en
Feedback
Etana Habte

Etana Habte

Open in Telegram
6 244
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-7230 days
Posts Archive
ከ25 ደቂቃዎች በኋላ በቀጥታ ስርጭት ይጠብቁን:: https://www.youtube.com/live/qt23M0ajiBQ?si=hfM97Dr-SgwX3_FC

ከጥቂት ደቂቃዎች በኋላ በቀጥታ ስርጭት ይጠብቁን! “የምርጫ ጦርነት እና ያንዣበበው አደጋ” https://www.youtube.com/live/YelKEL_i--o?si=5OsNxkM8WH-rKa8g

Faannoon, maaliif, akkamitti Oromiyaa keessatti humna godhachuu akka dandeesse gaaffii isinitti ta’ee beekaa? Sagantaa qorannoo sadarkaa giddugaleessaa tokko irratti hundaa’e qabannee dhiyaachuuf jenna. Akka lakkoofsa biyya keenyaatti galgala sa’a 2:00 irratti tamsaasa kallattii FederalistPulse hordofaa. Kaaba Ameerikaatti 1:00 PM (ET) ta’a https://www.youtube.com/live/FFdoYHRvhus?si=BhlhsIL606mBVJlY

ዛሬ 4:00 PM (ET) ላይ በቀጥታ ስርጭት ይጠብቁን! https://www.youtube.com/live/hN6o7nIpJ_U?si=S_vCqltgcMBO_UVY

Akkam jirtu, daawwattoota FederalistPulse? Har’a galgala akka lakkoofsa biyyaatti sa’a 3:00 (9:00pm) irratti turtii addaa “Diinagdee Waraanaa fi Jireenya Uummataa" mata-duree jedhuun Prof. Mohaammad Abbaajabal Xahiroo waliin taasifnu kallattiin waan tamsaafnuuf akka daawwattaniif kabajaan affeeramtanii jirtu. Kaaba Ameerikaatti 2:00pm (ET)፣ kan UK 7:00pm (BST)፣ giddugaleessa Awurooppaatti 8:00pm(CET) ta’a. Giddugaleessa Bahaatti sa’aatii biyyaa waliin yeroo walfakkaataa irra oola. https://www.youtube.com/live/b-knYW77tPc?si=b3ltjQ83RenDhe9E

Akkam jirtu, daawwattoota FederalistPulse? Har’a galgala akka lakkoofsa biyyaatti sa’a 2:00 (8:00pm) irratti sagantaa “Danqama Abiyyii fi Kaayyoo Ameerikaa" mata-duree jedhuun kallattiin tamsaafnu akka daawwattaniif kabajaan affeeramtanii jirtu. Kaaba Ameerikaatti 1:00pm (ET)፣ kan UK 6:00pm (BST)፣ giddugaleessa Awurooppaatti 7:00pm(CET) ta’a. Giddugaleessa Bahaatti sa’aatii biyyaa waliin yeroo walgakkaataa irra oola. https://www.youtube.com/live/mnCjP2knuUM?si=mCKKpQHpzGaa51MJ

ክፍል 2 ዛሬ 4:00 PM (ET) ላይ በቀጥታ ይተላለፋል:: እንድትከታተሉን ከወዲሁ በአክብሮት ተጋብዛችኋል:: https://www.youtube.com/live/pFYI5ZB3PV4?si=UbpaAFdxDLIDQfun

4:00 PM (ET) ላይ በቀጥታ ስርጭት ይጠብቁን:: "የአሮጌ ፍጥጫ አዲስ ገፅታዎች:- የትግራይ እርምጃ አገራዊና ቀጠናዊ አውዶች (ክፍል 1)" https://www.youtube.com/live/YsRBvFk4KgQ?si=EK0shZD7MKYUl08-