa akkuma ba'een 🆕
📌Faaru durii ba'aani🆒
📌Walaloo hafuuraa🕊
📌Worship (waaqeffanna)🎤
📌Faaruu bifa walalootiin📃
📌Seenaawwan nama barsiisan⚜
👇Dabalataan👇
📌Kitaabota hafuuraa PDF tiin
📌Luqisii macafaa bifa suuraatiin📖
📌Sagalee guyya guyyaa📣
📌Sagalee torbanii✨
Hunda qabannee dhufneerra JOIN godhadha
👇👇👇👇
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
Repost from ሐበሻዊ Draw Fixed Bet 🎲
💥ɴєw αmαzɪɴg gᴏspel sᴏɴg💥
🎵የኔ ነገ 🎵
👤ዮሴፍ ስለሺ👤
📲sнαяє📲ѕнαяє📲
▽▽▽▽▽▽▽
▷ @Sagalee_jireenyaa ◁
▷ @Sagalee_jireenyaa ◁
🔺ᴊᴏɪɴ us for more🔺
Comment👉🏻 @Sagalee_bot
✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎
Repost from ሐበሻዊ Draw Fixed Bet 🎲
ɴєw αmαzɪɴg wᴏrsнɪp tɪmє
🎵AKKAMIIN DHAGEESSE SAGALEE KOO🎵
👤MARARA TEFERA👤
📲sнαяє📲ѕнαяє📲
▽▽▽▽▽▽▽
▷ @Sagalee_jireenyaa ◁
▷ @Sagalee_jireenyaa ◁
🔺ᴊᴏɪɴ us for more🔺
Comment👉🏻 @Sagalee_bot
✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎
👑ᗰᝪ'ᗩᗩ ᑭᖇᝪᗰᝪᎢᏆᝪᑎ👑
➥Chanaliif Groupii hafuuraa barbaachisoo ta'an qabannee dhufneerra itti ida'amaa
📌Barnoota hafuuraa ✍
📌Qo'annoo macaafa qulqulluu📖
📌Faaru haaraa akkuma ba'een 🆕
📌Faaru durii ba'aani🆒
📌Walaloo hafuuraa🕊
📌Worship (waaqeffanna)🎤
📌Faaruu bifa walalootiin📃
📌Seenaawwan nama barsiisan⚜
👇Dabalataan👇
📌Kitaabota hafuuraa PDF tiin
📌Luqisii macafaa bifa suuraatiin📖
📌Sagalee guyya guyyaa📣
📌Sagalee torbanii✨
Hunda qabannee dhufneerra JOIN godhadha
👇👇👇👇
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
👑ᗰᝪ'ᗩᗩ ᑭᖇᝪᗰᝪᎢᏆᝪᑎ👑
➥Chanaliif Groupii hafuuraa barbaachisoo ta'an qabannee dhufneerra itti ida'amaa
📌Barnoota hafuuraa ✍
📌Qo'annoo macaafa qulqulluu📖
📌Faaru haaraa akkuma ba'een 🆕
📌Faaru durii ba'aani🆒
📌Walaloo hafuuraa🕊
📌Worship (waaqeffanna)🎤
📌Faaruu bifa walalootiin📃
📌Seenaawwan nama barsiisan⚜
👇Dabalataan👇
📌Kitaabota hafuuraa PDF tiin
📌Luqisii macafaa bifa suuraatiin📖
📌Sagalee guyya guyyaa📣
📌Sagalee torbanii✨
Hunda qabannee dhufneerra JOIN godhadha
👇👇👇👇
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
Repost from GUYYAA HAARAA
SHALOM‼️ SHALOM ‼️
Channel haaraa tokkoon wal isin haa barsiifnu
✅ Ergaa sagaalee waaqayyoo
✅ Barsiisa hafuuraa gara garaa
✅ Faarfannaa haaraa
✅ Afferraa faarfannaa durii
✿ Shakkii tokko malee ni argattu
✿ Bashanana irraa ni barattu
Kuno ammuma
JOIN gadi tuquun itti ida'amaa
✨█▓▒►JOIN ►▒▓█✨
✨█▓▒►JOIN ►▒▓█✨
✨█▓▒►JOIN ►▒▓█✨
👑ᗰᝪ'ᗩᗩ ᑭᖇᝪᗰᝪᎢᏆᝪᑎ👑
➥Chanaliif Groupii hafuuraa barbaachisoo ta'an qabannee dhufneerra itti ida'amaa
📌Barnoota hafuuraa ✍
📌Qo'annoo macaafa qulqulluu📖
📌Faaru haaraa akkuma ba'een 🆕
📌Faaru durii ba'aani🆒
📌Walaloo hafuuraa🕊
📌Worship (waaqeffanna)🎤
📌Faaruu bifa walalootiin📃
📌Seenaawwan nama barsiisan⚜
👇Dabalataan👇
📌Kitaabota hafuuraa PDF tiin
📌Luqisii macafaa bifa suuraatiin📖
📌Sagalee guyya guyyaa📣
📌Sagalee torbanii✨
Hunda qabannee dhufneerra JOIN godhadha
👇👇👇👇
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
Repost from ሐበሻዊ Draw Fixed Bet 🎲
✨✨ #QOPHOFTEETTAA ❓✨✨
seenaa barsiisaa kana hamma dhumaatti dubbifadhaa 🙏
👉Gaaf tokko Shamarree dargaggeettii tokkotu Yakka cimaa hojjette. Yakki kunis seera dura ishee dhaabe. Yakki ishees adabbii hidhaa umurii guutuu ture. Yeroo tartiibni seerichaa geggeefamutti fullishee imimmaanin dhiqamaa😢 dhiifamaaf kadhattus dhaggeefataa dhabe.😭
Firoonnishee fi hiriyoonni ishees imimmaniin bukkee dhabachuu male homaa gochuu hin dandeenye.😔
Garuu haala yaaddessaa fi gaddisiisaa kana keessatti namni tokko iddoo👨⚖ # Abukaatoonni (falmitoonni) dhaabatan dhaabbatee mana murtii sana kadhachuudhaan mani murtichaa mureessusatin dura waa'ee shamarree kanaa abukaatowwaan kadhachuu eegale. Dhimmichis baayye ulfaataa ta'us inni garuu humna qabu fayyadamee bakka shamarree kana falmuu eegale. bu'aa ba'ii baayyee fi dhadhabbii baayye booddee dhadhabbiinsaa ija godhate shamarreen sunis bilisa gadhiifamte.
🙍Shamarreen sunis gochaa namicha kanaatti baayye dinqamtee miila isaa jalatti kufte bossees isa galatteefatte. 😃🙏
😳Otuma takka hin turin ammas yakkuma wal fakkatu hojjette argamte. akkuma balbala mana murtii sana darbitee iddoo abbootiin murtii ta'an yemmuu ilaaltu namicha isa falmeefi gadhii dhiifamtetu taa'ee jira😃
edaa namichi dhengedda Abukaatoo ture sun amma abbaa murtii ta'eera🙊 baayye itti tole fullishee ife😃
👨⚖Namichis harka isaa kaasee dhagayi kaleessa Abukaatoon ture kanaafidha kanan si bilisomsuuf siif falme amma garuu an ABBAA MURTII ti.
akka abbaa murtiitti immoo firdii isa qajeelaa kennuun narra jiraata jedhen. Isheenis kana yemmuu dhagessu ijjishee imimmanin guutee garuu ati eenyuu jetten
Innis :- An #Abukaatoo Kaleessaa #Abbaa_murtii harraati jedheen.
💌🔑 Obbolessa koo, obboleetti koo dubisaa jirtu harra YESUUS #Abukaatoo keeti.
👨⚖Badii kee hundumaatiif kadhatee gara jireenyaatti akka galtuuf siif falma. #Garuu YESUUS Abukaatoo ta'ee itti hin fufu.
👉YEROO inni itti #ABBAA_MURTII ta'ee dhufu jira. YEROCHIS DHIYAATEERA QOPHAA'I.
#Maalo namoota 3 oliif share godhi darbi 🙏🙏🙏
🙏♥️°°°ʏᴇʀᴏᴏ ɢᴀᴀʀɪɪ°°°♥️🙏
▽▽▽▽▽▽▽
▷ @Sagalee_jireenyaa ◁
▷ @Sagalee_jireenyaa ◁
🔺ᴊᴏɪɴ ᴜs ꜰᴏʀ ᴍᴏʀᴇ🔺
ᴄᴏᴍᴍᴇɴᴛ👉🏻 @Sagalee_bot
✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎✞︎
👑ᗰᝪ'ᗩᗩ ᑭᖇᝪᗰᝪᎢᏆᝪᑎ👑
➥Chanaliif Groupii hafuuraa barbaachisoo ta'an qabannee dhufneerra itti ida'amaa
📌Barnoota hafuuraa ✍
📌Qo'annoo macaafa qulqulluu📖
📌Faaru haaraa akkuma ba'een 🆕
📌Faaru durii ba'aani🆒
📌Walaloo hafuuraa🕊
📌Worship (waaqeffanna)🎤
📌Faaruu bifa walalootiin📃
📌Seenaawwan nama barsiisan⚜
👇Dabalataan👇
📌Kitaabota hafuuraa PDF tiin
📌Luqisii macafaa bifa suuraatiin📖
📌Sagalee guyya guyyaa📣
📌Sagalee torbanii✨
Hunda qabannee dhufneerra JOIN godhadha
👇👇👇👇
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
Repost from GUYYAA HAARAA
🤝Anaa dhufu 🤝 Welcome🤝
▃▄▅▄▄▄▄▄▄▄▄▅▄▃
❓Maal argachuu barbaaddu laata❓
♨️Walaloo hafuuraa
♨️Barnoota walitti fufaa
♨️Gaaffilee Wangeelaa
♨️Faaruu haaraa fi Faaruu durii
♨️Luqisi wangeela suuraadhan
♨️Seenaalee Nama barsiisan
♨️Oduuf odeefannoo kristaanaa fi kkf..
➥Shakki tokko male arrgattu
➥Boharaa irra ni barattu
Gadi tuqun #JOIN godhadha
👇👇Tuch & Join👇👇
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
Repost from GUYYAA HAARAA
👑MO'AA PROMOTION -01👑
➥Chanaliif Groupii hafuuraa barbaachisoo ta'an qabannee dhufneerra itti ida'amaa
📌Barnoota hafuura ✍
📌Qo'annaa macaafa qulqulluu
📌Faaru haaraa akkuma ba'een 🆕
📌Faaru durii irranfatame🆒
📌Walaloo hafuuraa🕊
📌Worship (waaqeffanna)🎤
📌Faaru bifa walalootiin📃
📌Seeenawwaan nama barsiisan⚜
👇Dabalataan👇
📌Kitaabota hafuuraa PDF tiin
📌Luqisii macafaa bifa suuraatiin📖
📌Sagalee guyya guyyaa📣
📌Sagalee torbanii✨
Hunda qabannee dhufneerra JOIN godhadha
👇👇👇👇
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
💢█▓▒►JOIN ►▒▓█💢
